SAIA-Sagantaa Afuuraa Imaanaa Abbootaa(የአባቶች አደራ መንፈሳዊ መርሀግብር )
Open in Telegram
“Iddoo Abboota keetii ijoolleen kee siif dhalataniiru.” (Faar.45:16). Channel ’in kun kan barattoota Yaa’ii Mooraa Yuuniversiitii Hawaasaatti sagantaa Afaa Oromoo (𝙎𝘼𝙄𝘼) ti. 👉 saia.hu.2000et@gmail.com 📳 0934996412 https://youtube.com/@saiatube
Show moreThe country is not specifiedReligion & Spirituality246 666
232
Subscribers
-124 hours
-27 days
+1230 days
Posts Archive
Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen!
Mat.7:7"Kadhadhaa isiniif kennama, barbaadaa ni argattu, balbala rukutaa isiniif banama"!
Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa baay'atu jechaa boru ganama sa'aatii 11:45 tti Sagantaan kadhannaa waan jiruuf hundumti keenya dursinee walkakaasun kadhannaa irratti yaa argamnu.Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Dubroo Maariyaamitti (Saalita Mihiratiitti).Kophaa deemun waan hin danda'amneef dursinee walkakaasnee gamtaadhan wajjin deemna.
"Gara Qoruumsatti akka hin galleef dammaqaa Kadhadhaa"! Mat.26:41
"Kan kadhattan yoo taatan kadhannaa keessan addaan kutuu dhiisuu hawwaa.Barabaraan kadhachuuf kan hawwitan taanan jireenyi keessan ofiisaa kadhannaa ta'a" ABUNA SHEENODAA
Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen!
"Lafti qonnaa yoo hin qotamne midhaan hin argamsiisu, Namnis yoo hin barannee fi hin orii'amne firii amantaa hin buusu"! Qulqulluu Abbaa Selaamaa Kesaate Birhaan
Jaalatamtoota maatiiwwan Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa baay'atu jechaa boru (Kamisa) galgala sa'aatii 11:30 tti Sagantaan koorsii Barattoota buleeyyii tecno fi kan fireeshoota waan jiruuf sirritti Wal kakaasun irratti yaa argamnu.Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Dubroo Maariyaamitti (Saalita Mihiratiitt
MAQAA ABBAA KAN ILMAA KAN AFUURA QULQULLUU WAAQA TOKKO. AMEEN
KIRISROOS DU'AA KA'E
HUMNAAF AANGOO ISAATIN
SEXXAANNI HIDHAAME
ADDAAM BILISOOME
EEGA KANA BOODA
NAGAAF JALAALLI TA'E
Mat.7:7"Kadhadhaa isiniif kennama, barbaadaa ni argattu, balbala rukutaa isiniif banama"!
Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa baay'atu jechaa boru ganama sa'aatii 11:45 tti Sagantaan kadhannaa waan jiruuf hundumti keenya dursinee walkakaasun kadhannaa irratti yaa argamnu.
IDDOON : M/A/Q/MARIIYAAM
"Gara Qoruumsatti akka hin galleef dammaqaa Kadhadhaa"! Mat.26:41
HUB. Ijoolleen HARMEE SAIA GC (Ebbifaamtoonni) Bara 2016 taaneef boor kaase itti fuufinsan guyyaa 3'f kadhannaan akkaa taasifamuuf koree GC tiin Eergan darbeera kanafuu hundi keenya irraatti haa hirmannuu.
Jaalatamtootaa fi kabajamtoota barattoota gc bara 2016 akkuma beekamu haati keenya SAIA'n fresh irraa kaasee hanga kabaja eebbifamuudhaaf qaqqabnutti barumsa foonii keenya cinaatti nu waliin taatee soora lubbuu, jaalala dhugaa, turtii mana waaqayyootti qabnu bifa bareedaa fi haala nama gammachiisuun akka dabarsinu kan nu dandeessiste kanaaf yeroo muraasa nu hafte kana oolmaa harmee keenya deebisuu baatnu iyyuu dhaloota dhufuuf haala mijatuun akka dabarsinee laatnuuf kadhannaa guyyoota sadiif wiixata ganama gaafa 19/09/16 irraa eegalee hanga Roobiitti qabachuuf jirra. barattoonni GC taane marti keenya iyyuu dammaqinaan irratti haa argamnu.
Nagaan waaqayyoo hunda keenya waliin haa ta'u!!!
Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen!
Mat.7:7"Kadhadhaa isiniif kennama, barbaadaa ni argattu, balbala rukutaa isiniif banama"!
Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa baay'atu jechaa boru ganama sa'aatii 11:45 tti Sagantaan kadhannaa waan jiruuf hundumti keenya dursinee walkakaasun kadhannaa irratti yaa argamnu.Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Dubroo Maariyaamitti (Saalita Mihiratiitti).Kophaa deemun waan hin danda'amneef dursinee walkakaasnee gamtaadhan wajjin deemna.
"Gara Qoruumsatti akka hin galleef dammaqaa Kadhadhaa"! Mat.26:41
"Kan kadhattan yoo taatan kadhannaa keessan addaan kutuu dhiisuu hawwaa.Barabaraan kadhachuuf kan hawwitan taanan jireenyi keessan ofiisaa kadhannaa ta'a" ABUNA SHEENODAA
Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen?
"Haalleeluyaa Waaqayyoon Mana isaa keessatti galateeffadhaa! Sagalee fiinootiin, Baganaa, Maseenqoo fi kabaroon galateeffadhaa!"Far.150:1-6
Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa baay'atu jechaa boru ganama sa'aatii 3:00 tti Sagantaan faaruu waan jiruuf Wal kakaasnee irratti yaa argamnu.Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Sillaasee.
Hub. Ijoollee Abbaa fi Haadha taatan matii keessaniif bilbiilu hin dagatina.
Repost from ሀዋሳ ዩ/ዋ/ግ/ግ/ጉባኤ
7 ቀን ቀረውወደ አርባምንጭ ዚጊቲ አቡነ ገብረመንፈስ ቅዱስ እና ብርብር ማርያም ቤተክርስቲያን ከምናደርገው ልዩ መንፈሳዊ ጉዞ ላይ ለመሳተፍ ትኬትወን በጊዜ በእጅዎ ያስገቡ። የጉዞ ቀን ከግንቦት 9 - 11 📌የትኬት ዋጋ 1190 ብር ብቻ 👉ለበለጠ መረጃ +251974899216 በዚህ ይደውሉ https://t.me/HU_main_campus_gibi_gubae
tti koorsiin waan jiruuf hundumti keenya sirritti Wal kakaasun irratti yaa argamnu.Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Sillaasee galma guddicha
Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen!
Kiristoos Du'aa ka'e-Humnaa fi aangoo isaatin
Seexanni hidhame-Addaam bilisa bahe
Egaa kana booda-Nagaa fi gammachuun nuuf ta'e
Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa ta'u jechaa boru galgala sa'aatii 11 30
ዮም ፍስሐ ኮነ
በእንተ ልደታ ለማርያም
"Yaa Misirrookoo libaanosii kottu" Weeddu Solomoon 4÷8
Baga guyyaa dhalota giiftii keenya qulqullettii dubro maariyaamiin nu gahe. Ayyaana gaarii🙏🙏🙏
ሃና እና እያቄም ወለዱ ሰማይ
አዲሷም ሰማይ አስገኘች ፀሀይ
ምስራቀ ምስራቃት የአምላክ መገኛ
ከሊባኖስ ድንግል ነይ ወደኛ
ተጨነቀ አዳም በመከራ
በእርግማን ቀን ለቅሶ እየዘራ
በልጅሽ ሞት አለም ተቀደሰ
የፍጥረቱ እንባ በመስቀል ታበሰ
በልጅሽ ሞት አለም ተቀደሰ
የፍጥረቱ እንባ በመስቀል ታበሰ
አዝማች
የሕያውያን እናታቸው ሆነሽ
ለቀደመች ሄዋን ጠበቃ ሆንሽ
ደስተኛዋ ደስ ይበልሽ ማርያም
ከአንቺ ወጣ የአለሙ ሰላም
ደስተኛዋ ደስ ይበልሽ ማርያም
ከአንቺ ወጣ የአለሙ ሰላም
አዝማች
ፅኑ ገመድ በአንቺ ተቆረጠ
የፍዳ ዓመት ይህው ተለወጠ
በሃና ልጅ በእያቄም ፍሬ
ደስታ ሆነ ቅኔ እና ዝማሬ
በሃና ልጅ በእያቄም ፍሬ
ደስታ ሆነጨቅኔ እና ዝማሬ
አዝማች
በወለዱሽ በሃና በእያቄም
ተማፅነናል ድንግል ማርያም
ከአዳኝ ወጥመድ ከክፉ ጠላት
ልጆችሽን ጠብቂ ከጥፋት
ከአዳኝ ወጥመድ ከክፉ ጠላት
ኢትዮጵያን ጠብቂያት ከጥፋት
t.me/Galateeffamaadha
✞ዮም ፍስሐ ኮነ✞
ዮም /ፍስሐ ኮነ/(፪)
በእንተ ልደታ ለማርያም
በባርነት ሳለን - - - ፍስሐ ኮነ
ኃጢአት በአለም ነግሳ - - - ፍስሐ ኮነ
በድንግል መወለድ - - - ፍስሐ ኮነ
ቀረልን አበሳ - - - ፍስሐ ኮነ
እግዚአብሔር መረጠሸ - - - ፍስሐ ኮነ
ልትሆኚው እናቱ - - - ፍስሐ ኮነ
ይኸው ተፈፀመ - - - ፍስሐ ኮነ
የዳዊት ትንቢቱ - - - ፍስሐ ኮነ
አዝ = = = = =
የሰው ልጆች ተስፋ - - - ፍስሐ ኮነ
የአዳም ሕይወት - - - ፍስሐ ኮነ
የኢያቄም የሐና - - - ፍስሐ ኮነ
ፍሬ በረከት - - - ፍስሐ ኮነ
ምክንያተ ድኂን - - - ፍስሐ ኮነ
ኪዳነምህረት - - - ፍስሐ ኮነ
ድንግል ተወለደች - - - ፍስሐ ኮነ
የጌታዬ እናት - - - ፍስሐ ኮነ
አዝ = = = = =
በሔዋን ምክንያት - - - ፍስሐ ኮነ
ያጣነውን ሰላም - - - ፍስሐ ኮነ
ዛሬ አገኘነው - - - ፍስሐ ኮነ
በድንግል ማርያም - - - ፍስሐ ኮነ
የምስራች እንበል - - - ፍስሐ ኮነ
ሀዘናችን ይጥፋ - - - ፍስሐ ኮነ
ተወልዳለችና - - - ፍስሐ ኮነ
የዓለም ሁሉ ተስፋ - - - ፍስሐ ኮነ
መዝሙር
ፍቃዱ አማረ
"መሠረቶቿ በተቀደሱ ተራሮች ናቸው፤"
መዝ፹፮፥፩
╭══•|❀:✧๑♡๑✧❀|: ══╮
@yamazemur_getemoche
╰══•ೋ•✧๑♡๑✧• ══╯
Baga guyyaa dhaloota haadha keenya qulqulleetti dubroo Mariiyaam naga geessan. "instant view" ishee jettutti bu'uun data malee seenaa dhaloota giftii keenya dubbisa.
Repost from PABLO VIP TIPS
Caamsaa 1 Guyyaa Dhaloota Haadha Keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam
Yoo isinitti tole Youtube keenya SUBSCRIBE Gochuun nu Jajjabeessaa 👇
youtube.com/@Miidiyaa_Qaraaniyoo
👇Join👇gochuun Seenaa Baradhaa
@Faaruu_fi_Barumsa_Ortodoksii
@Faaruu_fi_Barumsa_Ortodoksii
@Faaruu_fi_Barumsa_Ortodoksii
INSTANT VIEW tuquun Dubbisaa
https://telegra.ph/Caamsaa--1-05-08
Repost from ሀዋሳ ዩ/ዋ/ግ/ግ/ጉባኤ
"ሙሽራዬ ሆይ! ከሊባኖስ ከእኔ ጋር ነይ።"
መኃ ፬፥፰
እንኳን ለእመ አምላክ የልደት በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
📌እንደሚታውቀው እናት ግቢ ጉባኤያችን ከምታዘጋጃቸው ዓመታዊ መርኃግብር መካከል የእመቤታችን የልደት በዓል (ግንቦት ልደታ) አንዱ ነው።
👉ዘንድሮም ዝግጅቷን አጠናቃ የእኛን መምጣት ብቻ እየጠበቀች ነው።
👉በመርኃግብሩም
✍ ጸሎት
✍ ዝማሬ
✍ ትምህርተ ወንጌል
✍ ዝክር እና ሌሎችም መርኃግብራት ይኖሩናል
👉ስለዚህ እኛ ልደቷን በቤቷ እንድናከብር በእግዚአብሔር ስም ተጠርተናል
👉ያልሰሙትን ማሰማት (መቀስቀስ) እንዳይረሳ!
📅ቀን ነገ ሐሙስ (01/09/2016)
⏰ሰዓት 11:30
📍ቦታ ሰዓሊተ ምህረት ቅድስት ማርያም
https://t.me/HU_main_campus_gibi_gubae
MAQAA ABBAA KAN ILMAA KAN AFUURAA QULQULLUU WAAQA TOKKO AMEEN.
jallatamtoonni matiiwwaan waaqayyoo Akkaam naga keessanii?... ameen galanni waaqayyoof haa ta'u. Boor sababaa ayaana guyyaa dhaloota haadha keenya qulqulleetti mariiyamiif ayyaanni waggaa(Nigsiin) waan jiruuf dabalatanis Gibi gubayeen waltajjii walii gala bataskana mariiyammiitti qopheesse waan jiruuf, korsiin barattoota buleyyii tecno fi waggaa 1ffaa hin jiratu. kanafuu ayaanicha irraatti hirmachuun eebba fi suugaa haadha keenya akkaa argattaaniin eerga HARMEE SAIA tii.
Kabaja ayyaana du'aa ka'umsa gooftaa keenyaa Fayyisaa keenya Iyasuus Kiristoos SAIA dhan Kan bara 2016
Ayyaana gaarii🙏
MAQAA ABBAA KAN ILMAA KAN AFUURA QULQULLUU WAAQA TOKKO. AMEEN
Mat.7:7"Kadhadhaa isiniif kennama, barbaadaa ni argattu, balbala rukutaa isiniif banama"!
Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa baay'atu jechaa boru ganama sa'aatii 11:20 tti Sagantaan kadhannaa waan jiruuf hundumti keenya dursinee walkakaasun kadhannaa irratti yaa argamnu.Iddoon Man
"Gara Qoruumsatti akka hin galleef dammaqaa Kadhadhaa"! Mat.26:41
