994
Subscribers
+124 hours
-27 days
+1730 days
Posts Archive
994
Repost from Chercher
📌 To all Grade 12 Entrance Exam Candidates
The New link of Mock Exam :
🔗https://mock1.ethernet.edu.et/login/index.php
994
Repost from Chercher
Beeksiisa
Barattoota Kutaa 12ffaa hundaaf
Guyyaa boru irraa egalee daree daree keessanitti qormaanii qoramatanii fi gaafiileen adda addaa waan isiniif hojjatamuuf barataan harcaatii tokkoo malee daree isaa keessatti akka argamtan. Dabaltaan qabxiin 600 keessaa isin galmeesistan guyyaa kanatti kan ilaaltanii fi bakka hanqina qabdatti akka of ilaaltan waan isin fayyadauuf yeroo keessan kabajanii fi uniformii ufatanii akka dhufatnii sagantaa shaakala bahun immoo qormaata online waan jalqabdaniif yeroo jadhameetti akka argamtan cimsinee isin hubachifna.
Hub. Barataan daree isaa argamee rakkoo isa mudachuu maluu kan hin sirrefanee mannii barumsaa hin gaafatamuu.
994
Repost from Chercher
Ibsa Gaddaa
Barattuun Mana Barumsaa Carcar Sadarkaa 2ffaa, Daraartuu Muraad Alishoo, kutaa 11ffaa B keessatti barachaa kan turte, guyyaa har’aa addunyaa kana irraa du’aan boqottee jirti.
Duuti ishee maatii, hiriyoota, barsiisota, fi hawaasa mana barumsichaa keessatti gadda guddaa uumeera. Rabbiin lubbuu ishee warra jannataa keessaa haa godhu; mannii barumsaa Gadda itti dhagahamee ibsaa maatii fi namoota ishee jaallatan hundumaaf immoo obsaa fi jajjabina haa kennu.
It is with deep sadness that we announce the passing of our beloved Grade 11B student, Derartu Murad Alisho. Derartu will always be remembered for being a valued member of our school community. We extend our heartfelt condolences to her family, friends, classmates, and all who knew her. May she rest in peace, and may God give strength and comfort to all who mourn her loss.
