cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

GALAA JIREENYAA Kuusaa Faarfannaa durii fi haaraa Baruumsa Macaafa Qulqulluu

“Ilma isaa kanatti kan amanu itti hin faradamu, isatti kan hin amanne garuu, maqaa tokkicha ilma Waaqayyootti waan hin amaniniif, ammuma iyyuu itti faradameera.”— Yoh. 3:18 “Abbaanii fi ani tokko” isaaniin jedhe.Yoh. 10:30 Maqaan fayyinaa.....[HoE. 4:12]

Show more
Finland3 491The language is not specifiedReligion & Spirituality117 710
Advertising posts
279
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
+330 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
40Loading...
02
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
221Loading...
03
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
201Loading...
04
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
150Loading...
05
Uuffffff ♥•••••♥•••••♥•••••• Gad jedhee harkaan lafa qaphee otoon daa'imuu Silaa hiyyeessa jooradha namni naan dhimmuu Rakkinaan gadadamuun koo garaasaa raasee Al takkaan goftan dhibee koo barra calaasee Uuu.. uuuu... In darbee barri rakkinaa In darbee barri rakkiinaa Uuu... Uuuuu... In darbee barri boo'icha In darbe barri boo'icha An dukkanaan ifatti bahe Iyyesuusiinan nama tahe Dachaadham narratti ayyaannisa Waaqa koo maqaasaan leellisaa Goota koo maqaasaan leellisaa ............................................ Hamma dhumaatti dhaggeeffadhaa ittiin eebbifamaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏 @Galaa_jireenyaa1 https://t.me/Galaa_Jireenyaa1
370Loading...
06
Hin Dagatiina - Bacha Beyene 🌐 @galaanafaarfannaa ☑️
330Loading...
07
Yaa Xiyoon Ka'i - Bacha Beyene 🌐 @galaanafaarfannaa ☑️
320Loading...
08
WARRA IYOOBIIN CEEPHAʼAN ✅Eliifaaz: Tarii nama Temaan isa biyya Edoom taʼuu hin oolu. Ermiyaas 49:7 irratti Temaan, wiirtuu ogummaa biyya Edoom akka taate ibsameera Namoota Iyoobiin ‘jajjabeessan’ keessaa Eliifaaz jalqaba irratti kan dubbate, umriidhaan waan hunda isaanii caaluu fi iddoo guddaa waan qabuuf taʼuu hin oolu. Siʼa sadii kan dubbate siʼa taʼu, namoota lamaan caalaas yeroo dheeraadhaaf dubbateera Ceephoo sobaa: Amanamummaa Iyoob qabu irratti kan gaʼise taʼuu isaa irra iyyuu, Waaqayyo tajaajiltoota isaa irratti amantii akka hin qabne dubbateera (Iyo 4, 5) Eliifaaz, Iyoob qajeelaa akka taʼetti kan of ilaalu, hamaa fi Waaqayyoon kan hin sodaanne akka taʼe dubbateera (Iyo 15) Eliifaaz, Iyoob sassattuu fi murtoo kan jalʼisu akka taʼe, akkasumas namni Waaqayyo duratti faayidaa akka hin qabne dubbateera (Iyo 22) ✅Biildaad: Sanyii Shuʼaahii ti. Naannoo Laga Efraaxiis jiraatee taʼuu hin oolu Lammaffaa irratti kan dubbate isa ture. Siʼa sadii kan dubbate yommuu taʼu, dubbiin isaa gaggabaabaa fi kan Eliifaaz caalaa Iyoobiin kan miidhu ture Ceephoo sobaa: Ijoolleen Iyoob cubbuu akka hojjetan, balaan isaan irra gaʼe kan isaaniif malu akka taʼee fi Iyoob iyyuu Waaqayyotti akka hin amanne dubbate (Iyo 8) Iyoob nama jalʼaa akka taʼe dubbate (Iyo 18) Namni amanamaa taʼuun isaa faayidaa akka hin qabne dubbate (Iyo 25) ✅Zofaar: Naaʼimaaticha kaaba dhiha biyya Arabaa jiraachaa ture taʼuu hin oolu Sadaffaa irratti kan dubbate isa siʼa taʼu, warra kaan caalaa garmalee Iyoobiin ceephaʼeera. Siʼa lama qofa dubbate Ceephoo sobaa: Iyoob sobduu akka taʼe dubbachuudhaan isa ceephaʼe; akkasumas yakka hojjetu akka of irraa fageessu isatti hime (Iyo 11) Iyoob nama jalʼaa fi cubbuutti gammadu akka taʼe dubbate (Iyo 20) ✍️16 Iyyoob akkana jedhee deebise:  2 “Ani kanaan dura wantoota akkanaa hedduu dhagaʼeera. Hundi keessan jajjabeessitoota rakkina uumtani dha!  ✍️3 Dubbiin duwwaan* dhuma qabaa? Isin akkanatti akka deebistan maaltu isin kakaase?  ✍️4 Anis akkuma keessanitti dubbachuu nan dandaʼa. Isin bakka koo utuu taatanii, Anis dubbii nama amansiisuun isinitti dubbachuu, Mataa koos isinitti raasuu nan dandaʼan ture.  ✍️5 Ani garuu dubbii afaan kootiin isin nan jajjabeessa, Jajjabinni hidhii kootiis boqonnaa ni argamsiisa ture.  ✍️6 Ani yoon dubbadhe, rakkinni koo naaf hin salphatu, Dubbachuu yoon dhiise hoo, rakkinni koo hammam naaf hirʼata? ✍️ 7 Amma garuu inni na dadhabseera; Guutummaa maatii koos* balleesseera. ✍️ 8 Huqqinni koo kaʼee fuula koo duratti akka ragaa baʼuuf, Ati na qabatteetta, haalli koo kunis ragaa taʼeera. ✍️ 9 Dheekkamsi isaa na ciccireera, innis ija diinummaatiin na ilaala. Ilkaan isaa na irratti qarata. Diinni koo ija isaatiin na waraana. ✍️10 Isaan afaan isaanii balʼisanii ana irratti bananiiru, Tuffiidhaan maddii* koo rukutaniiru; Hedduu taʼaniis ana irratti walitti qabaman. ✍️11 Waaqayyo harka ijoolleetti dabarsee na kenne, Harka hamootaa keessattis na gate.+ ✍️12 Ani rakkina tokko malee jiraachaan ture, inni garuu na hurreesse; Inni karaa duubaatiin morma koo qabee na caccabse; Achiis xiyya isaa natti darbachuuf akeeka godhee na dhaabe. ✍️13 Warri xiyya isaaf darbatan natti marsu; Inni kalee koo ni waraana,+ garaa naaf hin laafu; Hadhooftuu koos lafa irratti dhangalaasa. ✍️14 Ani akkuma dallaa inni irra deddeebiʼee diiguu ti; Inni akkuma loltuutti natti fiiga. ✍️15 Ani gogaa koo uwwisuuf uffata gaddaa walitti hodheera, Ulfina* koos biyyoo keessatti awwaaleera. ✍️16 Booʼichaan kan kaʼe fuulli koo diimateera, Qola ija kootii irras gaaddisni cimaan* jira. ✍️17 Harki koo garuu jalʼina hin raawwanne, Kadhannaan koos qulqulluu dha. ✍️18 Yaa lafaa, dhiiga koo hin haguugin! Iyya kootiifis iddoon boqonnaa hin argamin! ✍️19 Ammuma illee, inni dhugaa naaf baʼu samii keessa jira; Inni anaaf ragaa baʼuu dandaʼu ol gubbaa jira. ✍️20 Yeroo ijji koo Waaqayyotti imimmaan dhangalaasu, Hiriyoonni koo natti qoosu. ✍️21 Akkuma namni tokko namoota lama walitti araarsu, Namni tokkos namaa fi Waaqayyoon walitti haa araarsu. ✍️22 Sababiin isaas, waggoonni dhufaa jiran xiqqoo dha, Ani nan deema, hin deebiʼus
330Loading...
09
DAA'IMAA FI MICROCHIP! ••• Ciniinsuu sa'a 18 booda haati mucaa fayyaalessa deesse. Maatiin mucaa lubbuu haaraa gara addunyaatti makamuuf deemu kana arguuf hawwiin eegaa turan. Narsiin Hospitaalichaa mucaa dhalate fudhattee gara kutaa turtii daa'imman reefuu dhalataniitti qajeelte, abbaan mucaas gagammadaa ishee hordofe. Garuu gammachuun isaa utuu hin turin gaddaa fi dhiphinatti jalaa jijjiirame. Sababni isaa Narsittiin harka mirgaa muchichaa keessa "MicroChip" utuu awwaaltuu waan argeef. Abbaan mucichaas maalif akka kun ta'e gaafatus deebiin Hospitaalicha irraa kennameef nuti waan ajajamne raawwachuudha kan jedhu ture. Maddi: rcg.org/realtruth/articles .. Kutaa biyyoota Ameerikaa harka caalaa fi biyyoota Awurooppaa baayyee keessatti daa'imman reefuu dhalataniif dhoksaadhaan "MicroChip" awwaaluun kan jalqabame bara 2014 irraa eegaleeti. Gamtaan Awurooppaa Caamsaa, 2014 keessa daa'imni kutaa biyyattii mara keessatti dhalatu "MicroChip" awwallachuu akka qaban hospitaalotaa fi kilinikoota hojii kana hojjetan mara yaadachiisee ture. Ta'us gochi kun iddoo baay'eetti dhoksaadhaan waan raawwatamuuf maatiin daa'immanii baayyeen kana quba hin qaban. Biyyi Iskootilaand bara 2016 keessa sagantaa haaraa baafteen daa'immaan haaraan biyyattii keessatti dhalatan akka garaa haadhaa irraa gargar baa'aniin "MicroChip" awwaallachuu qabu kan jedhu ture. Karooruma ishees qabattee hojii ishee itti fuftee jirti. Maddi: www.snopes.com, www.scotish.com .. Kaayyoon Ilmaan Luciiferootaa "MicroChip" ilaalchisee daa'imman akka garaa haadhaa keessaa ba'aniin ergama jabaa mootummaa biyya lafaa waliin qabaniin ajajni manneen yaalaaf harka lafa jalaan kennamee daa'imman gubaa kana akka fudhataniidha. Kanneen ga'eessa ta'aanii kana jala darban ammoo tooftaa addaa addaatti fayyadamuun akka fudhatan taasisuudha. Fudhachuu yoo didan uggura jireenyaa irratti gatuun ajjeesuudha. Hubadhaa sababa hanqina huubannaa keenyaa fi itti morma isa hamaatti laafuu keenyaan daa'imni keenya homaa hin beekne illee dhiiga bineensichaa fudhatee guddachaa jira. Gumaan daa'ima wallaalaa kanaa illee harka keenya keessa barbaadama. Maddeen dubbii fo'an tokko tokko akka jedhanitti Ilmaan Luciifer biyyoota hojii kanaaf itti milkaa'anitti akka garaatti hojjechaa kan jiran yoo ta'u, biyyoota itti milkaa'uu dhabanitti harka lafa jalaan ogeessoota fayyaa keessumaa kutaa deessisuu irra hojjetan maallaqa guddaan bitanii "MicroChip" itti kennuudhaan daa'imman keessa awwaalchisaa jiru jedhama. Keessumaa biyyoota Afrikaa dinaagdeen gadi buute kana keessatti maallaqaan nama bituun salphaa waan ta'eef akka garaa itti fayyadamuu danda'u. Akkasuma biyyi keenya yeroo ammaa hojii Shira Xaxxootaa kana utuun hin calalin akkuma jiruun ofitti fudhachaa jiraachuun ishee yaaddoo guddaa uuma. Sanaafis ragaan Biil Geetis fi Jaak Maa waliin hojjechaa jiraachuu isheeti. Dhaabanni "Observer" akka jedhutti Shira Xaxxoonni dhoksaan ilmaan keessan butaa(kidnapp) gochaa waan jiraniif of eeggadhaa jedha. Kanas "MicroChip" keessa awwaaluun isin harkaa fudhataa jira jedha. Maddi: observer.com Maatiin sababa da'umsaan gara mana yaalaa kamiin iyyuu deemtan daa'ima keessan reefuu dhalatu irraa ija keessan hin buqqifatinaa. Dogoggorri isin ulaa kanatti raawwattan badiisa foonii fi lubbuu qaqqabsiisa waan ta'eef. Utuu isin cina jirtanii daa'imni keessan gubaa kana fudhannaan lubbuu balleessuun itti gaafatamni isaa kan keessan ta'uu hin dagatinaa! Kun kan ta'u yoo ta'e nutis daa'ima wallaalaa dhalatu sana waliin akka wal hin caalle beekuu qabna. Wallalaa akka dubbii Waaqayyootti karaa irra buufnee guddisuu akka qabnu ajajamneerra! “Ilma kee adabii karaa irra isa buusi! Inni immoo aara si galfachiisa, garaas si in ciibsa.” — Fak. 29:17
371Loading...
10
REVELATION
420Loading...
11
🎵EEYYAMAMEERA DHIGA ISAAN SINGER  🎶MOTUMA ABDISA         NEW MUSIC TRACK https://www.youtube.com/@faarfannaa-haaraaofficial ✨ Gadhiifamera ✨ 📲sнαяє📲like comment ▷ @jcpchurch1     @araratv1◁       🔺🔺🔺Join us 🔺🔺 📞Yadaaf 👉 @Faarfannaahaaraa_bot
510Loading...
12
https://www.youtube.com/@faarfannaa-haaraaofficial ✨ Gadhiifamera ✨ 📲sнαяє📲like comment ▷ @jcpchurch1 @araratv1◁       🔺🔺🔺Join us 🔺🔺 📞Yadaaf 👉 @Faarfannaahaaraa_bot
510Loading...
13
Gaaffiiwwan macaafaa Dhugaa ykn Soba 1) Enosh ilma Sheet dha. Deebii Dhugaa(luq;3:38) 2) Yesuus lafaa onaa keessa soomaan guyya 30 ture. Deebii: Soba(luq:4:1) Deebii sirrii filadhu!! 3) Yesuus hojii isaa eessatti jalqabe? A)yerusaalemitti B) Naazireetitti C) Galiilaatti D) Deebii hin qabu Deebii: C(luq:4:14) 4) Maqaan bishaani Pheesroosii fi ilmaan zabdewos waamaman maal jedhama? A)Yordaanos B)Genesaarex C)Gihoon D) Efraaxis 5) Leewwiin waamamuu isaan dura hojii isaa maal ture? A)Kiyyeessituu B) Fariisii ture C) Eegduu ture D) Qaraxxuu ture Deebii gabaabaa kenni!! 6) Indiriyaas obboleessa eenyuuti? Deebii: obboleessa phexrosi dha 7) Bartuun gooftaa inni Yaaqoob jedhamu ilma eenyuuti? Deebii: ilma alfewos dha 8) Namoonni lamaan kurnoo isaanii sirnaan kafaluu didnaan kan gooftaan adabe eenyu fa’I dha? Deebii: Anaaniyaas fi Saphiiraa (H/E:5:1) 9) Luqisiin kun eessatti argama? “Oobdii isaa keessatti midhaan kan ittiin qulleessu hafarsaa of harkaa qaba; midhaan isa qulleeffames gombisaa isaatti in sassaaba; habaqii isaa garuu ibidda hin dhaamneen in guba" jedhe barsiise.” Deebii — Luq. 3:17 10) Luqisiin kun eessatti argama? “Waaqayyo warra saba isaa hin ta'in amantiidhaan qajeelota gochuuf akka jiru duraan dursee caaffata qulqullaa'aa keessatti dubbachiiseera; inni Abrahaamiin "Sabni hundinuu siin in eebbifamu" jedhee duraan dursee misraachoo itti himeera.” Deebii — Gal. 3:8
430Loading...
14
FEDHIKEE | DAME FIKADU , EYASU BAYISA , SAMUEL TESFAYE & ELIAS TAYE | Share💥share💥Share    @jesuschristiscomingforus (https://t.me/+RisH5_igcsaXNKDT)          📌JOIN📌 Comment✍️ @Jesusisonroadbot
390Loading...
15
https://t.me/Galaa_Jireenyaa1 ERGAA WALDAA TIYAATIRAAT5I ERGAME Mul. 2 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹⁸ "Gara ergamaa waldaa Tiyaatiraatti, '#Ergaan_kun, kan ilma Waaqayyoo isa ija akka barbadaa ibiddaa qabuu, isa miilli isaa akka sibiila diimaa isa boolla ibiddaa keessatti baqfamee ifu ta'ee ti' jedhii caafi!" ¹⁹ Ergichi, "Ani hojii kee, jaalala kee, amantii kee, warra kaan gargaaruudhaaf of kennuu kee, obsaan danda'uu kee, hojiin kee inni booddee kanaa immoo isa duraa irra caaluu isaas beeka. ²⁰ Garuu dubartittii Izaabel jedhamtu, ishee 'Ani raajii dha' ofiin jettee barsiiftu, ishee hojjetoonni koos gaalamootummaatti akka jiraatan, qalma waaqayyolii tolfamaniif dhi'aate akka nyaataniif wallaalchisaa jirtu, calluma jettee dhiisuu kee kana si irratti argadheera. ²¹ Ani yaada garaa ishee akka geddarattuuf yeroo kenneefiin ture; isheen garuu gaabbitee gaalamootummaa isheettii deebi'uu hin barbaanne. ²² Kunoo, ani akka isheen dhukkubsattee siree irra ciiftu nan godha, warra ishee wajjin ejjan immoo gaabbanii hojii ishee irraa yoo deebi'uu dhaabaatan, rakkina guddaa keessa isaan nan buusa. ²³ Ijoollee ishees dha'ichaan nan ajjeesa; kanaanis waldoonni kristiyaanaa hundinuu, inni yaada namaa fi garaa namaa fonqolchu ana ta'uu isaa beekuuf jiru. Ani immoo tokkon tokkon keessaniif akka hojii isaatiitti kennuufan jira. ²⁴ "Tiyaatiraa keessaa, warri haftan immoo, barsiisa kanatti warri hin qabamin, isa warri kaan, 'Dhoksaa Seexanaa isa gad fagoo dha' jedhanis warri hin barin, ba'aa kan biraa isin irra hin kaa'u, isiniin nan jedha. … ²⁶ Nama mo'uuf, isa hojii koo hamma dhumaatti eeggatee hojjetuufis, saba hin amanne baay'ee irratti aboo nan kennaaf. ²⁷ Inni siiqqee sibiilaatiin saba sana in tiksa, akka qodaa suphees isaan in hurreessa. ²⁸ Akkuma ani abbaa koo biraa aboo fudhadhes bakkalcha barii nama sanaaf nan kenna. ²⁹ Namni gurra qabu, isa hafuurri qulqulluun waldoota kristiyaanaatiin jedhu haa dhaga'u!" kan jedhuu dha.
640Loading...
16
Nagaa Gobbuu | Qajeelaa Waaqgaarii JOIN 👉 @galaanafaarfannaa
820Loading...
17
†@Galaa_jjreenyaa1➥ ᎬᏒᎶᎪᎪ ᎳᎪᏞᎠᎪᎪ ҬᎥᎽᎪᎪҬᎥᏒᎪᎪҬҬᎥ ᎬᏒᎶᎪmᎬ Mul. 2 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹⁸ "Gara ergamaa waldaa Tiyaatiraatti, 'Ergaan kun, kan ilma Waaqayyoo isa ija akka barbadaa ibiddaa qabuu, isa miilli isaa akka sibiila diimaa isa boolla ibiddaa keessatti baqfamee ifu ta'ee ti' jedhii caafi!" ¹⁹ #Ergichi, "Ani hojii kee, jaalala kee, amantii kee, warra kaan gargaaruudhaaf of kennuu kee, obsaan danda'uu kee, hojiin kee inni booddee kanaa immoo isa duraa irra caaluu isaas beeka. ²⁰ #Garuu dubartittii Izaabel jedhamtu, ishee 'Ani raajii dha' ofiin jettee barsiiftu, ishee hojjetoonni koos gaalamootummaatti akka jiraatan, qalma waaqayyolii tolfamaniif dhi'aate akka nyaataniif wallaalchisaa jirtu, calluma jettee dhiisuu kee kana si irratti argadheera. ²¹ Ani yaada garaa ishee akka geddarattuuf yeroo kenneefiin ture; isheen garuu gaabbitee gaalamootummaa isheettii deebi'uu hin barbaanne. ²² #Kunoo, ani akka isheen dhukkubsattee siree irra ciiftu nan godha, warra ishee wajjin ejjan immoo gaabbanii hojii ishee irraa yoo deebi'uu dhaabaatan, rakkina guddaa keessa isaan nan buusa. ²³ Ijoollee ishees dha'ichaan nan ajjeesa; kanaanis waldoonni kristiyaanaa hundinuu, inni yaada namaa fi garaa namaa fonqolchu ana ta'uu isaa beekuuf jiru. Ani immoo tokkon tokkon keessaniif akka hojii isaatiitti kennuufan jira. ²⁴ "Tiyaatiraa keessaa, #warri_haftan immoo, barsiisa kanatti warri hin qabamin, isa warri kaan, 'Dhoksaa Seexanaa isa gad fagoo dha' jedhanis warri hin barin, ba'aa kan biraa isin irra hin kaa'u, isiniin nan jedha. ²⁵ #Isa _qabdan garuu hamma ani dhufutti jabeessaatii qabadhaa! ²⁶ Nama mo'uuf, isa hojii koo hamma dhumaatti eeggatee hojjetuufis, saba hin amanne baay'ee irratti aboo nan kennaaf. ²⁷ Inni siiqqee sibiilaatiin saba sana in tiksa, akka qodaa suphees isaan in hurreessa. ²⁸ Akkuma ani abbaa koo biraa aboo fudhadhes bakkalcha barii nama sanaaf nan kenna. ²⁹ Namni gurra qabu, isa hafuurri qulqulluun waldoota kristiyaanaatiin jedhu haa dhaga'u!" kan jedhuu dha.Ameen ✰ ✰ ✰ ✰ ✰ †@Galaa_jjreenyaa1➥ †@Galaa_jjreenyaa1➥ 👍 ➩➪ ➭➮ ✍✉ ˡⁱᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗˢ
940Loading...
18
🇸 🇪 🇪 🇳 🇦 🇦 🇲 🇴 🇴 🇹 🇴 🇹 🇦 🇾 🇮 🇭 🇺 🇩 🇦 🇦 M/Seenaa baraa isa Lammaffaa boqonnaa 10 - 36. ᵈᵘᵇᵇⁱᶠᵃᵈʰᵃᵃ †@Galaa_jjreenyaa1 1️⃣ Rehoobiyaam. [10 - 12] 2️⃣ Abiiyyaa. [13] 3⃣Aasaaf. [14 - 16] 4⃣Yooshaafaax. [17 - 21: 3] 5⃣ Yehooraam. [21:4 - 22:9] 6⃣ Yoo'aash. [22:10 - 24:27] 7⃣Amaasiyaa [25] 8⃣Uuziyaa. [26] 9⃣Yootaam. [27] guutuusa 🔟Ahaaz. [28] 1️⃣1️⃣ Hisqiyaas. [29 - 32] 1️⃣2️⃣Minaasee. [33:1 - 20] 1️⃣3️⃣Aamoon. [33:21] 1️⃣4️⃣Yoosiyaas. [34 - 35] 1️⃣5️⃣Yehoo'az. [36:1- 14 ] 🔥K̸u̸f̸a̸a̸t̸i̸i̸ Y̸e̸r̸u̸u̸s̸a̸a̸l̸e̸m̸. [36:15-23] †@Galaa_jjreenyaa1➥ †@Galaa_jjreenyaa1➥ 👍 ➩➪ ➭➮ ✍✉ ˡⁱᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗˢ
730Loading...
19
Media files
691Loading...
20
Media files
700Loading...
21
𝙀𝙧𝙜𝙖𝙖 𝙬𝙖𝙡𝙙𝙖𝙖 𝙋𝙝𝙚𝙧𝙜𝙖𝙢𝙤𝙤𝙣𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙚𝙧𝙜𝙖m𝙚 Mul. 2 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹² "Gara ergamaa waldaa Phergamoonitti, 'Ergaan kun isa billaa qara-qabeessa gara lamaan qarame qabu sana biraa dhufe' jedhii caafi! ¹³ #Ergichi, "Ani iddoo ati jiraattu beeka, inni lafa teessoo Seexanaa ti. Ati garuu maqaa koo jabeessitee qabatte malee, bara Antiiphaas dhuga-baatuun koo amanamaan koos isin gidduutti iddoo Seexanni jiraatu sanatti ajjeefame iyyuu, anatti amanuu kee hin ganne. ¹⁴ #Garuu wanta muraasa si irratti argadheera; namoota warra barsiisa Bala'aamitti qabamanii jiran achii qabda. Balaaq ijoollee Israa'el dura gufuu kaa'ee qalma waaqayyolii tolfamaniif dhi'aate akka nyaatanii fi gaalamootummaatti akka jiraatan gochuu Bala'aamtu barsiisee ture. ¹⁵ Akkasuma immoo barsiisa warra Niqolaawotaatti qabamanii warra jiran qabda. ¹⁶ #Ammas yaada garaa kee geddaradhu! Kana yoo gochuu dhaabaatte garuu, ani dafee sitti nan dhufa; jara sanas billaa afaan koo keessaa ba'uun nan lola. ¹⁷ "Namni gurra qabu isa hafuurri qulqulluun waldoota kristiyaanaatiin jedhu haa dhaga'u! 'Isa mo'uuf maannaa dhokataa sana keessaa nan kennaaf; dhagaa calaqqisaa maqaan haaraan irratti caafame tokkos nan kennaaf; maqichas isa fudhatu sana irraa kan hafe, namni tokko illee hin beeku'" kan jedhuu dha. 👑👑👑👑👑👑👑👑 👑 👑@Galaa_jireenyaa1👑 👑@Galaa_jireenyaa1👑 👑👑👑👑👑👑👑👑 👑
1120Loading...
22
Media files
870Loading...
23
Media files
900Loading...
24
Media files
700Loading...
25
Media files
560Loading...
26
@Galaa_jireenyaa1 𝙀𝙧𝙜𝙖𝙖 𝙜𝙖𝙧𝙖 𝙬𝙖𝙡𝙙𝙖𝙖 𝙎𝙞𝙢𝙞𝙧𝙣𝙖𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙚𝙧𝙜𝙖𝙢𝙚 Mul. 2 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁸ "Gara ergamaa waldaa Simiirnaatti, 'Ergaan kun isa duraa fi isa booddee, isa du'ee, deebi'ee jiraate biraa dhufe' jedhii caafi! ⁹ Ergichi, "Rakkina si irra ga'e, hiyyuma kee, hamaa si irratti dubbachuu warra Yihudoota utuu hin ta'in, Yihudoota ofiin jedhaniis ani beeka. Ati garuu sooressa; warri Yihudoota ofiin jedhan sun immoo walga'ii Seexanaa ti. ¹⁰ Dhiphina isa sitti dhufuuf jiru hin sodaatin! Kunoo, Seexanni, akka isin qoramtanii ilaalamtaniif, isin keessaa kaan mana hidhaatti akka galfamtan gochuuf jedha; guyyaa kudhaniif rakkina argachuuf jirtu; du'a yoo sitti fide iyyuu, ati hamma du'aatti amanamaa ta'i! Ani immoo gonfoo ittiin jireenya argatan siifan kenna. ¹¹ "Namni gurra qabu, isa hafuurri qulqulluun waldoota kristiyaanaatiin jedhu haa dhaga'u! 'Inni mo'u du'a isa lammaffaadhaan hin miidhamu'" kan jedhuu dha. @Galaa_jireenyaa1 ⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
710Loading...
27
https://t.me/Galaa_Jireenyaa1
621Loading...
28
ERGAA WALDAA EFESOONITTI ERGAME Mul. 2 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹ "Gara ergamaa waldaa Efesoonitti, 'Ergaan kun kan isa harka isaa mirgaatiin urjoota torban qabee, baattuu ibsaa torban gidduu deddeebi'uu ti' jedhii caafi! ² Ergichi, "Hojii kee, wanta ati itti dadhabdu, obsaan danda'uu kees, namoota hamoota immoo calluma jettee akka ati hin dhiifne, warra ergamoota utuu hin ta'in 'Nuyi ergamoota' ofiin jedhan qortee ilaaltee sobduu ta'uu isaanii akka argites, ani beeka. ³ Ati obsaan akka dandeessu, maqaa kootiif jettees akka baattu, kanas akka ati hin dadhabin ani beeka. ⁴ Garuu jaalala isa dur qabda turte sana dhiisuu kee si irratti argadheera. ⁵ Ammas maal irraa akka kufte yaadadhu! Yaada garaa kee geddaradhu, hojii isa dura hojjette sanas hojjedhu! Kana yoo gochuu dhaabaatte garuu, ani sitti dhufee, baattuu ibsaa keetii iddoo isaatii nan buta. ⁶ Utuma ta'uu iyyuu immoo waan tokko qabda; inni immoo hojii Niqolaawotaa isa ani jibbu atis in jibbita. ⁷ "Namni gurra qabu, isa hafuurri qulqulluun waldoota kristiyaanaatiin jedhu haa dhaga'u! Isa mo'eef muka ija isaa nyaatanii jiraatan isa jannata Waaqayyoo keessa jiruttii nyaachuu nan kennaaf kan jedhuu dha.
761Loading...
29
Media files
630Loading...
30
Gaarummaa Kee Malee - Henock George ✝️JOIN: @galaanafaarfannaa
660Loading...
31
Jireenyi kiyyaa harka waaqaa keessaa eebbi kiyya harka waaqaa keessa @galaa_jireenyaa1
800Loading...
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
Show all...
Jechoota sammuu bohaarsan
Jechoota hayyootaa
Barnoota guddina dhuunfaa keenyaaf
Seenaa
Mudannoo
Walaloo jaalala
Bashannana Hundumaaf
Join godhachuun irraa baradha
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
Show all...
Fayyaa sammuu
Maalummaa dhibee sammuu
Mallattoolee dhibee sammuu
Yaala dhibee sammuu
Rakkoolee saalquunnamtii
Waa'ee Gaa'elaa
👆👆🖕🖕Join us
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
Show all...
Soorata sammuu
Leenjii walitti fufaa
Soorata fooniif
JOIN
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
Show all...
Fayyaa sammuu
Maalummaa dhibee sammuu
Mallattoolee dhibee sammuu
Yaala dhibee sammuu
Rakkoolee saalquunnamtii
Waa'ee Gaa'elaa
👆👆🖕🖕Join us
Uuffffff ♥•••••♥•••••♥•••••• Gad jedhee harkaan lafa qaphee otoon daa'imuu Silaa hiyyeessa jooradha namni naan dhimmuu Rakkinaan gadadamuun koo garaasaa raasee Al takkaan goftan dhibee koo barra calaasee Uuu.. uuuu... In darbee barri rakkinaa In darbee barri rakkiinaa Uuu... Uuuuu... In darbee barri boo'icha In darbe barri boo'icha An dukkanaan ifatti bahe Iyyesuusiinan nama tahe Dachaadham narratti ayyaannisa Waaqa koo maqaasaan leellisaa Goota koo maqaasaan leellisaa ............................................ Hamma dhumaatti dhaggeeffadhaa ittiin eebbifamaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏 @Galaa_jireenyaa1 https://t.me/Galaa_Jireenyaa1
Show all...
Hin Dagatiina - Bacha Beyene 🌐 @galaanafaarfannaa ☑️
Show all...
Yaa Xiyoon Ka'i - Bacha Beyene 🌐 @galaanafaarfannaa ☑️
Show all...
Repost from Naardos Official
WARRA IYOOBIIN CEEPHAʼANEliifaaz: Tarii nama Temaan isa biyya Edoom taʼuu hin oolu. Ermiyaas 49:7 irratti Temaan, wiirtuu ogummaa biyya Edoom akka taate ibsameera Namoota Iyoobiin ‘jajjabeessan’ keessaa Eliifaaz jalqaba irratti kan dubbate, umriidhaan waan hunda isaanii caaluu fi iddoo guddaa waan qabuuf taʼuu hin oolu. Siʼa sadii kan dubbate siʼa taʼu, namoota lamaan caalaas yeroo dheeraadhaaf dubbateera Ceephoo sobaa: Amanamummaa Iyoob qabu irratti kan gaʼise taʼuu isaa irra iyyuu, Waaqayyo tajaajiltoota isaa irratti amantii akka hin qabne dubbateera (Iyo 4, 5) Eliifaaz, Iyoob qajeelaa akka taʼetti kan of ilaalu, hamaa fi Waaqayyoon kan hin sodaanne akka taʼe dubbateera (Iyo 15) Eliifaaz, Iyoob sassattuu fi murtoo kan jalʼisu akka taʼe, akkasumas namni Waaqayyo duratti faayidaa akka hin qabne dubbateera (Iyo 22) ✅Biildaad: Sanyii Shuʼaahii ti. Naannoo Laga Efraaxiis jiraatee taʼuu hin oolu Lammaffaa irratti kan dubbate isa ture. Siʼa sadii kan dubbate yommuu taʼu, dubbiin isaa gaggabaabaa fi kan Eliifaaz caalaa Iyoobiin kan miidhu ture Ceephoo sobaa: Ijoolleen Iyoob cubbuu akka hojjetan, balaan isaan irra gaʼe kan isaaniif malu akka taʼee fi Iyoob iyyuu Waaqayyotti akka hin amanne dubbate (Iyo 8) Iyoob nama jalʼaa akka taʼe dubbate (Iyo 18) Namni amanamaa taʼuun isaa faayidaa akka hin qabne dubbate (Iyo 25) ✅Zofaar: Naaʼimaaticha kaaba dhiha biyya Arabaa jiraachaa ture taʼuu hin oolu Sadaffaa irratti kan dubbate isa siʼa taʼu, warra kaan caalaa garmalee Iyoobiin ceephaʼeera. Siʼa lama qofa dubbate Ceephoo sobaa: Iyoob sobduu akka taʼe dubbachuudhaan isa ceephaʼe; akkasumas yakka hojjetu akka of irraa fageessu isatti hime (Iyo 11) Iyoob nama jalʼaa fi cubbuutti gammadu akka taʼe dubbate (Iyo 20) ✍️16 Iyyoob akkana jedhee deebise:  2 “Ani kanaan dura wantoota akkanaa hedduu dhagaʼeera. Hundi keessan jajjabeessitoota rakkina uumtani dha!  ✍️Dubbiin duwwaan* dhuma qabaa? Isin akkanatti akka deebistan maaltu isin kakaase?  ✍️Anis akkuma keessanitti dubbachuu nan dandaʼa. Isin bakka koo utuu taatanii, Anis dubbii nama amansiisuun isinitti dubbachuu, Mataa koos isinitti raasuu nan dandaʼan ture.  ✍️Ani garuu dubbii afaan kootiin isin nan jajjabeessa, Jajjabinni hidhii kootiis boqonnaa ni argamsiisa ture.  ✍️6 Ani yoon dubbadhe, rakkinni koo naaf hin salphatu, Dubbachuu yoon dhiise hoo, rakkinni koo hammam naaf hirʼata? ✍️ 7 Amma garuu inni na dadhabseera; Guutummaa maatii koos* balleesseera. ✍️ 8 Huqqinni koo kaʼee fuula koo duratti akka ragaa baʼuuf, Ati na qabatteetta, haalli koo kunis ragaa taʼeera. ✍️ 9 Dheekkamsi isaa na ciccireera, innis ija diinummaatiin na ilaala. Ilkaan isaa na irratti qarata. Diinni koo ija isaatiin na waraana. ✍️10 Isaan afaan isaanii balʼisanii ana irratti bananiiru, Tuffiidhaan maddii* koo rukutaniiru; Hedduu taʼaniis ana irratti walitti qabaman. ✍️11 Waaqayyo harka ijoolleetti dabarsee na kenne, Harka hamootaa keessattis na gate.+ ✍️12 Ani rakkina tokko malee jiraachaan ture, inni garuu na hurreesse; Inni karaa duubaatiin morma koo qabee na caccabse; Achiis xiyya isaa natti darbachuuf akeeka godhee na dhaabe. ✍️13 Warri xiyya isaaf darbatan natti marsu; Inni kalee koo ni waraana,+ garaa naaf hin laafu; Hadhooftuu koos lafa irratti dhangalaasa. ✍️14 Ani akkuma dallaa inni irra deddeebiʼee diiguu ti; Inni akkuma loltuutti natti fiiga. ✍️15 Ani gogaa koo uwwisuuf uffata gaddaa walitti hodheera, Ulfina* koos biyyoo keessatti awwaaleera. ✍️16 Booʼichaan kan kaʼe fuulli koo diimateera, Qola ija kootii irras gaaddisni cimaan* jira. ✍️17 Harki koo garuu jalʼina hin raawwanne, Kadhannaan koos qulqulluu dha. ✍️18 Yaa lafaa, dhiiga koo hin haguugin! Iyya kootiifis iddoon boqonnaa hin argamin! ✍️19 Ammuma illee, inni dhugaa naaf baʼu samii keessa jira; Inni anaaf ragaa baʼuu dandaʼu ol gubbaa jira. ✍️20 Yeroo ijji koo Waaqayyotti imimmaan dhangalaasu, Hiriyoonni koo natti qoosu. ✍️21 Akkuma namni tokko namoota lama walitti araarsu, Namni tokkos namaa fi Waaqayyoon walitti haa araarsu. ✍️22 Sababiin isaas, waggoonni dhufaa jiran xiqqoo dha, Ani nan deema, hin deebiʼus
Show all...
👍 3

2