Qajeelcha To'annaa Fincilaa Rejimantii Agarii Tulluu Shaggar👮♀️👮♀️👍👍
Open in Telegram
Humna Xiqqaan Injifannoo Guddaa Nagaan Kunuunsa Nama Hundaa Gaafata
Show moreThe country is not specifiedPolitics30 275
305
Subscribers
No data24 hours
+17 days
+330 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
March '25
March '25
+6
in 0 channels
February '25
+13
in 0 channels
Get PRO
January '25
+10
in 0 channels
Get PRO
December '24
+9
in 0 channels
Get PRO
November '24
+21
in 0 channels
Get PRO
October '24
+279
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 25 March | 0 | |||
| 24 March | 0 | |||
| 23 March | 0 | |||
| 22 March | 0 | |||
| 21 March | +1 | |||
| 20 March | +1 | |||
| 19 March | +1 | |||
| 18 March | 0 | |||
| 17 March | 0 | |||
| 16 March | 0 | |||
| 15 March | +1 | |||
| 14 March | 0 | |||
| 13 March | +1 | |||
| 12 March | 0 | |||
| 11 March | 0 | |||
| 10 March | 0 | |||
| 09 March | 0 | |||
| 08 March | 0 | |||
| 07 March | 0 | |||
| 06 March | 0 | |||
| 05 March | 0 | |||
| 04 March | 0 | |||
| 03 March | 0 | |||
| 02 March | +1 | |||
| 01 March | 0 |
Channel Posts
Baga Gammaddan Baga Gammanne. Feestivaalli Ispoortii Poolisii biyyaalessaa 19ffaan olaantummaa Poolisii Oromiyaan xumurame.
Gurraandhala 30/2017
Feestivaalli Ispoortii Poolisii biyyaalessaa 19ffaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa ture olaantummaa Poolisii Oromiyaan xumurameera.
Dorgommii gaggeeffameen Poolisiin Oromiyaa geeba 13 argachuun olaantummaan xumureera.
Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa Geeba 4 argachuun sadarkaa 2ffaa Poolisiin Magaalaa Finfinnee Geeba 3 argachuun sadarkaa 3ffaan xumuraniiru.
Letenaal Jeneraal Dirribaa Mokonnin Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Oromiyaa bu'aa argamee kanaaf inni guddaan qindoomina gaggeesitoota fi miseensootati jedhan.
Kilabii qabnu kana ammas daran guddisuuf xiyyeeffannoon irratti ni hojjetama jedhaniiru.
Qaamolee milka'inaa hojii kanaaf gahee isaani bahan hundaa galateeffaniiru.
| 2 | Guurandhala 25/2017)
Koonfiransiin Nageenyaa Tiiraafiikaa bakka hoggantootaa adda addaa ,Abbooti qabeenyaa fi konkolaachistoonni argamanitti geggeefame
Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Abbichuu fi Nya’aatti koonfiiransiin nageenya tirafiika rakkoo kenna tajaajjila hiiku danda’u bakka hogganttoonni Aaniicha Abbootti qabeenyaa fi koonkolaachiiftoonni aragamaniitti guyyaa tokkoof kennama ture xumuurameera.
Qajeelcha Too’aata fiinciila reejimanti agarii Tulluuti qindeessaa boobii reejimantii agarii Tulluu Inspeektar Ciimdii Shatama Aaniichi finxaalayii amaaraa rakkoo nageenyaa hawaasa keenya irran gahuuf bakka gamaa jiruutti konkolaachiiftoonni tokko tokkoo hidhata diina waliin ta’uudhaan hawaasaa Aanaa keenya akka dararamu qaamni hojjechaa jirtan of eeganoo cimaa gochuu baanaan tarkanfiin olaantummaa seeraa qama hidhata diina waliin qabu kana irratti fudhachuun hawaasa keenya rakkoora baraaruuf xiyyeeffaanno kennuun hojjecha jira jedhaniiru.
Konkolaachiiftoonni fi abbootti qabeenya tokko tokkoo akka dubbataniitti human ol kan feenuu fi taariifa ol kan kaffalchiisuun dabalii boba’aa fi meeshaa konkoolata yeroo yeroodhaan dabalu irra kan ka’e hawasaa keenya mine jira kana ni siirreeffana jedhaniiru | 361 |
| 3 | No text... | 305 |
| 4 | No text... | 363 |
| 5 | Baga Yaadannoo Injifannoo Adwaa 129ffaa nagaan geessan
Qajeelcha To'annaa Fincilaa Reejimentii Agarii tulluu
Gurraandhala 23/2017
Adwaan Mallattoo Injifannoo Ummata Gurraachaati.
Adwaan waraana birmaadummaafi bilisummaaf taasifamedha.
kallattiiwwan biyyatti hundarraa Loltoonni kumni dhibbi 1 ol walitti babba’uun jaalala biyyaaf walii galuun waan aja'ibsiisaa hojjetaniiru.
Injifannoon Adwaa guddummaan Itiyoophiyaa kan itti mul’atedha.
Injifannoon Adwaa wantoota irraa baratamuu qaban baay'ee kan qabu waan ta’eef guyyicha yaadachaafi seenaa isaa dhaloota itti aanutti dabarsuun har'aas nageenya naannoo keenya fi biyyaa keenya eegun itti gaafatamummaa dhaloota har’aati.
Baga Yaadannoo Injifannoo Adwaa 129ffaa nagaan isiin Gahe. | 354 |
| 6 | No text... | 408 |
| 7 | No text... | 362 |
| 8 | 𝐆𝐮𝐫𝐚𝐚𝐧𝐝𝐡𝐚𝐥𝐚 17 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐚 2017
𝐐𝐚𝐣/𝐓𝐨/ 𝐅𝐢/𝐎 /𝐑𝐞𝐞𝐣𝐢𝐦𝐞𝐞𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐓𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐇𝐮𝐦𝐧𝐚𝐚 2𝐟𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐚𝐫𝐨𝐨𝐦𝐬𝐢𝐢 𝐖𝐚𝐚𝐥𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐦𝐢𝐬𝐞𝐞𝐧𝐬𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐜𝐢𝐦𝐬𝐮𝐮 𝐓𝐚𝐚𝐬𝐢𝐢𝐟𝐚𝐦𝐞𝐞.
𝐇𝐚𝐫𝐨𝐨𝐦𝐬𝐢𝐢𝐜𝐡𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐨𝐠𝐚𝐚𝐧𝐭𝐨𝐨𝐧 𝐇𝐮𝐦𝐧𝐚𝐚 2𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐀𝐣𝐚𝐚𝐣𝐚 𝐇𝐮𝐦𝐧𝐚𝐚 3𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐚𝐦𝐮𝐮𝐧 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐚 𝐦𝐢𝐬𝐞𝐞𝐧𝐬𝐨𝐨𝐭𝐚𝐟𝐢 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐫𝐮𝐮.
𝐇𝐮𝐦𝐧𝐚𝐚 2𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐊𝐨𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐅𝐚𝐜𝐜𝐞𝐞 | 360 |
| 9 | No text... | 381 |
| 10 | Guyyaa 16/06/2017
Rejimeentii Agarii Tulluu Humnaa 3ffaa Galaan
Akkuma Bekamuu Gotichii Rejimeentii Agarii Tulluu Humnaa 3ffaa Galaan Dirqamaa Dangaa oromiyaa kabachisuu irratii boba'ee kan argamuu yoo ta'uu. Dirqamaa Dangaa oromiyaa kabachisuu cinnatii ijarsaa miseensaaf Ayyaanotaa garagara irratii Qophii sagantaa adda addaa qopheesan turuun kenyaa ni bekamaa. Guyyaa hardha kanasii Ayyaannaa Somaa qaba sababefachuun akka Humnaa 3ffaa Galaantii sagantaan kan qopha'ee yoo ta'uu. Iddoo Hoggantonii gotichaa To'aanna fincilaa Rejimeentii Agarii Tulluu hoggantonii Humnaa 2ffaan Fi Kessumonii garagara argamanitii gageefamee jira. Sagantaa kana irratii Hogganan Humnaa 3ffaa Galaan It/A/Insp Daanyee Bayyannaa akka dubbatanitii Dangaa oromiyaa kabachisuuf halkanii Fi Guyyaa yeroo kamiyuu caalaa qopha'umman kenyaa murtesadha jedhan.
Ayyaannaa garii Humnaa 3ffaa Galaan.
Nagaan Hundaa kenyaaf Yaa ta'uu. Hora Bulaa Debbanaa. | 233 |
| 11 | 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 14 /6/2017
𝐌𝐚𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐮𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐢𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐍𝐚𝐠𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐆𝐨𝐝𝐢𝐧𝐚𝐚 𝐬𝐡𝐚𝐰𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐚𝐛𝐚𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐀𝐛𝐛𝐢𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐟𝐢 𝐍𝐲𝐚'𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐑𝐞𝐞𝐣𝐢𝐢𝐦𝐞𝐞𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐓𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐇𝐮𝐦𝐧𝐚𝐚 2𝐟𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐮𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐛𝐚𝐥'𝐚𝐚 𝐰𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐦𝐚𝐫𝐲𝐚𝐚𝐭𝐭𝐚𝐚 𝐦𝐚𝐫𝐢𝐢𝐜𝐡𝐚𝐚 𝐃𝐮𝐫𝐬𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐡𝐢𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐠𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚 𝐛𝐚𝐥'𝐚𝐚 𝐮𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐢𝐲𝐲𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐁𝐨/𝐇𝐮𝐦 2𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫/𝐢𝐧𝐬𝐩 𝐀𝐬𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐋𝐚𝐦𝐦𝐚𝐚 ; 𝐍𝐚𝐠𝐞𝐞𝐧𝐲𝐢 𝐢𝐣𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
𝐍𝐚𝐠𝐞𝐞𝐧𝐲𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐥𝐭𝐞𝐞 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐣𝐞𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐮𝐮𝐦𝐭𝐚𝐚𝐟𝐢 qoodaniiru | 255 |
| 12 | No text... | 255 |
| 13 | 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 14 /6/2017
𝐌𝐚𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐮𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐢𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐍𝐚𝐠𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐆𝐨𝐝𝐢𝐧𝐚𝐚 𝐬𝐡𝐚𝐰𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐚𝐛𝐚𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐀𝐛𝐛𝐢𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐟𝐢 𝐍𝐲𝐚'𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐑𝐞𝐞𝐣𝐢𝐢𝐦𝐞𝐞𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐓𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐇𝐮𝐦𝐧𝐚𝐚 2𝐟𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐮𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐛𝐚𝐥'𝐚𝐚 𝐰𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐦𝐚𝐫𝐲𝐚𝐚𝐭𝐭𝐚𝐚 𝐦𝐚𝐫𝐢𝐢𝐜𝐡𝐚𝐚 𝐃𝐮𝐫𝐬𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐡𝐢𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐠𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚 𝐛𝐚𝐥'𝐚𝐚 𝐮𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐢𝐲𝐲𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐁𝐨/𝐇𝐮𝐦 2𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫/𝐢𝐧𝐬𝐩 𝐀𝐬𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐋𝐚𝐦𝐦𝐚𝐚 ; 𝐍𝐚𝐠𝐞𝐞𝐧𝐲𝐢 𝐢𝐣𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
𝐍𝐚𝐠𝐞𝐞𝐧𝐲𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐥𝐭𝐞𝐞 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐣𝐞𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐮𝐮𝐦𝐭𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐪𝐨𝐝𝐚𝐚𝐧𝐢𝐫𝐮𝐮.
𝐛𝐚𝐚𝐲𝐢𝐧 𝐮𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐡𝐢𝐫𝐢𝐢𝐦𝐚𝐭𝐞𝐞
𝐝𝐡𝐢𝐫𝐚 267
𝐃𝐡𝐚𝐥𝐚𝐚 49
𝐈𝐝𝐚'𝐚𝐦𝐚𝐚 316
𝐇𝐨𝐫𝐚𝐚 𝐛𝐮𝐥𝐚𝐚 𝐇𝐮𝐦𝐧𝐚𝐚 2𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐊𝐨𝐨𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐅𝐚𝐜𝐜𝐞𝐞. | 1 |
| 14 | Komishiniin Poolisii Oromiyaa, Dandeetti Raawwachiisummaa Qondaaltoota fi Miseensoota Poolisii cimsuun haala danda'amuu irratti leenjii kenna jira.
Gurraandhala 13/2017
Leenjiin kunis Mataduree "Bulchiinsa Humna Nama fi Bulchiinsa Jijjirama/Human Resource and Change Management/" jedhu irratti kennama jira.
Komishiniin Poolisii Oromiyaa Dandeetti Raawwachiisummaa Qondaaltoota fi Miseensoota Poolisii cimsuuf yeroo gara garaatti leenjii Mata duree adda adda irratti kennuun dandeettii isaanii akka cimsataniif ciminaan hojjetaa jira. Leenjii kanas kan kennan Ga/Komi.Dr. Geetachoo Ittanaa Itti gaafatamaa Qajeelcha Olaanaa Bulchiinsa Qabeenya Humna Namaa Komishinii Poolisii Oromiyaa yeroo ta'uu Leenjiin hubannoo cimsuu kunis, Qondaaltoota fi Miseensoota Istaafii Komishinii Poolisii Oromiyaatiif kennama jira. | 257 |
| 15 | No text... | 282 |
| 16 | No text... | 210 |
| 17 | Guuraandhala 13/2017)
Mariin Nageenyaa naannoole ollaa waliin bakka hogganttoonni Waraanaa, hoggantoon siyaasa godinaa fi Aanaallee naannoole lamaan argamaniitti adeemsiifameera.
Ajajaa qajeelcha to’aana fiinciila reejimantii agarii Tuullu Inspeektar olaanaa Masfiin Muulgeeta diinaan diina jechuun diina fuundura dhaabachuun waraanuun hawaasa gara miisoomaatti akka agragalu naannoon lamaan xiyyeeffaannoon hojjetamu qaba jedhaniiru. Nutti gahee keenya seeraa fi heera mootummaa kabachiisuuf wareegamoota heddu kaffala jira.naannoon amaaras too’aattoota finciilaa isaanni seeraan boobaasuun diinaan wal waraanuu qabu kana ta’uu baanaan diinni kun deebi’ee hawaasa keessannii fi hoggansa keessan nyaatee fixa kanaaf xiyyeeffaannoo kennuun hojjechuu qabdu jedhaniiru.
Raayyaa ittis biyyaa keessa Shaalaqaa haaduush gabra madiin akka dubbataniitti naannoo finxaalayyiin keessa socha’u keessaatti manneen barnoota heedu cifamaniiru sanyii filatamaa fi xaa’oo keemikaala akka dafee qonnaan bula bira hin geenye hojjiin hojjetama jiru jibbisiisaadha. Raayyaan ittis biyyaa diina kamiyyuu barbadeesuuf human gahaa qaba garu qaamni bakka lama dhaabate odeeffaannoo baasuun akka diini baqatuu fi darrari uummata akka hin dhaabane waan godhuuf hawwaasin gahe isan bahu qaba jedhaniiru
Hawasiin marii kana irrattii hirmaatan tokko tokkoo akka dubbataniitti hawaasaa fi wahaasiin waliitti bu’ee hin beeku hogganttoon dheebuu angoo warra qabuutti hawaasa dawoo godhate maqaa hawaasattiin daldala jira kana sirreessu kan qabu hoggansa waan ta’eef kana sirreessatti hawaasaa keessa olaa buulaatti waan barbaadhan waliin hojjechuu dandeenya jedhaniiru
Godina Shawaa kaabaa Aanaa Abbichuu fi Nya’aatti magaala mandiidaa keessaatti bakka hogganttoonni godinaa fi Aanaallee naannoo 3 irra fi hogganttoonni godinaa fi Aanaallee naannoo keenyaa , Abbootti gadaa haadha siinqee fi keessummoonni adda adda bakka argamaniitti marii nageenyaa guyyaa tokkoof taasiifama ture xumuurameera.
Itti/G /Paartii badhaadhiinaatti dame siyaasa godiniicha obbo Abbi Tafarra sabaa fi sablammoon biyyaa keessa jiran wal ta’uudhaan biyyaa jabduu fi guddoo kana ijaarauun isaani himuun finxaalayyii Amaaraa faannoo ofiin jedhee of waamuu fi ABO- Shaneettiin biyyi digamtu kan hin jire ta’u ibsuun waamiichii mootummaan gaga irratti qabu ammale haarki isa waan hin dachaaneef gara nagaatti akka deebi’aan waamicha isaani dabarsaniiru
Bulchaan Aaniicha Obbo Dajanee Birahaanu rakkoo nageenyaa finxaalayyii Amaaraattiin daangaa keenyaara yeroo baay’ee dedeebi’ee uumamuuf hogganttoonni naannoo sana xiyyeeffaanno adda kennuun wal ta’uudhaan hojjetamuun nageenya waara fiduun hawasa naanno lamaan gara misoomaatti deebisuun dirqama qabnu bahu qabna jedhaniiru
Itti /A/Bulchaa godina shawaa kaabaa naannoo 3 obbo Takilayas Balaxaa rakkoon naannoo isaanni keessatti uumammee hariiroo hoggansii finxaalayyii waliin wal makkiinsa uumameen haawasa naanniichaa wareegama hin taanee kaffalchiise jira amma xiyyeeffaannoo adda kennuun tokkumma keenya naannoo oromiyaa fi sabaa fi sablamoota waliin cimsuun dina ergama diina wayyaanee fi biyyaa ijibti fudhatee socha’u kana of keessa dhabamsiisuuf xiiqidhaan waan hojjechaa jiruuf naannoolleen nuu daangeessu hundi deegarsa alaana barbaana jedhaniiru | 218 |
| 18 | Miseensota dirqama irra jiran wajjiin haala yeroo fi qiphaa'ummaa irratti mariin geggeefame.....
Ajajaaan qajeelcha To'annaa Fincilaa Reejimentii Agarii tulluu insp olaanaa Masfin Mulugeetaa miseensota dirqama Godin shawaa kaabaa bulchiinsa magaala shanoo fi aanaa abbichuu fi nya'attii dirqama bahachaa jiran wajjiin haala yeroo fi akkaataa raawwii dirqamichaa irratti marii bal'aa geggeessan.keessumattuu harcàtii miseensaa hanbisuu keessattii gaheen hoggansaa fi maddi harcaatichaa maal akka ta'e gad fageenyaan qorachuun kallattii fuulduraa kaayaniiru | 210 |
| 19 | Qajeelchi To'annaa fincilaa Reejimentii Agarii tulluu godina Sh/kaabaa Bulchiinsa magaalaa shanoo Ganda Tulluu kurfoo fi sinqee keessattii mariin ummataa fi qaamolee nageenyaa wajjiin gaggeesse. Mariicha kan gaggeessan Ajajaa Reejimentii Agarii tulluu Insp/Olanaa Masfiin Mulugetaa yoo ta'u haala yeroo ammaa fi sochilee dinnii taasisu kamiyyuu akka hin milkoofneef, ummannii keenya eeruu qaamolee nageenyaaf akka kennu fi ummannii yaaddoo nageenyaa tokko malee hojjatee akka jiraatuuf marii baldhaa ummata waliin tasisanii jiru.
Akkasumas Bul/loojistikiin Rejimentii Agarii tulluu Gar/Insp Wandasan Tasfayee fi A/humna 4ffaa Gar/Insp Buruuk Geetahun fi hoggantoonni siyaasaa fi hoggantoonni nageenya bulchiinsa magaalichaa maricha irratti kan argamaniidha
Horaa bulaa nageenyi hunda dursa | 207 |
| 20 | No text... | 265 |
