ππππ ππ πππππ
Open in Telegram
955
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
πβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈπ
πβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈ
β¨βοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈ
β¨βοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈ
πβ‘οΈ@TrumpTokenWalletBot
π₯β‘οΈ@TrumpTokenWalletBot
πβ‘οΈ@TrumpTokenWalletBot
β¨βοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈ
β€βοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈ
πΊWarning:\nThe robot failed to operate
[ Delete link ].
πΈreason :
robot is not a manager
ποΈβοΈ The robot features are being disabled βοΈ
β οΈ The bot has expired for your group and its features are disabled, please renew the robot subscription (
-1001899870341)
The robot will leave the group soon
.Guututti isiniif maxxansina
Seenaa Gabaabduu Qilee Gaara Inxooxxoo...
Suuraa kana Gaara Inxooxxoo keessatti kaane. Guyyaan sambata xiqqaa ganamaan dhufee Haceen mana kiyyaa na fuudhee naan bahe. Konkolaataa isaa keessa na kaayatee gara Masqal Flower saffisaan konkolaachise.
Mana ciree itti nyaannu geenye, ciree nyaannee gara Magganaanyaa qajeelle. Haceen hardha akka duraan ani isa beekutti hin jiru, baayee 'serious' tahee saffisaan konkolaachisa. Yaadaan fagaateera. Sirba English tokko banee caluma jedhee konkolaataa ari'a. Amalasaa waan beekuuf caljedheen dhageeffadha.
Osoo hin turin Magganaanyaa geenye.
Taasgabbaayee konkolaachisuu eegale:
"Waan Wayyaaneen na goote sitti agarsiisuuf as si fide koottu caluma jedhii" naan jedhe.
Miirri rifaatuu natti dhagahameera amma.
Keessa keessa olnubaasee "Gamoo San ilaali" jedhe. Arge, maaliif jedheen.
"Caluma jedhii koottu" naan jedhe.
Daandii qaldhoo tokko keessaan gaara Inxooxxoo nu seensise. Naannoo 1.5km keessa seenne #Qileetu jira.
Qileen kun daandiin biyyeedha. Qajeelaan digrii 90 gubbaa gadi seensisa.
Isa: "Kana sitti agarsiisuuf as si fide. Wayyaaneen waan nu goote salphaa hin turre. Piyaassatti kadhattuu ani qarshii kenneefitu Jara Nageenyaa natti waame. Jarri Nageenyaa jalqabuma na hordofaa turan.Afaan isaanii irraa akka Tigree tahan hubadheera. Piyaassaa na qabanii fuudhanii konkolaataa isaaniitiin as na fidan. Inni tokko konkolaataa oofa, inni 2ffaa Kilaashii AK47 fi Boombii fi Shugguxiis qaba. Ana Shufeera bira na teessise duubaan meeshaa guutuudhaan na eegaa as na fidan. Piayaassaa irraa na fidanii Mana amma sitti agarsiise sana natti agarsiisan.
Manni gamoo sitti agarsiise sana keessa konkolaataan ture. Gamoo sana fudhadhuu, tapha ummata kakaaftu kana keessaa bahi jireenya dhuunfaa kee jiraachu. Konkolaataanis keeti, mannis keeti fudhadhuu caljedhii jiraadhu naan jedhan. Tasuma kun tahuu hin danda'u, ani faayidaa dhuunfaa barbaadee Artistii hin taane ummata kiyyaaf sagalee tahuu malee jedheen.
Kan meeshaa qabu sun dafee mufatee konkolaachisaadhaan #Nidaa jedheen.
Achii na baasanii #qilee kana na buusan.
Qileen kun gadi fagoodha. Laga guddaatu jira, lagichi isa guddaa yoo finfinnee keessaa bahu lagachuu Haqaaqii tahu sanaadha.
Qilee kana na buusanii lagicha biratti konkolaataa keessaa na buusan. Osoo konkolaataa keessaa hin bu'in dhaabbatanii lamaanuu #passport fi tikkeettii xayyaaraa natti agarsiisan. Si galaafannee laga kanatti si darbinee asii oldeebinee buufata xayyaaraa seennee biyyaa baana waan dhufu hin jiru waan taheef gadi buunee waan sigaafannu itti yaaddee akka deebii kennitu barbaadna.
Anis Tole jedheen.
Konkolaataa keessaa gadi na buusanii 'Gamoo jireenyaa sana fudhattee yoo gadi bahuu barbaadde konkolaataa V8 achi keessa jirtu sana fayyadamteee jireenya dhuunfaa kee oofachuu filatta moo Artistii tahee Ummata kakaasa jechuu barbaadda? Ammas sirnaan itti yaadii deebisi....'
Ani nama sagalee guddaa qabuu miti osoo danda'ee kana caalaa sagalee taheefii anuu carra qabeessa. Kan sagalee tahuufii filadhe sooromuuu barbaadee miti waan taheef manaafi konkolaataa jettan hin fedhu waan fiddan fidaa jedheen....
Inni konkolaachisaa akka aaruu tahee fuula kiyya gara bishaanii akka naannessee qarqara bishaanitti siqu na ajaje. Ummata kiyyaaf aarsaa kamuu nan kafala natti dhukaasi jedheen isa Kilaashii baateen....
Hamilee Hacaaluu ajjeessuun hin qabu jedhee meeshaa deebifatee konkolaatatti deebi'e. Konkolaachisaan dafii asii na baasi jedheen.
Qilee kanaa olbaasanii kunoo sitti na gatanii deeman. Miila kiyyaan hanga Magganaanyaa deemee taaksii qabadhee bakka konkolaataa kiyya itti gatanitti deebi'e.... koottu amma piyaassaa bakka konkolaataa kiyya itti gatanii na ukkaamsan deemna. Achumaan dhimma keenyas dubbanna."
Dhimma kana irra deebiidhaanis ofiitis himee hin beeku Anaaf Haceen Fakkeenya gootummaati.
Hacee hangam tokko waan beekuuf waa'ee isa yoo dubbadhu imimmaan kiyyatu dursa.
Waxaxeen akka keenyaa osoo lafa guuttee jirtu Hacee Wayyaaneen tuquu sodaatte gadheen nyaatte.
Maal qaba osoo sibeekuu baadhee #Siyaadachuun kabajaadha Haceekooπ
βοΈ The robot features are being disabled βοΈ
β οΈ The bot has expired for your group and its features are disabled, please renew the robot subscription (
-1001899870341)
The robot will leave the group soon
.Asumaanuu Register godhaa maallaqaa wajjiin wal baraa.https://www.earnxpay.com/sign/up?invite_code=6246300
