𝐀𝐁𝐒𝐄 𝐆𝐎 𝐆𝐑𝐎𝐔𝐏
Open in Telegram
955
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
🔺Warning:\nThe robot failed to operate
[ Delete site link ].
🔸reason :
robot is not a manager
🗝️Repost from 𝗧𝗥𝗨𝗠𝗣 𝗪𝗔𝗟𝗟𝗘𝗧 𝗔𝗜𝗥𝗗𝗥𝗢𝗣
💎❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️💎
🆕❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
✨❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
✨❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
🔗➡️@TrumpTokenWalletBot
🔥➡️@TrumpTokenWalletBot
🔗➡️@TrumpTokenWalletBot
✨❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
❤❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
Repost from Tolaa Bariisoo Gadaa
Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi kutaa 8ffaa bara 2016 beekame.
--------
BBO- Adoolessa 25/2016 Qabxiin qormaata barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2016 har'a ibsameera.
Bara Barnootaa 2016 Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Keessatti Barattootni Kutaa 6ffaa qormaata naannoo #fudhatan dhi 255,145
dub 248,581
walitti 503,726
#kan_darban_immoo,
kutaa 6ffaa
dhi 207,141
(81.18%)
dub 201,335
(80.99%)
walitti 408,476
(81.6 %)
gara kutaa 7ffaatti darbaiiru.
Kutaa 8ffaan immoo,
#Kan_qoraman;
dhi 266,238 , dub 273,636
walitti 539,874
#Qormaata kan darban immoo,
dhi 203,520 (%76.44)
dub 191,173 (69.86%)
walitti 394,693 (%73.11) gara kutaa 9ffaatti darbaniiru.
Kutaa 6ffaafi 8ffaa - adeemsa qabxii itti ilaallachuu danda'an
-----------------
Barattootni qabxii isaanii karaa Kompitara ykn bilbila isaanii irraa 'Link' asii gaditti kenname keessa galuun fuula 'Home Result' jedhu argattu.
Fuula kanarratti bakka lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun dhumarratti 'check result' kan jedhu tuquun qabxii keessan beekuu ni dandeessu.
Kutaa 6ffaaf
--------- https://oromia6.ministry.et/#result
https://oromia6.ministry.et/#result
Dabalataanis; telegraamii irratti . @emacs_ministry_result_qmt_bot
- 'start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa .
- itti aansuun Naannoo keessan filaa,
- itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu.
Kutaa 8ffaaf
Liinkiin asii gaditti kenname kan qabxii kutaa 8ffaa ittiin ilaalludha.
https://oromia.ministry.et/#result
https://oromia.ministry.et/#result
Dabalataan, Telegraamii irratti @emacs_ministry_result_qmt_bot
- start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa .
- itti aansuun Naannoo keessan filaa,
- itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu.
#Komii_yoo_qabaattan:
Barataan Komii Qabu Yoo Jiraate; Liinkii asii gaditti kenname keessa galuun komiisaa dhiheeffachuu ni danda'a.
Komiinis kan dhihaatu danda'u har'a irraa eegalee #guyyoota_hojii 10 keessatti qofa ta'a.
Kutaa 6ffaaf https://oromia6.ministry.et/#/complaint
yoo ta'u,
Kutaa 8ffaaf immoo https://oromia.ministry.et/#/complaint
fuula 'form' irratti gosa barnootaa komii irratti dhiheeffattan filachuun iyyannoo dhiheeffachuu ni dandeessu.
🎯 Hubachiisa: Dursitanii App. VPA cufuu qabdu.
Qabxii darbiinsaa
-------------
Kutaa 8ffaa
#Dhiiraafi dubartii 50%fi ol yoo ta'u,
#Naannawa horsiisee bulaatiif
dhiiraaf 48% , dubartiif 45%fi ol
# Qaama miidhamtootaaf immoo,
dhiiraaf 45% , dubartiif 42 % fi ol ta'ee murtaa'eera.
#Qabxii_Manneen_Barnootaa_Bultii_Addaa_Galchanis_fuuldura_isin_beeksifna!
Tolla Berisso 💠
Repost from ኢትዮ ወሲብ
🌼Kennaa Bara Haaraa | 2017 🌼
Teeleebirrii Suuppar Aappii affeeruudhaan hanga Qarshii hanga 100,000 tti badhaafamaa!
Channali Teeleebirrii Suuppar Aappii firaaf aantee keessaniif affeeruudhan badhaafamaa.
🌼 Telebirr SuperApp
🌼 Telebirr gifts
🌼 Ethiotelecom gifts
Hanga Fulbaana 1 bara 2017 tti miseensa ta'aa!
Teelebirrii- Baay’ee Salphaa,Saffisaa,Mijataa fi Amansiisaa!
❗️ The robot features are being disabled ❗️
⚠️ The bot has expired for your group and its features are disabled, please renew the robot subscription (
-1001899870341)
The robot will leave the group soon
.I am inviting you to download telebirr SuperApp, register and make a transaction to get reward. https://superapp.ethiomobilemoney.et:38443/customer/mgm/index0902.html#/?notoolbar=true&CampaignId=MGM1635518748044544&inviterId=1089944187059207&language=en&time=Sept-03-2024-Dec-02-2024
#MoE
Ministeerri Barnootaa bara barnootaa 2017 irraa eegalee dhaabbilee barnoota olaanoo hunda keessatti kalaandarii barnootaa walfakkaatu hojiirra oolchuu ni eegala.
Haaluma Kanaan:-
➡️ Barattoonni digirii jalqabaa waggaa 1ffaa Fulbaana 7 fi 8/2017 gabaasa ni godhu.
➡️Barattoonni digirii jalqabaa fi digirii lammaffaa sagantaa hundaan galmeen Fulbaana 9 fi 10/2017 ni gaggeeffama.
➡️ Barnoonni sagantaa digirii jalqabaa fi digirii 2ffaa hundi Fulbaana 13/2017 akka eegalu beeksiseera.
(Karooraa Waggaa Guutuu suuraa irraa ilaaluu dandeessu)
https://www.facebook.com/Gorogutuedu?mibextid=ZbWKwL
Repost from 𝐀𝐛𝐬𝐞 𝐆𝐎 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
𝐑𝐚𝐚𝐰𝐰𝐢𝐢 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 2𝟎𝟏𝟔 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐫𝐨𝐨𝐫𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚 2𝟎𝟏𝟕 𝐆𝐚𝐠𝐠𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐞𝐞𝐫𝐚
Adooleessa 15 bara2016 Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuutti Raawwii hojii bara 2016 fi Karoora hojiilee bara 2017 bakka ittii aanaa bulchaa bulchiinsa Aanaa Gooroo Guutuu Obboo Ramadaan Ibsaa fi itti aanaa waajjira barnootaa Aanaa Gooroo Guutuu Obbo Roba Yusuf argamanitti Dura bu'oota manneen bRoba Yusuf GMB manneen barnootaaf kennamaa jira
Akkasumaas karoorri Hojiilee Tajaajila Kenna Lammummaa bara 2017 ifatti saaqamee jira
