πππ«π¨π¨ π ππ π¨π
Open in Telegram
πQaroon qara qaba Fageesse ilaaluf ilaalee hubaachuf.
Show more6 321
Subscribers
-124 hours
+1277 days
+60030 days
Posts Archive
π¨π¨ Bu'aan Qormaata ministirii Kutaa 6ffaa fi 8ffaa kan naannoo oromiyaa gadi dhiifameera!
Ilaalladhaa!
Wave @zigo_top
DUBBII GURGUDDOOTAA GORSAA MURAASA
"Barri galataan eegalame gammachiisaa dha, Guyyaan kadhannaan banamees gaarii dha, Jiruun amantiin taate boqonnaa dha, Hiriyummaan dhiifamaan taatees waartuu (tan hanga dhumaa deemtuu) dha."
βAbbaa Shiinoodaa
"Warra angullaa (sammuu) fi hawwii hin qabne jidduutti guddaa tahuurra, warra angullaa (sammuu) fi hawwii qabu jidduutti dadhabaa tahee jiraachuun filadha."
βKaliil Jibran
"Jireenya kee keessatti wantoota baratamoo karaa hin baratamneen yeroo hojjattu qalbii addunyaa toohatta."
βJoorji Waashiingtan
#JOIN US FOR MOREπ―π―π―π―
@Qaro_Fagooπ
@Qaro_Fagooπ
#Joinβ
Repost from N/a
π£Namonni Channel Kessaan WAVE/ Galfachuun Yeroo Gabaabaa kessatti Guddifachuu Warreen Barbaddaanif.
Iddoo banaa muraasaatu hafe
Carraa Gaarii β
β
@zigo_top Na Dubbisaa
β
Kanneen Subscribers
πππ
β‘οΈAboveβ
5k+ subscriber
β‘οΈAboveβ
50k+ subscriber
β‘οΈAboveβ
100k+ subscriber
HUB. CHANNAL KAN FIDDAN 3k SUBSCRIBE OL DUWWADHA.
π€Warreen Sanaa gadii walii galteen promotion Isiniif ni hojjenna!π€
β οΈHub.Channel views in qabne In fidinaaβ
Na Dubbisuf π₯ @zigo_top
Na Dubbisuf π₯ @zigo_top
Badhaasa qarshii 3000 nama 5 online irra jiruuf hanga taphni xumuramutti.
Portugal vs Spain nama tilmaama sirrii argate ni badhaasna!!
kaardii 500 irratti hirmaadha!! πββπββ
SAFARICOM 250 fi
Ethiotelecom 250
Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! ππ
Badhaasa daqiiqaa 15 Qofa turu
QARSHII 500 nama 5f
Itiyootelekoom moo safaricom tu dura Ethiopia dhufee?
β
Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaafπ₯π₯
Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu tuquun seenaa badhaasa keessan fudhaa ππ
Goooooooooool π₯
Morooooooooookooooo
Ashraaaf haakiiimiii
Morocco π²π¦ 1-0 Canada
Tapha waancaa addunyaa amma taphatamaa jiru kallattiin ilaaluuf iddoo LIVE jettu tuquun ilaali
π€Namoota Amma online jirtan qofaaf:
πAmma sa'atii kanaa jalqabee hamma π4:30 qofatti kan turuu! π
Namoota dursanii chaanaalii armaan gadii JOIN godhan 20'f badhaasi kaardii 500 qophaa'eera! πββοΈπββοΈ
#Jireenya kan dhamdhamee ilaaleef Dammaa caala yoo midhaa'uu. Hadhaan isaa immoo gaga caala!
Kootu koode koo waan siif himaa. Kanniisa irraa jireenya barattaa, barachuu duwwaa mitim faalasama jireenya akkasumas ogummaan maal akka fakkatu gad fagenyan hubattaa.
Kannisa tokko damma dammessu ishee qofaan beeku dandeessaa.
Akkamitti akka dammesitu, jireenya akkami keessa darbiteti, ogummaa akkami fayyadamtet damma qindeesiti kan jedhuus of keessa qabachuu qabda.
Ati jireenya isumaa amma jiraacha jirtuu qofaaf beekta ta'aa garuu dhamdhamtee beekta? Jireenyi siif maali? Akkamin dabarsa jirtaa?
Ati jireenyan an siin jedha jiruu kanas beeku dhisuu dandeessa ta'a. Akkamittin?
Firaa siif yaadu qabattee, obbolessa qabeenyan fagatees abdattee, abbaan kees biyyaa hambaa kanatti diasporaa ta'uu mala, obbolettin kee isheen angafaa kunis biyyaa ala kana teesse doolaran sii macheesiti maaltu beeka.
Ati akka barbadetti ganama kaate ciree kee nyaatte, konkolaata ishee abban kee sii biteen bakka barbaddee baashana oltee galgala galta ta'a....
Dhugumaa jireenyii maal akka fakkatuu beeku dhisuu dandeessa. Garuu kun hundii wabii kee hin ta'uu kootu dhamdhamii jireenyi maal akka fakkatu.
Koode jireenya gaga qofaa jiraatta taanan immoo ati kufteetta of ilaali yeroo qabdu kanatti.
Jireenyi damma hin qabne, gaga qofaas yoo ta'ee kufatif harkaa kennu isaati. Mucucattee dugdan yoo kuftee kufati kee miti garu kuftee yoo achuuman haftee kufaati kee isaa guddaa akka tahees beeki
Yeroo tokko tokkoo kufatin kallatti jireenya kee akka siif sirreessuf itti fayyadamuu danda'uuti qabda.
Walumaa galattii, Jireenyi akkasii kan dhamdhameef dammaa. Damma isaa kannisan tolfaame, faalasama mataa isaan aburamee, ogummaan kan qinda'ee toora mata isaan sochoo'utu walitti dhufee jireenya ta'a.
#Via Tadee k
#ππππ ππ π
ππ πππππ―π―π―
@Qaroo_Fagoo πβ
β
Hanga Ammaa Data Tolaan fayyadamaa yoo hin jirre, amumma Connect bakka jedhu tuquun, Seenaa eegalchiisaa ππ
π€Namoota Amma online jirtan qofaaf:
πAmma sa'atii kanaa jalqabee hamma π3:30 qofatti kan turuu! π
Namoota dursanii chaanaalii armaan gadii JOIN godhan 20'f badhaasi kaardii 500 qophaa'eera! πββοΈπββοΈ
Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera
Iddoo FREE INTERNET π jettu tuquun fayyafamaa
Kennaa guyyaa JIMAATAA Qofa
Badhaasa qarshii 1500 nama 15 amma online jiru Qofaaf
Iddoo GIFT jettu tuquun badhaafamaa
π Wave @Zigo_Top
β
Data Tolan fayyadama yoo hin jiraanne #safaricom fi #ethiotelecom guyyootaaf 0.00BIRR amumma Connect bakka jedhu tuqun fayyadama ππ
Goooooooooooooooooooooooooooooolllll
Tapha waancaa Addunyaa Amma Ispeen taphataa jirtuun, LAAMIN Yamaal Goolii Akkamii galchee πββοΈ
Amma LIVE bakka jedhu tuquun goolii YAMAL laaluu dandeessuπππ
Boooooooooooooooooooooooooommm
Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf, Qorumsi EntraceΒ Marsaa 2ffaa, Guyyaa boruu qoramtanΒ MATHEMATICS'nΒ bahee nubira jira.Β Β Gaafii isaa fi Deebii bakka tokkotti Argachuuf Osoo hin balleeffamin ammuma EXAM bakka jedhu tuqaa Seenaa
Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β ππππ
π€Namoota Amma online jirtan qofaaf:
πAmma sa'atii kanaa jalqabee hamma π3:40 qofatti kan turuu! π
Namoota dursanii chaanaalii armaan gadii JOIN godhan 20'f badhaasi kaardii 500 qophaa'eera! πββοΈπββοΈ
BADHAASA AJAA'IBAA!!
Nama 20 DURSEE deebiseef badhaasa dhunfaatti 100 ni kaffalla.
MAGAALAAN GUDDOON BIYYA ETHIOPIA EENYUU?
Konkolaataa keessatti yeroo deemtu oduu sittti buusa taanaan dulloomaa jirta quba qabaadhu! @Qaroo_Fagoo π
