Kersa Secondary School🔘
Open in Telegram
EDUCATION IS THE KEY OF SUCCESS BARNOONII FURRTU GALMMAATTII ትምህርት የስኬት ቁልፍ ነው
Show more1 228
Subscribers
-124 hours
+27 days
+1930 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
October '26Oct '26
October '26
+1
in 0 channels
September '26
+37
in 0 channels
Get PRO
August '26
+63
in 0 channels
Get PRO
July '26
+31
in 0 channels
Get PRO
June '26
+53
in 0 channels
Get PRO
May '26
+40
in 0 channels
Get PRO
April '26
+23
in 0 channels
Get PRO
March '26
+47
in 0 channels
Get PRO
February '26
+41
in 0 channels
Get PRO
January '26
+63
in 0 channels
Get PRO
December '25
+42
in 0 channels
Get PRO
November '25
+46
in 0 channels
Get PRO
October '25
+560
in 0 channels
Get PRO
September '250
in 0 channels
Get PRO
August '250
in 0 channels
Get PRO
July '250
in 0 channels
Get PRO
June '250
in 0 channels
Get PRO
May '250
in 0 channels
Get PRO
April '250
in 0 channels
Get PRO
March '250
in 0 channels
Get PRO
February '250
in 1 channels
Get PRO
January '250
in 0 channels
Get PRO
December '24
+24
in 0 channels
Get PRO
November '24
+43
in 0 channels
Get PRO
October '24
+49
in 0 channels
Get PRO
September '24
+32
in 0 channels
Get PRO
August '240
in 0 channels
Get PRO
July '24
+291
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 01 October | +1 |
Channel Posts
#KUTAA12FFAA
Barattoota Dubartootaa Saayinsii Uumamaa Qabxii Ol’aanaa Galmeessan!!
🥇 Sadarkaa 1ffaa — Hiddaasee Zamaanuu
🏫 Mana Barumsaa:Agew Midir Secondary School, Injibara
🏆 Qabxii: 583/600 — 97.20%
🥈 Sadarkaa 2ffaa — Dureettii Mohaammed Tufaa
🏫 Mana Barumsaa: Adaba Secondary School
🏆 Qabxii: 579.66/600 — 96.61%
🥉 Sadarkaa 3ffaa — Sanyii Boonaa Guraarii
🏫 Mana Barumsaa: Dodola Ifa Boru SPE Boarding School
🏆 Qabxii: 573.16/600 — 95.53%
#TikvahAfaanOromoo
Hagayya 20, 2018
Finfinnee
@tikvahethafaanoromoo
| 2 | Barattoota akka aanaa Adaabbaatti Qabxii olaanaa 500 ol galmeessisan👏👏👏
@tikvahethafaanoromoo | 623 |
| 3 | Firiin Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa!!
-"Barattoonni qabxii isaanii guyyaa Wiixataa/Kibxata ilaalu ni danda'u"Pro. Birhaanu Naggaa
Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Qabxii Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ifoomse.
Haaluma kanaan, bara 2018, akka waliigalaatti barattoonni 550,201 qormaata Kutaa 12ffaa fudhatan keessaa kanneen qormaata darban 70,544 (12.82%) dha.
Oromiyaa keessatti, barattoota qormaata fudhatan keessaa 20,877 (10.53%) qormaata darbaniiru.
👉Manneen barnootaa barattoota isaanii 100% dabarsan:
-Akka Biyyaalessaatti: M/b 88
- Akka Oromiyaatti: M/b 37 dha.
👉 Qabxii olaanaa biyyaalessaa: Damee Barnootaa Saayinsii Uumamaa (#Natural_Science): 591 Mana Barnootaa Bultii Addaa WMO #Adaamaa irraa yoo ta'u,
👉 Damee Barnootaa Saayinsii Hawaasaa (#Social_Science) 576, Mana Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa #Dodolaa irraa ta'uun beekameera.
Qabxii 'Remedial 'kan argatan ilaalchisee odeeffannoon bal’aan fuula duratti ni ibsama.
@tikvahethafaanoromoo | 971 |
| 4 | No text... | 802 |
| 5 | ከፍተኛ ውጤት !
በተፈጥሮ ሳይንስ ወንድ 591.6 ከ600 ተመዝግቧል። ተማሪው የኦዳ ስፔሻል ቦርዲንግ - አዳማ ተማሪ ነው።
ከሴት ደግሞ 583 ከ600 ሲሆን ከእንጅባራ አገው ምድር ትምህርት ቤት ነው። | 746 |
| 6 | ዘንድሮ በአጠቃላይ ፈተናውን ከወሰዱ ተማሪዎች መካከል ማለፍ የቻሉት 70 ሺ 544 ናቸው።
ካለፉት መካከል በተፈጥሮ ሳይንስ 16.5 በመቶ ሲሆኑ በማህበራዊ ሳይንስ ደግሞ 8.33 በመቶ ናቸው። | 738 |
| 7 | በዘንድሮ የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና 563 ሺ 960 ተማሪዎች ተመዝግበው 550 ሺ 210 ተማሪዎች ፈተናውን ወስደዋል።
ፈተናውን ከወሰዱት ውስጥ 12.8 በመቶ የሚሆኑት ተማሪዎች 50 በመቶ እና ከዚያ በላይ ማምጣት ችለዋል። | 736 |
| 8 | #National_Exam_Result
በ2018 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ከወሰዱ ተማሪዎች 12.8% ተማሪዎች ማለፋቸውን ትምህርት ሚኒስቴር አሳወቀ።
ለፈተና ከተቀመጡ 560,210 ተማሪዎች 70,544 ወይም 12.8% የሚሆኑት ማለፋቸውን የትምህርት ሚኒስትሩ ብርሃኑ ነጋ (ፕ/ር) ለጋዜጠኞች ገልፀዋል።
በመላ አገሪቱ የመልቀቂያ ፈተና ከወሰዱ ውስጥ 88 ትምህርት ቤቶች 100% ያስፈተኗቸውን ተማሪዎች ማሳለፋቸውን የገለፁ ሲሆን፣ 585 ትምህርት ቤቶች ደግሞ ምንም ተማሪ አለማሳለፋቸውን ገልፀዋል። | 774 |
| 9 | https://t.me/SkillMoney01_bot/earn?startapp=ref_A29B3E1B | 808 |
| 10 | https://t.me/SkillMoney01_bot/earn?startapp=ref_A29B3E1B | 503 |
| 11 | #ESSLCE #ExamProtocols
የ2018 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ የመልቀቂያ ፈተና ከነገ ሰኔ 23/2018 ዓ.ም ጀምሮ በስድስት ዙሮች በበይነ መረብ እና በወረቀት ይሰጣል።
ተፈታኞች ሊይዟቸው የሚገቡ
➻ የመፈተኛ መግቢያ ካርድ
➻ የፋይዳ መታወቂያ/የቀበሌ/የትምህርት ቤት መታወቂያ
➻ እስክሪብቶ፣ እርሳስ እና ላፒስ
የተከለከሉ ነገሮች
➻ ስልክ፣ ታብሌት፣ ስማርት ሰዓት፣ ካሜራ፣ ስማርት ጃኬት
➻ ያልተፈቀዱ ካልኩሌተሮች
➻ ማንኛውም አይነት ወረቀት፣ መጻሕፍት፣ የማስታወሻ ደብተር
ተፈታኞች ዛሬ የሚሰጠውን አጠቃላይ የፈተና አሰጣጥ ገለጻ (Orientation) መከታተል ይጠበቅባቸዋል።
የፈተና አሰጣጥ መመሪያዎችን መጣስ ከፈተናው መሰረዝ ባለፈ ከባድ ሕጋዊ ቅጣት ያስከትላል ተብሏል።
የ2018 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና ከሰኔ 23 እስከ ሐምሌ 16/2018 ዓ.ም ይሰጣል።
@tikvahuniversity | 554 |
| 12 | #Grade12
#NationalExam
Sagantaan Kenniinsa Qormaata Biyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara Barnootaa 2018 Ifa Ta'e
Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaata sagantaa kenniinsa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa kan bara barnootaa 2018 ifa taasiseera.
Haaluma kanaan, qormaata toora interneetiin (Computer-based Testing - CBT) kan fudhatan marsaa jahan kan qoraman yoo ta'u, Marsaa 1ffaa hanga 3ffaatti barattoota saayinsii uumamaa (Natural Science)ti. Marsaa 4ffaa hanga 6ffaa ammoo barattoota saayinsii hawaasaa (Social Science) ta'u jedhame.
Barattoonni qormaata waraqaarratti fudhatan immoo, saayinsii uumamaa marsaa sadaffaarratti kan qoraman yoo ta'u, saayinsii hawaasaa ammoo marsaa afraffaarratti dhaabbilee barnoota ol'aanoo (Yuunivarsiitiiwwan) keessatti kan fudhatan ta'a.
#TikvahAfaanOromoo
Waxabajjii 13, 2018
Finfinnee
@tikvahethafaanoromoo | 683 |
| 13 | “Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa baranaaf qophii gahaa taasisaa jirra”
- Barattoota Mana Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Dodolaa
+++++++++
Gaazexaa Pilaas| Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa baatii ittaanu kennamuun qabxii gaarii galmeessisuuf qophii gahaa taasisaa jiraachuu barattoonni Mana Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Dodolaa ibsan.
Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa guutummaa biyyaatti onlaayiniitiin kennamuuf qophii gahaa taasisaa jiraachuu barattoonni mana barnootaa Godina Arsii Lixaa, Aanaa Dodolaatti argamu kanaa turtii kamisa darbe Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin ibsaniiru.
Barataa Iyyoob Masfin qormaata jahan fudhatu guutummaatti deebisuuf sagantaa baafatee hiriyyootasaa wajjin qophiii cimaa taasisaa jiraachuu beeksiseera.
Firii qormaataa bara darbeetiin barattoonni mana barnootaasaanii akka biyyaatti qabxii olaanaa galmeessisuus yaadachiisee, innis muuxannoosaanii qooddachuun qabxii caalu fiduuf ykn riikardii cabsuuf qophii guddaa taasisaa jiraachuu ibseera.
Kanaafis barnootaa kutaa 9ffaa kaasee dubbisaa jiraachuu eeree, qormaata karaa onlaayinii kennamuufis of qopheessaa jiraachuufi barsiisonnisaaniis barnoota dabalataa kennuufii fa’iin isaan qopheessaa jiraachuu dubbateera.
Barattoonni qormaataa karaa onlaayinii fudhachuuf dursanii qophaa’uun barbaachisaadha kan jette ammoo barattuu Hikimaa Mahaammadi.
Akka barattuun tun jettutti, hanga ammatti qormaata bifa moodeelaan waraqaafi karaa onlaayinii irra deddeebiin shaakaluun hojjetaa jirti. Qormaatichaaf qophaa’ummaan xiinsammuus barbaachisaadha jechuun himtee jirti.
Qabxii olaanaa bardheengaddaa dhiirotaan galmaa’e barana shamarran mana barnootaasaaniin akka galmaa’uuf karoorfatanii qophii cimaa taasisaa jiraachuus ibsiteetti.
Mana Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Dodolaatti barsiisaan Ingiliffaa Kabboo Qaabatoo gamasaaniin, barattoota ciccimoo akka biyyaatti dorgomoo ta’an horachuuf bakka hanqina barattootaa adda baasuufi haalota adda adddaatiin barattootasaanii sirnaan qopheessaa jiraachuu dubbataniiru.
Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa inisheetivii addaa Mootumman Naannoo Oromiyaafi Biiroon Barnootaa Oromiyaa hanqina qulqullina barnootaa naannichaa furuuf mul’ata guddaan hundaa’e ta’uu kan himan ammoo dura bu’aa mana barnootichaa Obbo Deetuu Dibooti.
Manni barnootaasaanii qormaata baranaatiin qabxii olaanaa qalmeessisuuf xiyyeeffannaa addaatiin hojjechaa jiraachuus himanii, meeshaalee akka kompiyutaraafi jenereetaraafaa qopheessuun haalduree xumuraa jira jedhaniiru.
Barattoonnisaanii hundi akka darbaniif qormaata shaakallii bifa moodeelaatiin yeroo lama sadii karaa onlaayinii qopheessuun qoruu, barnoota dabalataa (tiitooriyaalii) kennuufi haala itti fayyadama teklonojiirratti hojii hubannoo babal’inaan kennamuu eeraniiru.
Manni barnootaasaanii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara darbe kennameen qabxii olaanaa, 592 galmeessisuus yaadachiisanii, manni barnootasaanis barattootaa saayinsii uumamaafi saayinsii hawaasaan dhiira 74fi dhalaa 33 walumaagalatti barattoota 107 qormaaticha akka fudhataniif qopheessaa jiraachuu ibsuun, baranas qabxii caalu galmeessisuuf ykn riikardii cabsuuf xiyyeeffannaa guddaadhaan hojjechaa jiraachuu himaniiru.
Maxxansa Gaazexaa Bariisaa Caamsaa 30 bara 2018
Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | 686 |
| 14 | Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaaf wiirtuuleen qormaataa 667 qophaa'anii jiru.
Qormaata Seensa Yuunivarsiitii Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa wiirtuuwwan qormaataa 667tti gaggeessuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa beeksiseera.
Qoruumsa seensa yuunivarsiitii, yunivarsiitiiwwan 97 fi wiirtuuwwan naannoo 570 keessatti gaggeessuuf qophiin taasifamaa jiraachu Daarektarri Olaanaan tajaajilichaa Doktar Isheetuu Kabbadee himaniiru.
Qormaata kana dandeettii guutuun toora interneetii irratti gaggeessuuf qophiin taasifamaa akka jiru kan himan Daarektarri Olaanaan kun, sababoota adda addaatiin garuu barattoonni qormaata waraqaa irratti hundaa’e kan fudhatan muraasni akka jiraatan hubachiisaniiru.
Naannolee fi wiirtuuwwan qormaataa keessatti dandeettiin garaagarummaa qabaatus kompiitaroonni hedduun qormaata kanaaf qophaa’aa akka jiran himaniiru.
Jimaata darbe irraa eegalee qormaati yaalii karaa toora interneetii qoramtootaaf kennamaa jiraachuus itti dabaluun himaniiru.
#TikvahAfaanOromoo
Caamsaa 11, 2018
Finfinnee
@tikvahethafaanoromoo | 685 |
| 15 | #Beeksisa
08/09/2018
Qormaatni Kutaa 6ffaa, 8ffaafi Moodeelaa Kutaa 12ffaa #Guyyaan_Fooyya'e.
----------------
Haaluma kanaan;
Qormaatni Kutaa 6ffaa #Waxabajjii 8-9/ 2018 ,
Qormaatni Kutaa 8ffaa
#Waxabajjii 11-12/2018 fi
Qormaatni Moodeelaa Kutaa 12ffaa immoo,
#Caamsaa 13 -17/2018 tti fooyya'uunsaa beekameera.
Dhumarratti, Haala Waliigalaa Qormaata Kutaa 6ffaafi 8ffaa bal'ina isaa qabannee kan dhihaannu ta'a.
#Yeroo_Qophiifi_Carraa_Gaarii_Barattoota_Keenyaaf_Haata'u.
https://t.me/BirooBarnotaaOromiya
https://t.me/BirooBarnotaaOromiya | 499 |
| 16 | ለ2018 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል የመልቀቂያ ፈተና የኦንላይን ልምምድ ያድርጉ!
የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት የ2018 ትምህርት ዘመን 12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ መልቀቂያ ተፈታኞች ፈተና የሚለማመዱበት አድራሻ ይፋ አድርጓል።
ተፈታኞች በተደለደሉበት ክልል ወይም ከተማ አስተዳደር ትይዩ ያለውን ሊንክ በመጠቀም፣ User Name በሚለው ላይ የፈተና አዳራሽ መግቢያ ካርድ ላይ ያለውን አድሚሽን ቁጥር በማስገባት እና Password በሚለው ላይ 1234 በማስገባት በዴስክቶፕ ኮምፒውተር፣ በላፕቶፕ፣ በታብሌት፣ በስልክ እና በመሰል የኤልክትሮኒክስ መሳሪያዎች ማንኛውንም አይነት የኢንተርኔት አማራጭ በመጠቀም ከነገ ግንቦት 07/2018 ዓ.ም ጠዋት 3፡00 ሰዓት ጀምሮ እስከፈተናው ድረስ መለማመመድ እንደሚችሉ ተገልጿል።
@tikvahuniversity | 443 |
| 17 | #EAES
የ2018 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና ተፈታኞች Admission Card እንዲወስዱ የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት አሳውቋል።
ከሰኔ 24 ቀን 2018 ዓ.ም ጀምሮ የሚሰጠውን የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና የሚወስዱ ተፈታኞች የመፈተኛ ክፍል መግቢያ ካርድ (Admission Card) በፈተና አስተዳደር ሲስተም ላይ https://exam.eaes.et/ ከግንቦት 03 ቀን 2018 ዓ.ም ጀምሮ ለክልል ትምህርት ቢሮ፣ ለዞን ትምህርት መምሪያዎች እና ለትምህርት ቤት ተወካዮች አገልግሎቱ ለቋል።
በመሆኑም፦
እያንዳንዱ ተፈታኝ ተማሪ በአድሚሽን ካርዱ ጀርባ ላይ የተፈታኝ ተማሪው ትምህርት ቤት ወይም የወረዳው አስተዳደር ትምህርት ጽ/ቤት ማህተም የተደረገበትን አድሚሽን ካርድ ከትምህርት ቤቱ ወስዶ በእጁ መያዝ ይጠበቅበታል።
ተፈታኞች መደረግ ያለባቸው የትምህርት መስክ፣ የጾታ፣ የፎቶ እና መሰል ማስተካከያዎች ካሉ ከግንቦት 30/2018 ዓ.ም በፊት ለትምህርት ቤቱ ማሳወቅና ሒደቱን ጠብቆ መስተካከሉንም ከትምህርት ቤቱ ማረጋገጥ ይጠበቅበታል።
እያንዳንዱ ተፈታኝ አድሚሽን ካርዱን ወደ መፈተኛ ማዕከልም ሆነ መፈተኛ ክፍል ለመግባት የሚጠቀምበት በመሆኑ በአግባቡና በጥንቃቄ መያዝ ይኖርበታል።
ተፈታኞች በፈተና ወቅት ከአድሚሽን ካርድ በተጨማሪ የፋይዳ መታወቂያ መያዝ ይጠበቅባቸዋል።
@tikvahuniversity | 442 |
| 18 | No text... | 532 |
| 19 | Guyyaan Qormaata Kutaa 12ffaa Ifoomeera.
Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa qormaata xumura barnoota sadarkaa lammaffaa (kutaa 12ffaa) Waxabajjii 24 hanga Adoolessa 17, 2018 A.L.I. tti akka kennamu beeksiseera.
Gama biraatiin, qormaatni biyyoolessaa sagantaa Rimiidiyaalaa Caamsaa 17 hanga Caamsaa 20, 2018 A.L.I. (guyyaan Caamsaa 19 Iid Al-Adhaadha) kan kennamu yoo ta'u, qormaatni ba’umsaa barnoota digrii jalqabaa (Exit Exam) immoo Waxabajjii 2 hanga Waxabajjii 12, 2018 A.L.I. tti ni gaggeeffama.
Dabalataan, qormaatni seensaa barnoota digrii lammaffaa fi isaa ol (NGAT) Adoolessa 29 hanga Adoolessa 30, 2018 A.L.I. tti akka gaggeeffamu ibsameera. | 509 |
| 20 | የ12ኛ ክፍል ፈተና የሚሰጥበት ቀን ይፋ ሆነ።
የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሠርተፊኬት (12ኛ ክፍል ፈተና) ከሰኔ 24 እስከ ሃምሌ 17 ቀን 2018 ዓ/ም ድረስ እንደሚሰጥ የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት አሳውቋል።
በሌላ በኩል ፦
- የሬሜዲያል ፕሮግራም ሀገር አቀፍ ፈተና ከግንቦት 17 እስከ ግንቦት 20 ቀን 2018 ዓ/ም
- የቅድመ ምረቃ ትምህርት መውጫ ፈተና ከሰኔ 2 እስከ ሰኔ 12 ቀን 2018 ዓ/ም
- የድህረ ምረቃ ትምህርት መግቢያ ፈተና (NGAT) ከሃምሌ 29 እስከ ሃምሌ 30 ቀን 2018 ዓ/ም
- የመሰረታዊ የንባብና የስሌት ክህሎት ምዘና ጥናትና ምርምር መረጃ መሰብሰብ ከሚያዚያ 26 እስከ ግንቦት 7 ቀን 2018 ዓ/ም ይሰጣል።
ቲክቫህ ኢትዮጵያ
ሚያዚያ 16 ቀን 2018 ዓ.ም
@tikvahethiopia | 445 |
