Sportii Afaan oromo
Open in Telegram
🎯Isportii Jalalaafi🎯 ⚽ Oduu isportii yeroo isaa eggatee 💶 Jijjirraa taphatotaa 📒 Seenaa taphatotaa 🖥️ Tamsasaa kallattii 🔊 Oduu bashanasisaa 📳 Yaada qabdanif Fi Naman Cross gochuu bardana Promotion:@Crypto333666999
Show more999
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-2330 days
Posts Archive
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻
It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.
⚡️ Place your ad here in three simple steps:
1 Sign up
2 Top up the balance in a convenient way
3 Create your advertising post
If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.
Start your promotion journey now!
Repost from N/a
ጀምስ ትራፎርድ የህክምና ምርመራውን ዛሬ ኢትሃድ በመገኘት ያከናውናል !
Join telegram channel
⬇⬇
@nbsport77
@nbsport77
Repost from N/a
በስብስቡ ተካቷል!
አዲሱ የአርሰናል ፈራሚ ቬክቶር ዮክሬሽ ቡድኑ ከቶተንሃም ሆትስፐርስ በሚያደርገው የቅድመ ውድድር ዘመን ጨዋታ በስብስቡ የተካተተ ሲሆን የመጀመሪያ ጨዋታውንም ያደርጋል ተብሎ ይጠበቃል!
Join telegram channel
@nbsport77
@nbsport77
✅Kilabiin Saawuudii Arabiyaa Al Naasiir Jowaa Fileeks Cheelsii irraa fudhachuuf sadarkaa gaariira jira.
✅PSGin goolii eegaa Liil Luukaas Chevalier fudhachuuf dhimma dhuunfaan waliigalteerra gaheera.
PSGin Liil waliin marii kan eegale yoo ta'u, Liil jijjiirraa taphatichaa irraa hanga yuroo miliyoona 40 barbaadu.
PSGin sochiin kontiraata Donaaromaa dheeressuuf taasisan milkaa'aa hin jiru.
@httpNati
✅️Liigii kubbaa miilaa jaallatamaa addunyaa kanaa kan tahe Piriimiyerliigii Ingilaand eegaluuf guyyaa 19 qofatu hafe.🔥
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅Maanchistar Yunaayitid turtii Ameerikaatti taasisuun fooyituu ho'ina qabbaneessu fayyadamuuf yaaduun isaanii gabaafameera.
Waancaa kilaboota addunyaa torban muraasa dura xumurame irratti ho'inni Ameerikaa ture taphattootaaf qormaata akka ture hin dagatamu.
Yunaayitid gama isaatiin turtii isaa Ameerikaan ADIDAS irraa Fooyituun nama qabbaneessu akka qophaa'eef gabaafameera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅️Taphattoota erga umuriin isaanii waggaa 30 darbeen booda Hat-trick hedduu dalagan.🔥
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅️Roonaaldoon yeroo turtii boqonnaa isaa bashananaa ture xumuruun har'a gara shaakalaatti deebihee jira.
THE GOAT IS BACK.🔥🐐
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅Baayeer Muuniik gaafii haaraa Luwis Diyaaz fudhachuuf dhiyeesseera. Muuniik Diyaaz fudhachuuf Yuroo miliyoona 67.5 ol dhiyeessaniiru.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Niwukaastil Yunaayitid Isak fudhachuuf €172m kaffaluun dirqama ta'uu gaazexeessaan Dailymail Greg Hope 😮 gabaaseera
Seenaa Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti rikoordii jijjiirraa haaraa?
✅Viktoor Yokeresh qorannoo fayyaa akka taasisu Sporting irraa heyyama argateera, qorannoon fayyaa taphataa kanaa boru kan taasifamu ta'a.
Fabrizio Romaano
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅Viktoor Yokeresh Arsenaal kessatti uffannaa lakkoofsa 14 akka uffatu nii eeggama jechuun David Ornstein gabaasera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
