en
Feedback
Beekumsa Walii Galaa

Beekumsa Walii Galaa

Open in Telegram

Gaaffii fi Deebii sasalpha garuu sirritti yaaduu gaafatan nu biraa argattu.

Show more
2 886
Subscribers
No data24 hours
+27 days
-930 days
Posts Archive
Pirezidaantiin hiyyeessa addunyaa kanarraa eenyu❓️ ✍️Namoonni pirezidaantii hiyyeessa addunyaa naan jedhu, garuu akkan hiyyee
Pirezidaantiin hiyyeessa addunyaa kanarraa eenyu❓️ ✍️Namoonni pirezidaantii hiyyeessa addunyaa naan jedhu, garuu akkan hiyyeessa ta'etti natti hin dhaga'amu.Hiyyeeyyiin jireenya gad-aanaa jiraachuuf kan walitti qabamanidha jedha preezdaantiin Uraagaay, gama maallaqaatiin addunyaa irratti hiyyeessa ta'e. ✍️Pirezidaantiin kun akka hoggantoota biyyoota biroo mana mootummaa keessa hin jiraatu, Mana isaa iddoo ooyiruu qonna baadiyyaa durii kan Osoo pirezidaantii hin ta'iin keessa jiraachaa ture keessa jiraata.Konkolaataan isaa illee konkolaataa babbareedoo isa ammayyaa kan rasaasni hin urre osoo hin taane konkolaataa durii Volkswagen kan bara 1987 G.C hojjetamte dha.Eegdota malees akka barbaadetti bilisaan uummata keessa oolee bahee gala. ✍️ Kana malees, pirezidaantichi miindaa pirezidaantii isaa keessaa harka %90 dhaabbilee tola ooltummaa harka qalleeyyii gargaaraniif arjooma. ✍️Giddu galeessaan galii hanga doolaara 800 argachuun jireenya isaa jiraata jedha barruun Africa Leadership.

Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻 It's easy with Telega.io. As the leadi
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻 It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches. ⚡️ Place your ad here in three simple steps: 1 Sign up 2 Top up the balance in a convenient way 3 Create your advertising post If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it. Start your promotion journey now!

Makmaaksa Ifaan soratan ___
Anonymous voting

Tapha har'a galgala Anfiilditti Liiverpuulii fi M. Siitii gidduutti taasifamu eenyutu injifata jettu?
Anonymous voting

Na amanaatii hojjadhaa waan kana yeroo bilisaa keessanitti. Addunyaan gara crypto seenaa jirti. Dollar muraasa argachuun salphaa miti. https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=77xLZECw LFG! PAWS is the new top dog! 🐾

Dureessi Addunyaa kanaa kan yeroo ammaa eenyudha?
Anonymous voting

Kana Beektaa? Riqichi guddaan addunyaa keenyaa biyya Chaayinaatti argama. Maqaan riqicha kanaa Riqaa Beeyipaanjiyaang (Beipanjiang Bridge) jedhama. Gadi fageenyi riqicha kanaa 565m dha. @GWaliigalaa

Namichi biyya Giinii Haadha manoolii namaa 400 faana wal qunnamtii saalaa raawwate sun gochaan isaa kuni akkami?
Anonymous voting

Beektuu laata ========================== Kaanniisni kormaa (Drone) kan inni jiraatu waan tokkoof qofaafi. Hojii kana fiixaan
Beektuu laata ========================== Kaanniisni kormaa (Drone) kan inni jiraatu waan tokkoof qofaafi. Hojii kana fiixaan baafnaanis lafa kana irra hin jiraatu. Kanniisonni kormaa hundi isaanii kaayyoon isaan jiraataniif guyyaa tokko mootittii kanniisa dhaltuu bira ga'anii du'uu qofaa dha. Guyyaa tokko erga kanniisa dhaltuu waliin wal qunnamtii saalaa godhanis deebi'anii jiraachuu hin dandaani. ariifatanii yeroo dhuma sana du'u. Kan nama ajaa'ibu garuu akka du'an osoo beekanii ishee bira gahuuf isa isaan lola guddaa walitti kaasani dha kanniisonni kormaa kun.hedduun isaanii wal-dorgommii badhaasni isaa du'a ta'e kana irratti akka malee wal fixu. Isaan keessaa kan humna caalee giiftii durbummaa qabdu kana bira ga'e badhaasni isaa teessoo mootummaa ishii osoo hin taane, du'a dha. Innis akkuma ishee bira ga'een achumaan qaamni isaa #Endophallus jedhamu ykn qaamni saalaa inni ittiin ishee bira ga'e citee keessatti hafuun, innis mudhiin isaa gara gadii cituudhaan du'ee obbaafata jechuudha. Asirratti kophaa osoo hin ta'iin isheen dhaltuus yeroo waan tokko hiddanis ilkeen isaanii waan sana irratti qabatee waan hafuuf isaan sana booda yeroo dheeraa hin jiraatan. Kaannisni kormaa hunduu carraan isaa kanuma dha. Kanniisa dhaltuu bira ga'ee jennaan.Ergamni inni lafa kana irratti qabus kanaaf kana kophaa dha. Kanaaaf ilmi namaas waan isa balleessu irratti Wal dorgomuu utuu dhiseen dhaamsa keenya. @GWaliigalaa

Repost from Walaloon Jaalala
Deebii isa sirrii filadhaa badhaafamaa
Deebii isa sirrii filadhaa badhaafamaa

Repost from Walaloon Jaalala
Filannoo Ameerikaa kan bara kanaa irratti eenyu waan injifatu sinitti fakkaata?

🪙USDT 🪙NOT COIN 🐹HAMSTER 🤩Dogs Gurguruu kan barbaaddan hundumaaf ➡️🎲 @Walaloo_bot

Guyyaa galateeffannaa Oromoo kan ta'e Irreechi waggaatti si'a meeqa kabajama?
Anonymous voting

Repost from Walaloon Jaalala
🌐 Welcome to Oromia Wisdom Network(OWN)                                                    🔥 Jireenya kee jijjiruufi humneessuuf ogummaa, kaka’umsaa fi beekumsa guyyaa guyyaa barbaaddaa?                                                                                                          ➡️ Wantoota channel kanarraa argattan: 📚Yaadota bilchina qaban kitabolee gurguddaa irraa fudhataman. 👨‍💻Odeeffannoo hojii online bilisaan hojjetaman. 💫⚡Gorsoota kaka'umsa namatti horanfi Akkaataa itti positive mindset qabaannu 𝚿🧠Dhugaawwan xiin-sammuu(Psychology facts) 🌎 Beekumsa waliigalaa fi ✍️  🤷 Dhuqaawwan dinqisiisoo A/oromoo fi English'n isiiniif qooda.  👨‍👩‍👧‍👦 Join godha, hiriyyoota keessaniif share godhaa.                                                              Click here and Join 👇                  https://t.me/+cHmwcqOcMOZkZTI0

Repost from Walaloon Jaalala
Chaanaaalaa fi Garee Teeleegiraamii join gochuun qofa USDT 0.5 hojjadhaa. Hiriyoota affeeruun ammoo USDT 0.2 salphaatti sassaabbachuun wallet keessan irraan baafachuu dandeessu. Jalqabuuf geessituu gadii makami yookaan Join jettu cuqaasuun itti fayyadamaa.

Repost from Walaloon Jaalala
Deebii isa sirrii filadhaa badhaafamaa
Deebii isa sirrii filadhaa badhaafamaa

Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻 It's easy with Telega.io. As the leadi
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻 It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches. ⚡️ Place your ad here in three simple steps: 1 Sign up 2 Top up the balance in a convenient way 3 Create your advertising post If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it. Start your promotion journey now!

Repost from Walaloon Jaalala
Walaloowwan Ajaa'ibaan TikTiko irratti jaalatamummaa guddaa kan argate Abbaan Kitaaba Qooxii Haftee Baqqalaa karaa YouTube isaa waan haaraa nuuf fidee dhufaa jira. Subscribe gochaa screenshot isaa nuuf ergaa 👇👇👇👇👇👇 https://youtube.com/@hafte123?si=Ag9Yjqv6u7WMjw5W

Repost from Walaloon Jaalala
USDT ni bitna 👇👇👇👇👇👇 @Walaloo_bot
USDT ni bitna 👇👇👇👇👇👇 @Walaloo_bot