699
Subscribers
+2024 hours
+1947 days
+60830 days
Posts Archive
3.𝑩𝒊𝒚𝒚𝒊𝒊 𝒂𝒅𝒅𝒖𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒃𝒂𝒍'𝒊𝒏𝒂𝒏 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐𝒇𝒇𝒂𝒂 𝒕𝒂𝒂𝒕𝒆 𝒌𝒂𝒎𝒊?
𝑨.𝒄𝒉𝒂𝒂𝒚𝒊𝒏𝒂
𝑩.𝒉𝒊𝒏𝒅𝒊𝒊
𝑪.𝑹𝒂𝒂𝒔𝒉𝒊𝒚𝒂
𝑫.𝑴𝒐𝒓𝒐𝒌𝒐
2.kanneen armaan gadii keessaa kamtu seelii biqiloota fi bineeldota ta'ee ayoonota,bishaan fi waantota xuraawa kuusuf kan gargaruu kami?
A.cicha seelii
B.Vaakiyuuli
C.dhagnoota goljii
D.raabisomii
𝕘𝕒𝕒𝕗𝕗𝕚𝕚 𝕘𝕦𝕪𝕪𝕒𝕒 𝕜𝕚𝕓𝕩𝕒𝕥𝕒.
1.𝕜𝕒𝕟𝕟𝕖𝕖𝕟 𝕒𝕣𝕞𝕒𝕟 𝕘𝕒𝕕𝕚𝕚 𝕜𝕖𝕖𝕤𝕤𝕒𝕒 𝕓𝕚𝕪𝕪𝕚𝕚 𝕞𝕒𝕟𝕒 𝕙𝕚𝕕𝕙𝕒𝕒 𝕙𝕚𝕟 𝕢𝕒𝕓𝕟𝕖𝕖 𝕜𝕒𝕞𝕚𝕚?
𝔸.𝕟𝕖𝕥𝕙𝕖𝕣𝕝𝕒𝕟𝕕
𝔹.𝕜𝕒𝕒𝕞𝕡𝕠𝕕𝕚𝕪𝕒𝕒
ℂ.𝔻𝕖𝕟𝕞𝕒𝕣
𝔻.𝕀𝕔𝕖 𝕝𝕒𝕟𝕕
➬ ijoollummaadhaan wanti ani baradhe tokko waa yoo barbaadde sagalee dhageessisuu qabada kan jedhudhudha
𝙶𝙰𝙰𝙵𝙵𝙸𝙻𝙴𝙴𝙽 𝙺𝙴𝙴𝙽𝚈𝙰𝙰 𝙰𝚂 𝙸𝚁𝚁𝙰𝙰 𝙹𝙰𝙻𝚀𝙰𝙱𝙰 𝙷𝚄𝙽𝙳𝙸𝙸 𝙺𝙴𝙴𝚂𝚂𝙰𝙽𝚄 𝙳𝙴𝙴𝙱𝙸𝚂𝚄𝚄 𝚈𝙰𝙰𝙻𝙰
𝙲𝙰𝚁𝚁𝙰𝙰 𝙶𝙰𝙰𝚁𝙸𝙸👍
𝚆𝙰𝙻 𝙸𝚁𝚁𝙰 𝙷𝙰𝙰 𝙱𝙰𝚁𝙰𝙽𝙽𝚄
. ❤️❤️ ❤️❤️
. ❤️. ❤️ ❤️ ❤️ ❤️. ❤️. ❤️
❤️. ❤️ ❤️
❤️. ❤️ ❤️❤️. ❤️
. ❤️ ❤️ ❤️
❤️
❤️
❤️
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
𝐠𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢 2𝐟𝐟𝐚𝐚
1.𝐡𝐢𝐢𝐤𝐚𝐧 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚𝐦𝐚 𝐠𝐮𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐝𝐡𝐚?
𝐀.𝐨𝐝𝐮𝐮 𝐣𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐚𝐚
𝐁.𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐠𝐨𝐰𝐰𝐨𝐨𝐦𝐬𝐚
𝐂.𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐚𝐦𝐚𝐝𝐡𝐚
𝐃.𝐪𝐚𝐚𝐦𝐚 𝐠𝐮𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚.
Mana Barumsaa Bultii Adda:
𝒈𝒂𝒂𝒇𝒇i 1
1.𝒎𝒂𝒈𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝒐𝒓𝒐𝒎𝒊𝒚𝒂𝒂𝒏 𝒒𝒂𝒃𝒅𝒖𝒖 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂 𝒚𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒎𝒖𝒓𝒂𝒂𝒔𝒂𝒇 𝒉𝒂𝒏𝒅𝒉𝒖𝒖𝒓𝒂 𝒐𝒓𝒐𝒎𝒊𝒚𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒏 𝒕𝒂𝒂𝒕𝒆 𝒎𝒂𝒈𝒂𝒂𝒍𝒂 𝒌𝒂𝒎 𝒕𝒖𝒓𝒆𝒆?𝒃𝒂𝒓𝒓𝒆𝒆𝒔𝒔𝒖𝒏 𝒅𝒆𝒆𝒃𝒊𝒔𝒂𝒂.
𝒈𝒂𝒂𝒇𝒇𝒊𝒊 2
2.𝕓𝕚𝕪𝕪𝕠𝕠 𝕥𝕒𝕒𝕟𝕖 𝕓𝕚𝕪𝕪𝕒𝕒 𝕜𝕖𝕖𝕟𝕪𝕒 𝕥𝕚𝕜𝕤𝕚𝕟𝕒 𝕞𝕒𝕝𝕖𝕖 𝕝𝕦𝕜𝕜𝕖𝕖𝕗 𝕝𝕒𝕒𝕔𝕙𝕦𝕟 𝕤𝕒𝕝𝕡𝕙𝕚𝕟𝕒𝕒 𝕜𝕒𝕟 𝕛𝕖𝕕𝕙𝕖 𝕖𝕟𝕪𝕦𝕦?
𝔸.𝕙𝕒𝕒𝕛.𝕒𝕕𝕒𝕞 𝕤𝕒𝕕𝕕𝕠𝕠
𝔹.𝕞𝕒𝕒𝕞𝕞𝕠𝕠 𝕞𝕒𝕫𝕒𝕞𝕚𝕣
ℂ.𝕒𝕟𝕘𝕒𝕒𝕥𝕦𝕦 𝕔𝕒𝕒𝕝𝕒𝕒
𝔻.𝕀𝕝𝕗𝕚𝕟𝕒𝕤𝕙 𝕢𝕒𝕒𝕟𝕟𝕠𝕠
Ganama nagaan baatee
Daandii gubbaatti hafuu
Dukkana hin bariine
Keessa dhaqanii rafuu
Jireenya bor dabartuuf
Yeroo hundaa kaachuu
Imaanaa dagatanii du'anii biyyoo nyaachuuf
Dhukkuba yeroo maleen
Utuu deemtuu qabamuu
Balaa akka tasaatiin addunyaarraa dhabamuu
Ganama kolfaan kaatee
Kan si galchu bo'ichaan
Gonkumaa si hin argatiin humna dhiiga hoolichaan
Ameeeeeeeen!
Hiriyyoota kee Kan baayyee jaallattu hundaaf ergi
Anis isaan Keessa tokko Yoon ta'e naa deebisi
Namni meeqa akka sii deebise ilaali
Yoo nama 7 ol argatte ati nama jaallatamadha.
Seenaa Ajaibaa
Biyyaa Tokkoo Keessaa Namichaa Hirkoo Takkaa Jedhamutu Ture. Innis Akkas Jedhee Anii fi Waaqnii Waal Hin Caaluu Barana Innii Na Ajeessuuf Kutatera Anis Du'uf Qopa'era Jedhe Jedhama!!!!!
Share godha🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Jettee kutattee kaatee laata,
Argitee darbuuf waan rifatteef naataa?
Jettee Waaqan mari'attee sit narra jabaataa!?
Harki koo hiixate bakka maran gahu
Hamma humna kootii saba kootti hin dabu
Kan dhabe gargaareen dhabaa irraa kaasa
Kan daaree uffiseen nafa daara baasa
Akka ilmaan biyyaa rakkattu hin ilaalle
Rakkoo beelaaf dheebuun dhufte qofaa itti duultee
Alaabaa hojii dhabdummaa harka keetiin buuftee,
Mana keetti goree danuut rakkoo dhabe
Rakkoon hojii dhabuu harka keetiin cabe
Hedduuf soora taateet gola baay'ee ifta
Bara baraan mootee Onnee keenya keessa jirta!
Anis namoota oolmaa keetiin late keessa tokko
Mana hojii keetuu anaaf ta'ee dhadhaabbaaf hirkoo
Kabajaafi jaalalaan siif qaba hamtuu kee nan dhaggeessisiin
Carraa naaf kenninaan isin waliin hojjechuun filadha ati naaf eeyyamnaan!
Jaagamaan jabaadha jabaa jabinni irra tarre
Abbaa ilmaan lakkuufi shamarra tatarree
Qabeenyi kee daree kuma kitilli hin madaaliin
Nuuraa qabeessa koo ijji diina sin ilaaliin
Caalmaan kee misee dacha dachaa haa ta'u,
Yaadaaf karoorri kee wal bira siif haa ga'u,
Kan qabdeettun milkaa'i gufuufi mufiin argiin
Dachaa siif haa laatu kuuftee manaan dhabiin
Bara baraan harka kennun dhabiin
Guddisee si haa eebbisu Rabbiin
Isiniif haa kennu Waaqni Umurii Harraagessa
Waaqayyoo isiniif haa kennu ta'aa dargaggeesaa!
Badhaasaa keeti!
