Ethiopian grade 11&12 New curriculum books 📚
Open in Telegram
Elevate Your Learning Comprehensive Study Resources for Ambitious Minds. (Appeals to a specific audience and promises quality)
Show more2 816
Subscribers
No data24 hours
+107 days
+1530 days
Posts Archive
Repost from Oromia Education Bureau
Qormaata Naannoo #Kutaa_6ffaafi_8ffaa #Guyyaa_Barnootaa_46_Qofa Hufuu Beektuu Laata?
--------------------
BBO- Ebla 10/2017 Qormaatni Naannoo kutaa 6ffaafi 8ffaa barattoota Naannoo Oromiyaa bara barnootaa 2017 akka sagantaa Biiroo Barnootaa Oromiyaatti Waxabajjii 16- 20/2017 jiddutti kan kennamu ta'uu kalaandariin barnootaa agarsiiseera.
Qormaata Naannoo kutaa 6ffaafi 8ffaa guyyoota barnootaa 46 kan hafe yoo ta'u, guyyoota Sanbataafi Dilbataa (tutooriyaaliifi qo'achuu barattootaa) dabalatee guyyoota 65 qofa kan hafan ta'uun hubatameera.
#Kanaafuu_barsiisotni_barattootnifi_maatiin_barattootaa guyyoota hafan kanneen keessatti tutooriyaaliin kennitan, kan qo'attaniifi deeggarsi maatiin kennu qabxii barattootaa fooyyessuu keessatti gahee olaanaa waan qabuuf jijjiiramaaf waliin dhaabbachuu qabna kan jedhu dhaamsa BBO ti.
#Dabalataanis_Qormaatni_Biyyoolessaa_kutaa_12ffaa bara 2017 ji'a Waxabajjii keessa waan kennamuuf gamanumaa qophii akka xumuran ni beeksifna.
Walumaa galatti, #manneen_barnootaa_deeggarsa_barattootaaf_taasisaa_jirtan_cimee_akka_itti_fufu, barsiisotni gosa barnoota barsiisaniin '#portion' #dursanii_akka_xumuraniifi_waraqaalee_qormaataa_waggoota_darbanii_akka_shaakalsiisan wal yaadachiisuun qabxii ijoollee keenyaaf ni fayyada.
#_Qabxii_qormaataa_barattoota_keenyaaf_deeggarsi_barsiisotaafi_maatii_hundaa_ol_murteessaadha!
🖥 Oromia Education Bureau 💠
🖥 Tolaa Bariisoo Gadaa ☑️
Repost from አዲስ ሪፖርተር - NEWS
" የ12ኛ ክፍል ፈተና ከአንድ ወር / ከአንድ ወር ተኩል በኃላ ለመስጠት ዝግጅት እየተደረገ ነው " - ብርሃኑ ነጋ (ፕሮፌሰር)
የትምህርት ሚኒስትሩ ብርሃኑ ነጋ (ፕሮፌሰር) የዘንድሮው የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ከአንድ ወር / ከአንድ ወር ተኩል በኃላ እንደሚሰጥ ጠቁመዋል።
ሚኒስትሩ ፥ " ይሄ አራተኛው ነው በአዲሱ የፈተና አሰጣጥ ፈተና የሚሰጥበት " ብለዋል።
ትምህርት ሚኒስቴር ባለፉት ዓመታት የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ከትምህርት ቤቶች ወጥቶ ተማሪዎችን ዩኒቨርሲቲዎች ውስጥ አስገብቶ ፈተና እንዲሰጥ እያደረገ መሆኑ ይታወቃል።
የትምህርት ሚኒስትሩ ስለዘንድሮው የ2017 ዓ/ም ፈተና በተናገሩበት ወቅት 150 ሺህ ተማሪዎች ፈተናቸውን በኦንላይ እንዲወስዱ ዝግጅት እየተደረገ መሆኑን ገልጸዋል።
ብርሃኑ (ፕሮፌሰር) ፥ " እንደ ከዚህ ቀደሙ አድካሚ በሆነ ከቦታ ቦታ ልጆችን እያዘዋወሩ ከመሄድ ባለፈው ዓመት 29 ሺህ ተማሪ ነበር ኦንላይን ፈተና የሰጠነው ዘንድሮ ደግሞ 150 ሺህ ተማሪ ኦንላይን ፈተና ለመስጠት እየተዘጋጀን ነው " ብለዋል።
ሚኒስትሩ የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና የሚሰጥበትን ቀን ቆርጠው ባይናገሩም ፈተናው ከአንድ ወር / ከአንድ ወር ተኩል በኃላ እንዲሰጥ ዝግጅት እየተደረገ መሆኑን ጠቁመዋል።
Via : ቲክቫህ ኢትዮጵያ
@Addis_Reporter
@Addis_Reporter
