9 923
Subscribers
-224 hours
-87 days
-4030 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+20
in 0 channels
August '26
+85
in 0 channels
Get PRO
July '26
+25
in 0 channels
Get PRO
June '26
+42
in 0 channels
Get PRO
May '26
+75
in 0 channels
Get PRO
April '26
+152
in 0 channels
Get PRO
March '26
+65
in 0 channels
Get PRO
February '26
+10
in 0 channels
Get PRO
January '26
+70
in 0 channels
Get PRO
December '25
+32
in 0 channels
Get PRO
November '25
+53
in 0 channels
Get PRO
October '25
+31
in 0 channels
Get PRO
September '25
+17
in 0 channels
Get PRO
August '25
+182
in 1 channels
Get PRO
July '25
+175
in 0 channels
Get PRO
June '25
+954
in 1 channels
Get PRO
May '25
+545
in 2 channels
Get PRO
April '25
+2 371
in 1 channels
Get PRO
March '25
+1 298
in 2 channels
Get PRO
February '25
+288
in 1 channels
Get PRO
January '25
+465
in 0 channels
Get PRO
December '24
+309
in 2 channels
Get PRO
November '24
+477
in 1 channels
Get PRO
October '24
+432
in 1 channels
Get PRO
September '24
+609
in 0 channels
Get PRO
August '24
+536
in 0 channels
Get PRO
July '24
+324
in 0 channels
Get PRO
June '24
+345
in 1 channels
Get PRO
May '24
+551
in 2 channels
Get PRO
April '24
+1 108
in 2 channels
Get PRO
March '24
+1 006
in 1 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 09 September | 0 | |||
| 08 September | +1 | |||
| 07 September | +3 | |||
| 06 September | +5 | |||
| 05 September | 0 | |||
| 04 September | +3 | |||
| 03 September | +4 | |||
| 02 September | +3 | |||
| 01 September | +1 |
Channel Posts
| 2 | Mallattoowwan gurguddaan dhukkuba tiruu kan akka halluun ijaa fi gogaan keelloo ta'uu yokan (jaundice) fi garaan bokokuu dhiita'uu fi kkf kan nama irratti mul'atan yeroo baayyee erga tiruun miidhamee gara sadarkaa cirrhosis ykn kaansarii tiruu (HCC) ga'e boodadha yeroo hedduu sadarkaa kanatti furmaata dhabuu danda'a.
Walumaa galatti fayyaa Tiruu Eeggachuuf osoo mallattoo hin jiraatinis yoo xiqqaate waggaa keessatti yeroo lama Mana yaalaa deemnee Qorannoo fayyaa gochuu qabna. Yoo mallattoo agarre immoo Ogeessa Fayyaa waliin mari’achuun, Qorannoo gaggeessuu Yaala sirrii fudhachuun dirqama!.
Wiirtuu Yaala Aadaa Kuush
0944119955
0910333944
0909316243 | 1 890 |
| 3 | kun mallattoo dhangala’oo tiruu hadhooftuu (Bile Salts) gogaa jala sassaabamuuti.
10. Miira ulfaatina salphaa garaa mirgaa gubbaa Naannoo tiruu:
Akka waan tiruun gadi rarra'ee yokan fannifamee jirutt namtti dhagahama.
Mallattoon kun miira dhiibbaa ykn ulfaatina salphaa garaa mirgaa gubbaa, bakka tiruun jirutti mul’atudha. Tiruu Xiqqoo guddachuu ykn inflammation salphaa tishuu Tiruu keessatti jiraachuu agarsiisuu danda’a.
11. Afaan Goguu fi Dheebuu Garmalee:
Madaalliin meetaabolii qaamaa yeroo jeeqamu seelonni dhangala’aa xiqqaa qabachuun afaan goguu fi yeroo baay’ee dheebuu fiduu danda’u. Mallattoon kun xiqqaa fakkaachuu danda’a, garuu yeroo tokko tokko rakkoon haala hojii tiruu bu’uuraa irratti jiraachuu calaqqisiisuu danda’a.
12. Madaallii Hormoonii jeeqamuu (Hormonal Imbalance):
Tiruun hormoonota akka Estrogen dhiiga keessaa madaalee qulqulleessa. Yoo tiruun miidhame hojii kana rawwachuu baate:
Dhiira Irratti: mallattoo Harmi dhiita’uu (Gynecomastia), fedhiin saalaa xiqqaachuu, fi rifeensi qaamaa dhumachuu mul'ata.
Dubartoota Irratti: dhiigni Laguu madaallii dhabuu fi dhangala’oon qaama saalaa hamma idilee ol dhangala’uu fi jeeqamuu Mul'achuu danda'a.
13. Sammuu fi yaada keessatti jijjiiramni jiraachu (Cognitive Changes):
Yeroo baay’ee waan tokko irratti xiyyeeffachuu dadhabuu, waan hunda dammaqinaan raawwachuu dhabuu fi dagannaa/Irraanfi baay'isu.
Tiruun Yeroo dadhabe sirnaan hin hojjenne summiin walitti qabamee burjaajaʼuu fi yaada baayyisuu
Hojii tokko irratti xiyyeeffachuu dadhabuu irra deddeebi'ee namatti mul'ata. Akkasumas yeroo tokko tokko Hirriba dhabuu fi halkan sammuun jeeqamu, rafuu dadhabuu fi kkf fidu danda'a.
Tiruun yoo dhibee qabaate summiin Ammonia gara sammuu deemuun sirna neervii to’ata. Kun dhibee Hepatic Encephalopathy jedhamuun beekama.
14. Dhangala'aa Afaani Lolloocii baay'achuu.
Nama rakkoo fayyaa Tiruu qabu, Dhangala'aa afaan keessatti baay'ata, Gogorra yokan Lolloocii irra deddeebi'ee Mul'ata, dhangala'aatu Afaan isaa keessa baayyata. Akkasumas sababa tokko malee afaan nama hadhaawa, Nyaata nama jibbisiisa.
15. Dhiita’uu/bokokuu Miillaa fi faana jela:
Yeroo Tiruun sirriitti hojjetaa jiraachuu baate! Miillaa naannoo jilbaa fi faana jelaan, dhiita'uu bokokuu fi diimaa ta'uu fi ulfaatinni dabaluu mul'achuu danda'a. Akkasumas Faana miillaa fi Koomeen sababa malee baqaquu Gogaan isaa akka malee Goggogaa ta'uu danda'a.
Kun kan Uumamuuf, Sababa dadhabbii Tiruutiin haalli vaayitaamiinotaa gaarii ta'uu dhabuu fi kkf irraa kan ka'e, fayyaa gogaa irratti dhiibbaa qaba, Akkuma suuraa irratti mul'atuun gogaa faana miillaa baqaqa.
16. Jaundice, ykn gogaa fi ija keelloo ta'uu:
Haalluu ijaa fi gogaa gara Bifa keelloo, yokan bicaatti, yokan gara Daalachaatti jijjiiramaa deemaa. Miidhaan tiruu yeroo qaqqabu gogaa fi ija keelloo ta’uu taasisa.
Mallattoon Kun yeroo baay'ee tiruun sadarkaa ulfaataa ta'een booda mul'atu danda'a.
Mallattoolee Armaan olitti ibsaman kunneen Tiruun rakkoo keessa jiraachuu kan Argisiisanidha.
Hubachiisa namni tokko Mallattoowwan Armaan olitti ibsaman qabaatee qofaaf dhibee Tiruu qaba jechuun hin danda'amu! Mallattoolee kana dhabeefis fayyaadha hin jedhamu. Karaan inni sirriin dhibee addaa baasuu dandeenyu qorannoo Fayyaa laaboraatoorii fi kkf gaggeessuudha.
Mallattoowwan Armaan olitti ibsaman kanneen keessaa lama yookiin sadii irra deddeebi'ee mul'ate Gara mana yaalaa deemee Qorannoo fayyaa gochuu qaba!. Mallattoolee kanneen tuffachuu hin qabnu!.
Dhibeen tiruu yeroo hedduu mallattoo dhaabbataa ta'e agarsiisuu dhabuu danda'a! Akkuma armaan olitti ibsame Tiruun neervii dhukkubbii keessoo isaa irratti hin qabu. Rakkoon fayyaa tiruu keessa utuu Jira, garuu Mallattoowwan dhukkubbii cimaa fakkaatee mul'achuu dhabuu danda'a.
Namni tokko fayyaadha fooyyee qaba Utuu jedhamuu dhibee sadarkaa of booda Deebisuun hin danda'amne bira gahuu fi namni battalumatti lubbuu isaa dhabuu danda'a!. | 1 378 |
| 4 | Mallattoolee Armaan gadii kunneen Tiruun gargaarsa barbaadaa jiraachuu fi rakkoon fayyaa jiraachuu agarsiisuu:
1. Dadhabbii Cimaa fi Walirraa Hin Cinne (Chronic Fatigue):
Kun mallattoo dhibee tiruu isa dursaati. Namni dhibee tiruu qabu tokko yeroo hunda dadhabbiin itti dhaga’ama. Dadhabbiin kun boqonnaa gahaa yoo fudhataniis nama hin dhiisuu! Keessaahuu naannoo laphee fi morma ol dadhabbii fi miira nuffii guddaa waliin namatti dhufa.
Namni baay'een dadhabbii isatti dhaga'amu "sababa hojiif dadhabeeti" jedhee yaada malee dhibee tiruu itti hin fakkaatu.
2. Fedhii Nyaataa Dhabuu fi Foolii Nyaataa Jibbuu
Namni tiruun isaa miidhame nyaata kanaan dura jaallatu jibbuu danda’a. Nyaata xiqqoo erga nyaatanii booda miirri quufaa guddaan (early satiety) isaanitti dhaga’ama. Yeroo Beela'ee nyaatu Nyaanni dafee isa cufa, danda'e nyaata gahaa hin fudhatu! Akka nama nyaata heddu nyaatatti itti dhagahama, keessaahuu yeroo nyaata cooma yookaan Zayitii qabu fayyadamu Mallattoowwan garaa bokokuu fi nyaanni bullaa'uu dhabuun mul'ata.
Tiruun bullaa’insa nyaataa keessatti gahee guddaa kan qabu yoo ta’u, tiruun hojiin isaa yeroo dadhabu fi hir’atu fedhiin nyaataa ni miidhama, namni tokko dafee akka quufu ykn nyaata jibbuu gochuu danda’a.
3. Lollooijii (Nausea) fi Haqqisuu
Miirri ol-guruu ykn lolloojjiin yeroo baay'ee namatti dhaga'amu.
Kun yeroo baay’ee ganama ykn nyaata erga nyaatanii booda ni mul’ata. Ni haqqisiisa yokan garaa keessaa garagaluu waan haqqisiisu itti fakkaachuu irra deddeebi'ee mul'ata. Kun Rakkoo meetaabolii ykn dhangala'aa bishaan garaachaa dadhabuu wajjin kan walqabatu yoo ta'u, garaan namaa akka namatti hin tolle fida.
4. Bokoka Garaa Gaasii yeroo baayyee:
Tiruun miidhame nyaata caccabsuuf dhangala’aa bullaa’insa nyaataa gahaa oomishuu yeroo hin dandeenyetti, nyaata booda bokoka garaa irra deddeebiin nama mudata.
5. Dhukkubbii mashaalee fi lafee keessa namatti dhagahama:
Yeroo tiruun hojii dadhabu hanqina Vitamin fi hirrina albuudota mudata kanaaf Humneetii Qaamaa kan akka lafee dugdaa fi miillaa fi harka, keessaa dhukkubbiin Namatti dhaga'amu danda'a. Garuu yeroo mana yaalaa deemte fayyaadha wanti mul'atu hin jiru.
6. Foolii fi haalluun Fincaanii jijjiiramu (Stool & Urine Changes)
Fincaan Bifa shaayii (Dark Urine) qabaachuu fi Bifa bishaan Booruu dhoqee ykn biyyee (Pale/Clay-colored Stool) yoo qabaate.
Kun summiin Bilirubin jedhamu uumamaan marrummaa keessaan ba’uu qabu dhiiga keessatti deebi’ee kuusamuu isaa agarsiisa.
Yeroo tiruun dadhabu Fooliin fincaan ni Ajaa,aa, Halluun Fincaanii gara bifa Daalachaatti yokan Hurrii fi keelloo tti jijjiirama. Fincaan yeroo biraa caalaa dukkanaa'aa ta'uu fi haalluun jijjiiramu mallattoo tiruun miidhamuu yokan dadhabuu beekamaadha.
Haalluun fincaanii bifa burtukaana ykn diimaa ta’uu danda’a.
7. Dhukkubbii yokan waraansa naannoo tiruu:
Qoma/lappee gama harka mirgaa
Keessatti Dhukkubbiin Namatti dhaga'ama Keessahuu Halkan yeroo hirriibaaf ciisan, Qoma laphee, gara tiruu keessaa darbee,darbee, dhukkubbiin itti dhagayama nama waraana.
Naannoo tiruun jirtu Garaa Mirga Oliitti Waraansaa fi Dhiibbaa Dhaga’amaa. Akka waan tiruun rarra'ee jirutti namatti dhaga'amu danda'a.
8. Foolii Afaanii ajaa'uu Foolii badaa qabachuu
Fooliin afaanii jijjiiramu Afaan nama ajaa'u, Hafuura ajaa'u garaa keessaa afaaniin ba'a ykn hafuurri Afaaniin foolii badaa qabaata.
Namni Qulqullina afaanii osoo eeguu foolin hin baramne uumamuu danda’a, kunis yaala fayyaatiin Fetor Hepaticus jedhamuun beekama.
Tiruun seeraan yoo hin hojjenne, dhangala’oon summaa’aa Dimethyl Sulfide jedhamu dhiiga keessaa qulqullaa’uu dadhabee hafuura hargansuu keessaan gara alatti ba’a. Kun mallattoo dhibee tiruu sadarkaa jalqabaa irratti argamudha.
9. Gogaan qaamaa hooksisu (Itching/Pruritus):
Utuu dhibee gogaa hin qabaatin gogaan hooksisa, keessattuu harka fi faana miillaa keessa hooksisa.
Namni baay’een gogaan isaa yoo hooksise dhibee gogaa (Allergy) qaba jedhaanii yaadu. Garuu gogaan kee utuu hin dhiitayin, utuu madaa hin qabaatin yoo si hooksise, keessattuu faana miilaa fi harka kee, kun mallattoo tiruuti. | 1 027 |
| 5 | No text... | 838 |
| 6 | Wiirtuun Yaala Aadaa Kuush tajaajila Ruqyaa Shar'iyyah kennaa jira.
Yoo rakkoo:
Sihrii
Jinnii
Ija (Hasada)
Budaa
Gaggabdoo
Ykn rakkoolee hafuuraa kanaan walqabatan qabaattan,
ogeeyyii ruqyaa muuxannoo fi beekumsa qaban irraa tajaajila argachuu dandeessu.
Ruqyaan keenya Qur'aanaa fi Sunnah Nabiyyii ﷺ irratti kan hundaa'e yoo ta'u, gorsa fi qajeelfama Islaamaa wajjin kennama.
Hubachiisa: Fayyisaan dhugaan Rabbii qofa irraa dhufa. Ruqyaan immoo sababoota seeraan hayyamamaniin fayyadamuudha.
📍 Wiirtuu Yaala Aadaa Kuush
📞 Bilbilaa: 0944119955 | 924 |
| 7 | No text... | 1 044 |
| 8 | Dhukkubni kun Utuu hin yaalamin yoo namarra ture Rakkoowwan fayyaa Armaan gadii namatti fiduu danda'aa:
Dubartoota irratti Rakkoo Cufamuu Ujummoo Gadaamessaa fida waan ta'eef Rakkoo dhabuu, Maseenummaa fiduu dandayaa (PID) Ulfa gadaamessaan Ala yokan (Ectopic Pregnancy) Akka Uumamu Taasisaa kunis Lubbuu Dubartoota irratti Sodaachisaa dha ‼️
Dhiirota irratti Rakkoo (Epididymitis) waan fiduuf dhukkubbii fi Rakkoo dhala dhabuu Maseenummaa fiduu danda'aa.
Infeekshinii kun Yeroo Qaama keessa babal'atu yokan (DGI) Sammuu fi Gogaa, Onnee fi lafee qaamaa irratti Miidhaa fiduu danda'aa..
Dhukkubni kun haadha irraa gara daa'imaatti darbee, Ija daa'imaa miidhaa, Tarii Daa'ima jaamaa gochuu dandayaa yokan (Ophthalmia Neonatorum) Taasisuu danda'aa..
Wal'aansa dhukkuba Cobxoo ilaalchisee dhukkubni kun dhukkuba baakteeriyaa waan ta'eef mana yaalaa keessatti qoricha farra baakteeriyaatiin yaalamuus ni danda'a.
Giddugala Yaala Aadaa keenya keessatti dhukkuba Cobxoof Dawaa afaaniin fudhatamu kan Mala Dhibee kana Fayyisuu olaanaa qabu bifa Qulqullina ol'aanaa qabuun qophaa'e jira.
Yaaliin dhibee kanaa guyyaa 14-20 keessatti kan xumuramu yoo ta'u, namni kamiyyuu qaamaan dhufee yaalamuu fi guutummaatti fayyuu isaa ofiin mirkaneeffatee gara mana isaatti galuu danda'a.
Yaalaaf qaamaan nu bira dhufuun yoo isiniif Mijachuu baate Dhukkuba keessan nuuf ibsitanii biyya keessaa fi biyya alaa bakka jirtanitti tajaajila argachuu dandeessu. 🌍💊
Teessoon Magaalaa Ganda 01, Daandii guddaa Karaa bahiinsa Baalee, naannoo '30', mana murtii Godina Arsii Lixaa fuulduraan gara harka mirgaatti meetira 200 qofa seene argama.
Waajirri lammaffaan Shaashamannee Ganda 01 Naannoo Hoteela Hamiltaniin daandii kobilistoonii gara "Masjiida Al-Iimaan"tti, geessu harka mirgaa irratti argama.
Dhukkuboota Walii Galaa tiif, Lakkoofsa Bilbilaa: 0944119955, 0928795750 ykn 0909316243. irratti Ogeessoota Qunnamuu dandeessu.
Yaala Dhukkuboota Tiruu kan akka Vaayrasii tiruu Hepatitis B fi Cooma tiruu fi kkf lakkoofsa bilbilaa 091 033 3944 kana irratti Karaa whtsappii fi telegram messege nuuf Erguu dandeessu. Akkasumas Dhimma keessan karaa barreeffamaan SMS nuuf Erguu dandeessu!.
Facebook Wiirtuu Yaala Aadaa Kuush Follow godha | 976 |
| 9 | Dhukkuba Cobxoo yokan Dhukkuba dhiiraa fi Mallattoolee Isaa
Dhukkubni Cobxoo, kan Afaan Ingiliffaatiin (Gonorrhea/Gonorrhoea ) jedhamu, dhibee baakteeriyaa (Neisseria gonorrhoeae) jedhamuun dhufu yoo ta'u, dhukkuba daddarbaa karaa wal-qunnamtii saalaa darbu keessaa isa beekamaa dha. Hawaasa keessatti yeroo baay’ee “dhukkuba dhiiraa” jedhamee waamamus, dhugaan jiru dhukkubni kun dhiira qofa osoo hin taane dubartii, daa’ima haaraa dhalate, fi nama wal-qunnamtii saalaa irratti hirmaatu kamiyyuu qabuu danda’a. Sababni “dhukkuba dhiiraa” jedhamee beekameef, yeroo baay'ee mallattooleen dhibee kanaa kan akka fincaan gubuu fi dhangala’aan qaama saalaa keessaa bahuu fi kkf dhiira irratti ifatti mul’achuu danda’u; dubartoota irratti garuu mallattoon yeroo hedduu dhokataa yookaan salphaa ta’uu danda’a. kanaaf namoonni dhukkuba dhiiraa jedhu malee dhibeen kun dhibee nama hundaa qabuu danda'udha.
Dhukkubni kun Karaa wal qunnamtii saalaa fi wal dhungachuu fi haadha irraa gara daa'imaatti darbuu danda'a karaalee kanaan baakteeriyaan kun nama Dhukkubstaa irraa gara nama fayyaatti kan darbu yoo ta'u yeroo hedduu dafee mallattoo nama irratti hin Mul'isin, Turuu danda'a. Baakteeriyaan kun Sirna Wal Hormaataa fi Qaama saalaa, Gadameessaa fi kkf irratti miidhaa kan geessisu yoo ta'u, yoo utuu hin yaalamin namarra ture, rakkoo Maseenummaa yokan dhala dhabuu namatti fida, carraa ilmoo dhala godhachuu namaa hirrisuu fi daa'imni dhalatu akka ija agartuu dhabu gochuu danda'a.
Mallattoolee Dhukkuba kanaa dhiirotaa fi Dubartoota irratti:
1. Fincaan nama gubaa Akkasumas Yeroo Yeroon irra deddeebiin fincoofsisaa (Frequent Urination).
2. Fincaan booda Dhangala'aan Bishaan wal hormaata yokan Spermii fakkatu kan haalluu bifa daalacha yokan boora,furdaa yokan qal'aa ta'etu fincaaniin booda yokan fincaan wajjiin karaa qaama saalaa nama irraa bahaa.
3. Naannoo Mudhii fi Qaama saalaa Hooksisa ni nyanyaataa, Fiixee qaama saalaa ni Hooksisaa Akkasumas qaama saalaa madeeyssu dandayaa.
4. Sababa malee morma yokaan Kokkee (Throat) keeysaa nama Hooksisa, nama Nyanyaataa, ni Hooksisaa, akkasumas Ijaa fi gogaan Naannoo ijaa, ni diimata, ni jijjiirama, yeroo garii nama hooksisa.
5. Yeroo fincaanii fi Wal qunnamtii saalaa Naannoo mudhii fi qaama saalaa keeysaa dhukkubbiin namatti dhagayamaa.
6. Teessuma daandii Sagaraa yokan finxiixxaa keeysaa hooksisaa
(Anal Itching) Bifti naannoo sanas ni jijjiirama.
7. Miilla Lamaan Dudga Harkaa fi Arraba Hidhii irratti madaan xixiqqoon uumama, Waan Akka Finniisaa, fakkaatee, madaan Namatti Ba'aa.
8. Yeroo cime Dhiiroota irratti Naannoo qaama saalaa fi killee Cidhaanii ni Iitayaa, yokan ni Bokokaa..
9. Toonsilii yokan Dhukkubbii
qoonqoo namatti deddeebi'aa.
10. Yeroo cime Lafee miillaa fi Harkaa Dogda keeysaa dhukkubbiin Namatti dhagayamaa, dhiiraa fi Dubartii irratti ni mullataa.
11. Dubartoota Dhangala'aan Qaama saalaa irraa bahu yokan (Vaginal Discharge) Humnaa ol dabalaa Akkasumas Foolii badaa, Ajaa'u Qabaa.
12. Dubartoota irratti Dhiigni Laguu Yeroo isaa Eeggachuu Dhiisu fi hanga duraa caalaa, dhiigni bahu Baayyachuu, Yeroo Dhiigni Laguu Dhangala'u Dhukkubbiin itti dhaga'amuu fi Akkasumas Foolii Ajaa'u dabalu dha.
13. Dubartii Dhangala'aa hin Beekamne Yeroo dhiiga laguu Utuu hin ga'in irraa bahaa.
14. Garaa Keeysaa Naannoo Gadaamessaa tti Dhukkubbiin itti dhagayamaa..
15 Yeroo wal qunnamtii saalaa Raawwattu dhukkubbiin itti dhagayamaa (Dyspareunia).
16. Sagaraa booda Dhangala'aan irraa bahaa, Akkasumas waan akka dhiiga karaa Sagaraa wajjiin bahaa, (Rectal Bleeding).
17. Yeroo mana fincaanii seente Sagaraaf Teessu dhukkubbiin itti dhagayamaa (Painful Defecation).
Kanneen Armaan olitti ibsaman mallattoolee cobxoo ta'uu danda'u, garuu Dhibeen kun Mallattoolee kanneen Hunda Bakka tokkotti yoka namarratti, hin mul'isu,
haala turtii fi Cimina dhukkubaa irratti hundaa'uun Mallattooleen armaan ol itti ibsaman kunneen keessaa gariin namarratti mul'achuu danda'a yeroo mallattoon argame mana yaalaa Deemuun qorannoo fayyaa gochuu fi dhibee kana qabaachuu ofii mirkaneessuun barbaachisaa dha. | 782 |
| 10 | No text... | 752 |
| 11 | Karaalee Qunnamtiu(Contact)
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
Tajaajila qoricha aadaa fi yaala keenya argachuuf, yeroo kamiyyuu nu qunnamaa. Gareen keenya isin simachuuf yoomiyyuu qophii dha.
Bilbila:
+251 928 795 750
+251 909 316 243
Telegram:
https://t.me/kush_herbal
Facebook:
https://www.facebook.com/kuushHerbal
Eddoon Argamaa: Shaashamannee, Naanno 30 jedhamee beekkamu, Adaamaa guyyaa sambataa lameen
Sa’aatii Tajaajilaa:
Torban Guutuu, Sa’aa 24 | 693 |
| 12 | Tajaajiloota Gurguddoo Nuti Kenninu (Our Services)
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
Dhaabbanni keenya ogeeyyii barnoota fayyaa fi muuxannoo qoricha aadaa gabbataa qabaniin, Qorichoota aadaa haala qulqullina isaa eeggatee fi sadarkaa qorannoo saayinsawaa guuteen qopheessuun, fayyaa hawaasa keenyaa eeguu fi jireenya fayyaalessa ta’e akka jiraattaniif yoomiyyuu qophii dha. Fayyaan keessan dhimma keenya!
▪ Qorichoonni keenya guutummaatti keemikaala miidhaa geessisan irraa bilisa yoo ta’an, qulqullina isaanii eeguuf ogeeyyiin keenya xiyyeeffannoo guddaan qopheessu.
▪ Beekumsa yaala aadaa, teeknooloojii fi qorannoo ammayyaatiin wal-simsiisnee dhiyeessina.
▪ Tajaajila keenya gatii madaalawaa ta'een, naannoo jirtanitti yeroo gabaabaa keessatti akka isin dhaqqabu gochuun fayyaa keessan deebisuuf quunnamtii ariifataa uumna.
1. Yaala Kintaarotii
Yaala Opiraasheyinii Malee: Qorichoota uumamaa salphatti fudhataman fi dibatamaniin yaala guutuu kennina. Qaamni usuu hin muramin, usuu hin gubamin, usuu hin madaayin, usuu hin dhiigin yeroo gabaabaa keessatti dhabamsiisna.
Dabalataan ammoo Sirna nyaataa dhukkubichi akka hin deebine gargaaru irratti gorsa kennuu.
2.Yaala Sombaa (Respiratory Care): Qufaa cimaa, asmii, michii sombaa fi rakkoolee sirna hargansuu qorichoota uumamaa salphatti fudhatamaniin yaaluu.
3. Rakkoo Qunnamtii Saalaa (Sexual Health Support): Rakkoolee dandeettii qunnamtii saalaa walqabatan qoricha uumamaa fi amansiisaa ta’een yaaluu
4. Qoricha Qopheessuu fi Raabsuu (Herbal Pharmacy): Qorichoota uumamaa (baala, hidda, jirma, firii fi copha) biqilootaa irraa qophaa'an bifa qulqullina qabuun dhiyeessuu.
5.Tajaajila Koobaa (Cupping Therapy/Hijama): Akkaataa aadaa fi saayinsawaa ta’een dhiiga xuraawaa qaama keessaa baasuun dhibeewwan adda addaa yaaluu.
6. Dhukkuba Simbiraa (Jaundice): Hepatayitisii (Hepatitis), Tiruu Cooma'e (Fatty Liver Disease), Siiroosisii (Cirrhosis), Tiruu Alkooliin Miidhame (Alcoholic Liver Disease) Wiirtuu keenya keessatti dhibeewwan kanneen ogeessaan sakatta'uun, qorichoota uumamaa keemikaala irraa bilisa ta'aniin yaala amansiisaa ni kennina.
7. Yaala Dhukkubbii Buusaa fi Lafee (Bone & Joint Care): Mala aadaa kanaan dura turan ammayyeessuun dhukkubbiwwan naannoo buusaa fi lafee yaaluu.
8. Garaa Qulqulleessa (Detoxification Services): Summii (toxins) maxxantoota garaa fi dhiiga keessaa dhabamsiisuuf tajaajila qorichoota uumamaa kennuu.
9. Yaala Gogaa (Natural Skincare): Qorichoota uumamaa irraa hojjetamaniin dhibeewwan gogaa adda addaa yaaluu.
10. Gorsa Nyaataa fi Jireenyaa (Nutritional Counseling): Fayyaa eeggachuuf akkaataa nyaataa fi haala jireenyaa sirrii ta'e irratti gorsa ogeessaa kennuu.
11.Yaala Sirna Bullaa'ina Nyaataa (Digestive Health): Rakkoolee garaa fi mar'ummaan walqabatan qorichoota keemikaala irraa bilisa ta'aniin wal’aanuun.
12. Tajaajila Rakkoo Hormaataa (Fertility Support): Rakkoolee dhala dhabuu dhiiraa fi dhalaa mala uumamaa fi qorannoo saayinsawaan deeggaramee jiruun gargaaruu.
13. Leenjii fi Barumsa Fayyaa Uumamaa (Educational Workshops): Hawaasni akkamitti qorichoota naannoo isaa jiranitti fayyadamee fayyaa isaa eeggachuu akka danda’u leenjii kennuu.
14. Gorsa Dhiphina Sammuu fi Hirribaa (Stress & Insomnia Management): Qorichoota sammuu tasabbessan (calming herbs) fi gorsaan rakkoo hirriba dhabuu furuu.
15.Tajaajila Fayyaa Dubartootaa (Women’s Wellness): Rakkoolee marsaa laguu, dhibee gadameessaa fi kkf mala aadaa fi saayinsawaa ta'een yaaluu.
16. Gorsa Fayyaa fi Qorannoo (Consultation & Diagnosis): Haala dhukkubbi dhuunfaa namootaa sakatta'uun qoricha uumamaa isaaniif ta'u adda baasnee isinii kennuu.
17. Yaala Dhukkubbii Mataa fi Hidda Dhiigaa (Migraine & Sinus Treatment): Mala uumamaa fayyadamuun dhukkubbii mataa fi rakkoo funyaanii yaaluu.
18.Yaala Sukkuummaa (Therapeutic Massage): Dhukkubbii maashaa fi lafee salphisuuf akkasumas dhiphina sammuu (stress) hir’isuuf sukkuummaa ogummaan deeggarame kennuu. | 1 253 |
| 13 | No text... | 1 974 |
| 14 | Wiirtuu Yaala Aadaa Kuush Giddugala Yaala Aadaa Oromiyaa waliin tokko ta'uu kanaan dura isiniif ibsineerra. Karaa Website keenyaa seentanii daawwachuu dandeessu.
Kan Suuraa irratti argitanu Kun bakka Tajaajilaa haaraa damee Magaalaa Shaashamannee ti!. Ganda 01 Naannoo Hoteela Hamiltaniin daandii kobilistoonii gara "Masjiida Al-Iimaan" geessu harka mirgaa irratti argama.
Bakki Tajaajilaa inni guddaan Shaashamannee: Ganda 01 Karaa bahiinsa Baalee, naannoo '30', mana murtii Godina Arsii Lixaa fuulduraan gara harka mirgaatti meetira 200 qofa seene argama.
Shaashamannee qofa miti Oromiyaa magaalota biroo keessattis Tajaajila keenya argachuu dandeessu!. Akkasumas Yaalaaf qaamaan nu bira dhufuun yoo isiniif Mijachuu baate Dhukkuba keessan nuuf ibsitanii biyya keessaa fi biyya alaa bakka jirtanitti tajaajila argachuu dandeessu. 🌍💊
Dhukkuboota Walii Galaa tiif, Lakkoofsa Bilbilaa: 0944119955, 0928795750 ykn 0909316243 irratti Ogeessoota Qunnamuu dandeessu.
Namoonni Dhukkuboota Tiruu kan akka Vaayrasii tiruu Hepatitis B fi Cooma tiruu yaalamuu fi gorsa feetan, tlakkoofsa bilbilaa 091 033 3944 kana irratti Karaa whtsappii fi telegram qofaan messege Erguu dandeessu. Akkasumas Dhimma keessan barreeffamaan karaa messege SMS nuuf Erguu dandeessu!.
Waan hundumaa dura Fayyaa keessaniif dursa ni kennina.
Galatoomaa.
Wiirtuu Yaala Aadaa Kuush Follow godha | 1 463 |
| 15 | No text... | 1 110 |
| 16 | Giddugalichi qorannoo saayinsii fi Beekumsa Yaala Uumamaa fi muuxannoo amanamaa irratti hundaa’uun tajaajila yaala fayyaa bu’a qabeessaa fi nageenya qabu kennuudhaaf kan akeekedha.
Tajaajila keenya keessatti Dhibeewwan hundaaf Qoricha kennuun dura, dhukkubsataaf Qorannoo fayyaa barbaachisoo ta'an gochuun Maalummaa dhibee fi sadarkaa dhibee erga adda baafnee booda dosage sirrii ta'een Dawaa kennina.
Kana booda Buufata tajaajilaa keenya magaalota Oromiyaa garaagaraa keessatti argachuu dandeessu!. Akkasumas Namoota fageenya irraa gara keenya dhufanii fi kan tajaajila ciisanii yaalamuu fi hordoffii dabalataa barbaadaniif bakka ciisichaa qopheeffamee jira!. Namoonni Gaaffii isaaniif deebii akka argataniif jecha Lakkoofsonni Bilbilaa haaraan dabalame jira. Ogeessonni bilbila sagalee fi ergaa barreeffamaa keessaniif deebii kennanus, dabalamaniiru. Namoonni gaaffii qabanii fi Dhukkuboota adda addaaf yaala barbaadan gaaffii keessaaniif Deebii saffisaan argachuu dandeessu!.
𝗧𝗲𝗲𝘀𝘀𝗼𝗼 𝗳𝗶 𝗤𝘂𝘂𝗻𝗻𝗮𝗺𝘁𝗶𝗶
Teessoon tokkoffaan Shaashamannee: Ganda 01 Karaa bahiinsa Baalee, naannoo '30', mana murtii Godina Arsii Lixaa fuulduraan gara harka mirgaatti meetira 200 qofa seene argama.
Damee Lammaffaan Magaalaa Shaashamannee Ganda 01 Naannoo Hoteela Hamiltaniin daandii gara "Masjiida Al-Iimaan geessu harka mirgaa irratti argama.
Yaalaaf Yoo qaamaan nu bira dhufuu dadhabdan qoricha feetan biyya keessaa fi alaa bakka jirtanitti isiniif erguu dandeenya. 🌍💊
Dhukkuboota Walii Galaa tiif, Lakkoofsa Bilbilaa: 0944119955, 0928795750 ykn 0909316243 irratti Ogeessoota Qunnamuu dandeessu.
Namoonni Dhukkuboota Tiruu kan akka Vaayrasii tiruu Hepatitis B fi Cooma tiruu yaalamuu fi gorsa feetan, tlakkoofsa bilbilaa 091 033 3944 kana irratti Karaa whtsappii fi telegram qofaan messege Erguu dandeessu. Akkasumas Dhimma keessan barreeffamaan karaa messege SMS nuuf Erguu dandeessu!.
Waan hundumaa dura Fayyaa keessaniif dursa ni kennina Galatoomaa.
Oduu fi Odeeffannoo fayyaa guyyaa guyyaan argachuuf Toora facebook
Wiirtuu Yaala Aadaa Kuush Follow godha | 1 025 |
| 17 | Tajaajiloota Giddugala Yaala Aadaa keenya
Dhukkuboota hedduuf yaala aadaa beekumsa saayinsii fi Muuxannoo aadaa yeroo dheeraa irratti hundaa'uun yaala fayyaa kennina. Dhukkuboota nu biratti Yaalaman keessaa muraasa maqaa isaanii Afaan Oromoo fi ingiliffaan Armaan gaditti tarreeffamaniiru:
1. Qorichoota Dhibeewwan tiruu Kan akka: Dhukkuba Simbiraa yokan Vaayirasii Tiruu Hepatitis B, fi C fi Madaa Tiruu Cirrhosis fi cooma Tiruu (fatty liver).
2. Qoricha Dhukkuboota Hadhooftuu kan Akka Cirracha Hadhooftuu -(Gallbladder disease)
3. Qoricha Dhukkuba Gaggabdoo Daa'immani fi Nama Guddaa -(Epilepsy)
4. Qoricha Dhukkuba dhiiraa yokan Cobxoo – Gonorrhea
5. Qoricha Dhibeewwan Proctology Dhukkuboota Ujummoo dhuma Mar'imaanii Teessumaa kan akka:
Baasuur/Buroo yokan dhukkuba Kiintaarotii (Hemorrhoids/Piles).
6. Qoricha Kormommuu Teessumaa kan Akka kiintaarotii fakkatu yokan (Anal Fissure).
7. Qoricha Feestullaa Teessumaa yokan (Anal Fistula).
8. Qoricha Dhukkuba Cirracha Kalee (Renal Stones) dhagaa Kalee
(Kidney Stones)
9. Qoricha Dhukkuba Kalee Yeroo dheeraa yokan - ( Chronic Kidney Disease)
10. Qoricha Dhukkuba Infeekshinii ujummoo fincaanii yokan (UTI).
11. Qoricha Dhukkuba Infeekshinii porestaatii yokan (Prostatitis).
12. Qoricha Itiyuu Bokokuu Piroostaati yokan (BPH)
13. Qoricha faalamuu fi Kiistaasii Afuffee fincaanii (Cystitis) kan fincaan akka nama gubuu fi Dafee dafee namatti deddeebi'u Taasisu
14. Qoricha Nama Ujummoon Fincaanii Cufamee fincaan irraa bahuu dideef.
15. Qoricha Dhukkuba gogaa fanxoo-Syphilis
16. Qoricha Dhukkuba JAARDIYAA - Giardiasis
17. Qoricha HPV – Vaayirasii Kaansarii fiixee hulaa gadaameessaa, fidu.
18. Qoricha Dadhabina Ka’uu Qaama Saalaa Erectile Dysfunction.
19. Qoricha Maseenummaa, dhala dhabuu dhiMmm.iraa fi dubartii yokan (.b - Male & Female)
20. Qorich Rakkoo Marsaa Dhiiga Laguu Menstrual Disorders .
21. Qoricha Qufaa Yeroo dheeraa-(Chronic Cough).
22. Qoricha Dhukkuba Asmii (Asthma).
23. Qoricha Dhukkuba Tiivii yokan Daranyoo Sombaa -(TB)
24. Qoricha daranyoo sombaa yokan Michii Sombaa Nimooniyaa,
(Pneumonia)
25. Qoricha Infeekshinii Baakteeriyaa Garaachaa (H-Pylori Infection).
26. Qoricha Dhukkuba, Madaa Yokan qunca’uu garaachaa fi mar’umaanii - peptic ulcer disease
27. Qoricha Madaayuu sirna Bullaa'insa nyaataa yokan (Peptic Ulcer Disease).
28. Qoricha Infeekshinii madaayuu Mar'imaanii yokan (Ulcerative Colitis).
29. Qoricha Gogiinsa garaa gogiinsa Mar'imaanii yokan (Chronic Constipation).
30. Qoricha Garaa yaasaa yokan garaa kaasaa Yeroo dheeraa Namarra turu yokan- (Chronic Diarrhea).
31. Qoricha Dhukkuba raaammoo maagaa Wawaati maxxantuu "ascaris lumbricoides".
32. Qoricha dhukkuba dhiita'uu miillaa (Lymphatic Filariasis)
33. Qoricha Dhukkubbii Dugdaa fi Lafee jilbaa Yeroo dheeraa Namarra turu yokan- (Chronic Back & Neck Pain).
34. Qoricha Dhukkuba riimootidii kan Lafee harkaa fi miillaa miidhu (Rheumatoid Arthritis).
35. Qoricha Dadhabina Sammu rakkoo waa dagachuu bayyisuu fi Dandeettii Sammuu Dabalu.
36. Qoricha Dhukkuboota dhiigaa fi Onnee yokan Blood Diseases and Cardiovascular .
37. Qoricha Dhukkuba dhiibbaa dhiigaa nama Umriin isaa 50 gadi ta'eef (Hypertension) .
38. Qoricha Sibiijjii yokan (Eczema)
39. Qoricha dhukkuba Cittoo (Psoriasis)
40. Qoricha Lamxii yokan baras kan gogaa qaamaa Adii Taasisii (Vitiligo)
41. Qoricha Infeekshinii gogaa fangasii irraa Uumamu yokan (Fungal Skin Infections)
42. Qoricha Rifeensa mataa muluu fi Rifeensa harca'u yokan (Hair Loss & Baldness)
43. Qoricha Dhukkuba Kaansarii Gogaa Sadarkaa jalaqabaa Irratti Argamu yokan (Early & Intermediate Stage Skin Cancer)
44. Qorichoota Uumamaa kan Nama Dhukkuboota akka Sihirii Falfala Tolcha Harka Namaa fi Summii Budaa Summii ija namaa yokan Ayina-Xilaaf saaxilamaniif.
Kana malees Dhukkuboota biroo hedduuf tajaajila yaala fayyaa ni kenninaa.
Dhukkuboota Armaan Olitti tarreeffaman keeysaa dawaa dhibee kamii feeta? Komeentii jelatti barreessii..... | 1 002 |
| 18 | No text... | 1 784 |
| 19 | Qorichoota akka 'Imiquimod' ykn 'Candida antigen' fayyadamanii sirna ittisa qaamaa dhimma kintaarotii sanaa irratti qofa akka xiyyeeffatu gochuudha. Malichi keessumaa kintaarotiiwwan yaalii biraatiin baduu didaniif tajaajila.
4. Tooftaa baqaqsanii yaaluu Opireeshinii fi Laser:
Dhukkubni kun yoo tooftaan yaalaa kanaan duraa milkaa'ina dhabe, Opireeshinii xiqqaadhaan kintaaroticha muranii baasuu (currettage) ykn ifa 'Laser' fayyadamanii hidda dhiigaa kintaaroticha sooru gubanii dhabamsiisuudha.
Walumaagalatti, kintaarotiin miillaa (Plantar Warts) dhibee vaayirasii gogaa faana miillaa irratti uumamu yoo ta’u, dhibee baramaa fi yoo cime rakkisaadha. Dhibeen kun dhalootaan kan dhufu osoo hin taane, karaa vaayirasii HPV naannoo keenya jiruun kan daddarbudha. Mallattoolee isaa sirriitti beekuun, haala daddarba isaa hubachuu, fi yaalii saayinsaawaa ogeessa fayyaan kennamu hordofuun dhibee kana guutummaatti balleessuuf ni gargaara. Ittisni dhibee kanaa keessumaa qulqullina dhuunfaa eeggachuu fi iddoolee waloo keessatti of eeggannoo gochuudha.
Dhukkubni Kintaarotiin miillaa dhibee ittis qaamaa (immune system) waliinis walitti dhufeenya qaba. Yoo dhibeen kun baay'ee isinitti deebi'a ta'e ykn isinirraa baduu dide, ogeessa gogaa (Dermatologist) dubbisuun dhimma murteessaadha.
Guyyaa Muraasa booda Haala kamiin Dhibee kana mana keessatti yaaluun akka danda'amu bal'inaan isiniif maxxansina. | 1 199 |
| 20 | Dhukkuba Kintaarotii Miillaa (Plantar Warts) fi Miidhaa Inni qabuu fi mallattoo isaa fi yaala isaa.
Kintaarotiin miillaa, saayinsii fayyaa keessatti ‘Plantar Warts’ jedhamuun kan beekamu, dhibee gogaa baay’ee baramaa fi yeroo tokko tokko immoo rakkina fayyaa cimaa uumuu danda’udha. Dhibeen kun gogaa faana miillaa irratti kan uumamu yoo ta’u, sababa weerara Vaayirasii Human Papillomavirus’ (HPV) sanyiiwwan 1, 2, 4, 60, fi 63 jedhamaniin dhufa. Vaayirasichi madaa ijaan hin mul’anne (micro-abrasions) kan gogaa miillaa jalaan uumaman hordofee, seelota gogaa jala jiran keessa gala. Vaayrasiin kun Seelota kana keessatti DNA isaa makuun akka isaan garmalee baay’atanii fi pirootinii keratin jedhamu garmalee akka oomishan taasisa. Miilli keenya yeroo baay'ee kophee keessatti waan haguugamuuf, bakka jiidhaa fi ho'aa vaayirasichi itti baay'atu uuma. Kunis gogaan bakka sanaa akka jabaatu, furdatu, fi dhukkubbii uumu godha.
Kintaarotiin miillaa yeroo nuti deemnu gara keessaatti dhiibamaa waan deemuuf, kintaarotii qaama biroo irratti ba’u irraa adda ta’e dhukkubbii cimaa akka qabaatu godha.
Akkamitti dhibeewwan gogaa biroo irraa adda baafnee beekuun danda'ma?
Mallattoolee isaa:
Yeroo baay’ee Gogaa jabaataa, gogaa du’e fakkaatu koomee, lafee miillaa jalatti cirracha fakkaatee Baha.
Dhukkubbii Cinaa (Pinch Tenderness):
Kiintaarotiin kun Yeroo deeman ol nama waraanuu danda'a, Garuu yeroo baay'ee Yoo cinaacha irraa dhiiban yokan yeroo cinaadhaan qabnu (squeeze) garmalee caalaa dhukkubuu danda’a. Kun waan adda isa taasisuu fi dhukkuboota biroo irraa ittiin adda baafamudha.
Yeroo deemnu dhiibbaan qaama keenyaa kintaarotii sana gara keessaatti dhiiba/cunqursa, Kunis kiintaarotichi akka bal'atu fi gara gubbaatti osoo hin taane gara keessaatti akka guddatu godha. Kana jechuun Kiintaarotii kana yeroo ijaan ilaallu caalaa yeroo harkaan qabnu guddaa akka ta'e beeksisa, sababni isaas gara keessatti guddata.
Bakka Kintaarotii sana yoo xiqqoo soofne, tuqaaleen gurraacha xixinnoo ni mul'atu. Kunniin hiddoota dhiigaa xixinnoo (capillaries) sababa vaayirasichaan kintaarotii sana sooruuf uumamanidha.
Kintaarotii miillaa
Namatti darbuu danda’a; meeshaa miilaa kan akka kaalsii fi kophee waliin fayyadamuu fi lafa jiidhaa, fi gogaa irraa gogatti tamsa’uu danda’a.
Vaayrasichi Bakka jiidhaa qabuu fi namni baay'een miilla qullaa itti deemu (mana dhiqannaa, bishaan daakaa) irraa daddarbuu danda'a.
vaayirasichi gogaa qunca’e irraa dhangala’ee lafa irra turuu danda’a. Namni madaa xiqqaa miilla irratti qabu yoo bakka san irra miilla duwwaa deeme, vaayirasichi salphaatti gara qaamaatti gala. Dabalataan, kintaarotii miilla irratti bahe quncisuun vaayirasichi iddoo biraatti akka babal’atu (autoinoculation) taasisa.
Dandeettiin sirna ittisa qaamaa nama dhuunfaa vaayirasicha ofirraa ittisuu irratti shoora guddaa taphata; kanaan kan ka’e namoonni tokko tokko vaayirasichaaf saaxilamanis dhibichi irratti hin mul’atu. Kanaaf bakka dhiqannaa qaamaa waliinii fi kkf keessatti utuu hin beekin nutti darbuu danda'a.
Tooftaalee Yaalii Saayinsaawaa (Therapeutic Interventions):
Yaaliin kintaarotii miillaa deebii sirna ittisa qaamaa kakaasuu fi seelota vaayirasii qaban balleessuu irratti xiyyeeffata. Maloonni yaalaa gurguddoon armaan gadii jiru:
1. Yaalii Keemikaalaa (Salicylic Acid):
Yaalli inni Kun kintaaroticha irraa gogaa du’e suuta suutaan quncaisee baasuun seelota vaayirasii qaban balleessa. Akkasumas, madaa xiqqaa uumuun sirni ittisa qaamaa bakka sanatti dhufee vaayirasicha akka lolamu kakaasa. Yaaliin kun yeroo dheeraa (torbanoota 6-12) fudhachuu danda’a.
2. Yaalii Dilallessuu (Cryotherapy):
Nitrogen dhangala’aa (liquid nitrogen) fayyadamanii kintaaroticha qabbana hamaan akka gogu fi dhangala’aa uumee akka qunca’u gochuudha. Kun kintaaroticha irratti madaa uumuun vaayirasichi dhuunfatamee akka badu taasisa.
3. Yaala Sirna ittisa Qaamaa Immunotherapy: | 1 119 |
