699
Subscribers
+2024 hours
+1947 days
+60830 days
Posts Archive
Warreen Qormaata Kutaa 12 ffaa Eegdaan Link Isa Kana Irraatti Eegadha Information
@New2016
#Kutaa_12ffaa
👉Faayidaan Yuunivarsitii Dhaloota jalqabaa(1st Generation) seenuu maali? Miidhaan isaa hoo?
👉Yuunivarsitii Dhaloota Jalqabaa(1st Generation) Warreen jedhaman isaan kami?
👉Yeroo ammaa Garaagarummaan Yuunivarsitii Mootummaatti barachuufi Dhuunfaan barachuu gidduu jiru maali? Qacarrii irratti Dhiibbaa ni qabaataa?
👉Barattoonni Sagantaa Fooyya'iinsaa dhuufaadhaan kaffalanii Yuunivarsitii Dhuunfaatti baratan qabxii darbiinsaa yoo galmeessan Yuunivarsitii Mootummaa Seenuu ni danda'uu?
Deebii isaa qindeessinee karaa liinkii asii gadiin isiniif maxxansineerra.
👇👇👇👇👇
@New2016
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 @New2016
MEE NAA DUBBISI!!
****
✍Beekaamuuf osoo hin taanee beekaa ta'uudhaf hojjedhu.
✍Hojii boqonnaa sammuu qabuu dalaguuf, dursaa eenyummaa keetti deebi'ii.
✍Waanta tokko namnii Waan namnii jajeef hin jajiin, waan namnii qeeqeefis hin qeeqiin Ejjennoo mataa keen deemsa kee itti fufi.
✍Hamma jiraachuuf carra argattetti gaarummaa dalaguun yeroo kee dabarsii.
✍Kabajii inni guddaan kabajaa namummaatii, malee kan sanyuumma miti. Kanaaf namummaa namaa tokko qofaaf kabaja qabaadhu.
✍ Jireenya kee keessatti tasumaa iyyuu Ejjennoo miiraa hin qabaatin.miiraan deemnaan miidhamnii kan keeti.
Ergaa kanaa immoo hiriyyoota keefis #Forward godhi.
"Dubbisuun ogummadha"
Always Have a Positive Attitude To Be a Better Person And Go!
❤️Yeroo gaarii 🙌🔥 @New2016
Atumti Inni Dubbistu Kun
Naaf Ilaali
😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄
👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀
😝😝😝😝😝😝😝😝😝😝🥕
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
SITTAN KOLFE DIINA KOO
Jedhe Obbo Shimen
Yaadi Nama Kana Dhugamo Soba
✍🏾️Balballi gammachuu tokko yommuu cufamu, kan biraan ni banama; garuu yeroo baay’ee balbala cufame sana yeroo dheeraa ilaalla, isa nuuf baname sana hin arginu.
👀 : Helen Keller. @New2016
"AARIIN MAALII?"
#Dhugaa_ykn_Soba
Jedhi Darbi
"Dogoggora Nama biraatiif,Adabbii nuti ofii keenyaaf kenninuudha." ━━━━━━━━━━━
🖋️ @New2016 🖌️
Baratoota Kutaa 12ffaa Hundaaf Qorumsii Keessan Guyyoota Muraasa Giddittu Waan Gadhifamuf
Link Kana Irratti Eegadha
@New2016
Odun Ammaf Qabnu Kanuma Odu Haran Yeroo Bira Walitti Deebina Gabaasa BBO Irraa
Carraa Gaari Isiinif Hawwina
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Ulaagalee Barbaachisoo Ta, an Baratoota MBBA Hundaaf
Odeeffanno Dabalataf Link kana Tuqa @New2016
𝙷𝙰𝙰𝙲𝙰𝙻𝚄𝚄 𝙷𝚄𝙽𝙳𝙴𝙴𝚂𝚂𝙰
𝚂𝚒𝚛𝚋𝚊 𝙰𝚛𝚝𝚒𝚜𝚝 𝙺𝚊𝚗𝚊 𝙸𝚜𝚊 𝙺𝚊𝚖 𝙹𝚊𝚊𝚕𝚊𝚝𝚝𝚞 𝙽𝚊𝚖𝚗𝚒 𝙸𝚜𝚊 𝙹𝚊𝚊𝚕𝚊𝚝𝚝𝚞 𝚆𝚊 𝚊𝚘𝚜𝚘 𝙷𝚒𝚗 𝙹𝚎𝚍𝚑𝚒𝚗 𝙷𝚒𝚗 𝙳𝚊𝚛𝚋𝚞 𝙺𝚊𝚗 𝙽𝚊𝚖𝚊 𝙹𝚊𝚊𝚕𝚊𝚝𝚞 𝙽𝚊𝚐𝚊𝚍𝚑𝚊 𝙽𝚊𝚖𝚊𝚗 𝙹𝚎𝚍𝚑𝚊 𝙻𝚞𝚋𝚋𝚞𝚗 𝚔𝚎𝚎 𝙷𝚊𝚊 𝙹𝚊𝚗𝚗𝚊𝚝𝚝𝚞 𝙹𝚎𝚍𝚑𝚊𝚗𝚒 𝙸𝚕𝚖𝚊 𝙾𝚛𝚘𝚖𝚘 𝙺𝚊𝚗𝚊𝚗
𝙷𝚊𝚊𝚌𝚎𝚎 𝚔𝚘
#𝚋𝚢_𝙱𝚘𝚗𝚜𝚊
𝚈𝚊𝚊𝚍𝚊𝚍𝚑𝚞𝚖𝚎 𝙴𝚛𝚐𝚊 𝙳𝚑𝚒𝚐𝚗𝚒 𝙸𝚜𝚊 𝙳𝚑𝚊𝚗𝚐𝚊𝚕𝚎 𝙺𝚊𝚊𝚜𝚎 𝙷𝚊𝚐𝚊 𝙰𝚖𝚖𝚊𝚕𝚕𝚎 𝙷𝚒𝚗 𝙳𝚑𝚊𝚋𝚊𝚗𝚗𝚎 𝙳𝚑𝚒𝚐𝚗𝚒 𝙸𝚕𝚖𝚊𝚗 𝙾𝚛𝚘𝚖𝚘 𝙳𝚑𝚊𝚗𝚐𝚊𝚕𝚊, 𝚞𝚗 𝚈𝚊𝚊 𝚆𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘𝚘 𝙷𝚒𝚗 𝙲𝚊𝚕𝚕𝚒𝚜𝚒𝚗.??
Namoonni Nama Kana Beektan Lakkofsa 1 Tuqa Namonni Hin beekni Immo Lakkofsa 2 Namonni Bira Dabartan Immo Rakko Qabdu Jechadha
Kan Argite Deebisi Darbi Hin Ulfatu Waan Ta, ef
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Guyyaa Itti Gumaan Nama
Bahu Hin Oolu
👀👀👀👀👀👀👀👀👀
@New2016
Irratti Hara Sa, a 2:30 irraa Namonni Feetan Card abba 15 Sura Kaasen Gadhisa Wan Ta, ef Namonni Barbaddan Nu Eega
Abba durse argetu guutata
Carra Gaari Isiniif Hawwina💙
🇲 🇦 🇦 🇱 🇲 🇦 🇱 🇱 🇮 🇸 🇦
𝕂𝕒𝕣𝕒𝕒 𝔹𝕒𝕒𝕪𝕖 ℚ𝕒𝕓𝕟𝕒 𝕐𝕠𝕞 ℕ𝕦 𝔻𝕙𝕚𝕓𝕖 𝕂𝕒𝕣𝕒𝕒𝕟 𝕀𝕣𝕣𝕒𝕒 𝔻𝕖𝕖𝕞𝕟𝕦 𝕊𝕚𝕝𝕒 ℕ𝕦𝕞𝕒 𝔻𝕖𝕞𝕟u *2
𝕄𝕒𝕒𝕝𝕚𝕗 𝔾𝕒𝕝𝕞𝕒𝕟 𝔾𝕖𝕖𝕟𝕪𝕦 𝕂𝕒𝕣𝕒 ℕ𝕦 ℚ𝕒𝕓𝕖𝕞𝕠 𝔾𝕒𝕣𝕒𝕒𝕕𝕙𝕒 𝕃𝕒𝕒𝕥𝕒 𝕄𝕒𝕒𝕗 𝔾𝕒, 𝕦 𝔻𝕒𝕒𝕕𝕙𝕒𝕓𝕟𝕖 𝔹𝕠𝕠𝕟𝕪𝕖 ℍ𝕠𝕞𝕒 𝔻𝕙𝕒𝕓𝕟𝕖 𝕃𝕒𝕞𝕞𝕚𝕚 𝕂𝕠 𝔸𝕞𝕞𝕒𝕙𝕠𝕠 ℕ𝕦 𝔾𝕒𝕞𝕖
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
H A A C A A L U U H U N D E E S S A B O O N S A
💎💎💎💎💎💎💎💎💎💎
https://t.me/New2016
Yoo Fedha keessan Ta, e Channel kana Walin Guddifna Hiriyoota keessani Walin Baradha
🥨 Hayyuu Physics Beekaman Eenyu Maqaan Isaa💎
🥕Nama Ofike Hayyuu Physics Jette Yaaddu Immo Lama Bareessii💎
Gaaffilee guyyaa kamisa.
Hiika jechamoota armaan gadii filadhuu.
1.Gabaa bula.
A.Ergamee hin deebi'uu
B.Ni daldala
C.Bakka dhaqeetti hafa
D.waca jaalata
Hubachisa. Yaada keessaan comment jala naaf ka, a yoo Itti fufna jeettan walitti Himaas Deemna Waan Barbaachisu👍
https://t.me/New2016
Barattoonni maqaa keenya Dhabne Jecha Jirtan Link kanan Seenun Ilaaladha Amuma Gara Olitti Wan Maxxanfamef Obsan Achi Keessa Ilaaladha Namonni Hin Kufne Jettani Abdi Kutanis Ilaala Kufu Keessan Achi Irra Hin Bartu
Carra Gaari Isinif Hawwina👍
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Ayyaanni Masqala Akkam Ture?
A)Namattii Tola
B)Homa Hin Jedhu
C) Gaddisisadha
D)Deebii Hin Qabu
4⃣.Akkaata gaafatamteetti deebisi.
jabbiin sa'aaf yoo jennee
adureef maal jennaa?
