en
Feedback
Daily Quotes ®

Daily Quotes ®

Open in Telegram

Jechoota jaalalaa fi jechoota kaka'umsaa bifa suuraatiin ni argaattuu, akkasumaas jechoota babbareedoo boharsoo fi barsiisoo tahan arkkachuuf channel kenya join godhuun maatii keenya tahuun nu hordofaa Join t.me/Daily_Quotes4 Yaada

Show more
1 048
Subscribers
No data24 hours
+17 days
-830 days
Posts Archive
#MOTIVATIONAL_RObSAN_ALI 👑® ♡ ㅤ ❍ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ✎ @Daily_Quotes4 ☜︎ ✎ @Daily_Quotes4 ☜︎
+2
#MOTIVATIONAL_RObSAN_ALI 👑® ♡ ㅤ     ❍ㅤ        ⎙ㅤ    ⌲             ˡᶦᵏᵉ    ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ   ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ ✎ @Daily_Quotes4 ☜︎ ✎ @Daily_Quotes4 ☜︎

#MOTIVATIONAL_RObSAN_ALI 👑® ♡ ㅤ ❍ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ✎ @Daily_Quotes4 ☜︎ ✎ @Daily_Quotes4 ☜︎
+2
#MOTIVATIONAL_RObSAN_ALI 👑® ♡ ㅤ     ❍ㅤ        ⎙ㅤ    ⌲             ˡᶦᵏᵉ    ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ   ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ ✎ @Daily_Quotes4 ☜︎ ✎ @Daily_Quotes4 ☜︎

#MOTIVATIONAL_RObSAN_ALI 👑® ♡ ㅤ ❍ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ✎ @Daily_Quotes4 ☜︎ ✎ @Daily_Quotes4 ☜︎
+3
#MOTIVATIONAL_RObSAN_ALI 👑® ♡ ㅤ     ❍ㅤ        ⎙ㅤ    ⌲             ˡᶦᵏᵉ    ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ   ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ ✎ @Daily_Quotes4 ☜︎ ✎ @Daily_Quotes4 ☜︎

Yeroo tokko tokko sansalatni bilisa akka hin taane kan nu dhorku qaama caalaa sammuudha

Osoo waadaa eegun akka waadaa seenuu salphaa ta'ee; Onneen namoota hedduu hin cabu ture! 😓 Join Us// @Daily_Quotes4

Ilmi namaa guutuu miti, beekaatis ta'ee wallaalan waa heddu balleessa. Waan fokkattuu ykn gadhee hedduu hojjatuu dandeesse. W
Ilmi namaa guutuu miti, beekaatis ta'ee wallaalan waa heddu balleessa. Waan fokkattuu ykn gadhee hedduu hojjatuu dandeesse. Waan nama salphisu, gurra kee cabsu, gatii kee gad buusu hojjachuu dandeessa. Garuu gocha badaa hojjatteef ofumaa gaabbii gocha gadhee tahuu beekii irraa deebi'i malee nama tokkotti hin himin. Nama gowwaa jechuun nama badii dalagee badii san ofumaa of saaxilu.

Repost from TEXT JAALALA™
Milluun tee anaaf qoricha, argaan tee anaaf daawwitiidha. Gaafa ati ija keeysa naa ilaala hamdi tiyyaa naan jettu akka nama b
Milluun tee anaaf qoricha, argaan tee anaaf daawwitiidha. Gaafa ati ija keeysa naa ilaala hamdi tiyyaa naan jettu akka nama bishaan hudhee taheetiin dubbachuu dadhabe suuta je ija keessa si ilaauuf yaaluus ija guute si ilaalu hin danda’u, si millaadheetuman oyyyee hub kiyyaa sin jechaa,ija lafa qabee onnee kee irratti achii je miira koo of dhageeyfacha dhahannaa onnee keetii suuta jedhe dhageeyfadha...🥰 Join Us// @TextJaalala @TextJaalala

Repost from TEXT JAALALA™
Narraa yoo fagaattees, ani sin yaada; maqaan kee yeroo hunda afaan koorraa hin badu. Ati dhimmoota koo warra hangafaa keessaa
Narraa yoo fagaattees, ani sin yaada; maqaan kee yeroo hunda afaan koorraa hin badu. Ati dhimmoota koo warra hangafaa keessaa isa tokkodha. Karoorri koo inni dilbiin sun si waliin galmaa gahaa. Inumaayyuu isaan kaleysa si jaaladhe irra, isa har'aatu caala. Inni boriimmoo kan kana hunda caaluudha.❤️😘🙏🏽 Join Us// @TextJaalala @TextJaalala

Repost from TEXT JAALALA™
Koo🥰 Gad fageenyi jaalala ani siif qabu ibsamuu hin danda'u. yeroo tokko tokko anumtuu amanuuf nan rakkadha. Jaalallikee wiirtuu jireenyaa koo hunda keeysa seenee, lubbuu koofi kee akka hin cabnetti kan walitti hidhedha. Dha'annaan onnee koo hundi maqaa kee sirba, yaadoonni sammuu koo hoogganan martis waayee keeti.♥️ Hiika jaalalaa isa dhugaa, jechuunis jaalala keessatti obsa, gara laafessummaafi jaalala ofittummaa hin qabne na barsiifteetta. Deeggarsifi ijjannoon kee inni raafamne gufuu kamiyyuu akkan mo'u humna naaf kenneera.♥️ jireenya koo keeysatti ba'aa mara narra qooddattee cinaa koo jiraachuu keetif galata guddaan siif qaba. Jaalalli kee miira kaayyoon haaromfameefi sababa guddummaaf carraaqu naaf kenneera.♥️ Kanaaf haviivii koo, ati waan hundumaa kooti, bara baraan koo taatee akka na wajjin jiraattu nin amana jechaa ergaa kana haa xumuru. Hafuuran baafadhu hundaa keeysatti akkan si kunuunsu fi si jaalladhu, waan ati hojjettu hunda keeysatti akkan si deeggaru, akkasumas hiriyaa ati yeroo hunda itti hirkattu akkan ta’u waadaa siif galeen ture hin diigu.♥️ Waliin taanee seenaa jaalalaa qormaata injifate akka uumnu hin shakku♥️ Bara baraa fi yeroo hundumaa si faana koo qalbiin!♥️ Join Us// @TextJaalala @TextJaalala

Yeroo takka takka nama tokko yoo dhabdan nama nama san gahu waan hin arganne isinitti fakkaa garuu miti yeroo hunda namni si jaalatuu fi si kabaju tokko jira, atiitu wal hin qunnaminiini taha malee. Nama nama kana caalu hin argadhu jattee odoo miidhamtuu nama tokkoo waliin jiruu dukkanaa itti hin fufin. Let it go😉 Yeroon waa hunda ni sirreessa ! Join Us// @Daily_Quotes4

Yeroo hunda nama kabajaa siif kennu filadhu, Sababni Jaalala caalaa kabajaan waan caaluuf.🤍

Repost from HARIIROO JALAALA
Yeroon tasgabbii dhabee guyyoonnikoo badu keeysatti; yeroo ifni aduu warqii natti ta'ee natti qaala'u keeysatti; ijjikee akka urjii samii halkan koo ibsee dukkana naannoo kiyyaa balleessa. Yeroo miirri kophummaa natti dhaga'amu" an kan keeti hunda keeysatti sii waliniin jira naan "jettee sagalee kee lallaafaaf mi'aawaan miira kophummaa naannoo kiyyaa Godaansitee addunyaa kana guutuu koluu koo jala galchita. Ati na waliin ta'uun hir'uu koo guutuu akka naaf taasisu natti mulifta. An si qabachuu kiyyaanin boona yeroo hunda 🥰 Join Us// @hariiroo_jalaala @hariiroo_jalaala

Repost from HARIIROO JALAALA
Dhiirota qofaaf. Dubartii Jaalala Qabsiisuu yoo hin beekne ta'e ... iccitii kana fayyadami caldhisteetuma dhalaa jala fiigaa hin oolin.❤😁 ◉ Dubartii wayii erga jaalatteen booda akka ishiin si jaalattu osoo 'sin jaaladha' ishiin hin jedhin adda baafachu dandeessa. Kan jaalate yoo si ta'eyyuu osoo ofirratti hin beeksisin akka ishiin deebitee si jaalattu gochuu qabda. Akka ishiin si jaalatte mallattoolee adda addaa ilaaluudhaan mirkaneeffachuu dandeessa. ◉ Guutumaan guututti mallattoo jaalalaa yoo irraa dhabde jaalalli kee hin galleef, akkasuma atis ishee hawwachuu hin dandeenye jechuudha. Ta'us garuu jaalala kee itti himuurra maloota armaan gadii itti agarsiisun akka ishiin si jaalattu gochuu dandeessa. ➊ Hin ariifatin : Ibsachuuf hin jarjarin. Suuta suutaan tapachuu qabda. Jarjartee yaadaa fi iccitii garaa kee keessa jiru dhangalaasuu hin qabdu. Hifachuun sirraa hin eegamu. ➋ Hordoffii madaalawaa ta'e barbaachisa : Yeroo hunda ishee qofa hordofuun hin barbaachisu. Kunis laafumatti waa'ee keef akka dhimmoomtu taasisa. Dubartiin yoo umriin xiqqoo taatee fi ilaalcha gabaabaa qabaatte, nama gatii hin qabme si seeti, akkasumas si tuffatti. ➌ Of jaallachuu : Mataa keetiif ilaalcha bareedaa qabaachuu sirraa eegama. Yoo ati of tuffatte namni biraa si hin kabaju. Kanaafuu of kabajuu fi ilaalcha bareedaa ofiif qabaachuun akka ishiin si hin tuffanneef si gargaara. ➍ Of Boonsuu : Of boonsuun barbaachisaadha. Nama fayyaa taatee mul'achuu, uffata sirraa bareedu uffachuu, foolii nama hawwatu fi k.k.f yoo eegaman bareedaadha. ➎ Ofitti amanuu qabda : Hamma ilaalcha bareedaa mataa keetiif qabaattutti, ofitti amanuun ni ulfaata. Waan dubartiin si jaallachuu diddeef ykn waan nama jaalala qabsiisuu dadhabdeef jattee yoo of tuffatta ta'e, of ta'ii mull'adhu, ofitti amani. ➏ Icciitii qabachuu : Amaloota akka hinaafuu dhooksuu qabda. Dhiironni biroo yoo ishee kan hordofan ta'e, hinaaffaa kee dhokfachuun dirqama ta'a. Hamma si jaalachuu ishee hubattutti hinaafuun guutumaan guututti hin barbaachisu. ➐ Kunuunsa : Akka nama ishee jaalatuutti ishee kunuunsuu qabda. Jaalala kee afaaniin otoo hin taane gochaan ibsachuu dursa. Ishee jajuu fi jabeenya ishee dinqisiifachuun gaaridha. ➑ Kabajaa ishee eeguu : Kabajaa fi iddoo barbaachisaa ta'e laachuufi, yeroo isheen haasoftu gurra kennuufii, nama biratti ishee xiqqeessuu dhabuu, akka isheen si yaadduuf carraa kennuufii. ➒ Hirkoo ta'uufii : Yeroo isheen gargaarsa barbaaddu ishee gargaaruu. Yoo rakkoon ishee mudate daftee ishee cinaatti argamuun akka iddoo siif laattu taasisa. ❿ Haasawaa bareedaa : Yeroo waliin haasooftan haasawa bashannansiisaa filadhu. Haasawaa fi taphni kee itti fufiinsa qabaachuu qaba. Yeroo hedduu akka isheen fedhhii ishee dubbattuuf carraa kenniif. ⓫ Kennaa kenniif : Waan gurguddaa otuu hin taane wantootuma xixiqqoo yeroo argite si yaadattu ta'uu qaba. Yeroo hedduu wantoota isheen jaallattu fi dhimma itti baatu ta'uu qaba. ⓬ Bilisummaa laadhuf : Yeroo hunda ishee bira jiraachuu hin qabdu. yeroo hunda ishee barbaaduu hin qabdu. Bilbilaanis ta'ee qaamaan isheenis akka si iyyaafattu carraa kennuufii. ⓭ Jabaa fakkaachuu : Of laaffisannii ishiitti mul'achuu irra jabaa fakkaachutu dubartii biratti iddoo siif laata. Kanaaf waan hundaaf qophaa'aa ta'uu itti of mul'isuudha. Kana jechuun garuu waanuma hin qabne hunda of irra tuuluu jechuu miti. ⓮ Dubartii biraa faana ta'uu : Dubartii biraa faana deddeemuu hin dhaabin, birumatti nagaa gaafadhu. Dubartii biraa faana hasa'aa, kokkolfaa itti of agarsiisi. Yeroo kana gootu hinaaffaa keessa waan galtuuf iddoo siif qabaatti. ⓯ Miira jaalalaa qoodif : Ishii faana sosochii miilaa karaarra taasisi. Carraa argame kamiinuu walbiratti argamuun jiraannan harka qabuu, harka kee gateettii ishiirra gochuu, dugda haammachuun gaaridha. ◉ Gochoota armaan olii hunda taasiftee waan tokkoyyuu jiijjiirama irraa yoo dhabde, iddoo kan siif qabne, miirri jaalalaa kan irraa hin calaqifne yoo ta'e akkanumaan yeroo kee gubaa turte malee ati intala tana jaalachuuf hin carroomne jechuuudha.

Repost from HARIIROO JALAALA
Jaalalleen kee waan ishee mudate hundumaa sitti himti taanaan, miira ishee hundumaa ifaaf bilisa taatee sitti himti taanaan, Gammadi! • ✍️Isheen kun baay'ee si jaallatti. Kana jechuun ati nama sanaaf iddoo boqonnaafi lafa itti fala argattudha... kanaaf faara itti hin badiin. Tasuma mira ishee dhaggeeffachuu hin nuffin. Akkuma waan yeroo bokkaan roobu namni figee mana wayi jalatti baqatu sana isheenis si jalatti miira ishee dubbattee baqachuu barbaaddi jechuudha. Kanaafuu ati isheef Mana boqonnaadha!. Ani akka dhuunfaakootti isa jaalallee mititi namni kamuu gaafa oolmaa isaa, miira keessa jiru natti himatu baayyee natti tola. yoon fala kaa'uufi dadhabeyyuu duuka gadduudhaan yookin gammaduudhaan miira sana namaaf dhaggeeffachuu hin nuffu ... Maaliif beektaa nama sanaaf akka barbaachistu wayitu sitti dhaga'ama gaafas! Addunyaa jibbisisaa kana keessatti nama jaallattuuf iddoo mijataa fi bakka aara galfii ta'uu caalaa maaltu nama gammachiisa? Jaalallee kee qofallee miti obboleessakeef, obboleettiikeefillee akkasuma ta'i. Gammachuu wayiitu jira miira kana keessa 🤌❤ Join Us// @hariiroo_jalaala @hariiroo_jalaala

Repost from TEXT JAALALA™
👉Durbi durii jaalala filattee jibba ganti, durbi ammaa dhiira jala deemtee luka banti😁 👉Durbi durii jaalalaan qalbii nama fuuti, durbi ammaa birriif qabeenyaa irratti duuti😁 👉Durbi durii hojjettee of jijjiirti, durbi ammaa ija dhiiraa dura boroo micciirti😁 👉Durbi durii sirnaan gaa'ila dhaabdi, durbi ammaa bakkeetti luka dhaabdi😁 👉Ittoo durbi durii hojjettu miyaan laphee si buta, Ittoo durbi ammaa hojjettu albaatii si jala kuta😁 👉Durbi durii harka lamaan aannan raafti, durbi ammaa harka lamaan 'Text' xaafti😁 👉Durbi durii hooksitee sa'aa elmiti, durbi ammaa sossobdee dhiira elmiti😁 #Kanan_dubbise_irraa_siniif_qoode Maxxansa mimmiidhagoo Akka Kanaa Argachuuf join Godhaa Join Us// @TextJaalala @TextJaalala

Repost from TEXT JAALALA™
"Jaalala" Ati anaaf badhaasaa abaaboo jannataa kanaaf Onneen kiyyaa ka'ee siif dhaabbataa gaafan si jaalladhen hunda si caalchisee kanaaf jaalalli kee Onnee na tarsaasee ifti kee addeessaa mul'atni kee aduu oolmaan kee nakeessaa yoomiyyuu hin baduu an siifan uumamee kan biraan barbaaduu = ,= tiruuns foon mitii dhiigatu ititee kee jaalala mitii hiddatu nacitee ati uumamaanuu nama keessaa addaa Onnee koo keessaayyuu iddoo guddaa qabdaa albuudata keessaa kamiin sifakkeessuu? meerkurii, diyaamendii, wariin siqixxeessuu? gatiin kee guddaadhaa isaanirra caaltaa silaa maan rakkadhaa? suuqiidhaa bitamtaa ati qarshiis mitii jaalalaan argamtaa == == Agadaa nyaadheetan alamtuusaa tufaa yaada keen qabamee karaa kaman rafaa atoo Onnee kootii ishee laphee jalaa yoon maqaa kee dhahuu xiqqoo narraa galaa kanaaf an siin wabii lubbuu koo godhadhee sumattin of kennee hedduu si abdadhee naaf hubadhu garaa koo amanee kanin hin shakkinee jaalladhee kanin hin gabbine argu malee kanin hin obsinee si'i malee eenyuree???????? Join Us// @TextJaalala @TextJaalala

#MOTIVATIONAL_RObSAN_ALI 👑® ♡ ㅤ ❍ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ✎ @Daily_Quotes4 ☜︎ ✎ @Daily_Quotes4 ☜︎
#MOTIVATIONAL_RObSAN_ALI 👑® ♡ ㅤ     ❍ㅤ        ⎙ㅤ    ⌲             ˡᶦᵏᵉ    ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ   ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ ✎ @Daily_Quotes4 ☜︎ ✎ @Daily_Quotes4 ☜︎

JECHOOTA HAYYOOTAA! 1. Waan tola jedhamee namaaf laatamu fudhachuun dura waan duuba jiru ilaaluun gaariidha. 2. Kaayyoo kee galmaan gahuuf wanni si daangessu hin jiru, yoo ati of daangessuuf murteessite malee. 3. Yeroo diinni kee dammaqu hin lolin, si injifachuu waan danda'uuf! 4. Dhugaa kee gaafa barbaaduu jalqabdu namoota naannoo keetii si soban barta. 5. Galma itti cichitee milkeessitu tokko qabaadhu. 6. Rakkoo addunyaa furuuf dhalatanii, rakkoo ofii waliin du'uun fafa. 7. Nama si sobu wajjjin gammaddee kolfuu irra, nama dhugaa sitti himu wajjiin gadditee boohuu sii wayya. 8. Nama kabajuun mallattoo sodaa ykn lugnummaa osoo hin taane, bilchina sammuu fi dandeettii fageessanii yaaduuti! 9. Kan nama qaanessu ba'aa guddaa sammuu irratti baachuu osoo hin taane, sammuu hin yaanne baachuudha! 10. Addunyaa tana irratti harreen akka namaatti yaadu jiraatuu baatus, namni akka harreetti yaadu hin dhabamu! 11. Kan nama nyaatu dukkana osoo hin taane, wanta dukkana keessa jiruudha! 12. Abbaa qabeenyaa guddaa ta'uuf dirqama qabeenya guddaa irraa hojii eegaluu hin qabdu. 13. Hir'ina Namaa haasa'uun dura ati hir'na irraa qulqulluu ta'uu kee of gaafadhu. 14. Nama rakkoo isaaf furmaata si gaafate itti hin boonin, Atis boru waan si mudatu hin beektuu! 15. Namni jiraachuu kee jibbu, milkaa'ina kee akka waraana addunyaa sadaffaatti sodaata. 16. Namoota akka Alaabaatti ganama si fannisanii, Galgala gadi si buusaniif bakka hin kennin. 17. Namoonni galma isaanii beekan tasa harka hin Keennan. 18. Rakkoo faarsuun amala nama kutannoo hin qabneeti. 19. Kutannoo qabannaan bakka hawwite ooltee bultee ni geessa. 20. "Amma rakkinni si rakkisuutti ati hin rakkatin" [Jecha Ameerikaanotaa] 21. "Nama carraa qabu galaanatti yoo darbatteyyuu qurxummii afaanitti qabatee baha" [Jecha warra Arabaa] 22. "Namni suuta deemu dafee bakka yaade gaha" [Jecha warra Chaayinaa] 23. "Nama Jaallataniif maallaqa hin liqeessan" [Poolandoota] Join Us// @Daily_Quotes4

Jaaloo:✍️ "Hordofaan kee yeroo hunda dinqisiifataa kee miti. of eegi."

Repost from TEXT JAALALA™
Hiriyaan tee ykn jalaalleen tee waan mudate hundumaa sitti himti taanaan, miira isii hundaa ifaaf bilisa taatee sitti himti taanaan, Gammadi! • ✍️Isiin baay'ee si jaallatti. Kana jechuun ati isidhaaf iddoo boqonnaafi lafa itti fala argattudha... kanaaf faara itti hin tahiin,wan hunda anumatti himtii jettees hin ajaa'ibiin. Tasuma miira ishee dhaggeeffachuu hin dadhabiin si biratti boqonnaa argatti waan taheef boqonnaa si biratti barbaaddi. Akkuma yeroo roobni roobu namni figee mana jalatti baqatu sani isiniis si jalatti miira isii dubbattee baqachuu barbaaddi jechuudha. Kanaafuu ati isiif Mana boqonnaati! • Inumaa jaalallee keeysan qofa mitii namuma miira isaa sitti himaate sin marihaatu yoo gartee iddoo kenniif,homa godhuufi baattuus baasani miira san sitti himuun isaanitu boqonnaa kennaaf ati qalbiin nama san dhageeyfachunuu. Yeroo amma kana sanifuu Addunyaa jibbisisaa tana keeysatti nama jaallattuuf iddoo mijataa fi bakka aara galfii ta'uu caalaa maaltu nama gammachiisa? Jaalallee kee qofallee miti obboleessakeef, obboleettiikeefillee akkasuma ta'i. Gammachuutu jira miira kana keeysa 🫰❤️‍🩹🤌 Join Us// @TextJaalala @TextJaalala