699
Subscribers
+2024 hours
+1947 days
+60830 days
Posts Archive
Dhugaan isinin jedhaa koota waan guddaa walin barannaππππππππππππππππππ
Hubadhu!
βββββββββββ
Tarkaafachuun dura
Bakka ejjattu ilaali
Dubbachuukee dura waan jettu madaali
Waan si fayyaduu fu yookaanii sii miidhu dursii itti yaadii
Sirrittii hubadhu
Osoo hin hubatin homaa hin dubatin
Osoo itti hin yaadiin homa hin hojjatin
Irra keessa laalanii keessa hin
Murteessani
Osoo hin hubatin
Quba hin gubatani
π
³οΈπ
·οΈποΈπ
ΆοΈπ
°οΈπ
°οΈπ
»οΈπ
΄οΈπ
΄οΈ. π
ΊοΈπ
ΎοΈπ
΅οΈπ
°οΈπ
»οΈπ
²οΈπ
·οΈπ
ΈοΈποΈπ
ΎοΈπ
ΎοΈ 10
π₯°π₯°π₯°π₯°π₯°π₯°π₯°π₯°π₯°π₯°π₯°π₯°
1 πΈπππ πππ π³πππ π ππππ πΊππππππππ πππππ π°ππππ π·ππ π³ππππππππππ
2 ππππππππ πππππ πππ ππππππππππ πππ‘ππ πππ ππππππππuuπ€£π€£π€£
3 π°ππππ πππ ππππππ ππππ’πππππ π·πππππππ πππ ππππππππππ ππ
4 π°πππ πππ πππππ ππππππππ 3 π’ππππ πππππ π₯π₯π₯
6 yeroo laakkofsa 3 yaaltu wanti sun siif danda, amee gammadeeta garuu akka sareetti harganaa jirta πππ
7. Yeroo amma Kolfa jirta sababin isaa akka gowwomfamte barteetuπππππππ
8 lakkofsa shan bira dabarte jirtaπππππππ
9. amma immo akka lakkofsa 5 jiru baruuf ilaala jirta βοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈ
10 Amma immo wanti kun si ajaa, ibee namattii himuuf jetteπ₯¨π₯¨π₯¨π₯¨π₯¨π₯¨π₯¨
Repost from N/a
Jaalatamuuf jettee
Hin dubbatin soba
Dhuguma dubbadhu
Hiree rabbii qabaa
Dhooysitee jaalattee
Akkan uumne balaa
Booda ni gaabbitaa
Dhiiras ta'u dhalaa
Dhugaa dubbachuun
Beeki hunda caalaa
Haqas firraa eegii
Deemi karaa laalaa
Karaan sobaan dabran
Deebiin nama dhibaa
Jaalalaan daldaluun
Siif hin taatu gabaa
Onneerraa jaaladhu
Qulqulleeysi garaa
Dhugaa yoo qabatte
Qofa deemta karaa
Lubbuun yoo jaalatte
Onnee qulqulluurraa
Soba arguu jibbitii
Nam-jaalattu irraa
Nama sobuu dhiisiitii
Dhugaatu si baasaa
Onnee qulqulluudhaan
Jaalalachuu feesisaa
Jaalalaan dursiitii
Itti himi dhugaa
Sobdee hin jaalatin
Deebi'ee si gubaa
"Kanan qaba jettee"
Hin fakkeeysin dhiisii
Waan qabdu qofaan
Dhugaan amansiisi
Osoo hin qabaatin
Nin qabaan si miitii
Hin barbaadin sobuu
Jiruun dhugaa feetii
Hinaaffaaf shakkiirraa
Jabaadhuu of eegii
Irraa of qusadhuu
Jireenyakee beekii
Tokkoof tokko ta'uun
Hoggaa jaalattanii
Haqa waliif eeguu
Hunduma moo'atanii
π±ππππππππ πΌπ±π±π° π±ππππππ ππππππ π·ππππππ π±πππ π±πππ π±πππππππ π·ππππ 2016 π½πππππ πΆππππππ πΉππππ π±ππππππππππ πππππ’ ππππππ π±πππππππππ πππππππππ πΆππππ πΆππ’π’π 22/1/2016 πΌπππππ π’ππ πΆπππππππ πΊππππππ π΅πππππ π°πππ πΆπππππππππ πΈπππ π±ππππππππ
