cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

KUTANNOO

→Kaayyoo kee irratti kutannoo fi murannoo qabaadhu!Channel kanaan, 👉barruuwwan barsiisoo 👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes) 👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech) 👉Gorsa(advice) Ni qoodama

Show more
Ethiopia4 759The language is not specifiedEducation33 875
Advertising posts
3 470
Subscribers
+2324 hours
+2457 days
+59230 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
https://gadaabank.com.et/gbvacancy
340Loading...
02
#Negative_Personality_Trait ✓Namoonni of jibban namoota biroos ni jibbu. ✓Namoonni ofitti aaran namoota biroottis ni aaru. ✓Namoonni ofiif obsa hin qabne namoota biroofis obsa hin qaban. ✓Namoonni ofitti hin gammanne namootni biroos akka hin gammannee fi rakkatan godhu. ✓Namoonni ofii amala galateeffannaa hin qabne namoota amala galateeffannaa qabaniif yaada gaarii hin qaban. ✓Namoonni ofiif ilaalcha gaarii hin qabne namoota biroof ilaalcha gaarii hin qaban.... ✅Amaloota akkasi qabna yoo ta'e  sammuu keenya irratti hojjachuuf dursa of irraa haa jalqabnu! ✅'positive personality trait' qabaachuu nuuf wayya. Odeeffannoo biroof @kutannoo1 Galatoomaa!🙏 ©GB
650Loading...
03
Wantoota ciccimoo ta'an yeroo isaan salphaa ta'anitti hojjadhu, Wantoota gurguddoo jedhaman yeroo isaan xixiqqoo ta'anitti hojjadhu. Imalli Maayilii kumaa tarkaanfii qeenxeen jalqabamuu qaba. LAOZI (Hayyuu warra Chaayinaa)         ከባድ የሆኑትን ነገሮች ቀላል በሆኑ ጊዜ ተግብር፣ ታላቅ የተባሉትን ነገሮች ትንሽ በሆኑ ጊዜ ፈጽም፣ የ ሺህ ማይል ጉዞ በአንድ እርምጃ መጀመር አለበት። LAOZI (የቻይናዎች ፈላስፋ) @kutannoo1 #MondayMotivation #Vision #TakeTheFirstStep
3893Loading...
04
Wanta ykn nama jaallattu tokko waliin gaafa adda baatu, yeroo murtaa'eef miira gadi bu'aa keessa turuun namoomakee malee, dadhabinakee hin mul'isu. Garuu, sababa mudannoo sanaaf jireenyikee akka toora hin gadhiisne gochuu ni dandeessa. Gaafa baay'ee sitti tolee jirutti, gaafa baay'ee sitti hin tolle akkamitti akka dabartu yaaduun gaariidha. Gaafa argatte wanta itti gammadde tokko, gaafa dhabdu gadduunkee dirqama. Tokko fudhattee, tokko lagachuu hin dandeessu. Fakkeenyaaf, intala hariiroo jaalalaa wajjin jalqabde tokko, "Gaafan ishee wajjin jiru gammadee jiraadheen, gaafan adda ba'u jeeqama tokko malee itti fufa." wanti jedhamu hin jiru. Akkuma Iyoob, "Wanta gaariiwoo Waaqayyo harkaa in fudhanna, wanta hamaas immoo hin fudhannuuree?" jedhe sanatti, akkuma gammachuu dhamdhamaa baatetti, jeeqama kara sanaa dhufus fudhachuuf qophaa'i. Jarri wal malee hin deeman! #obsa @kutannoo1
3880Loading...
05
@kutannoo1 @kutannoo1
4090Loading...
06
#KUTAA_12FFAA Sagantaa guyyaa qormaata kutaa 12ffaa Kan bara 2016 fudhatan:- ➭ Qoramtoonni saayinsii hawaasaa Roobii (03/11/2016)       Ganama :- Afaan Ingiliffaa       Guyyaa  :- Herregaa Kamisa:- (04/11/2016)       Ganama :- Aptituudii       Guyyaa  :- Ji'oograafii Jimaata:- (05/11/2016)       Ganama :- History       Guyyaa  :- Economics  ➭ Qoramtoonni saayinsii uumamaa Adoolessa 9-11/2016 fudhatu. Kibxata:- (09/11/2016)       Ganama :- Afaan Ingiliffaa       Guyyaa  :- Maths Roobii (10/11/2016)       Ganama :- Aptituudii       Guyyaa  :- Physics Kamisa:- (11/11/2016)       Ganama :- Chemistry       Guyyaa  :- Biology ➭Qoramaanni Bara 2016 magaalota filatamoo ta'an keessatti barattoonni filataman toora interneetii kan fudhatan yoo ta'u, barattoonni kan hafan Yunivarsitiiwwan keessatti waraqaan ni fudhatu jedhameera. ➭ Magaalota filatamoo 25 qormaanni kutaa 12ffaa toora interneetiin itti kennamu fuulduratti ifa ni ta'a.   Share Gochuu Hin Dagatinaa!!  
3956Loading...
07
#Dhiifama_Gochuu! ✓Dhiifama gochuun Kennaa guddaa ofiif kennuu jechuudha. ✓Dhiifama gochuun ba'aa ofirraa buusanii boqachuudha. ✓Dhiifama gochuu diduun immoo madaa  hooqqachaa jiraachuu wayya akka jechuuti. Madaa hooquu mannaa akka fayyu taasisuu wayya. ✓Dhiifama taasisuun garuu dhiiseen Jira. keessa Koo nageenya badhaaseera jechuudha. Haala kanaan gammachuu eenyuyyuu nuuf kennuu hin dandeenye ofiif kennuu dandeenya.Waaqnis kana Jaallata! Kanaaf: ➡️Dhiifama gochuu haa Amaleeffannu! ➡️Bilisummaa Sammuu haa qabaannu! ➡️Sammuu keenya haa kunuunsinu! Odeeffannoo biroof 👇👇 @MentalHealthMedia1 Nagaa ta'aa!🙏 ©BM•
4486Loading...
08
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
3150Loading...
09
Of gaggeessuu (Self leadership) Jireenya keessatti gaggeessuummaan gosa hedduu jira. Kanneen keessaa isa tokko kan tahe of gaggeessuu dha. Kun ammoo gosoota gaggeesummaa keessaa ulfaata kan tahedha. Ogeeyyiin gaggeesummaa hedduunis of gaggeessuu akka tahe ibsu. Of gaggeessuun imaammata mataa ofii dandahe qaba. Isaan kana gabbiffachuun ammoo dandeetti of gaggeessuu ni dabalu. Isaanis: 1. Of beekuu/ self awareness/ Inni kun akka nama dhunfaatti sonawwan jireenya ofi beekuu, ciiminaa fi dadhabina ofii beekuu, of madaalaa deemuu fi namoota irraa dubdeebbii fudhachaa deemuu of keessatti qabate. 2. Of hoggannuu/ self management/ inni kun ammoo dandeetti yeroo ofii bulchuu fi miira ofi bulchuu of keessatti qabata. Kana guddisuuf ammoo akka toftaatti kan nu fayyadan: waan gaarii ofitti himu/positive self talk/, hiriyaa irraa dubdeebbii fudhachuu, waan tahu barbaadnu fakkiin kaa'uu/ visual board/ qabaachuu fa'adha. 3. Of sissi'eessuu/ self motivation/ Si'aa'iinaaf wanti barbaachisaan tokko fi guddaan galma ofii beekuudha. Si'aa'iinni= Galma + Humna(energy)+ Xiqqaa irraa eegalani hojjachuu dha. 4. Of guddisuu ykn of barsisuu / self development/: akka nama of gaggeessuu tokkotti guyyuu dubbisuu, leenjii adda addaa fudhachuu fi namoota nu gorsan yookiin mentor godhachu barbaachisa. 5. Of gamaagamuu/ self reflection/: guyyuu waan keessa ole of gaafachuu fi ciiminaa fi laafina keenya adda baasaa deemuu fi jireenyi keenya haala kamiin akka deemaa jiru beekuu barbaachisa. Akka waliin galaatti dandeetti #of_gaggeessuu kana guddisuuf #tooftaaleen fayyadan 1. Muldhata fi galma ofi haala SMART tahen kaayyachuu 2. Yeroo keenya #matrix_of urgent and important fayydamuun sirnaan hoggannuu 3. Bilchina mirraa ofii guddisuu 4. Nama hardhaa irra dhaabbatani boriitti eessa gahu akka deemnuu fi addunyaan garam deemaa jirti beekuu/proactive/ fa'adha. (Mr. Zeenaan kan dhiyaatee irraa barreeffamaatti kan jijjirameedha)
3350Loading...
10
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
3630Loading...
11
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
3500Loading...
12
Gurgurtaa daldala qinxaaboo boba'aa irratti daballiin taasifame. Ministeera Daldalaa fi Hariiroo Naannoo, Caamsa 1, 2016 halkan sa'aatii 6:00 irra eegale gatiin naafxaa adii, keeroosiinii, boba’aa xiyyaaraa, naafxaa gurraacha salphaa fi naafxaa gurraacha ulfaataa haaluma tureen akka itti fufu beeksiseera. Haaluma kanaan Liitira tokkoof: - Naafxaa adii birrii 79.75 - Keeroosiinii birrii 79.75 - Boba'aan xiyyaaraa birrii 70.83 - Naafxaa gurraacha salphaa 62.36 - Naafxaa gurraacha ulfaataa birrii 61.16n itti fufa. Gatiin gurgurtaa beenzilaa liitira tokkoof Birrii 78 fi saantima 67 akka ta'u sirreeffameera. Maddi; #tikvahethafaanoromoo
4000Loading...
13
CHANNALII ERGAA JABAA QABATEE DHUFE KANA NAMNI HUNDUU #JOIN GODHACHUUN IRRAA FAYYADAMOOTA TA'AA. WAANTOTA AKKAMII BARBAADDU? FILADHAA ITTI FAYYADAMAA👇👇
3070Loading...
14
Jechoota hayyoota addunya38) Balaa namatti dhufe injifachuuf tarkaanfiin jalqabaa waanta raawwate galataan fudhachuudha.Rakkoo si mudate akkuma jirutti fudhachuuf eeyyamamaa ta’i.(William James) 39) Jireenyi Kenya waanta yaadni keenya uumudha.(Mark Awurias) 40) Sammuu Keenya keesaatti Jannataa fi Gaanamiin uumuu ni dandeenya.(Milten) 41) Amma rakkinni si rakkisutti ati hin rakkatiin.(Jecha Ameerikaanotaa) 42) Jireenya keessatti waanti nuti akka karooraatti qabannu waanta lamatu jira.Inni jalqabaa waanta barbaannu argachuu yoo ta’u,Inni lammaffaan immoo waanta argannetti gammaduudha.Namoonni karoora isa lammaffaatti gammadan garuu beektota qofa. Madda:Kitaaba saayikooloojii(ICCITII MILKAA’INAA) kan Norman V.Pill barreesse. Qannoo Addisuu Afaan Oromootti hiikee Hinseenee Makuriyaa akka gulaaletti.Fuula 224-229 tti kan jirurraa. Namoonni kitaabicha hundasaa dubbiftan carroomtaniittu.Aadaa kitaaba dubbisuu haa dagaagfannu. 43) Namni waan qabutti hin gammanne osoo maaluu argatee hin gammadu.(Hoomer, Abbaa walaloo Giriik) 45) Waa fudhachuu irra waa kennuuti caalaa nama gammachiisa.(Kitaabicha keessaa) 46) Namni guddaan(real man) eenyumaanuu of hin madaalu.(kitaabicha keessaa) 47) Namoonni baayyeen sababii kophaa ta’aniif mukaa’u;Ani garuu nama Mukaa’aa waliin jiraachuutu na mukeessa(Ifargan Gudeta,Alex) 49) Yoo nama jabaa ta’uu barbaadde jireenya kophaatti gammaduu bari.(Alex) 50) Namoonni bayyeen addeessa kan koraniif namoota jalaa isaan utuban waan qabaniifi.
5044Loading...
15
Gorsa Jaalalaa Dubbisaa* ="="="="="="="="="="="=" ❤️Jaalala bituu hin yaalin jaalalli siin haabitu malee. Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoonkee isa duraa osoo hin taane isa boodarra jaallatte ta,uu qaba.sababni isaas osoo isa duraa dhugaan jaallatte ta,ee isa lammaffaa onneenkee hin keessumsiisu ture. ★Jaalala jechuun:- -Bareedina barbaaduu miti -Faayidaa barbaaduu miti. -Ejjaa(fedhii […]
3933Loading...
16
Keessumattuu kitaaba ishee dhimma afoolaa waliin walqabatu kana keessatti qabiyyeewwan kanneen akka: hiibboo, faaruu tiksee, hurursa daa'immanii, weedduu jaalalaa, makmaaksa, oduu durii fi kanneen akka kanaa walii galaan gara dhibba shanii ol ta'an barreessitee jirti. Akka seenaan Asteer Gannoo ibsutti hojii isheen hojjette kanaa olitti caqafaman ni caala. Shamarreen kun dabalataanis akka shamarree barsiiftuu fi barreessituu Oromoo jalqabaatti ni fudhatamti(hanga qorannoon kan biraa ifa taasisutti). Akka gaazexaan Rippoorter jedhu kan Afaan Amaaraan bitootessa, 1886 A.L.H tti maxxanfame, kutaa Aadaa fi Artii  jedhu jalatti barreeffamni, " ye Itoophiya sine tsihuf fana wagiwoch"  mata duree jedhu jalatti akka ibsutti, Asteer Gannoo fi Onesimoos Nasib jechamoota Afaan Oromoo, geerarsa, weedduu jaalalaa, makmaaksa, durdurii, mararoo fi kan kana fakkaatan walitti qabuudhaan kitaaba jalqabaa "JALQABA BARIISAA" jedhu Awurooppaatti Afaan Oromootiin maxxansiisanii turan.  Gaazexaan kun itti dabaluudhaan, hanga ragaan biraa hin argamnetti kitaabni 'Jalqaba Bariisaa' jedhu kun Kuusaa Afoollan lammii Itiyoophiyaatiin barreeffamee maxxanfame, " ye majammariya be Itiyophiyaa zega tashifo yetateme ye sine qal sibisib naw" jedhee kaa'a. Keessumattuu hojii boonsaan Gannoo Salbaan hojjette afoola Oromoo yeroo jalqabaaf walitti qabdee isa barreessite dha. Isaan keessaa kuusaan 'weedduu jaalalaa' kan jedhu har'ayyuu jira. Weedduun kun irra keessi isaa waa'ee jaalalaati. Haa tahu malee yeroo hubannoodhaan ilaalan waa'een ilaalcha Oromoo, aadaa, duudhaa, fi akkaataa jiruuf jireenya Oromoo bal'inaan calaqqisiisa. Haalli walitti dhufeenya dhiiraaf shamarran Oromoo maal akka fakkaatullee kitaabicha keessatti bal'inaan ibsameera. Fakkeenyaaf, weedduuwwaan afoolaa isheen walitti qabdee keessaa kan armaan gadii kana maqaa dhahuun ni danda'ama. Dorrobaan gaara hin ba'u, yoo karaa dalgaa malee; sossobaan nan danda'u yoo kadhaa margaa malee. Okkoteen fannoo citee; yaa filaa karaa dambii; boyyoseen qabdoo diddee waa bishaan garaa qabdii ....(weedduu fuula 107 irra jira). Walumaagalatti, Gannoo Salbaan afoola Oromoo yeroo ammaa kana hojjetamaa jiruuf hundee hin dagatamne keessee bara 1916 addunyaa kana irraa du'aan boqotte. Gahee isheen seenaa ogbarruu Oromoo keessattis bahattee fi tattaaffii isheen goote akkasuma yaadatamummaa isheen laphee keenya keessaa qabdus daran olaanaadha. Yeroo ammaa Kanas shamarran Oromoo hojii aartii kana keessa akka seenaniif fakkeenya guddaa taateetti. Egaa afoolli keenyaa fi aartiin keenya saba keenya bakka bu'ee waan dubbatuuf xiyyeefannoo guddaan akka itti kennamuu qabu jechaa kanumaanan goolaba. @getubadada maddi fb Finfinnee March 26/2021.
5871Loading...
17
Media files
5321Loading...
18
Kitaabota dubbisuun fayyaa qaamaa fi sammuu keessaniif faayidaa hedduu qaba. Mee faayidaa kana keessaa muraasa haa qorannu: Sammuu Cimsa: Dubbisuun toora walxaxaa sarkiyuutii fi mallattoo sammuu keessatti argamu of keessatti qabata. Dandeettiin dubbisuu kee akkuma bilchaachaa deemuun, toorawwan kun cimaa fi ulfaataa ta’u. MRI scan dubbisuun jecha jechaatti yaada kee akka jijjiiru mirkaneessee jira1. Mararfannaa Dabala: Namoonni asoosama ogbarruu, kan jireenya keessoo taphattootaa qoratu dubbisan, miiraa fi amantaa namoota biroo hubachuuf dandeettii olka’aa agarsiisu. Ogummaan kun “ti’oorii sammuu” jedhamuun kan beekamu hariiroo hawaasummaa ijaaruu fi eeguuf barbaachisaa dha1. Jechoota Ijaarsa: Yeroo hunda dubbisuun jechootaa fi hubannoo kee bal’isa. Akkuma dubbistu jechoota baay’ee si mudatu, kunis dandeettii afaanii kee guddisa1. Kufaatii Hubannoo Ittisa: Jireenya kee guutuu dubbisuu irratti bobba’uun akkuma dulloomtutti kufaatii hubannoo ittisuuf gargaaruu danda’a. Sammuu kee sochii fi qara akka ta’u taasisa, carraa haalawwan akka dhukkuba Alzaayimarii1. Dhiphina Hir’isa: Kitaaba gaarii tokko keessatti of cuuphuun dhiphina guddaa sirra ga’uu danda’a. Yaaddoo guyyaa guyyaa jalaa miliquuf kan si dandeessisu yoo ta’u gara addunyaa adda addaatti si geejjiba, boqonnaa akka argattu taasisa1. Hirriba Gargaarsa: Hirriba dura dubbisuun qophii hirribaa fooyyessuu danda’a. Sammuu tasgabbeessuuf gargaara, halkan boqonnaaf si qopheessa1. Dhiphina sammuu ni salphisa: Dubbisuun wal’aansa ta’uu danda’a. Baqannaa kan kennu yoo ta’u, miiraa fi muuxannoo kan keetii ol ta’e qorachuuf kan si dandeessisu yoo ta’u, kunis fayyaa sammuuf faayidaa qabaachuu danda’a1. Umurii Dheersa: Qorannoon akka agarsiisutti namoonni yeroo hunda dubbisan umurii dheeraa jiraachuu barbaadu. Dhiphina hir’achuu irraa kan ka’e, faayidaa hubannoo, ykn sababoota biroo irraa kan ka’e haa ta’u, dubbisuun fayyaa waliigalaa fi umurii dheeraa irratti dhiibbaa gaarii qaba1. Kanaafuu, asoosama tokko keessa cuuphamuu, asoosama hin taane qorachuu, ykn walalootti gammaduu yoo ta’e, dubbisuun nama gammachiisu qofa osoo hin taane fayyaa keetif faayidaa ajaa’ibaa akka qabu yaadadhu! 📚🌟
8965Loading...
19
Benefits of Reading (flashlight)(crayon)(lockwithpen) Dandeettii Yaada Xiinxala Cimaa Amma iyyuu yeroo hunda dubbisuun faayidaa kan biraa maal akka taʼe yoo yaadde, kana yaadi! Faayidaa ajaa’ibaa guyyaa guyyaan dubbisuun qabu keessaa tokko dandeettii xiinxala kee fooyyessuu danda’uu isaati. Asoosama iccitii dubbisuun dandeettii rakkoo furuu keessatti si gargaaruu danda’u akka horattu si gargaara. Asoosama tokko osoo dubbistuu ibsi isaa baayyee suuta kan jedhu yoo ta'u, sammuun kee tilmaamuuf ykn tilmaama gochuuf dirqama. Yeroo ifa ta'u tuqaawwan walitti hidhuu ni argatta. Sammuu kee akka qaroo taasisuu fi dandeettii xiinxala kee guddisuun nama gammachiisa. Dammaqaa jalaa sammuun caalaatti ogummaadhaan akka yaaduu fi dandeettii xiinxala cimaa akka horatu leenjifama. Jireenya dhuunfaa fi ogummaa keessan keessatti kana irraa bu’aa argachuuf eeguu dandeessu. (scales)(key)(yengraph)kaka'umsa Sammuu Keessorra 2,Guyyaa guyyaan yeroo dubbistu sochii sammuu kee ni kakaasa. Faayidaa dubbisuu hubachuuf qorannoowwan hedduun gaggeeffamaniiru. Akka qorannoon tokko jedhutti, faayidaan kitaabota dubbisuu inni guddaan tokko jeequmsa sammuu kan akka Alzheimer’s fi Dementia saffisiisuudha [1] Dubbisuun sammuu waan kakaasuufi sochii akka godhu waan godhuuf, kunis humnaa fi dandeettii isaa akka qabatu waan isa dandeessisuuf ta’a. Kutaan qaama keenyaa hundi fayyaa ta’ee turuuf sochii qaamaa kan barbaadu yoo ta’u, sammuu keenyas akkasuma. Dubbisuun sochii qaamaa yeroo hunda akka godhu kan godhu yoo ta’u, fayyaa fi fayyaa akka qabaatu taasisa. Taphoota akka cheezii taphachuun ykn puzzle furuun illee bu’aan isaa kaka’umsa hubannoo fida [2].
6333Loading...
20
https://www.facebook.com/getu.badada.5
6700Loading...
21
Of gaggeessuu (Self leadership) Jireenya keessatti gaggeessuummaan gosa hedduu jira. Kanneen keessaa isa tokko kan tahe of gaggeessuu dha. Kun ammoo gosoota gaggeesummaa keessaa ulfaata kan tahedha. Ogeeyyiin gaggeesummaa hedduunis of gaggeessuu akka tahe ibsu. Of gaggeessuun imaammata mataa ofii dandahe qaba. Isaan kana gabbiffachuun ammoo dandeetti of gaggeessuu ni dabalu. Isaanis: 1. Of beekuu/ self awareness/ Inni kun akka nama dhunfaatti sonawwan jireenya ofi beekuu, ciiminaa fi dadhabina ofii beekuu, of madaalaa deemuu fi namoota irraa dubdeebbii fudhachaa deemuu of keessatti qabate. 2. Of hoggannuu/ self management/ inni kun ammoo dandeetti yeroo ofii bulchuu fi miira ofi bulchuu of keessatti qabata. Kana guddisuuf ammoo akka toftaatti kan nu fayyadan: waan gaarii ofitti himu/positive self talk/, hiriyaa irraa dubdeebbii fudhachuu, waan tahu barbaadnu fakkiin kaa'uu/ visual board/ qabaachuu fa'adha. 3. Of sissi'eessuu/ self motivation/ Si'aa'iinaaf wanti barbaachisaan tokko fi guddaan galma ofii beekuudha. Si'aa'iinni= Galma + Humna(energy)+ Xiqqaa irraa eegalani hojjachuu dha. 4. Of guddisuu ykn of barsisuu / self development/: akka nama of gaggeessuu tokkotti guyyuu dubbisuu, leenjii adda addaa fudhachuu fi namoota nu gorsan yookiin mentor godhachu barbaachisa. 5. Of gamaagamuu/ self reflection/: guyyuu waan keessa ole of gaafachuu fi ciiminaa fi laafina keenya adda baasaa deemuu fi jireenyi keenya haala kamiin akka deemaa jiru beekuu barbaachisa. Akka waliin galaatti dandeetti #of_gaggeessuu kana guddisuuf #tooftaaleen fayyadan 1. Muldhata fi galma ofi haala SMART tahen kaayyachuu 2. Yeroo keenya #matrix_of urgent and important fayydamuun sirnaan hoggannuu 3. Bilchina mirraa ofii guddisuu 4. Nama hardhaa irra dhaabbatani boriitti eessa gahu akka deemnuu fi addunyaan garam deemaa jirti beekuu/proactive/ fa'adha. (Mr. Zeenaan kan dhiyaatee irraa barreeffamaatti kan jijjirameedha)
7994Loading...
22
Seenaa Ajaa'ibaa kana Dubbissaa!👇👇👇 🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺 Isin Yeroo Rakkinni isinitti jabaatu Abdii kutattanii achii gad bu'aa Adeemtumoo? Akka joobiraa achii ol ka'aa Adeemtu? Mee Imaltoota Xiyyaaraa Imala isaanii keessatti waan isaan mudate dubbisaa irraa baradhaa! ✍️Guyyaa tokko imaltoonni xiyaaraan imalaa osoo jiranii waan isaan hin yaadne tokko isaan mudate. Mudannoon kunis eessaa dhufteen isaa kan hin beekamne bofti summii hamaa qabu tokko utuu isaan olkaiinsa guddaa irra balali'aa jiranii kutaa balalisaa/pilot/ keessatti argame. Bofti kun kallattii balaliisaa kanaatiin hidduuf kan itti deemaa jiru ta'uu isaa yeroo argu balaliisaan sun dhimma kana imaltootaaf ifa godhe. Hunduu kan ta'aa jiru gaafa dhaga'an baayyee na'an. Iyyuu jalqaban. Balaliisaan sunis fala barbaaduu jalqabe. Lafa akka hin qubanne fageenya hedduuurra waan jiraniif utuu isaan lafa hin ga'in bofichi bira ga'ee hidda. Isumaafuu bakka mijataan waan jiru hin fakkaatu. Akka tasaa yaadi tokko itti dhufe. Ogeessota bineensaa waliin bilbilaan mariachuu. Dafee bilbile jara bilbilee fudhatee ogeessa bineensaa/ zoologist/ tiif haala keessa jiru ibseef. Ogeessichis amma olkaiinsa meeqarra jirtu jedhee gaafate. Balaliisaan sunis deebiseef.ogeessichis gad bu'uun furmaata miti. Amma olkaiinsa amma irra jirtu kanaraa ol dabalii. Kanaan booda qilleensi achii bofichaaf waan hin mijanneef si hiidduuf humna dhabaa jedheen. batalumati balalisaan kun waan namichi jadhen raawwate olka'iinsa isaa lafaraa qabuu dabalee gara qilleensa cimaa keessa galee haalli qilleensa sanaa bofichaa gaari hin turre bofichis baay'ee itti ulfaate atimosferin isaa yommus battalumatti humna dhabee suuta suutaan ni du'e Balaliisaan sunis ofiisaaf imaltoota oolche. Firoota koo haala amma isin rakkiseef furmaati gadi bu'uu miti. Olkaiinsa keenya dabaluudha. Kana gochuudhaan rakkinatti karaa cufta! Inni si hiidduuf sitti ariifatu sun si hin danda'u humna dhabaa deema. Waan dubbiftaniif galatoomaa! #Share waliif godhaa!
9039Loading...
23
https://t.me/+-iRcJ5LEah9mMjBk
6860Loading...
24
Dear all May this Easter Sunday inspire you to new hope, happiness, prosperity and abundance, all received through God’s divine grace. Baga Geessan/እንኳን አደረሰችሁ። maati @kutannoo1
6770Loading...
25
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
6160Loading...
26
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
6420Loading...
27
Hordoftoota Amantaa Kiristaana hundaaf Baga Ayyaana Faasigaan isin ga'e! Ayyaana gaarii! ለመላ የክርስትና ሀይማኖት ተከታዮች እንኳን ለፋሲካ በዓል አደረሳችሁ! መልካም በዓል!
7760Loading...
28
Oduu Ammee Injifattoonni DV 2025 ifoomaniiru Injifattoonni DV 2025 hanga Fulbaana dhufutti lakkoofsa dhoksaa isaanii qabachuun dirqama ta'a jedhameera. Iyyattoonni DV 2025 marsariitii https://dvprogram.state.gov/ESC/ seenuun carraa isaanii mirkaneessuu akka danda’an fi iyyattoonni lakkoofsa dhoksaa isaanii jalaa bade https://dvprogram.state.gov/ESC seenuun deebi’anii argachuu akka danda’an ibsameera.
6251Loading...
29
"How to Raise Your Own Mindaa" kan Napoleon Hill barreesse qajeelfama yeroo hin qabnee fi gorsa qabatamaa fi tooftaalee milkaa'ina maallaqaa galmaan ga'uu fi dandeettii galii ofii guddisuuf gargaaran kan dhiyeessudha. Kitaabni kun seera bu'uuraa milkaa'ina Hill irraa kan ka'e, akkuma hojii isaa isa beekamaa "Think and Grow Rich" keessatti ibsametti, hubannoo gatii guddaa qabuu fi tarkaanfiiwwan gochaan hojjetamuu danda'an hojii ofii tarkaanfachiisuu fi baay'ina maallaqaa galmaan ga'uuf ni kenna. Kitaabicha irraa barumsi fi hubannoowwan ijoo kudhan kunooti: 1. Humna Fedhii: Hill milkaa’uu fi walabummaa maallaqaa argachuuf fedhii gubaa qabaachuun barbaachisaa ta’uu cimsee ibsa. Fedhiin cimaan kaka’umsaa fi kaka’umsa gufuulee irra aanuu fi kaayyoo ofii galmaan ga’uuf barbaachisu kenna. 2. Galma Ifa Ta’e Kaa’i: Milkaa’ina galmaan ga’uuf galma ifa ta’ee fi adda ta’e kaa’uun barbaachisaa dha. Hill galma galii addaa fi yeroo murtaa’e kaa’uu dabalatee milkaa’ina maallaqaa galmaan ga’uuf karoora murtaa’aa uumuu ni leellisa. 3. Beekumsa Addaa Guddisuu: Hill damee ykn industirii murtaa’e tokko irratti beekumsaa fi dandeettii addaa horachuun barbaachisaa ta’uu cimsee ibsa. Ogummaa naannoo murtaa’e tokkotti guddisuun gatii nama tokkoo gabaa keessatti guddisuu fi dandeettii galii olaanaa argamsiisuu danda’a. 4. Kaka’umsa Fudhadhu: Milkaa’inni yeroo baay’ee kaka’umsa fudhachuu fi carraawwan jiran akkuma uumamanitti fayyadamuu gaafata. Hill dubbistoonni hojii isaanii tarkaanfachiisuuf tarkaanfiiwwan dursanii fudhatan kan akka qormaata haaraa barbaaduu, itti gaafatamummaa dabalataaf tola ooltummaa fi carraa barnootaa hordofuu akka fudhatan jajjabeessa. 5. Ilaalcha Sammuu Gaarii/@mentaldevelopmentT horachuu: Ilaalcha sammuu gaarii qabaachuun milkaa’inaaf murteessaadha. Hill ilaalcha gaarii horachuu, of shakkuu fi yaada gadhee mo’uu, akkasumas dandeettii milkaa’ina ofii irratti amantaa qabaachuu cimsee ibsa. 6. Ciminaa fi @kutannoo1: Ciminaa fi kutannoon milkaa’ina maallaqaa argachuuf amaloota barbaachisoodha. Hill dubbistoonni duubatti deebi’iinsaa fi gufuuwwan mudatan keessatti akka ciman jajjabeessa, kaayyoo isaanii hordofuu isaanii boqonnaa malee akka jiraatan taasisa. 7. Maqaa Dhuunfaa Cimaa Ijaaruu: Maqaa dhuunfaa cimaa ijaaruun namoota dhuunfaa gabaa keessatti adda ta’anii akka mul’ataniifi carraa guddinaa akka hawwatan gargaaruu danda’a. Hill dubbistoonni carraaqqii ogummaa isaanii keessatti maqaa gaarii, amanamummaa fi amanamummaa akka horatan gorsa. 8. Dandeettii Walqunnamtii Bu’a qabeessa Ta’e Guddisuu: Damee kamiinuu milkaa’uuf dandeettiin walqunnamtii bu’a qabeessa ta’e baay’ee barbaachisaadha. Hill dubbistoonni dandeettii walqunnamtii isaanii, kanneen akka ummata duratti dubbachuu, barreessuu fi walqunnamtii namoota gidduu jiru dabalatee, dhiibbaa fi dhiibbaa isaanii guddisuuf akka guddisan jajjabeessa. 9. Karaa Galii Dachaa Uumuu: Karaa galii adda addaa gochuun namoota dhuunfaa dandeettii galii isaanii guddisuu fi wabii maallaqaa akka argatan gargaaruu danda’a. Hill dubbistoonni carraa galii dabalataa kan akka invastimantii, abbootii qabeenyaa ykn hojii bilisaa akka qoratan gorsa. 10. Gatii Kan Eegame Caalaa Kennuu: Namoota kaaniif gatii addaa kennuunis milkaa’inaaf seera bu’uuraa ijoodha. Hill dubbistoonni waan eegamee ol akka deeman, fedhii maamilaa/maamilaa akka caalu, fi bu’aa adda ta’e wal irraa hin cinne akka dhiyeessan jajjabeessa, maqaa gaarii akka ijaaran. "Akkaataa Miindaa Ofii Kaastu" ogummaa yeroo hin qabnee fi qajeelfama qabatamaa milkaa'ina maallaqaa galmaan ga'uu fi dandeettii galii ofii guddisuuf ni kenna. Karaa seera bu’uuraa milkaa’ina Naapooliyoon Hill dubbistoonni tooftaalee gatii guddaa qaban hojii isaanii tarkaanfachiisuuf, galii isaanii guddisuuf, fi walabummaa maallaqaa argachuuf gargaaran barachuu danda’u
5551Loading...
30
I am inviting you to download telebirr SuperApp and make a transaction to get a reward. https://superapp.ethiomobilemoney.et:38443/customer/mgm/index0414.html#/?notoolbar=true&CampaignId=MGM1473363004378240&inviterId=997665289574400&language=en
2230Loading...
31
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
5540Loading...
32
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
6170Loading...
33
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
5830Loading...
34
Media files
4170Loading...
35
"Leaders Don't Command" by Jorge Cuervo is a book that offers a fresh perspective on leadership, emphasizing the importance of collaboration, empathy, and empowerment over traditional command-and-control management styles. Here are key lessons from the book 1. Leadership Through Influence: True leaders influence rather than command. They inspire their team members to take action and commit to goals through shared vision and mutual respect, rather than through orders or coercion. 2. Empowerment is Key: Empowering team members is crucial for fostering innovation and engagement. Leaders should trust their teams, delegate effectively, and provide the resources and support needed for individuals to take ownership of their work. 3. Build Relationships Based on Trust: Successful leadership is rooted in trust. Leaders must be transparent, consistent, and reliable to build strong relationships with their team members. Trust fosters an environment where open communication and feedback are valued. 4. Embrace Vulnerability: Leaders who are not afraid to show vulnerability can create stronger connections with their teams. Admitting mistakes, acknowledging limitations, and seeking input from others can demonstrate humility and openness, encouraging a similar attitude across the team. 5. Lead by Example: Actions speak louder than words. Leaders should model the behavior, work ethic, and values they expect from their team members. Leading by example is a powerful way to set standards and influence the organizational culture positively. 6. Encourage Continuous Learning: A culture of continuous learning and development benefits both the organization and its employees. Leaders should promote and facilitate opportunities for learning, whether through formal training, mentoring, or challenging assignments. 7. Value Diversity and Inclusivity: Recognizing and valuing diverse perspectives and backgrounds can lead to more innovative and effective problem-solving. Leaders should cultivate an inclusive environment where everyone feels valued and included. 8. Focus on Communication: Effective communication is a cornerstone of effective leadership. Leaders must be adept at conveying ideas clearly and listening actively. This involves not only speaking and writing but also non-verbal communication and the ability to read others. 9. Adaptability: The ability to adapt to change and lead through uncertainty is increasingly important. Leaders should remain flexible, open to new ideas, and ready to pivot strategies as needed to navigate challenges and capitalize on opportunities. 10. Serve Others: The concept of servant leadership, where the leader's primary goal is to serve others, is emphasized. Leaders should focus on the growth and well-being of their team members and the communities to which they belong. "Leaders Don't Command" offers a comprehensive guide to modern leadership, stressing the importance of empathy, empowerment, and a people-centered approach. By adopting these principles, leaders can inspire and motivate their teams more effectively, leading to higher satisfaction, better performance, and overall success for their organizations. @kutannoo1
6652Loading...
36
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
5010Loading...
37
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
5600Loading...
38
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
5840Loading...
39
#Fayyummaa_Sammuu_kee_Eeggachuuf: Sammuu Kee fayyaalessa taasisuuf maloota kannin yoo fayyadamte siif gaaridha. ➡️1.Ofii fi jireenya kee irratti miira gaarii qabaadhu! ➡️2.Hawaasa keetiif waan dandeessu gumaacha taasisi! ➡️3.Dandeettii dandamachuu cimaa qabaadhu! ➡️4.Dhiphina haala bu’a qabeessa ta’een too’adhu! ➡️5.Namoota biroo wajjin walitti dhufeenya gaarii qabaadhu! Fayyaa hin dhabinaa! 🙏 ✓Madda:Mental Health Media
5394Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
Show all...
👍 1🔥 1
#Negative_Personality_Trait ✓Namoonni of jibban namoota biroos ni jibbu. ✓Namoonni ofitti aaran namoota biroottis ni aaru. ✓Namoonni ofiif obsa hin qabne namoota biroofis obsa hin qaban. ✓Namoonni ofitti hin gammanne namootni biroos akka hin gammannee fi rakkatan godhu. ✓Namoonni ofii amala galateeffannaa hin qabne namoota amala galateeffannaa qabaniif yaada gaarii hin qaban. ✓Namoonni ofiif ilaalcha gaarii hin qabne namoota biroof ilaalcha gaarii hin qaban.... ✅Amaloota akkasi qabna yoo ta'e  sammuu keenya irratti hojjachuuf dursa of irraa haa jalqabnu! ✅'positive personality trait' qabaachuu nuuf wayya. Odeeffannoo biroof @kutannoo1 Galatoomaa!🙏 ©GB
Show all...
Wantoota ciccimoo ta'an yeroo isaan salphaa ta'anitti hojjadhu, Wantoota gurguddoo jedhaman yeroo isaan xixiqqoo ta'anitti hojjadhu. Imalli Maayilii kumaa tarkaanfii qeenxeen jalqabamuu qaba. LAOZI (Hayyuu warra Chaayinaa)         ከባድ የሆኑትን ነገሮች ቀላል በሆኑ ጊዜ ተግብር፣ ታላቅ የተባሉትን ነገሮች ትንሽ በሆኑ ጊዜ ፈጽም፣ የ ሺህ ማይል ጉዞ በአንድ እርምጃ መጀመር አለበት። LAOZI (የቻይናዎች ፈላስፋ) @kutannoo1 #MondayMotivation #Vision #TakeTheFirstStep
Show all...
Wanta ykn nama jaallattu tokko waliin gaafa adda baatu, yeroo murtaa'eef miira gadi bu'aa keessa turuun namoomakee malee, dadhabinakee hin mul'isu. Garuu, sababa mudannoo sanaaf jireenyikee akka toora hin gadhiisne gochuu ni dandeessa. Gaafa baay'ee sitti tolee jirutti, gaafa baay'ee sitti hin tolle akkamitti akka dabartu yaaduun gaariidha. Gaafa argatte wanta itti gammadde tokko, gaafa dhabdu gadduunkee dirqama. Tokko fudhattee, tokko lagachuu hin dandeessu. Fakkeenyaaf, intala hariiroo jaalalaa wajjin jalqabde tokko, "Gaafan ishee wajjin jiru gammadee jiraadheen, gaafan adda ba'u jeeqama tokko malee itti fufa." wanti jedhamu hin jiru. Akkuma Iyoob, "Wanta gaariiwoo Waaqayyo harkaa in fudhanna, wanta hamaas immoo hin fudhannuuree?" jedhe sanatti, akkuma gammachuu dhamdhamaa baatetti, jeeqama kara sanaa dhufus fudhachuuf qophaa'i. Jarri wal malee hin deeman! #obsa @kutannoo1
Show all...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Show all...
3
#KUTAA_12FFAA Sagantaa guyyaa qormaata kutaa 12ffaa Kan bara 2016 fudhatan:- ➭ Qoramtoonni saayinsii hawaasaa Roobii (03/11/2016)       Ganama :- Afaan Ingiliffaa       Guyyaa  :- Herregaa Kamisa:- (04/11/2016)       Ganama :- Aptituudii       Guyyaa  :- Ji'oograafii Jimaata:- (05/11/2016)       Ganama :- History       Guyyaa  :- Economics  ➭ Qoramtoonni saayinsii uumamaa Adoolessa 9-11/2016 fudhatu. Kibxata:- (09/11/2016)       Ganama :- Afaan Ingiliffaa       Guyyaa  :- Maths Roobii (10/11/2016)       Ganama :- Aptituudii       Guyyaa  :- Physics Kamisa:- (11/11/2016)       Ganama :- Chemistry       Guyyaa  :- Biology ➭Qoramaanni Bara 2016 magaalota filatamoo ta'an keessatti barattoonni filataman toora interneetii kan fudhatan yoo ta'u, barattoonni kan hafan Yunivarsitiiwwan keessatti waraqaan ni fudhatu jedhameera. ➭ Magaalota filatamoo 25 qormaanni kutaa 12ffaa toora interneetiin itti kennamu fuulduratti ifa ni ta'a.   Share Gochuu Hin Dagatinaa!!  
Show all...
👍 2
#Dhiifama_Gochuu! ✓Dhiifama gochuun Kennaa guddaa ofiif kennuu jechuudha. ✓Dhiifama gochuun ba'aa ofirraa buusanii boqachuudha. ✓Dhiifama gochuu diduun immoo madaa  hooqqachaa jiraachuu wayya akka jechuuti. Madaa hooquu mannaa akka fayyu taasisuu wayya. ✓Dhiifama taasisuun garuu dhiiseen Jira. keessa Koo nageenya badhaaseera jechuudha. Haala kanaan gammachuu eenyuyyuu nuuf kennuu hin dandeenye ofiif kennuu dandeenya.Waaqnis kana Jaallata! Kanaaf: ➡️Dhiifama gochuu haa Amaleeffannu! ➡️Bilisummaa Sammuu haa qabaannu! ➡️Sammuu keenya haa kunuunsinu! Odeeffannoo biroof 👇👇 @MentalHealthMedia1 Nagaa ta'aa!🙏 ©BM•
Show all...
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
Show all...
Fayyaa sammuu
Maalummaa dhibee sammuu
Mallattoolee dhibee sammuu
Yaala dhibee sammuu
Rakkoolee saalquunnamtii
Waa'ee Gaa'elaa
👆👆🖕🖕Join us
Of gaggeessuu (Self leadership) Jireenya keessatti gaggeessuummaan gosa hedduu jira. Kanneen keessaa isa tokko kan tahe of gaggeessuu dha. Kun ammoo gosoota gaggeesummaa keessaa ulfaata kan tahedha. Ogeeyyiin gaggeesummaa hedduunis of gaggeessuu akka tahe ibsu. Of gaggeessuun imaammata mataa ofii dandahe qaba. Isaan kana gabbiffachuun ammoo dandeetti of gaggeessuu ni dabalu. Isaanis: 1. Of beekuu/ self awareness/ Inni kun akka nama dhunfaatti sonawwan jireenya ofi beekuu, ciiminaa fi dadhabina ofii beekuu, of madaalaa deemuu fi namoota irraa dubdeebbii fudhachaa deemuu of keessatti qabate. 2. Of hoggannuu/ self management/ inni kun ammoo dandeetti yeroo ofii bulchuu fi miira ofi bulchuu of keessatti qabata. Kana guddisuuf ammoo akka toftaatti kan nu fayyadan: waan gaarii ofitti himu/positive self talk/, hiriyaa irraa dubdeebbii fudhachuu, waan tahu barbaadnu fakkiin kaa'uu/ visual board/ qabaachuu fa'adha. 3. Of sissi'eessuu/ self motivation/ Si'aa'iinaaf wanti barbaachisaan tokko fi guddaan galma ofii beekuudha. Si'aa'iinni= Galma + Humna(energy)+ Xiqqaa irraa eegalani hojjachuu dha. 4. Of guddisuu ykn of barsisuu / self development/: akka nama of gaggeessuu tokkotti guyyuu dubbisuu, leenjii adda addaa fudhachuu fi namoota nu gorsan yookiin mentor godhachu barbaachisa. 5. Of gamaagamuu/ self reflection/: guyyuu waan keessa ole of gaafachuu fi ciiminaa fi laafina keenya adda baasaa deemuu fi jireenyi keenya haala kamiin akka deemaa jiru beekuu barbaachisa. Akka waliin galaatti dandeetti #of_gaggeessuu kana guddisuuf #tooftaaleen fayyadan 1. Muldhata fi galma ofi haala SMART tahen kaayyachuu 2. Yeroo keenya #matrix_of urgent and important fayydamuun sirnaan hoggannuu 3. Bilchina mirraa ofii guddisuu 4. Nama hardhaa irra dhaabbatani boriitti eessa gahu akka deemnuu fi addunyaan garam deemaa jirti beekuu/proactive/ fa'adha. (Mr. Zeenaan kan dhiyaatee irraa barreeffamaatti kan jijjirameedha)
Show all...
1
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
Show all...
Soorata sammuu
Leenjii walitti fufaa
Soorata fooniif
JOIN