Riyo Shafi
رفتن به کانال در Telegram
9 955
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-127 روز
+2330 روز
آرشیو پست ها
9 955
📢 BEKSISA HOJII HATATTAMAA
Hojii Arfataa Dhiiraa fi Dubartoota Afaan Beekaniif
📅 Guyyaa: November 19
1. Dhiiraaf – Dubai 🇦🇪
Dhiironni moofaa (MOFA) Embassy qabanis ta’e hin qabne, gara Dubai deemuu kan danda’an, yeroo muraasa keessatti imaluuf carraa hojii qabu.
2. Dubartootaaf – Saudi Arabia 🇸🇦
Dubartoonni Afaan Arabaa beekan gara Saudi Arabia deemuu danda’u. Carraan hojii kun hatattamaadha.
📲 Odeeffannoo dabalataaf lakkoofsa WhatsApp kanaan nu qunnamaa:
WhatsApp: 0917867236
🙏 Dhiifama guddaa!
Namoonni WhatsApp irratti nu qunnamtanii deebii eegaa turtan, yeroo muraasaaf online waan hin turreef dhiifama guddaa isin gaafanna. Amma deebi'ee isinif deebisuuf qophiidha. Erraa debii nudubisa
Galatoomaa!
19 نوامبر, 09:37
9 955
📢 BEeksisa hojii Oman
Hojii Dhiirtaa Oman – Motorii Delivery
Hojii dhiirtaa Oman keessatti motorii ofuun nyaata hotel irraa fuudhanii bakka barbaadame geessuu dha.
Ulaagaalee hojii kanaa:
1. Nama Afaan Arabiffaa ykn Afaan English beeku ta'uu dirqama.
2. Nama dandeettii motorii oofuu qabu ta'uu dirqama.
Ulaagaalee kana kan guuttan nu qunnamaa.
📱 WhatsApp: 091 786 7236
📍 Biyya: Oman
15 نوامبر, 08:42
9 955
✈️ BEELLAMA!
Addis Ababa irraa gara Oman 🇴🇲 November 17 Ticket barbaaddan, hatattamaan karaa WhatsApp nu qunnamaa.
📞 WhatsApp: 0917867236
Galatoomaa!
06 نوامبر, 07:11
9 955
Abdo Kalil Kumsa
Mustajeb Gidi Abagero
Ijoolleen Jimmaa woliif qodaa barbaadaa. Ijoolleen kunniin lamaan viizaan bahee, ticket murachuuf jedhanii dhabaman jedhamuun himameera.
Hatattamaan karaa comment fi warri lakkoofsa koo qabdan ergaa deddeebiin karaa WhatsApp nu qunnamaa.
Galatoomaa.
05 نوامبر, 15:41
9 955
Namni dhiiraa fi shamarran Afaan hin beekne fudhatan hin jiru, gonkumaa. Kanaafuu, Visa Saudi Arabia irratti dhiiraafis ta’e dubartoota Afaan hin beekneef na hin gaafatiinaa.
Gama biraatiin, rakkoo sirna Saudi Arabia irratti gaaffii qabdan, viidiyoo waraabeen jira. Viidiyoo kana caqasaa irraa hubadhaa.
3. GAMA HOJII BIROOTIIN – DHIIRA DUBAI DEEMUU FEDHANIIF
Namoota dhiiraa gara Dubai deemuu fedhii qabaniif Visa baasuu nan danda’a.
Ulaagaa kana nama qabu qofaaf:
1. Police Clearance xumuratee qabaachuu.
2. Embassy Dubai irraa chaappaa dhofsifatee qabaachuu.
3. Mofa qabaachuu (nama Mofa qabu jechuu dha).
Nama Mofa qabuuf Visa baasuu ni danda’ama. Yoo Rabbiin jedhe daftanii deemuu dandeessu, Inshaa Allah.
Dhiironni Mohammed Embassy qabdan, kan Visa qofa barbaaddan, karaa WhatsApp na dubbisaa; Mofa keessan ergaa.
4. GAMA SHAMARRANII
Yoo deebinuu, ammaaf shamarran Afaan hin beekne hin barbaadu.
Shamarran duraan biyya Arabaa keessatti hojjetanii beekan gara Kuwait fi Saudi Arabia Visa argachuu ni danda’u.
Garuu ani nama “guyyaa lama keessatti siif xumura” jedhu hin barbaadu. Visa kee ergamee, yoo filatamte, waan barbaachisu hojjetamee xumuramee deemuu dandeessa. Garuu nama “torban keessatti na geessi” jedhu hin barbaadu.
5. GAMA DHIROOTAA – OMAN
Gama dhirootaatiin Oman deemuun jira. Garuu Xalabaa ykn Kontoraataa osoo hin taane, Free Visa keessatti.
Namni Medical qabu baay’ee filatamaa dha. Dafee bahuu fi fedhii Rabbii ta’een deemee hojii seenuu danda’a. Waraqaan hundi achitti jijjiirama, Inshaa Allah.
---
ULAAGAAWWAN KANA GUUTTAN, KARAAN WHATSAPP NU QUNNAMAA.
📲 WhatsApp: 0917867236
🙏 Galatoomaa. Rabbiin waan gaarii isin haa milkeessu!
03 نوامبر, 16:55
9 955
📢 BEKSISA BARBAACHISAA – DHIMMA VISA, HOJII FI GAAFFIIWWAN KEESSAN
Dhimma Visa, hojii fi gaaffiiwwan keessan irratti nuuf ergaa. Hubannoo isiniif qabuun isin gargaaruu nan danda’a.
Gabseen isinif barreessa!
Akkuma beekamu, ji'a tokkoo ol dhukkubsadhee ture. Hamma Allahamdulillaah fayyaa jira. Gama hojii fi gaaffiiwwan namootaa baay’ee walitti qabamaniif deebii kennuu fi waliif qooduu irratti deebi’eera.
1. GAAFFII NAMAA TOKKO: POLICE CLEARANCE QABDAA? NUUF BASI JEDHU
Police Clearance yeroo ammaa sirna EL-MIS irratti isiniif baasuun ture. Garuu sirnichi addaan citeera; hojiin isaa hin jiru.
Ani gama kootiin Police Clearance guutumaan guutuutti dhiiseera. Hanga sirni kun sirraa’utti, gaba biraatiin of eeggadhaa. Police Clearance amma hojjetamaa jiru jechuun namni isinitti himu yoo jiraate, guutumaan guutuutti of eeggadhaa.
2. DHIMMA SAUDI ARABIA
Gama Saudi Arabiaatiin, ani dhiiraaf Visa baasuu hin jiru karaa kiyyaan.
03 نوامبر, 16:55
9 955
📢 BEKSISA HOJII DUBAI! 🇦🇪
Dhimma hojii ilaalchisee, yeroo ammaa kana karaa kamiinuu namoota hojii barbaadaniif carraan hojii guutuun hin jiru.
Garuu, namoonni Dubai deemuu barbaaddan, Police Clearance fi ragaa Embassy barbaachisaa ta’e kan qabdan, carraa hojii argachuu dandeessu.
📲 Odeeffannoo dabalataa argachuuf WhatsApp irratti nu qunnamaa:
0917867236
❌ Namoonni ragaa kana hin qabne yeroo ammaa kana hin simannu.
Hubachiisa: Namoonni ulaagaalee barbaachisoo guuttan qofa nu qunnamaa!
02 نوامبر, 14:57
9 955
02 نوامبر, 13:57
9 955
Saudi Arabia deemuf, sababa ticketii cituu hafeef sababa kana hubadhaa.
01 نوامبر, 04:22
9 955
🚨 AKEEKKACHIISA! AKEEKKACHIISA! 🚨
Bahrain keessatti shamarran keenya irratti saamichi raawwatamaa jira. Hatattamaan waliif qoodaa!
Odeeffannoo kana namoota biraan gahaa!
31 اکتبر, 14:11
9 955
🚨 POLICE CLEARANCE 🚨
⚠️ ERGAAN HAARAA FI OF-EEGGANNOO HATATTAMAA!
📢 Odeeffannoo haaraa fi akeekkachiisa hatattamaa. Hubadhaa, of eeggadhaa, odeeffannoo sirrii hordofaa!
30 اکتبر, 15:12
9 955
Oduu Oman – October 30 | Boolee Airport
Har’a ganama irraa eegalee namoonni 80 ol deebi’uu isaanii ilaalchisee yaaddoon guddaan uumamee ture. Namoonni hedduun, “Omoon hin cufamnee moo?” jechuun sodaa fi shakkii guddaa keessa turan.
Haa ta’u malee, hanga ammaatti odeeffannoo argameen, rakkoon uumame sirna QR Code hojjechuu diduu irraa kan ka’e malee, sababni biraa akka hin jirre hubatameera.
Sirni kun guyyoota muraasa dura illee yeroo tokko rakkoo kanaan wal fakkaatu uumee ture. Har’as rakkoon sirnichaa mudachuu isaatiin namoonni ganama irraa eegalee Boolee Airport turan hedduun yaaddoo keessa galaniiru.
Kanaafuu, namoonni hundi odeeffannoo sirrii argachuuf tasgabbaa’uu qabu.
30 اکتبر, 15:04
9 955
📢✈️ VISA OMAN 🇴🇲
🌟 VISA OMAN XALABAA?
Namoonni Visa Oman argachuuf qophii taatan, odeeffannoo dabalataa argachuuf karaa WhatsApp nu qunnamaa.
📲 WhatsApp: 0917867236
✅ Odeeffannoo dabalataa
✅ Gorsa adeemsa Visa Oman
❌ GARA BIRAA HIN KESUMMEESSIN!
📞 Har’a nu qunnamaa! ✈️🇴🇲
19 اکتبر, 13:32
9 955
📢 BEEKSIISA VISA OMAN 🇴🇲✈️
Namoota VISA OMAN barbaaddaniif!
✅ FREE VISA OMAN
📲 WhatsApp: 0917867236
❌ Gaaffii biraa hin keessummeessinu.
19 اکتبر, 12:59
9 955
Shamarreen kun maal jedhaa jirti?
Saudi Arabia Jidah
Makka Madina
0911289096
WahstApp
18 اکتبر, 09:09
9 955
Kanaafuu, miidhaa ummataa irraa akka of eeggatan jechuun barbaadaa. 🙏
🚨
18 اکتبر, 08:36
