Qajeelcha To'annaa Fincilaa Rejimantii Agarii Tulluu Shaggar👮♀️👮♀️👍👍
Open in Telegram
Humna Xiqqaan Injifannoo Guddaa Nagaan Kunuunsa Nama Hundaa Gaafata
Show moreThe country is not specifiedPolitics30 275
305
Subscribers
No data24 hours
+17 days
+330 days
Posts Archive
+2
Oolmaa Guyyaa 8/06/2017
Mariin ummata wajjiin geggeefame.....
Qajeelchi To'annaa Fincilaa Reejimentii Agarii tulluu humna 4ffaatii godina sh/kaabaa Bulchiinsa magaalaa shanoo Ganda kurfoo fi sinqee keessattii mariin ummataa fi mishoota wajjiin gaggeefame
Maricha kan gaggeessan Ajajaa humna 4ffaa Gar/Insp Buruuk Geetahun
Horaa bulaa nageenyi hunda dursa
Oolmaa Guyyaa 6/06/2017
Akka Rejimentii Agarii tulluu humna 4ffaati haroomsii karaa tuuta 2ffaatiin tasiifame haroomsa kana irratti Qind/bobii Rejimentii Agarii tulluu It/A/Ins Ciimdii shantamaa fi hoggantoonni humnoota biroos irratti argamaniru. Akkasumas hasaawa baninsaa kan tasisan Ajajaa humna 4ffaa Gar/Ins Buruuk Geetahun yoo ta'u leenjii dandeettii ciimsannaan walqabatee haalli jiru Gaarii waan ta'eef ciimee itti fufuu qaba jedhan karaa biraatiin miseensota Amala Gaarii qabanii fi hojii isaanii qixa sirriin bahatan jajjabeessan.
Horaa bulaa
𝑳𝒆𝒆𝒏𝒋𝒊𝒊𝒏 𝑫𝒂𝒏𝒅𝒆𝒆𝒕𝒕𝒊𝒊 𝑪𝒊𝒎𝒔𝒂𝒏𝒏𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒖𝒎𝒂 𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒇𝒖𝒖𝒇𝒆𝒕𝒕𝒊 𝒋𝒊𝒓𝒂
𝑸𝒂𝒉𝒆𝒆𝒍𝒄𝒉𝒊 𝑻𝒐'𝒂𝒏𝒏𝒂𝒂 𝑭𝒊𝒏𝒄𝒊𝒍𝒂𝒂 𝑹𝒆𝒆𝒋𝒊𝒎𝒂𝒏𝒕𝒊𝒊 𝑨𝒈𝒂𝒓𝒊𝒊 𝒕𝒖𝒍𝒍𝒖𝒖 𝒍𝒆𝒆𝒏𝒋𝒊𝒊 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒆𝒆𝒕𝒕𝒊𝒊 𝒄𝒊𝒎𝒔𝒂𝒏𝒏𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒖𝒎𝒂 𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒇𝒖𝒖𝒇𝒆𝒕𝒕𝒊 𝒋𝒊𝒓𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒂𝒏𝒊𝒔 𝒈𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒉𝒂𝒓'𝒂𝒂 𝒍𝒆𝒆𝒏𝒋𝒊𝒊 𝒅𝒉𝒖𝒌𝒂𝒂𝒔𝒂 𝒈𝒂𝒓𝒈𝒂𝒈𝒂𝒓𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒏𝒏𝒂𝒂 𝒐𝒐𝒍𝒆𝒆𝒓𝒂
+3
Qajeelchi to'annaa fincilaa reejimatii agarii tulluu human 2ffaa tuuta 3ffaa haaromsa akka humnatti taasifame kaka'uumsa ta'uun hojii ijaarsaa fi jaalala,tokkuummaa saloon ibsan
+5
Hojiin tola ooltummaa fi mariin ummataa taasifame
Qajeelchi To'annaa Fincilaa Reejimantii Agarii Tulluu Humna 2ffaan Godina shawaa kaabaa aanaa abbichuu fi nya'aa Ganda nànnawa mandiidaa keessatti hojii misooma gonna irratti akkuma kana an duràa miseensonni keenya hojii tola ooltummaa manguddoota dadhaboof ooluun aantummà ummataa agarsisan .
Dabalataanis marii bal'aa nageenyaan walqabatu ummata wajjiin geggeessan
+8
Meeshaaleen garee miseensi hidhatee jiruuf sakata'iinsi taasifame
Itti gaafatamaan Ordinaansi qajeelcha olaanaa to'annaa fincila oromiyaa ins.olaana Humneechaa fi itti gaafatamaan kutaa ordinaansii reejimantii agarii tulluu sàaj.ol Taaddalaa Guuta meeshalee garee miseensi hidhatee dirqama irra jiru Hunda ija ovummaatiin sakata'uun miseensi dhibbaan dhibbatti akka meeshaa isaatri amanee dirqama kamiifuu of qopheessu taasisan
+3
Godina godina shawaa kaabaa aana abbichuuf nya'aa ganda gaamoo keessatti mariin uummata wajjiin gaggeeffame.
Qajeelchi To'annaa fincilaa Reejimantii Agarii Tulluu haala nageenya naannichaa irratti ummata gandichaa wajjiin marii geggeesse.maricha kan geggeessan qindeessaan bobbii rejimantii Agarii Tulluu Itt/A/insp Cimdii shantamaa fi Ajajaan Humna 4ffaa Gar/Insp Buruuk Geetahuun wajjiin ta'uun
Join and share like comment godhaa hojii gootonni kun hojjatan hiriyyootaa kessaniif qoodaa nu jabeessa nu gorfadhaa nuun abdadhaa gootota ija barbadaa kan onnee sibiilaa warra seena kaasu warra biyya baraaru kana jajjabeessuun abdii itti horuun dirqama
+3
Fayyaan faaya
Leenjiin dandeettii cimsannaa fi hubannoo kennuu akkuma itti fuufetti jira.
Qajeelchi To'annaa fincilaa Reejimantii Agarii Tulluu Godina shawaa Kaabaa Aanaa Abbichuu fi Nya'aa keessattI miseensota dirqama isaanii bahachaa jiraniif leenjii waa'ee fayyaa irratti kenne.
leenjicha kan laatan itti gaafatamaan kutaa fayyaa Rejimantii Agarii Tulluu saajin Alamuu tsagaaye yoo ta'u barbaachisummaa dhibee daddarboo fi dhimma qulqullinnaan walqabatee leenjiin kennameera.
leenjicha irratti itti aanaa Ajajaa fi itti gafatamaann oppireeshiinii rejimantii Agarii Tulluu ins Daawit Tasfaaye fi hoggantoonni biroo hirmaataniiru
Godina shawaa kaabaa bulchiinsa magaala shanotti milishoonni leenjii fudhachaa turan leenjii isaanii xumurun eebbifaman.
hojii nageenya eegsisnu keessatti gaheen qaamolee ñageenyaa fi ummataa murteessoodha.keessummattu qaama ummata wajjiin oolee bulu odeeffannoo gahaa argatu ofbiratti jabeessuun daandii injifannoo isa guddaadha
kanuma hubatuun qajeelchi to'annaa fincilaa reejimantii agarii tulluu yeroo gara yerotti milishoota ummatarraa filuun leenjii kennaa kan jiruudha.kanaans guyyaa har'aa godina shawaa kaabaa bulchiinsa magaala shanotti milishoota leenjisaa ture iddoo aangaa'onni olaanaan jiranitti eebbisiise
+1
Godina shawaa kaabaa bulchiinsa magaala shanotti milishoonni leenjii fudhachaa turan leenjii isaanii xumurun eebbifaman.
hojii nageenya eegsisnu keessatti gaheen qaamolee ñageenyaa fi ummataa murteessoodha.keessummattu qaama ummata wajjiin oolee bulu odeeffannoo gahaa argatu ofbiratti jabeessuun daandii injifannoo isa guddaadha
kanuma hubatuun qajeelchi to'annaa fincilaa reejimantii agarii tulluu yeroo gara yerotti milishoota ummatarraa filuun leenjii kennaa kan jiruudha.kanaans guyyaa har'aa godina shawaa kaabaa bulchiinsa magaala shanotti milishoota leenjisaa ture iddoo aangaa'onni olaanaan jiranitti eebbisiise
+9
Qajeelchi To'annaa fincilaa Reejimantii Agarii Tulluu miseensota dirqama irraa jiraniif leenjii dandeettii cimisannaa kennuu akkuma itti fuufetti jira.
qindeessaa leenjicha Itt/A/insp Cimdii shantamaa miseensota dirqama irra jiran kana daran bu'a qabeessaa fi dirqama itti kennamu kamuufuu qophii akka ta'aniif leenjiin dandeettii cimisannaa kun kennamaa jira jedhan.leenjichis
👉 Barnoota ijaarsaa
👉Dhukaasaa fi
👉loltummaan walqabatee haala gaarii ta'een kennamaa jira.
DAFQI LEENJII Irratti BAHUU DHIIGA KALLAttii HIN TAANEEN AKKA HIN DHANGALAANE GARGAARA
HORAA BULAA
