en
Feedback
Hooqubaa production

Hooqubaa production

Open in Telegram

🎙 Faaruuwwan mana Adiveentistii duraan qindaa'aniifi haarawaa ba'an bakka tokkotti isiniif qoodna! Youtube Link: https://www.youtube.com/@HooqubaaProduction-jt3gt Nu quunnamuuf: @Bony_Films

Show more
761
Subscribers
No data24 hours
-27 days
No data30 days
Posts Archive
Maatiin BONY FILMS martuu Baga jala bultii bara haarawaan Gooftaan nagaan isin geessise.
Maatiin BONY FILMS martuu Baga jala bultii bara haarawaan Gooftaan nagaan isin geessise.

Waldaa Adventist guyyaa 7ffaa INANGO SAGANTAA ADDAA TA'E Guyyaa gafaa ful - 2!

Baga WAGGAA HARAA NAGAHAAN GEESSAN! BARRI BARA MILKAA'INAA ISINIIF HAA TA'U!.

Repost from Haftuu Production
GUYYAAN 1️⃣ QOFTI KAN HAFE !📣 🌻 Sagantaa Kadhannaa Guyyoota Qaammee! 🙏 Mata duree "JAALALA KIRISTOOS" jedhuun guyyoota 5'f
GUYYAAN 1️⃣ QOFTI KAN HAFE !📣 🌻 Sagantaa Kadhannaa Guyyoota Qaammee! 🙏 Mata duree "JAALALA KIRISTOOS" jedhuun guyyoota 5'f walitti fufaan wal ta'iinsa 'Tajaajila Wangeelaa Soogiddaa'n sagantaan kadhata Qaammee addaa geggeeffamaa ture har'a galgala xumurama. 📅 Qaammee 5 🕓 Saa'atii: Galgala 02:00 - 03:30 (LT) 📍 Iddoo: Toora Telegram - t.me /haftuuproduction Namootni guyyoota darban qooda qabaachaa turan Waaqayyo karaa adda ta'een akka isaan eebbisaa jiru ragaa ba'u. Isinis kottaa haala addaan guyyaa har'aa sagantaa xumuramuuf jedhu kanaaf hirmaattu ta'aa! #OneVoice27 #AllThingsNew #MissionForAll

🎙 F/taa: Rabbirraa Geetaachoo ✍️ Mat-duree: BAAYYEEN WAA LAMA MARARFATA! 🗓 Kan maxxanfame: 2026/2018 📀 Qabee: 1ffaa @haftu
🎙 F/taa: Rabbirraa Geetaachoo ✍️ Mat-duree: BAAYYEEN WAA LAMA MARARFATA! 🗓 Kan maxxanfame: 2026/2018 📀 Qabee: 1ffaa @haftuuproduction

"JAALALA KIRISTOOS ✝️" 🎙Sagantaa Addaa Kadhataa Qaammee🙏Guyyaa: Qaammee 4 🌻 ☆ Hirmaattotni: -  F/taa Sanbatoo Goofar - F/taa Daaksisaa Dabaloo - Dr. Geetuu Faranjii - Luba Eliyaas Addunyaa fi - F/taa Galataa Ittafaa
“Ayyaanni gooftaa Yesus Kristos, jaalalli Waaqayyoo, tokkummaan hafuura qulqulluus hunduma keessanii wajjin haa ta'u!” — 2Qor. 13:13
@haftuuproduction

"JAALALA KIRISTOOS ✝️" 🎙Sagantaa Addaa - Kadhata Qaammee🙏Guyyaa: Qaammee 3 🌻 ☆ Hirmaattotni: -  Sanbatoo Goofar - Fayisaa guddataa - Siisay Shugguxee fi Margituu Gammachuu - B/saa Galataa Yaaddessaa fi - Sr. Warraaqxuu
“Ayyaanni gooftaa Yesus Kristos, jaalalli Waaqayyoo, tokkummaan hafuura qulqulluus hunduma keessanii wajjin haa ta'u!” — 2Qor. 13:13
@haftuuproduction

"JAALALA KIRISTOOS✝️" 🎙Sagantaa Addaa Kadhataa Qaammee🙏Guyyaa: Qaammee 2 🌻 ☆ Hirmaattotni: - Sanbatoo Goofar - Fayisaa Guddataa - B/saa Galataa Yaaddessaa fi - B/saa Sanbatoo Abbabee
“Ayyaanni gooftaa keenyaa Yesus Kristos hafuura keessanii wajjin haa ta'u.” — Film. 1:25
@haftuuproduction

"JAALALA KIRISTOOS✝️" 🎙Sagantaa Addaa Kadhataa Qaammee🙏 Guyyaa: Qaammee 1 ☆ Hirmaattotni: - F/taa Sanbatoo Goofar - F/taa Girmaayee Baayisaa - F/taa Galataa Ittafaa fi - F/ttuu Daraartuu Tafarii “Ayyaanni gooftaa keenyaa Yesus Kristos hafuura keessanii wajjin haa ta'u.” — Film. 1:25 @haftuuproduction

Repost from Haftuu Production
GUYYAAN 1️⃣ QOFTI KAN HAFE!📣 Sagantaa Kadhannaa Guyyoota Qaammee! 🙏 Mata duree "JAALALA KIRISTOOS" jedhuun guyyoota 5'f wal
GUYYAAN 1️⃣ QOFTI KAN HAFE!📣 Sagantaa Kadhannaa Guyyoota Qaammee! 🙏 Mata duree "JAALALA KIRISTOOS" jedhuun guyyoota 5'f walitti fufuun Afeeramtaniittu. 📅 Guyyaa: Qaammee 1 - 5 (September 6 - 10, 2026) 🕓 Saa'atii: Galgala 02:00 - 03:30 (LT) 📍 Iddoo: Toora Telegram - t.me/haftuuproduction Kadhannaa guyyoota shanan Qaammee keessa qabaachuuf adeemnu, mata dureen isaa JAALALA KIRISTOOS jedhu jalatti, Jaalalli Kiristoos: Daandii Jireenya bara baraa ta’uu isaa • Humna abboomamuu fi qulqullummaa nuuf kennuu isaa • Sababa tajaajila keenyaa ta’uu isaa • Humna taatee bara dhumaa keessa jabinaan nu dabarsu ta’uu isaa fi • Dhufaatii isaa lammataaf kan nu qopheessu ta’uu isaa ilaalla. Waliin taanee haa kadhannu, haa eebbifamnu! Kottaa nu wajjin dabarsaa! 🎙 Qopheessitoota: Pirodaakshinii Haftuu & Tajaajila Wangeelaa Soogiddaa #OneVoice27 #AllThingsNew #MissionForAll@haftuuproduction

Last Friday of 2018 ETC is going to pass,and also last Saturday (Sabbath) of 2018ETC is going to come. Congratulations 👏 my sisters and brothers. Thank your God for His providence in this peril Year! 1Sam 7:12. Saamu'elis dhagaa guddaa tokko fuudhee Miisphaadhaa fi Sheen gidduu dhaabe; “Waaqayyo hamma yowwanaatti nu gargaareera” jedhee, maqaa iddoo sanaa Ebeen-Ezeritti in moggaase; [“Ebeen-Ezer” jechuun, “Dhagaa gargaarsaa” jechuu dha]. @Bony_Films_channel

🎙 F/taa: Lataa Margaa ✍️ Mat-duree: WAANJOON DACHEE NUUF GAMSIISE! 🗓 Kan maxxanfame: 2026/2018 📀 Qabee: 2ffaa @Bony_Films_
🎙 F/taa: Lataa Margaa ✍️ Mat-duree: WAANJOON DACHEE NUUF GAMSIISE! 🗓 Kan maxxanfame: 2026/2018 📀 Qabee: 2ffaa @Bony_Films_channel

+1
IBSAA HORDOFAA 0987035682 # DAVE STUDIO GIMBI 0910365217.mp36.13 MB

photo content

+1
ULFAADHU DEMBI DOLLO SDA CHOIR 2026 2018 [_6EhbonQXaA].mp37.23 MB

+7
Miixuu Uumamaa!_-_W U A SDA Mati Choir.m4a8.35 MB

Haadhaf_abbaa_Daa_immaan_Waldaa_Adveentistii_Guyyaa_7ffaa_Laga.m4a5.09 MB

BARA HAARAATTI JIREENYA HAARAA -Guyyaa 1ffaa 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/LHICH2025