uk
Feedback
Sportii Afaan oromo

Sportii Afaan oromo

Відкрити в Telegram

🎯Isportii Jalalaafi🎯 ⚽ Oduu isportii yeroo isaa eggatee 💶 Jijjirraa taphatotaa 📒 Seenaa taphatotaa 🖥️ Tamsasaa kallattii 🔊 Oduu bashanasisaa 📳 Yaada qabdanif Fi Naman Cross gochuu bardana Promotion:@Crypto333666999

Показати більше
999
Підписники
Немає даних24 години
-27 днів
-2330 день
Архів дописів
photo content

Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻 It's easy with Telega.io. As the leadi
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻 It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches. ⚡️ Place your ad here in three simple steps: 1 Sign up 2 Top up the balance in a convenient way 3 Create your advertising post If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it. Start your promotion journey now!

.

Repost from N/a
ጀምስ ትራፎርድ የህክምና ምርመራውን ዛሬ ኢትሃድ በመገኘት ያከናውናል ! Join telegram channel ⬇⬇ @nbsport77 @nbsport77
ጀምስ ትራፎርድ የህክምና ምርመራውን ዛሬ ኢትሃድ በመገኘት ያከናውናል ! Join telegram channel ⬇⬇ @nbsport77 @nbsport77

Repost from N/a
በስብስቡ ተካቷል! አዲሱ የአርሰናል ፈራሚ ቬክቶር ዮክሬሽ ቡድኑ ከቶተንሃም ሆትስፐርስ በሚያደርገው የቅድመ ውድድር ዘመን ጨዋታ በስብስቡ የተካተተ ሲሆን የመጀመሪያ ጨዋታውንም ያደርጋል ተብሎ ይጠበቃ
በስብስቡ ተካቷል! አዲሱ የአርሰናል ፈራሚ ቬክቶር ዮክሬሽ ቡድኑ ከቶተንሃም ሆትስፐርስ በሚያደርገው የቅድመ ውድድር ዘመን ጨዋታ በስብስቡ የተካተተ ሲሆን የመጀመሪያ ጨዋታውንም ያደርጋል ተብሎ ይጠበቃል! Join telegram channel @nbsport77 @nbsport77

Reunited in Saudi Pro League. Very soon. 🫂🇵🇹 @httpNati @httpNati
Reunited in Saudi Pro League. Very soon. 🫂🇵🇹 @httpNati @httpNati

✅Kilabiin Saawuudii Arabiyaa Al Naasiir Jowaa Fileeks Cheelsii irraa fudhachuuf sadarkaa gaariira jira.
✅Kilabiin Saawuudii Arabiyaa Al Naasiir Jowaa Fileeks Cheelsii irraa fudhachuuf sadarkaa gaariira jira.

✅PSGin goolii eegaa Liil Luukaas Chevalier fudhachuuf dhimma dhuunfaan waliigalteerra gaheera. PSGin Liil waliin marii kan ee
✅PSGin goolii eegaa Liil Luukaas Chevalier fudhachuuf dhimma dhuunfaan waliigalteerra gaheera. PSGin Liil waliin marii kan eegale yoo ta'u, Liil jijjiirraa taphatichaa irraa hanga yuroo miliyoona 40 barbaadu. PSGin sochiin kontiraata Donaaromaa dheeressuuf taasisan milkaa'aa hin jiru. @httpNati

✅️Liigii kubbaa miilaa jaallatamaa addunyaa kanaa kan tahe Piriimiyerliigii Ingilaand eegaluuf guyyaa 19 qofatu hafe.🔥 𝐒𝐇�
✅️Liigii kubbaa miilaa jaallatamaa addunyaa kanaa kan tahe Piriimiyerliigii Ingilaand eegaluuf guyyaa 19 qofatu hafe.🔥 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii     𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

✅Maanchistar Yunaayitid turtii Ameerikaatti taasisuun fooyituu ho'ina qabbaneessu fayyadamuuf yaaduun isaanii gabaafameera. W
✅Maanchistar Yunaayitid turtii Ameerikaatti taasisuun fooyituu ho'ina qabbaneessu fayyadamuuf yaaduun isaanii gabaafameera. Waancaa kilaboota addunyaa torban muraasa dura xumurame irratti ho'inni Ameerikaa ture taphattootaaf qormaata akka ture hin dagatamu. Yunaayitid gama isaatiin turtii isaa Ameerikaan ADIDAS irraa Fooyituun nama qabbaneessu akka qophaa'eef gabaafameera. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii     𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

✅️Taphattoota erga umuriin isaanii waggaa 30 darbeen booda Hat-trick hedduu dalagan.🔥 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑�
✅️Taphattoota erga umuriin isaanii waggaa 30 darbeen booda Hat-trick hedduu dalagan.🔥 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii     𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

✅️Roonaaldoon yeroo turtii boqonnaa isaa bashananaa ture xumuruun har'a gara shaakalaatti deebihee jira. THE GOAT IS BACK.🔥�
✅️Roonaaldoon yeroo turtii boqonnaa isaa bashananaa ture xumuruun har'a gara shaakalaatti deebihee jira. THE GOAT IS BACK.🔥🐐 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii     𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

ሁጎ ኢኬቲኬ ! 😎
ሁጎ ኢኬቲኬ ! 😎

✅Baayeer Muuniik gaafii haaraa Luwis Diyaaz fudhachuuf dhiyeesseera. Muuniik Diyaaz fudhachuuf Yuroo miliyoona 67.5 ol dhiyee
✅Baayeer Muuniik gaafii haaraa Luwis Diyaaz fudhachuuf dhiyeesseera. Muuniik Diyaaz fudhachuuf Yuroo miliyoona 67.5 ol dhiyeessaniiru. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii     𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Gareen Baarseloonaa daawwannaa bara dorgommii duraa gara Eeshiyaa...
Gareen Baarseloonaa daawwannaa bara dorgommii duraa gara Eeshiyaa...

Niwukaastil Yunaayitid Isak fudhachuuf €172m kaffaluun dirqama ta'uu gaazexeessaan Dailymail Greg Hope 😮 gabaaseera Seenaa P
Niwukaastil Yunaayitid Isak fudhachuuf €172m kaffaluun dirqama ta'uu gaazexeessaan Dailymail Greg Hope 😮 gabaaseera Seenaa Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti rikoordii jijjiirraa haaraa?

✅Viktoor Yokeresh qorannoo fayyaa akka taasisu Sporting irraa heyyama argateera, qorannoon fayyaa taphataa kanaa boru kan taa
✅Viktoor Yokeresh qorannoo fayyaa akka taasisu Sporting irraa heyyama argateera, qorannoon fayyaa taphataa kanaa boru kan taasifamu ta'a. Fabrizio Romaano 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii     𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

✅Viktoor Yokeresh Arsenaal kessatti uffannaa lakkoofsa 14 akka uffatu nii eeggama jechuun David Ornstein gabaasera. 𝐒𝐇𝐀𝐑�
✅Viktoor Yokeresh Arsenaal kessatti uffannaa lakkoofsa 14 akka uffatu nii eeggama jechuun David Ornstein gabaasera. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii     𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Jeems Tiraafoordi Maanchistar Siitiitti makamuuf walii galeera. ASIN DEEMINA [Faabriiziyoo Roomaanoo]. @httpNati @httpNati
Jeems Tiraafoordi Maanchistar Siitiitti makamuuf walii galeera. ASIN DEEMINA [Faabriiziyoo Roomaanoo]. @httpNati @httpNati

Taphataan goolii eegaa Maanchistar Yunaayitid lammii Kaameeruun Andiree Onaanaa shaakalatti deebi'e. @httpNati @httpNati
Taphataan goolii eegaa Maanchistar Yunaayitid lammii Kaameeruun Andiree Onaanaa shaakalatti deebi'e. @httpNati @httpNati