Chercher
📈 Analytical overview of Telegram channel Chercher
Channel Chercher (@chirosec) in the English language segment is an active participant. Currently, the community unites 13 444 subscribers, ranking 14 877 in the Education category and 2 549 in the Ethiopia region.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 13 444 subscribers.
According to the latest data from 04 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 157 over the last 30 days and by 2 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 33.40%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 23.29% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 4 489 views. Within the first day, a publication typically gains 3 131 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 26.
- Thematic interests: Content is focused on key topics such as barumsaa, barattoota, akka, kutaa, ta'uu.
📝 Description and content policy
Channel description not provided.
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 05 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Education category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 05 September | +4 | |||
| 04 September | +4 | |||
| 03 September | +1 | |||
| 02 September | +2 | |||
| 01 September | +2 |
| 2 | Ramaddii Yuunivarsitii: Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Darbitaniif Filannoon Yuunivarsiitii Ifa Ta'e
Ministeerri Barnootaa beeksisa haaraa baaseen, barattoota bara 2018 qormaata biyyoolessaa xumura sadarkaa lammaffaa fudhachuun sagantaa idileetiin qabxii darbiinsaa dhaabbilee barnoota olaanoo galmeessistan hundaaf filannoon yuunivarsiitii fi gosa barnootaa eegaluu isaa ifoomseera.
Haaluma kanaan, barattoonni guyyaa har'aa, Hagayya 28 irraa eegalee hanga Qaammee 5, bara 2018tti gara mana barumsaa deemuun osoo isin hin barbaachisiin, bakka jirtanitti ofuma keessanii karaa toora interneetii filannoo keessan akka guuttattan Ministeerichi himeera.
Raawwii filannoo kanaafis barattoonni marsariitii (Link) 'https://student.ethernet.edu.et/' jedhu fayyadamuun haala salphaan sirreessuu ni danda'u.
Gama biraatiin, barattoota dhukkubsatanii ragaa wal'aansaa qaban, qaama miidhamtoota, lakkuuwwan saala walfakkaataa qabanii fi haadholii daa'ima ji'a ja'aa gadii hoosisan ilaalchisee deeggarsi addaa kan taasifamuuf yoo ta'u, ulaagaa kanaaf kanneen madaalaman ragaa fayyaa ykn dhugoomsaa seera qabeessa ta'e of harkaa qaban marsariiticha irratti walqabsiisuun akka isaan irraa eegamu hubachiifameera.
Yeroon kenname murtaa'aa fi gabaabaa waan ta'eef, barattoonni hundi carraa kanatti fayyadamuun osoo guyyaan isin jalaa hin darbiin xiyyeeffannoon filannoo keessan akka xumurattan dhaamameera.
Hawaasnis ta'e maatiin ragaa kana hiriyoota fi barattoota naannoo keessan jiran waliin qooduun barattoonni haala mijaawaan gara dhaabbilee barnoota olaanoo akka makaman gahee keessan bahaa.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA @ABDII_SABAA | 1 894 |
| 3 | ማስታወቂያ
የ2018 ዓ.ም. የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሀገር አቀፍ ፈተና ወስዳችሁ በመደበኛው የትምህርት መርሃ ግብር የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት መግቢያ ውጤት ላስመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ፡-
Ø የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት እና የትምህርት መስክ ምርጫችሁን ከነሐሴ 28 ቀን 2018 ዓ.ም እስከ ጳጉሜ 5 ቀን 2018 ዓ.ም ድረስ ከታች የተቀመጠውን ማስፈንጠሪያ (Link) በመጠቀም ምርጫችሁን ት/ቤት መሄድ ሳይጠበቅባችሁ ባላችሁበት ቦታ እራሳችሁ በመሙላት እንድታሳውቁ እንገልጻለን።
Ø ማስፈንጠሪያ (Link) https://student.ethernet.edu.et/
ማሳሰቢያ፡-
v የህክምና፣ የአካል ጉዳተኝነት፣ ተመሳሳይ ጾታ ያላቸው መንትያዎች እና ከ6 ወር በታች ህፃን የሚያጠቡ እናቶች አስፈላጊውን ሕጋዊ ማስረጃ ማያያዝ ይኖርባችኋል።
የትምህርት ሚኒስቴር | 2 092 |
| 4 | Barattoota sababa adda addaan bara darbee addaan murtan galmeen guyyaa boru qofa ta'uu beektanii yemmoo galmaa'uuf dhuftan kitaaba fudhatan deebisuun dirqama dha. | 2 403 |
| 5 | Beeksiisa
Barattoota bara 2018 mana barumsaa keenyatti barachaa turtanii fi hanga ammaa hin galmoofnee ramadii daree gaggeesuu waan barbaaneef guyyaa boru booda adabiidhaan kan galmooftanii fi bakka keessan barattoota iddoo biraa irraa dhufan kan simanuu ta'uu cimsinee isin beeksifna | 2 394 |
| 6 | Barattoota shamaran qormaannii hara waan ta'eef akka qoramtan | 2 854 |
| 7 | Baratootni qormaata CBT dhaan qoramaan keessaa dogoggorri qabxii baratootaa tokko tokko irratti waan mul’ateef keessattu baratootniqabxii isaanii irratti shakkii qaban gosa barnoota Baayooloojii, Keemistriifi Fiiziiksii akka yeroon ol-iyyannoo(“complain”) (Hanga Hagayya 27,2018 hanga sa’a 11:30) osoo hin xumuramin dhuunfaadhaan akka iyyatan jajjabeessa.
በCBT የዩኒቨርስቲ መግቢያ ፈተና ወስዳችሁ በተለይ Bio,Chem, Phy ቅሬታ ቀን ሳያልፍ በግል online ላይ እስከ 27/12/2018 ብቻ እንድታመለክቱ ይሁን። | 4 094 |
| 8 | https://www.facebook.com/share/r/1RNLUFyBnp/ | 4 168 |
| 9 | Barattoonnii maqaan keessan armaan olitti baraa'ee guyyaan qormaataa guyyaa Robii ta'uu beektanii qophii akka gootanii fi guyyaa boru mana barumsaa akka dhuftan | 4 286 |
| 10 | AnimatedSticker.tgs | 1 |
| 11 | Beeksiisaa
Guyyaa 25/12/2018
Barattoota Sababa adda addaan addaan murtan ragaa/ sababa addaan itti murtan qabachuun gaafa guyyaa 29/12/2019 qofa kan galmeesinu ta'uu cimsinee isin beeksiisaa, barataa guyyaa kana dhufee hin galmofnee kan hin keessumeesinee ta'uu isin hubachifna. | 4 207 |
| 12 | No text... | 4 903 |
| 13 | https://www.youtube.com/watch?v=36wG9pSYu7Q | 5 400 |
| 14 | #Breaking_News
Barattoonni qabxii 297-300 galmeessan akka darban hayyamameef bara kanas hojiirra oola!!
Qormaata Ministeerri Barnootaa qopheesse kamiifuu darbiinsa %50 akka ta’e ni beekama. Ibsa kana kan kenne Dr. Solomon Kiflee (gorsaa MOE) akka jedhanitti kanneen qabxii 49.5%-49.99 galmeessan gara 50tti walitti qabnee akka %50tti lakkoofne, akkasumas iskeelii qabxii hin jijjiirree ammallee %50 ta'eera jedhan. | 5 623 |
| 15 | Barattoonnii Dubaraa NS boru ganama mana barumsaa isin barbaana | 5 414 |
| 16 | Barattoota Qormaata Biyyoolessaa fudhatanii Milkaa'an.pdf | 562 |
| 17 | No text... | 6 875 |
| 18 | No text... | 6 464 |
| 19 | Beeksiisa
Barattoota M/b Carcar
akkuma beekamuu galmeen egalamee jira. Haata'uu malee barattoonnii yeroo jadhameetti galmaa'aa hin jirtan. Kanaafuu barataan yeroon galmaa'uu baanaan rakkoo umamuuf kan hin gaafatamnee fi yeroon dhumaa jira waan ta'eef yeroo galmaa'aa jachaa iddoon yoo guutee kan hin keessumeesinee ta'uu cimsinee isin hubachifna. | 6 068 |
| 20 | Barattoota qabxii 300 ol galmeesistan qabxii kana ilaaluun mana barumsaa argamuun akka galmooftan | 6 207 |
