cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

KUTANNOO

→Kaayyoo kee irratti kutannoo fi murannoo qabaadhu!Channel kanaan, 👉barruuwwan barsiisoo 👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes) 👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech) 👉Gorsa(advice) Ni qoodama

Show more
Finland1 646The language is not specifiedEducation36 215
Advertising posts
3 112Subscribers
+1924 hours
+497 days
+22630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

seera bu’uura jireenyaa ❶Kan darbee wajjin nagaa buufadhu akka inni egeree kee hin jeeqneef. ❷Namoonni biroo waa'ee kee wanti yaadan dhimma kee miti. ❸Gammachuu keetiif itti gaafatamaan si qofa. ❹Jireenya kee namoota biroo wajjin wal hin madaalin, wal bira qabuun hattuu gammachuuti. ❺Yeroon waan hunda jechuun ni danda'ama fayyisa. Yeroo itti kenni. ❻Garmalee yaaduu dhiisi.Deebii hunda beekuu dhiisuun homaa miti. ❼Kolfi.Sababni isaa,Abbaan rakkoo addunyaa kanaa si qofa miti. 📧 kutannoo1
Show all...
🥰 2👍 1
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
Show all...
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
Show all...
Soorata sammuu
Leenjii walitti fufaa
Soorata fooniif
JOIN
👍 2
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
Show all...
#Fayyaa_Sammuu Fi Gaa'ela Gaa’elli walta’iinsa hiriyoonni gaa’elaa qormaata jireenyaa waliin ittin qajeelchan yoo ta’u, imala kana keessatti dhimmoonni fayyaa sammuu abbaa warraa fi haadha warraa xiyyeeffannoo argatuu qabu. Fayyaan sammuu gaa’ela keessatti hiriyoonni gaa’elaa miiraa waliif hubachuu, xiinsammuu rakkoo dandamachuu fi dandeettii dhiphina too’achuu isaanii kan hammatu yoo ta’u, hariiroo hiika qabu ijaaruu, eeguu fi murtoo sirrii ta’e waliin murteessuuf sammuun  fayyaalessa ta'uu qaba. Gaa'ela keessatti hariiroo gaariin fayyaa sammuu gaarii kan guddisu yoo ta’u, hariiroon gaarii hin taane ykn fayya-dhabeessa ta’e ammoo rakkoo fayyaa sammuuf nu saaxiluu danda'a. ✓Gumaacha gaa'elli fayyaa sammuuf qabu: ➡️1.Deeggarsa miira Walii kennuuf! Deeggarsa miiraa waliif kennuun karaalee barbaachisoo hiriyoonni gaa’elaa, fayyaa sammuu walii isaanii ittin kunuunsaniidha.wal dhaggeeffachuu, gara laafina waliif agarsiisuu fi miira waliif hubachuun dhiphina hir’isuu fi fayyaa miiraa fooyyessuuf gargaaruu danda’a. ➡️2.Dhiphina Sammuu hir'isuuf! Gaa'ela keessatti itti gaafatamummaa qooddachuun, jajjabina waliif kennuun akkasumas boqonnaaf haala mijataa ta’e waliif  uumuun dhiphina Sammuu hir’isuun ni danda’ama. ➡️3.Iftoominaan Waan rakkatan waliin mari'achuuf! Hariiroon fayya qabeessa ta'e gaa'ela keessatti fayyaa sammuu guddisa.Hiriyoonni gaa’elaa yaada, miiraa fi yaaddoo isaanii ifatti  amanamummaadhaan yoo waliif  ibsuu danda’an wal amantaa fi wal hubannaa uumuu danda'u.Kunis fayyaa Sammuu keenyaaf gumaacha gaarii ta'a. ➡️4.Fayyaa qaamaa eeggachuuf Gaa'ela keessatti mala jireenya fayyaalessa jiraachuuf Wal jajjabeessuun fayyaa Sammuu eeguuf ga'ee olaanaa qaba.Namni tokko fayyaa jedhamuuf qaamaan ,sammuun Fi hawwaasummaan fayyaalessa ta'uu qaba.Kanaaf sochii qaamaa waliin hojjachuu,Nyaata madaalawaa nyaachuu Fi hirriiba ga'aa rafuun Fi kkf fayyaa sammuu irratti dhiibbaa gaarii fiduu danda'a. ➡️5.Waldhabbii waliin furuuf Dandeettiin waldhabbii haala qindaa'aa fi kabajaan furuu, miiri gadhee akka hin uumamne ittisuu fi dhiphina gaa'ela keessatti uumamu hir'isuuf nu gargaaruu danda'a. Adeemsi Kunis fayyaa Sammuu keenyaa eeggachuuf gumaacha taasisuudha. Walumaagalatti Sammuu Keenya leenjisuun gaa'elaa Fi Sammuu keenyaa kunuunsuu dandeenya! Fayyaa ta'aa! ©Baeki M•[Mental Health professional]
Show all...
3👏 1
Show all...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

@kutannoo1 join goochu wantoota haara toora kanaan darbuu argachuu dandeessu ,change start from know change start from small thing change start from you for more information $Leave comment
Show all...