cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

FAANA MILKAA'INA

Show more
Finland375The language is not specifiedBusiness5 033
Advertising posts
15 518
Subscribers
+4724 hours
+3207 days
+1 09630 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
"The more you inspire, the more people will inspire you'' (Simon Sinek) ━━━━━━━━━━━━ ❍ Hanguma namoota keessatti kaka'umsa uumte, namoonnis deebisanii si keessatti kaka'uumsa uumu. ❍ Fudhachuu hin dursin. Kennuu dursi malee. Kennuun fudhachuu dursuu qaba. ❍ Gaggeessaa ta'uu dura gaggeeffamaa sirrii ta'uu qabda. Mee Gaaffilee Armaan Gadii Sirriitti Hubadhu: ⓵. Osoo namaaf yaaduu hin beekin, akkamitti namni siif akka yaadu baruu dandeessaa? ⓶. Osoo nama kabajuu hin barin, akkamitti kabajamuu barbaaddaa? ⓷. Osoo namatti gaarummaa agarsiisuu hin barin, akkamitti gaarummaa nama irraa eegdaa? ⓸. Wanta ofii kee ta'uu hin dandeenye, namni biroon akka siif ta'u maaliif ajaja gabaabduu dabarsita? ⓹. Osoo ofii kee hin jijjiiramin paarlaamaa jijjiirama gabaasu maaliif hundeessita? ⓺. Teessoon kee dandeettii ati qabdu wajjin akka wal hin gitne osoo beektuu, maaliif namoota gaggeessitu irratti gooftaa ta'uu barbaadda? ⓻. Uffata jijjiirachuu fi sammuu ofii jijjiirachuun maaliif wal sitti fakkaate? ⓼. Banuu osoo qabduu maaliif cufta? Cufuu osoo qabduu maaliif banta? Maalif, daqiiqaa muraasa fudhattee akka gaggeessummaan kee dhaloota hadoochaa jiru hin hubattuu? Gaaffilee kanneenii fi kan kana fakkaatan deebisuuf nama qophaa'aa ta'uu qabda. ⩩ Of hin tuuliin akkasumas of hin kuuliin! ⩩ Gaggeessummaan of ta'uu fi nama of ta'e horachuudha. ⩩ Ka'uumsa qabaachuun ga'uumsa qabaachuu fida. ⁃ Ka'uumsi jalqaba kee yoo ta'e ga'umsi immoo galma (hiree) kee siif ta'a. ⁃ Ka'uun ga'uu miti. ⁃ Ga'uuf ka'uun dirqama. ⁃ Osoo hin ka'in ga'uun hin jiru. ⁃ Ka'uun ga'uu dursa. ⁃ Ka'uuf akka ga'amu beekuun ni dursa. ❍ Gaggeessaan osoo ka'uumsa isaa hin hubatin ga'uumsa isaa yaadu, gaggeessaan akkasii hantuuta boolla ishee hin beekne wajjin tokko. Boolluma banaa ta'e seenti. Gaggeessaan akkasiis iddoon inni ga'e hundumtuu galma isaa itti fakkaata. @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa
1 69114Loading...

Show all...
👍 33 3
Go to the archive of posts