ππππ ππ πππππ
Open in Telegram
955
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Channel Posts
| 2 | Grade 6 | 0 |
| 3 | α°αα α₯αα³α αα° 4-3-3 Pay α α°α
α αα‘ πβ€οΈ
α ααααα³α½αα ααα αα α ααααͺα« α¨α΅α α«αα΅α α»αα α αα ααααα α’Β Β :
@Pay_433
@amazingfacts_s
@Hahu_Crypto
@piassa_market
Check α¨ααα α ααα«α΅ α«α¨ααα‘** π | 0 |
| 4 | Qulqullisa Kutaa 8ffaa.xlsx | 0 |
| 5 | Gooroo Guutuu kutaa6ffaa.xlsx | 0 |
| 6 | Oromia | 0 |
| 7 | Koreen supevishii naannoo fi godinaa hojii karoora irratti akkaa waajjira barnootati Iddoo I/A/Waajjira barnoota fi Manajiimaantii waajjirichaa jiranitii hojii karoora hundaa hangaa hojaatati laallanii haala gaariin ittii gamadani hojii fula duraa irratti kallattii nuuf ka'aani haala gaarii jiraatanii jabadha jechuun galateefataniiru. | 0 |
| 8 | No text... | 0 |
| 9 | Grade 6 | 0 |
| 10 | No text... | 0 |
| 11 | πβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈπ
πβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈ
β¨βοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈ
β¨βοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈ
πβ‘οΈ@TrumpTokenWalletBot
π₯β‘οΈ@TrumpTokenWalletBot
πβ‘οΈ@TrumpTokenWalletBot
β¨βοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈ
β€βοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈ | 0 |
| 12 | πΊWarning:\nThe robot failed to operate [ Delete The text contains the robot command ].
πΈreason :
robot is not a manager
ποΈ | 0 |
| 13 | 3106071 | 0 |
| 14 | πΊWarning:\nThe robot failed to operate [ Delete link ].
πΈreason :
robot is not a manager
ποΈ | 0 |
| 15 | Wel come | 0 |
| 16 | πΊWarning:\nThe robot failed to operate [ Delete site link ].
πΈreason :
robot is not a manager
ποΈ | 0 |
| 17 | Please select a valid region | 0 |
| 18 | Fulee nagya | 0 |
| 19 | ββ"Gumiiwwan Aadaafi Duudhaa Oromoo Calanqisiisan Manneen Barnootaa keessatti Daran Cimee Itti Fufuu Qaba." /Dr. Tolaa Bariisoo. Hog. BBO/
-----------------------
Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo, manneen barnootaa keenya keessatti gumiiwwan aadaafi duudhaa Oromoo sirneessuu danda'an irratti xiyyeeffatamee hojjatamuu akka qabu Itti aantotaafi daayirektaroota Biiroo Barnootaa Oromiyaatiif qajeelfama kennaniiru.
Dr. Tolaan, "Hawaasni tokko aadaafi duudhaa isaa eeggatee, dhalootaa dhalootatti dabarsuu kan danda'u manneen barnootaa keessatti barattootni akka fedhii isaaniitti ogummaafi kennaa adda addaa qaban dagaagfachuu akka danda'an gochuuf Gumii adda addaa keessatti hirmaachisuu qabna." jedhan.
Sirni aadaafi duudhaa Oromoo akka sirnaatti madaala isaa eegee walitti fufiinsaan dagaagaa akka deemu og-barruu, muuziqaa, aartii adda addaatiin deeggaramuu qaba.
Hawaasni aadaafi duudhaan dagaage kan jedhamu, hawaasa siyaasa, dinagdeefi teknooloojiin addunyaa irratti mul'ateefi dorgomaa ta'e jechuudha.
Kana mirkaneessuuf immoo bu'uurri manneen barnootaa ta'uun amanamaadha.
- Gumiin Aadaafi Dagaagina Afaan Oromoo,
-Gumii Muuziqaa,
- Gumii Og-barruu,
- Gumii Aartii adda addaa,
- Gumii Ispoortii,
- Gumii Miinii Miidiyaa,
- Gumii Qonnaa,
-Gumii Kunuunsa Naannoofi kkf. cimanii socho'uun lammiiwwan gahumsa qaban uumuuf hojjachuu qabna jedhameera.
Batattootni gumiiwwam kanneen keessatti guddatan aadaa keenya Sirna Gadaa, Afaan Oromoo, duudhaalee, safuu, gootummaa, amantaa, ilaalcha tokkummaa Oromoo, Siyaasaafi dinagdee hawaasa keenyaa Aartii addaa addaatiin, Muuziqaa, og-barruu adda addaa(walaloo, asoosama, fiilmii, diraamaa, tiyaatira), Atileetiksii, Taphoota kubbaa adda addaatiin addunyaa irratti kan Oromoo beeksisan ta'an jennee amanna.
Addunyaa tana irratti haalli siyaas-diinagdeefi jireenyi Ummata Oromoo madaala eegee akka dagaagaa deemu gochuuf ogummaawwan armaan olitti kaafne kanaan deeggaramuu (dabaalamuu) qaba jedhaniiru.
Akka waliigalaatti, Dr. Tolaan, gumiiwwan armaan olii kanneen cimsuuf Mootummaan Naannoo Oromiyaatis xiyyeeffannoo kenneefii hojjataa waan jiruufi biiroon keenya, waajjirri barnootaa godinaaleefi aanaalee, manneen barnootaa keenyaafi barsiisotni keenya hundi, barnoota dareetti kennamuun cinatti barattoota keenya gumii isaan fedhii qabaniin gurmeessuun dandeetti isaan qaban akka guddifachuu danda'an gargaarsa akka gootan jechuun dhaamsa dabarsaniiru.
Sirni Aadaafi Duudhaa Oromoo
Sirna ta'ee, baraa baratti, Gadaadhaa Gadaatti, jaarraadhaa jaarratti, dagaaginaan Dhalootaa Dhalootatti ce'aa akka deemu dhaabbileen addunyaa, mootummaa, miti- mootummaa, dhuunfaafi hawaasni keenya akkuma kanaan duraa biiroo barnootaa cinaa akka dhaabbatan gaafachuun haasawa isaanii xumuraniiru. | 0 |
| 20 | Mala jachudha saa | 0 |
