Daily Quotes ®
Open in Telegram
Jechoota jaalalaa fi jechoota kaka'umsaa bifa suuraatiin ni argaattuu, akkasumaas jechoota babbareedoo boharsoo fi barsiisoo tahan arkkachuuf channel kenya join godhuun maatii keenya tahuun nu hordofaa Join t.me/Daily_Quotes4 Yaada
Show more1 048
Subscribers
No data24 hours
+17 days
-830 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
April '26
April '26
+7
in 0 channels
March '26
+10
in 0 channels
Get PRO
February '26
+20
in 0 channels
Get PRO
January '26
+20
in 0 channels
Get PRO
December '25
+25
in 0 channels
Get PRO
November '25
+20
in 0 channels
Get PRO
October '25
+32
in 1 channels
Get PRO
September '25
+28
in 3 channels
Get PRO
August '25
+20
in 4 channels
Get PRO
July '25
+29
in 2 channels
Get PRO
June '25
+26
in 0 channels
Get PRO
May '25
+35
in 5 channels
Get PRO
April '25
+40
in 7 channels
Get PRO
March '25
+11
in 2 channels
Get PRO
February '25
+42
in 5 channels
Get PRO
January '25
+58
in 5 channels
Get PRO
December '24
+112
in 5 channels
Get PRO
November '24
+137
in 6 channels
Get PRO
October '24
+155
in 7 channels
Get PRO
September '24
+92
in 5 channels
Get PRO
August '24
+105
in 4 channels
Get PRO
July '24
+116
in 4 channels
Get PRO
June '24
+152
in 2 channels
Get PRO
May '24
+133
in 2 channels
Get PRO
April '24
+45
in 0 channels
Get PRO
March '24
+171
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 11 April | 0 | |||
| 10 April | +1 | |||
| 09 April | +1 | |||
| 08 April | +1 | |||
| 07 April | +1 | |||
| 06 April | 0 | |||
| 05 April | 0 | |||
| 04 April | 0 | |||
| 03 April | 0 | |||
| 02 April | +2 | |||
| 01 April | +1 |
Channel Posts
+2
#MOTIVATIONAL_RObSAN_ALI 👑®
♡ ㅤ ❍ㅤ ⎙ㅤ ⌲
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ
✎ @Daily_Quotes4 ☜︎
✎ @Daily_Quotes4 ☜︎
| 2 | #MOTIVATIONAL_RObSAN_ALI 👑®
♡ ㅤ ❍ㅤ ⎙ㅤ ⌲
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ
✎ @Daily_Quotes4 ☜︎
✎ @Daily_Quotes4 ☜︎ | 240 |
| 3 | #MOTIVATIONAL_RObSAN_ALI 👑®
♡ ㅤ ❍ㅤ ⎙ㅤ ⌲
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ
✎ @Daily_Quotes4 ☜︎
✎ @Daily_Quotes4 ☜︎ | 219 |
| 4 | Yeroo tokko tokko sansalatni bilisa akka hin taane kan nu dhorku qaama caalaa sammuudha | 341 |
| 5 | Osoo waadaa eegun akka waadaa seenuu salphaa ta'ee; Onneen namoota hedduu hin cabu ture! 😓
Join Us// @Daily_Quotes4 | 309 |
| 6 | Ilmi namaa guutuu miti, beekaatis ta'ee wallaalan waa heddu balleessa. Waan fokkattuu ykn gadhee hedduu hojjatuu dandeesse. Waan nama salphisu, gurra kee cabsu, gatii kee gad buusu hojjachuu dandeessa. Garuu gocha badaa hojjatteef ofumaa gaabbii gocha gadhee tahuu beekii irraa deebi'i malee nama tokkotti hin himin. Nama gowwaa jechuun nama badii dalagee badii san ofumaa of saaxilu. | 281 |
| 7 | Milluun tee anaaf qoricha, argaan tee anaaf daawwitiidha.
Gaafa ati ija keeysa naa ilaala hamdi tiyyaa naan jettu akka nama bishaan hudhee taheetiin dubbachuu dadhabe suuta je ija keessa si ilaauuf yaaluus ija guute si ilaalu hin danda’u, si millaadheetuman oyyyee hub kiyyaa sin jechaa,ija lafa qabee onnee kee irratti achii je miira koo of dhageeyfacha dhahannaa onnee keetii suuta jedhe dhageeyfadha...🥰
Join Us// @TextJaalala
@TextJaalala | 322 |
| 8 | Narraa yoo fagaattees, ani sin yaada; maqaan kee yeroo hunda afaan koorraa hin badu. Ati dhimmoota koo warra hangafaa keessaa isa tokkodha. Karoorri koo inni dilbiin sun si waliin galmaa gahaa. Inumaayyuu isaan kaleysa si jaaladhe irra, isa har'aatu caala. Inni boriimmoo kan kana hunda caaluudha.❤️😘🙏🏽
Join Us// @TextJaalala
@TextJaalala | 237 |
| 9 | Koo🥰
Gad fageenyi jaalala ani siif qabu ibsamuu hin danda'u. yeroo tokko tokko anumtuu amanuuf nan rakkadha. Jaalallikee wiirtuu jireenyaa koo hunda keeysa seenee, lubbuu koofi kee akka hin cabnetti kan walitti hidhedha. Dha'annaan onnee koo hundi maqaa kee sirba, yaadoonni sammuu koo hoogganan martis waayee keeti.♥️
Hiika jaalalaa isa dhugaa, jechuunis jaalala keessatti obsa, gara laafessummaafi jaalala ofittummaa hin qabne na barsiifteetta. Deeggarsifi ijjannoon kee inni raafamne gufuu kamiyyuu akkan mo'u humna naaf kenneera.♥️
jireenya koo keeysatti ba'aa mara narra qooddattee cinaa koo jiraachuu keetif galata guddaan siif qaba. Jaalalli kee miira kaayyoon haaromfameefi sababa guddummaaf carraaqu naaf kenneera.♥️
Kanaaf haviivii koo, ati waan hundumaa kooti, bara baraan koo taatee akka na wajjin jiraattu nin amana jechaa ergaa kana haa xumuru. Hafuuran baafadhu hundaa keeysatti akkan si kunuunsu fi si jaalladhu, waan ati hojjettu hunda keeysatti akkan si deeggaru, akkasumas hiriyaa ati yeroo hunda itti hirkattu akkan ta’u waadaa siif galeen ture hin diigu.♥️ Waliin taanee seenaa jaalalaa qormaata injifate akka uumnu hin shakku♥️
Bara baraa fi yeroo hundumaa si faana koo qalbiin!♥️
Join Us// @TextJaalala
@TextJaalala | 235 |
| 10 | Yeroo takka takka nama tokko yoo dhabdan nama nama san gahu waan hin arganne isinitti fakkaa garuu miti yeroo hunda namni si jaalatuu fi si kabaju tokko jira, atiitu wal hin qunnaminiini taha malee.
Nama nama kana caalu hin argadhu jattee odoo miidhamtuu nama tokkoo waliin jiruu dukkanaa itti hin fufin. Let it go😉
Yeroon waa hunda ni sirreessa !
Join Us// @Daily_Quotes4 | 369 |
| 11 | Yeroo hunda nama kabajaa siif kennu filadhu, Sababni Jaalala caalaa kabajaan waan caaluuf.🤍 | 327 |
| 12 | Yeroon tasgabbii dhabee guyyoonnikoo badu keeysatti; yeroo ifni aduu warqii natti ta'ee natti qaala'u keeysatti; ijjikee akka urjii samii halkan koo ibsee dukkana naannoo kiyyaa balleessa.
Yeroo miirri kophummaa natti dhaga'amu" an kan keeti hunda keeysatti sii waliniin jira naan "jettee sagalee kee lallaafaaf mi'aawaan miira kophummaa naannoo kiyyaa Godaansitee addunyaa kana guutuu koluu koo jala galchita.
Ati na waliin ta'uun hir'uu koo guutuu akka naaf taasisu natti mulifta. An si qabachuu kiyyaanin boona yeroo hunda 🥰
Join Us// @hariiroo_jalaala
@hariiroo_jalaala | 251 |
| 13 | Dhiirota qofaaf.
Dubartii Jaalala Qabsiisuu yoo hin beekne ta'e ... iccitii kana fayyadami caldhisteetuma dhalaa jala fiigaa hin oolin.❤😁
◉ Dubartii wayii erga jaalatteen booda akka ishiin si jaalattu osoo 'sin jaaladha' ishiin hin jedhin adda baafachu dandeessa. Kan jaalate yoo si ta'eyyuu osoo ofirratti hin beeksisin akka ishiin deebitee si jaalattu gochuu qabda. Akka ishiin si jaalatte mallattoolee adda addaa ilaaluudhaan mirkaneeffachuu dandeessa.
◉ Guutumaan guututti mallattoo jaalalaa yoo irraa dhabde jaalalli kee hin galleef, akkasuma atis ishee hawwachuu hin dandeenye jechuudha. Ta'us garuu jaalala kee itti himuurra maloota armaan gadii itti agarsiisun akka ishiin si jaalattu gochuu dandeessa.
➊ Hin ariifatin : Ibsachuuf hin jarjarin. Suuta suutaan tapachuu qabda. Jarjartee yaadaa fi iccitii garaa kee keessa jiru dhangalaasuu hin qabdu. Hifachuun sirraa hin eegamu.
➋ Hordoffii madaalawaa ta'e barbaachisa : Yeroo hunda ishee qofa hordofuun hin barbaachisu. Kunis laafumatti waa'ee keef akka dhimmoomtu taasisa. Dubartiin yoo umriin xiqqoo taatee fi ilaalcha gabaabaa qabaatte, nama gatii hin qabme si seeti, akkasumas si tuffatti.
➌ Of jaallachuu : Mataa keetiif ilaalcha bareedaa qabaachuu sirraa eegama. Yoo ati of tuffatte namni biraa si hin kabaju. Kanaafuu of kabajuu fi ilaalcha bareedaa ofiif qabaachuun akka ishiin si hin tuffanneef si gargaara.
➍ Of Boonsuu : Of boonsuun barbaachisaadha. Nama fayyaa taatee mul'achuu, uffata sirraa bareedu uffachuu, foolii nama hawwatu fi k.k.f yoo eegaman bareedaadha.
➎ Ofitti amanuu qabda : Hamma ilaalcha bareedaa mataa keetiif qabaattutti, ofitti amanuun ni ulfaata. Waan dubartiin si jaallachuu diddeef ykn waan nama jaalala qabsiisuu dadhabdeef jattee yoo of tuffatta ta'e, of ta'ii mull'adhu, ofitti amani.
➏ Icciitii qabachuu : Amaloota akka hinaafuu dhooksuu qabda. Dhiironni biroo yoo ishee kan hordofan ta'e, hinaaffaa kee dhokfachuun dirqama ta'a. Hamma si jaalachuu ishee hubattutti hinaafuun guutumaan guututti hin barbaachisu.
➐ Kunuunsa : Akka nama ishee jaalatuutti ishee kunuunsuu qabda. Jaalala kee afaaniin otoo hin taane gochaan ibsachuu dursa. Ishee jajuu fi jabeenya ishee dinqisiifachuun gaaridha.
➑ Kabajaa ishee eeguu : Kabajaa fi iddoo barbaachisaa ta'e laachuufi, yeroo isheen haasoftu gurra kennuufii, nama biratti ishee xiqqeessuu dhabuu, akka isheen si yaadduuf carraa kennuufii.
➒ Hirkoo ta'uufii : Yeroo isheen gargaarsa barbaaddu ishee gargaaruu. Yoo rakkoon ishee mudate daftee ishee cinaatti argamuun akka iddoo siif laattu taasisa.
❿ Haasawaa bareedaa : Yeroo waliin haasooftan haasawa bashannansiisaa filadhu. Haasawaa fi taphni kee itti fufiinsa qabaachuu qaba. Yeroo hedduu akka isheen fedhhii ishee dubbattuuf carraa kenniif.
⓫ Kennaa kenniif : Waan gurguddaa otuu hin taane wantootuma xixiqqoo yeroo argite si yaadattu ta'uu qaba. Yeroo hedduu wantoota isheen jaallattu fi dhimma itti baatu ta'uu qaba.
⓬ Bilisummaa laadhuf : Yeroo hunda ishee bira jiraachuu hin qabdu. yeroo hunda ishee barbaaduu hin qabdu. Bilbilaanis ta'ee qaamaan isheenis akka si iyyaafattu carraa kennuufii.
⓭ Jabaa fakkaachuu : Of laaffisannii ishiitti mul'achuu irra jabaa fakkaachutu dubartii biratti iddoo siif laata. Kanaaf waan hundaaf qophaa'aa ta'uu itti of mul'isuudha. Kana jechuun garuu waanuma hin qabne hunda of irra tuuluu jechuu miti.
⓮ Dubartii biraa faana ta'uu : Dubartii biraa faana deddeemuu hin dhaabin, birumatti nagaa gaafadhu. Dubartii biraa faana hasa'aa, kokkolfaa itti of agarsiisi. Yeroo kana gootu hinaaffaa keessa waan galtuuf iddoo siif qabaatti.
⓯ Miira jaalalaa qoodif : Ishii faana sosochii miilaa karaarra taasisi. Carraa argame kamiinuu walbiratti argamuun jiraannan harka qabuu, harka kee gateettii ishiirra gochuu, dugda haammachuun gaaridha.
◉ Gochoota armaan olii hunda taasiftee waan tokkoyyuu jiijjiirama irraa yoo dhabde, iddoo kan siif qabne, miirri jaalalaa kan irraa hin calaqifne yoo ta'e akkanumaan yeroo kee gubaa turte malee ati intala tana jaalachuuf hin carroomne jechuuudha. | 200 |
| 14 | Jaalalleen kee waan ishee mudate hundumaa sitti himti taanaan, miira ishee hundumaa ifaaf bilisa taatee sitti himti taanaan, Gammadi! •
✍️Isheen kun baay'ee si jaallatti. Kana jechuun ati nama sanaaf iddoo boqonnaafi lafa itti fala argattudha... kanaaf faara itti hin badiin. Tasuma mira ishee dhaggeeffachuu hin nuffin.
Akkuma waan yeroo bokkaan roobu namni figee mana wayi jalatti baqatu sana isheenis si jalatti miira ishee dubbattee baqachuu barbaaddi jechuudha. Kanaafuu ati isheef Mana boqonnaadha!.
Ani akka dhuunfaakootti isa jaalallee mititi namni kamuu gaafa oolmaa isaa, miira keessa jiru natti himatu baayyee natti tola. yoon fala kaa'uufi dadhabeyyuu duuka gadduudhaan yookin gammaduudhaan miira sana namaaf dhaggeeffachuu hin nuffu ...
Maaliif beektaa nama sanaaf akka barbaachistu wayitu sitti dhaga'ama gaafas!
Addunyaa jibbisisaa kana keessatti nama jaallattuuf iddoo mijataa fi bakka aara galfii ta'uu caalaa maaltu nama gammachiisa? Jaalallee kee qofallee miti obboleessakeef, obboleettiikeefillee akkasuma ta'i. Gammachuu wayiitu jira miira kana keessa 🤌❤
Join Us// @hariiroo_jalaala
@hariiroo_jalaala | 162 |
| 15 | 👉Durbi durii jaalala filattee jibba ganti, durbi ammaa dhiira jala deemtee luka banti😁
👉Durbi durii jaalalaan qalbii nama fuuti, durbi ammaa birriif qabeenyaa irratti duuti😁
👉Durbi durii hojjettee of jijjiirti, durbi ammaa ija dhiiraa dura boroo micciirti😁
👉Durbi durii sirnaan gaa'ila dhaabdi, durbi ammaa bakkeetti luka dhaabdi😁
👉Ittoo durbi durii hojjettu miyaan laphee si buta, Ittoo durbi ammaa hojjettu albaatii si jala kuta😁
👉Durbi durii harka lamaan aannan raafti, durbi ammaa harka lamaan 'Text' xaafti😁
👉Durbi durii hooksitee sa'aa elmiti, durbi ammaa sossobdee dhiira elmiti😁
#Kanan_dubbise_irraa_siniif_qoode
Maxxansa mimmiidhagoo Akka Kanaa Argachuuf join Godhaa
Join Us// @TextJaalala
@TextJaalala | 200 |
| 16 | "Jaalala"
Ati anaaf badhaasaa
abaaboo jannataa
kanaaf Onneen kiyyaa
ka'ee siif dhaabbataa
gaafan si jaalladhen
hunda si caalchisee
kanaaf jaalalli kee
Onnee na tarsaasee
ifti kee addeessaa
mul'atni kee aduu
oolmaan kee nakeessaa
yoomiyyuu hin baduu
an siifan uumamee
kan biraan barbaaduu
= ,=
tiruuns foon mitii
dhiigatu ititee
kee jaalala mitii
hiddatu nacitee
ati uumamaanuu
nama keessaa addaa
Onnee koo keessaayyuu
iddoo guddaa qabdaa
albuudata keessaa
kamiin sifakkeessuu?
meerkurii, diyaamendii,
wariin siqixxeessuu?
gatiin kee guddaadhaa
isaanirra caaltaa
silaa maan rakkadhaa?
suuqiidhaa bitamtaa
ati qarshiis mitii
jaalalaan argamtaa
==
==
Agadaa nyaadheetan
alamtuusaa tufaa
yaada keen qabamee
karaa kaman rafaa
atoo Onnee kootii
ishee laphee jalaa
yoon maqaa kee dhahuu
xiqqoo narraa galaa
kanaaf an siin wabii
lubbuu koo godhadhee
sumattin of kennee
hedduu si abdadhee
naaf hubadhu garaa koo
amanee kanin hin shakkinee
jaalladhee kanin hin gabbine
argu malee kanin hin obsinee
si'i malee eenyuree????????
Join Us// @TextJaalala
@TextJaalala | 166 |
| 17 | #MOTIVATIONAL_RObSAN_ALI 👑®
♡ ㅤ ❍ㅤ ⎙ㅤ ⌲
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ
✎ @Daily_Quotes4 ☜︎
✎ @Daily_Quotes4 ☜︎ | 489 |
| 18 | JECHOOTA HAYYOOTAA!
1. Waan tola jedhamee namaaf laatamu fudhachuun dura waan duuba jiru ilaaluun gaariidha.
2. Kaayyoo kee galmaan gahuuf wanni si daangessu hin jiru, yoo ati of daangessuuf murteessite malee.
3. Yeroo diinni kee dammaqu hin lolin, si injifachuu waan danda'uuf!
4. Dhugaa kee gaafa barbaaduu jalqabdu namoota naannoo keetii si soban barta.
5. Galma itti cichitee milkeessitu tokko qabaadhu.
6. Rakkoo addunyaa furuuf dhalatanii, rakkoo ofii waliin du'uun fafa.
7. Nama si sobu wajjjin gammaddee kolfuu irra, nama dhugaa sitti himu wajjiin gadditee boohuu sii wayya.
8. Nama kabajuun mallattoo sodaa ykn lugnummaa osoo hin taane, bilchina sammuu fi dandeettii fageessanii yaaduuti!
9. Kan nama qaanessu ba'aa guddaa sammuu irratti baachuu osoo hin taane, sammuu hin yaanne baachuudha!
10. Addunyaa tana irratti harreen akka namaatti yaadu jiraatuu baatus, namni akka harreetti yaadu hin dhabamu!
11. Kan nama nyaatu dukkana osoo hin taane, wanta dukkana keessa jiruudha!
12. Abbaa qabeenyaa guddaa ta'uuf dirqama qabeenya guddaa irraa hojii eegaluu hin qabdu.
13. Hir'ina Namaa haasa'uun dura ati hir'na irraa qulqulluu ta'uu kee of gaafadhu.
14. Nama rakkoo isaaf furmaata si gaafate itti hin boonin, Atis boru waan si mudatu hin beektuu!
15. Namni jiraachuu kee jibbu, milkaa'ina kee akka waraana addunyaa sadaffaatti sodaata.
16. Namoota akka Alaabaatti ganama si fannisanii, Galgala gadi si buusaniif bakka hin kennin.
17. Namoonni galma isaanii beekan tasa harka hin Keennan.
18. Rakkoo faarsuun amala nama kutannoo hin qabneeti.
19. Kutannoo qabannaan bakka hawwite ooltee bultee ni geessa.
20. "Amma rakkinni si rakkisuutti ati hin rakkatin" [Jecha Ameerikaanotaa]
21. "Nama carraa qabu galaanatti yoo darbatteyyuu qurxummii afaanitti qabatee baha" [Jecha warra Arabaa]
22. "Namni suuta deemu dafee bakka yaade gaha" [Jecha warra Chaayinaa]
23. "Nama Jaallataniif maallaqa hin liqeessan" [Poolandoota]
Join Us// @Daily_Quotes4 | 198 |
| 19 | Jaaloo:✍️
"Hordofaan kee yeroo hunda dinqisiifataa kee miti. of eegi." | 309 |
| 20 | Hiriyaan tee ykn jalaalleen tee waan mudate hundumaa sitti himti taanaan, miira isii hundaa ifaaf bilisa taatee sitti himti taanaan, Gammadi! •
✍️Isiin baay'ee si jaallatti. Kana jechuun ati isidhaaf iddoo boqonnaafi lafa itti fala argattudha... kanaaf faara itti hin tahiin,wan hunda anumatti himtii jettees hin ajaa'ibiin. Tasuma miira ishee dhaggeeffachuu hin dadhabiin si biratti boqonnaa argatti waan taheef boqonnaa si biratti barbaaddi.
Akkuma yeroo roobni roobu namni figee mana jalatti baqatu sani isiniis si jalatti miira isii dubbattee baqachuu barbaaddi jechuudha. Kanaafuu ati isiif Mana boqonnaati! •
Inumaa jaalallee keeysan qofa mitii namuma miira isaa sitti himaate sin marihaatu yoo gartee iddoo kenniif,homa godhuufi baattuus baasani miira san sitti himuun isaanitu boqonnaa kennaaf ati qalbiin nama san dhageeyfachunuu.
Yeroo amma kana sanifuu Addunyaa jibbisisaa tana keeysatti nama jaallattuuf iddoo mijataa fi bakka aara galfii ta'uu caalaa maaltu nama gammachiisa? Jaalallee kee qofallee miti obboleessakeef, obboleettiikeefillee akkasuma ta'i. Gammachuutu jira miira kana keeysa 🫰❤️🩹🤌
Join Us// @TextJaalala
@TextJaalala | 215 |
