cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

FAANA MILKAA'INA

Show more
Finland374The language is not specifiedBusiness5 210
Advertising posts
14 658
Subscribers
+2024 hours
+1787 days
+95530 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
#FURTUU MILKAA'INAA Dhaloota kanaaf galaa kan ta'u, waan humna ofii lafa kaa'uun waan salphaa miti. Addatti immoo dhaloota hiyyummaan mataa maree egeree isaa dukkaneesse kanatti, daandii diinagdeetti isa geessu soquu fi daandii sana irratti ammoo onnachiisuun waan akkanumatti jajamee dhiisamu miti. Oromoof madda kufaatii guddaa ta'ee kan mul'atu, hongee dinagdeen rukutamuu isaati. Sun rasaasa diinaa fi weerara alagaa caalaa nu miidhe. Warruma nu cabsaniin diinagdeen keenya kan cabe ta'uu yoo amannu, caba lafee diinagdee Oromoof gabrummaan sababa ta'ee ka'aamuu qofti rakkoo biraa dha. Rakkoo biraadha yeroon jedhu nus karaa nutti cufame hundaan sakaalamnee iyummaafi abdii kutannaa ho'ifannee of dagataa akka turretu natti dhaga'ama. Kan darbe irraa barataa har'a garuu dhaloonni kun waan dhabe argachuuf dammaqaa jira. Hayummaan.waan dhalootatti.karaa agarsiisuu fi Daandii milkaa'inaatti isa geessu lafa kaa'uudha. Via lalisa @WABIISG
Show all...
๐Ÿ‘ 29
#MOORAA_JIREENYI_KEESSA_HIN_JIRRE! Abbaa sooressa akka waan waan hundumaa geessifatteetti of ilaalu tokkotu ture. Ijoollee isaatiif waan ni barbaachisa jedhu hundumaa mooraa mana jireenyaa isaatii keessatti isaaniif qopheesse. Ijoolleen isaa waan nyaataniif, waan dhuganiif, waan ittiin bashannananiif, waan irraa barataniif mooraa keessaa gadi ba'uun isaan hin dhaamaasu. Waan hundumaa geessifadheera jedhee waan amanuuf ijoolleen isaas waan isaaniif godhameef gammachuu guutuu akka qaban amana. Ganama hundumaa ka'ee waa'ee qabeenya isaaniif kuusee jiruu fi isaan dhaaluuf jiranii itti hima. "Mooraa kana keessa gadi baanaan waan isinitti tolu hin argitan. Bakkeen kun foolii badaa baayyee qaba. Namoonni mooraa kanaan ala jiran hunduu hiyyeesota of jiraachisuu hin dandeenyee fi waan jireenyaaf isaan barbaachisu keessaas homaa iyyuu hin qabneedha. Nyaanni ga'aan, wanti daawwatanii gammadan tokko iyyuu hin jiru.Nuti waan hundumaa asii qabna.Nama yoo ta'es anaan ala namni biraan isin hin barbaachisu. Anaan ala namni waan gaarii isiniif yaaduu fi isin jaalala irraa argachuu dandeessan hin jiru. Mooraa kana keessaa hojjetoota isin kunnuumsan ni qabdu. Eegduuwwan yeroo isin taphattan, hojjettanii fi raftanii boqottan isin eegan ni qabdu. Utuu isaan jiraniis hamaan isin irra hin ga'u. Kanaaf isin waan jireenya keessaniif isin barbaachisu hundumaa qabduu" jechuun ganama hundumaa itti himaa guddise. Sammuun ijoollee isaas sanuma amanee fudhate.Nama mooraa sana keessa jiruu fi abbaa isaan ala nama beekan hin qaban. Mooraa sana keessaan ala waan jiru uumama biraas arganii raajjeffachuuf carraa argatanii hin beekan. Kan isaan beekan waan akka isaaan beekan abbaan isaanii barbaadu qofa ture! Gaaf tokko garuu ilmi isaa inni angafni mooraa isaaniitiin ala jireenya jiru akka abbaan isaa isa daawwachiisuuf cimsee kadhate. Abbaan isaas akkuma durii jedhee akka inni gadi hin baaneef cimsee akkeekkachiise. Mucaan isaa garuu raawwatee tole isaaf hin jenne. Ammas dabalee, "jireenya mooraa kanaan ala jiru arguun fedha waan ta'eef nan dhorkin. Namoota mooraa keenyaan ala jiraatan argee jireeenya akkamii akka isaan jiraatan arguun fedhaa. Waan isaan isaan qabanii fi hin qabne adda baasee beekuun barbaadaa" jedheen. Abbaanis, "Ilaa ilmako mee na dhaga'i. Namoonni ala kana jiraatan homaa hin qaban. Asii gadi baanaan nyaata isaan nyaatan keessa waan itti gammaddee nyaattu hin qabdu. Namoonni hamoodha waan ta'eef akka as keessa namni miidhama irraa si eegu hin jiru si miidhu. Uffannikee fi kopheenkee warri gati jabbeeyyiin bakkee kana keessa ittiin jiraachuuf siif hin ta'an. Kanaaf tasumaa gadi hin baatu.Yoo gadi baate garuu ati iyyuu ni gaabbita. Waanan arguu hin qabnen arge, waan nan boqochiifnen daawwadhe, waan ijatti hin tollee fi sammu koo jeeqanan arge jettaa" jedheen. "Ilmi isaas tole. Na geessi deemee argee jibbee deebi'uukoo naaf wayyaa" jedheen. Ganama barii lafaa ka'eetu abbaan isaa jireenya mooraa isaaniin ala jiru daawwachiisu eegale. Mucaanis akkuma mooraa sana keessa gadi ba'een waan argu hundumaatti gammaduu eegale.Fuulli isaa ifee gammachuudhaan guyyaa guutuu daawwachaa oole. Akka guyyaa sanaa utuu mucaa isaatti tolee inni gammaduu argee hin beeku waan ta'eef dhoksaan isaas abbaa isaatiif galuu dide. Dhuma irrattis gara manaatti deebi'uu akka qabantu itti himame. Akkuma oduu moraatti deebita jedhu dhaga'een fuulli mucichaa ni gurraacha'e. Abbaan isaas, "Ilaaka ilmako. Jiruuf jireenya ala kana jiru hin argin sitti hin toluu jedheen ture. Hiyyeesota homaa hin qabne. Uffata isaanii hin qulleeffannee fi eegduu malee bakkee keessa jiraatan, ijollee akkakee abbaa gaarii hin qabne, kan manni isaan keessa jiraatan mooraa magariisa ta'een ijaaramee hin jirre, bakka bishaanni daakamu hin jirre, bakka ibsaa ga'aan hin jirre, bakka 'interneetii actiiviin' hin jirre hin deemin jedhee cimsee si kadhadheen ture. Kunoo amma murtii keetti ni gaabbite. Fuulli kees isaaniif gadditee gurraacha'e. JOIN๐Ÿ‘‡ @Faana_Milkaaina
Show all...
๐Ÿ‘ 16โค 3๐Ÿ˜˜ 1
Repost fromย N/a
Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘W Sโ–‘Eโ–‘Lโ–‘Eโ–‘Cโ–‘Tโ–‘Eโ–‘D Cโ–‘Hโ–‘Aโ–‘Nโ–‘Nโ–‘Eโ–‘Lโ–‘S โ €โ €โ €โ €โ €โฃฐโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฆโก€ โ €โ €โ €โข€โฃพโฃฟโฃฟโฃฟโ ฟโ ฟโ Ÿโ ปโ ฟโขฟโฃฟโฃฟโฃฟโก† โ €โ €โ €โขฐโฃฟโฃฟโกฟโ ‚โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ ˆโ ‰โขปโก‡ โ €โ €โ €โ ˆโ ฟโฃฟโฃ‡โฃ โ คโ คโ คโขคโฃ€โฃคโ คโ คโฃบโก โ €โ €โ €โ €โ โข‰โฃฏโ นโฃ€โฃ€โฃขโกธโ ‰โขโก„โฃ€โฃฏ โ €โ €โ €โ €โ กโ €โขนโฃ†โ €โ €โ €โฃ€โก€โกฐโ €โข โ –โ ‚ โ €โ €โ €โ €โ €โ ˆโ ™โฃฟโฃฟโ €โ  โ šโข‹โกโ €โกœ โ €โ €โ €โ €โ €โ €โขธโ ˆโ ™โ ฆโฃคโฃ€โฃคโฃคโกผโ  โ €โ €โ €โ €โ €โข€โกŒโ €โ €โ €โ € โ ‰โขโก‰ โ €โ €โ €โฃ€โฃดโฃฟโฃทโฃถโฃคโฃคโฃคโฃดโฃพโฃทโฃถโฃฆโก€ โข€โฃดโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃ„ โ šโ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ€‹โ€‹โ€‹ โ˜…ใ€€ใ€€หš * โ˜…ใ€€ . * . ยท ใ€€ หš * โ‹† ๏ผŠใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ใ€€๏นก ใ€€ ใ€€ใ€€ *ใ€€ใ€€ * โ‹† ใ€€ . ยท ใ€€ใ€€ โ‹† ใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ ๏ผŠใ€€๏นก หš หšใ€€ หš * โ‹† ๏ผŠใ€€ ใ€€ ยท * . * . โ˜…ใ€€ ใ€€ โ‹† ยท ใ€€ * โ‹† * ใ€€ใ€€ โ‹† ๏นกใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ใ€€หš *โ˜…ใ€€ใ€€หš * โ˜…ใ€€ใ€€ใ€€ ใ€€ . * . ยท ใ€€ หš * โ‹† ๏ผŠใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ใ€€๏นก ใ€€ *ใ€€ใ€€ * โ‹† ใ€€ . ยท ใ€€ใ€€ โ‹† ใ€€โ‹†ใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ ๏ผŠใ€€๏นก หš หš หš * โ‹† ๏ผŠใ€€ ใ€€ ยท * . * . โ˜… ใ€€ โ‹† ยท ใ€€ * โ‹† * ใ€€ โ‹† ๏นกใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ใ€€หš * โ˜…ใ€€ ใ€€ใ€€หš * โ˜…ใ€€ ใ€€ . * . ยท ใ€€ หš * โ‹† ๏ผŠใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ใ€€๏นก ใ€€ ใ€€ใ€€ *ใ€€ใ€€ * โ‹† ใ€€ . ยท ใ€€ใ€€ โ‹† ใ€€โ‹†ใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ ๏ผŠใ€€๏นก หš หšใ€€ หš * โ‹† ๏ผŠใ€€ ใ€€ ยท * . * . โ˜…ใ€€ ใ€€ โ‹† ยท ใ€€ * โ‹† * โ‹† ๏นกใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ใ€€หš *โ˜…ใ€€ ใ€€ใ€€หš * โ˜…ใ€€ใ€€ใ€€ ใ€€ . * . ยท ใ€€ หš * โ‹† ๏ผŠใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ใ€€๏นก ใ€€ ใ€€ใ€€ *ใ€€ใ€€ * โ‹† ใ€€ . ยท ใ€€ใ€€ โ‹† ใ€€โ‹†ใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ ๏ผŠใ€€๏นก หš หš ใ€€ใ€€ หš * โ‹† ๏ผŠใ€€ ใ€€ ยท * . * . โ˜… ใ€€ โ‹† ยท ใ€€ * โ‹† * ใ€€ใ€€ โ‹† ๏นกใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ใ€€หš * โฃดโฃฟโฃฆโ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ € โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โขปโฃฟโฃฟโ ‚โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ € โ €โ €โ €โ €โ €โ €โข€โฃดโฃฟโฃฟโฃ€โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ € โ €โ €โ €โ €โข โฃพโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฆโ € โ €โ €โ €โฃดโฃฟโขฟโฃทโ ’โ ฒโฃพโฃพโฃฟโฃฟ โ € โฃดโฃฟโ Ÿโ €โขฟโฃฟโ โฃฟโฃฟโฃฟโ ปโฃฟโฃ„โ €โ €โ €โ € โกพโ Ÿโ  โ €โ €โขธโฃฟโฃธโฃฟโฃฟโฃฟโฃ†โ ™โขฟโฃทโก€โ €โ € โ €โ €โ €โ € โ €โขธโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโ € โ ปโฃฟโก€ โ €โ €โ €โ €โ €โ €โฃพโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃ†โ ‚โ € โ €โ €โ €โ €โ €โฃผโฃฟโฃฟโฃฟโกฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโก„โ €โ €โ €โ € โ €โ €โ €โ €โข โฃฟโฃฟโ ฟโ Ÿโ €โ €โ ปโฃฟโฃฟโก‡โ €โ €โ €โ € โ €โ €โ €โข€โฃพโกฟโ ƒโ €โ €โ € โ €โ €โ ˜โขฟโฃฟโก€โ €โ €โ € โ €โ €โฃฐโฃฟโกŸโ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โขธโฃฟโฃทโก€โ €โ € โ €โข โฃฟโ Ÿโ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ ปโฃฟโฃงโ €โ € โข€โฃฟโ ƒโ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ ˜โฃฟโฃ†โ € โขพโ ‡โ €โ €โ €โ €   โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โขธโฃฟโฃทโกค. ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿ”๐Ÿ”๐Ÿ”๐Ÿ”๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿ”๐ŸŒ๐ŸŒ๐Ÿ”๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿ”๐ŸŒ๐ŸŒ๐Ÿ”๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿ”๐Ÿ”๐Ÿ”๐Ÿ”๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ    โ•ญโ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ•ฎ     โ”ƒ   โ— โ•โ•  โ–ช๏ธ           โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ     โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ     โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ     โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ     โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ     โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ     โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ     โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ     โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ     โ”ƒ        ๐Ÿ”˜               โ•ฐโ”โ”โ”โ”โ”โ”โ” ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ”๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ‘๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ–๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ”๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ–๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ”๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ‘๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ–๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ”๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ–๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ ๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘ Goo Click the Heart ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ‘†๐Ÿผl โ‡ฃ            ๐ŸŒบ๐ŸŒบ          ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ        ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ      ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ    ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ    ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ       ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ           โ˜˜๐ŸŒบ๐ŸŒบโ˜˜                โ˜˜โ˜˜               ๐ŸŽ‹                   ๐Ÿƒ                  ๐ŸŽ‹              ๐Ÿƒ๐Ÿƒ                  ๐ŸŽ‹          ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ                  ๐ŸŽ‹      ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ                 ๐ŸŽ‹    ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ                ๐ŸŽ‹๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ                 ๐ŸŽ‹๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ                 ๐ŸŽ‹                 ๐ŸŽ‹ ๐ŸŽ‹ โฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธ โฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธOPENโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธ โฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœโฌœโฌœ๏ธ๏ธโฌœ๏ธ โฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธ โฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธOPENโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธ โฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœโฌœโฌœ๏ธ๏ธโฌœ๏ธ        โ—คโ—ขโ—คโ—ขโ—คโ—ขโ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅ         โ–ˆ        J O I N          โ–ˆ                   โ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅโ—คโ—ขโ—คโ—ขโ—คโ—ข        โ—คโ—ขโ—คโ—ขโ—คโ—ขโ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅ         โ–ˆ        J O I N          โ–ˆ                   โ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅโ—คโ—ขโ—คโ—ขโ—คโ—ข ๐Ÿ‘‡ Click โŒโŒโŒโŒโŒโŒ โŒโŒโŒโŒโŒโŒ โŒโŒโŒโŒโŒโŒ โŒโŒโŒโŒโŒโŒ โŒโŒโŒโŒโŒโŒ โŒโŒโŒโŒโŒโŒ ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž ๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž โ‡ฃ โ˜† โ˜† โ˜† โ˜† ๐ŸŒ‘.ยฐ.โ— .  โ˜† โ—โ˜…:.ยธ. โ—. โ˜† . * โ—.ยฐโ˜† โ˜†. โ˜†โ—โ—โ— โ˜… *ยฐโ˜†. โ˜† โ—* โ— ๐ŸŒš โ—ยฐโ˜†. โ˜†โ— *ยฐ .ยฐโ—โ˜†โ—ยฐยฐโ˜†. .ยฐโ— โ˜… * ยฐโ˜†.   .โ—ยธ.โ˜…ยฐโ—โ˜†. .โ— โ˜… ยฐโ˜† โ—.   .โ—*โ—ยฐยฐ โ˜†โ—. . * ยธโ˜…ยฐโ˜† โ—. . *โ—ยธ. โ˜…ยฐ ยฐโ—.   . โ˜… ยฐ ยฐโ˜†โ˜…โ—. .โ—‹: . * .ยฐ ยฐโ˜†โ˜… ยฐ ยฐโ˜†  ยธ..โ˜…ยธ โ— โ˜…. .โ—‹โ˜… . . . โ˜…  ยฐ ยฐโ˜†โ˜… ยฐโ˜† ยธ. โ— โ˜…. .โ—‹ยฐ ยฐโ˜† ยธ. โ— . โ˜…ยฐยฐโ˜…ยฐโ˜† โ˜† โ— โ˜….  .โ—‹ ยฐโ˜† . * โ— ยธ .โ˜… โ˜…ยฐยฐโ˜†ยฐโ˜…โ— โ˜…. .โ—‹ยฐ :.  * โ€ขโ—‹ ยฐโ˜…ยธ โ—โ˜…ยฐยฐโ˜† .โ˜…โ—โ˜…. ๐Ÿ‘€๐Ÿ‘‡ โš ๏ธ DON'T DELETE THIS MESSAGE  โš ๏ธ Ads @Oromoo_inspire โ™จ๏ธ @Jireenya_jaalalaa ๐Ÿ“š Affeerraa Gaarii ๐ŸŒ„ + Subscribers Free Promoter ๐ŸŽ† ๐—›๐—ข๐—ฃ๐—˜ ๐—ฃ๐—ฅ๐—ข๐— ๐—ข ๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ  ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ/๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉs @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    โ€ข @hope_promo
Show all...
โค 5๐Ÿ‘Œ 1
FOORMULAA MILKAA'INAA ๐ŸšถImalli kun imala qabatamaan imalaa jirruudha. Namonni imala kana imalan sansakaawwan (personalities) barbaachisoo ta'an ni gonfatu. Buufanni amma geenye kun maqaa hin baratamne qaba. Garuuu Buufanni kun maqaa hin baratamne qabaatuus yeroo dheeraaf sammuu keenya keessatti yaadatamaa hafa. Buufata kana keessatti foormulaa dinqisiisaa milkaa'ina gonfachuuf nu gargaaru baranna. Wantoonni addunyaa kana irra jiran hundumtuu qabiyyeelee irraa tolfaman xixiqoo of keessaa qabu. Kana jechuun wanti ijaan arginu tokko qabiyyeelee xixiqoo garaa garaatu walitti ida'amee wanticha uume. Haaluma walfakkaatuun, Kaayyoon jireenya keenyaa qabiyyeelee xiqqoo adda addaa of keessaa qaba. Wayitan wanta tokko ilaallu wanticha akkuma inni jirutti waliigala isaa ilaalla moo, qabiyyeelee walitti ida'amanii wanticha uuman addaan qoqqoodnee ilaalla? Xuubiiwwan xixiqqoo hedduun walitti ida'amanii gamoo guddaa tokko uumu. Imala keessatti tarkaanfileen xixiqqoon hedduun walitti ida'amanii kiiloo meetira dheeraa ta'u. Sararaawwan xixiqqoon garaa garaa walitti ida'amanii fakkii ta'u. Haaluma kana fakkaatuun Kaayyoon keenyas qabiyyeelee walitti ida'amanii kaayyicha uuman ofkeessaa qaba. kanaafuu kaayyoon Keenya jireenya nuti jiraannuuf baayy'ee murteessaadha. JOIN๐Ÿ‘‡ @Faana_Milkaaina
Show all...
๐Ÿ‘ 14โค 2๐Ÿ’ฏ 2
AMALOOTA 10 NAMOOTA MILKAAโ€™INNA OLAANAA QABNII.(10 habits of highly successful people. Waan guyyaa guyyaan hojjattu hanga jijjiirtutti jireenya kee gonkumaa hin jijjiirtu. Icciitiin milkaaสผina keetii hojii guyyaa guyyaa kee keessatti argama.โ€ Jireenya kee keessatti nama milkaaโ€™aa taโ€™uuf maalttu na barbaachisa jettee yaadee beektaa? Haayyuun saaykoolojii beekamaan tokkoo akka jedhetti โ€œamala namoota milkaaโ€™inna olaanaa qabanii baruuf waggaa 30 qoradheโ€ jedha. Namoonni milkaaโ€™inna olanaa qaban amala namoonni hin milkoofne irrra adda isaan godhu qabu. Wantoonni isaan guyyarraa guyyatti godhan garagarummaa qabu. Amala namoota milkaaโ€™inna olaanaa qabanii beekuun amala san shaakallee jireenya keenya akkka jijjiiruuf nu garagaara. Jireenya kee keessatti milkaaโ€™inna guddaa yoo barbbade, milkaaโ€™inna barabaaddu argachuuf akkamitti akka aragattu beekuun barbaachiisaadha. Namoonni hedduun milkaaiโ€™inna barabaadan argachuuf maalttu isaan akka barbaachisu hin hubbtan.Barruu tana keessatti amaloota namoota milkaaโ€™iana olaanaa qabanii 10 wajjiin ilaala. Namoonni milkaaโ€™aan sababa amala isaanitiin bakka amma jiran kanatti argaman. Amala jechuun wantoota isaan guyyarraa guyyatti godhan kan isan amala godhataniidha. Nutis amala gaarii ijaaraan jireeenya keenya jijjiiruu fi nama milkaaโ€™inna olaanaa qabu tahuu dandeenya! 1. Ittii gaafatamuummaa fudhatan. Amaloota waroota milkaaโ€™anii keessaa tokko itti gaafatummaa fudhattu. Wanta fedhee jireenya isaanii keesaatti isaan mudattu, jireenya koof kan ittigaafatamummaa kan qabu ana jechuun fudhattu. Nama birattu jireeenya koo jijjiira jedhanii hin taโ€™an. Ati jireenya kee namattu naaf jijjjiira jettee eegdaa? Wanti akka namarra waa eeguu onnee nama cabssu, jireenya namaatirraan dhiibbaa gaโ€™u hin jiru. Kanaaf jireenya keetiif ittigaafatamummaa kan qabu sihi. Namattu jireenya koo jijjira jettee gonkumaa hin yaadin. Jireenya keetiif ittigaafatamummaa kan qabu si maata keeti. 2. Waan afaan isaanitiin jedhan galmaan gaโ€™u. Garagarummaan nama milkaaโ€™aa fi hin milkoofnee, namoonni milkaaโ€™oon waan tokko ni hojjanna yoo jedhan ni hojjattu. namnni milkaaโ€™inna guddaa hin qabne immoo wanta hojjachuu barabaadu tokko hojjachuuf wanta isa hin barabaachine tokko dhiisee hin hojjattu. Fakkeenyaaf tapha kubbaa miilaa tokko ilaalaa yoo jiraate, tapha kana xumuree hojjadha jedha. yeroo xumures amma dadhabee nan rafa jedha. akkanuma utuu jedhuu dhiisa. namoonni mlikaaโ€™an immoo bakkka kamittu wanta hojjachuu barbaadan hojjattu. 3. Yeroo hunda waan haarawa baratan. Amala namoota milkaaโ€™anii keessa kan birraa yeroo huda waan haarawa barattu. Fuuldura isaanitiif of qopheessu. ni dubbisu, namoota isaanii olii waliin hariiroo uumu. Yeroo hunda guddinnaf of qopheessu. 4. Galma irratti xiyyeefatu. Amala namaoota milkaaโ€™anii keessaa inni ijjoon galma isaanitti xiyyeefachuudha. Galmmi jireenya keessatti maalii akka dursa kennittu, essa akka ooltuuf hin olle siif murteessaa. namoonni milkaaโ€™an galama isanitti xiyyeefachuun, karaa galmi isaanii ajaju deemuu. jireenya guyyaa guyyaa isaanitti keessatti galma isaaniitiif hojjatu. 5. Itti fufiinsa qabu. Itti funfiinsa jechuun kaayyoo galmaan gaโ€™aa jettanii yaadan tokko itti xichanii itti fuufudha hanga galmaan gahutti . furtuu milkaaโ€™innaa keessaa tokko wanta qaban itti fuufudha xiqqos haa taatuu wanti guyyaan itti fufnee goonu wali irratti tuulamuun milkaaโ€™inna guddaa taati. ashawaan xixiqqoon bubbeen ooftu tabba guddaa namnni koruu hin dandeenye taโ€™a . wantoonni xixiqqoon itti fufiinsan godhamu milkaaโ€™inna guddaa fidan. 6. XIyyeefannoo qabu. Xiyyeeffannoo jechuun qalbiidhan bakka hojii jirachuu jechuudha. Xiyyeeffannoo malee hojii keenya yoo hojjanne dadhabbiin keenya dachaa taโ€™a. yoo itti xiyyeffannee garuu aniisaa guddaa utuu hin baafne hojii keenyatti milkoofna. xiyyeeffannoon yoo hojjanne aanisaa fi yeroo keenyas utuu of jalaa hin finne xumruu dandeeenya. Kuni amala namoota milkaaโ€™anii keesaa isa ijoodha. @WABIISG @segnigudeta
Show all...
๐Ÿ‘ 12
Warra Milkaa'uu Fedhaniif! Bara keenya kana hedduun waa'ee milkaa'inaa odeessuu danda'a malee milkaa'ee hin agarru! Seenaa kana yoo dubbifte dhugumaan milkaa'inaa jechuun maal akka ta'ee fi akkamiin akka inni argamuu danda'u hubatta! Bara durii namicha tokkotu akka malee milkaa'uu waan fedhuuf akkaataa itti milkaa'an Sooqiraaxesiin gaafate. Sooqiraaxes addunyaa falaasamaa keessatti beekamaa akka inni ta'e isinuu beektu! Yeroo namichi kun waa'ee milkaa'inaa Sooqiraaxes irraa baruu barbaadetti, Sooqiraaxesis akkaataa itti milkaa'an namicha kana barsiisuuf isa fudhatee gara haroo guddaa kuufamaa tokkootti bu'e. Akkuma achi ga'aaniin "milkaa'uu feeta mitii?" Jedhee ammas irra deebi'ee namicha kana gaafate! Namichis "Eeyyeen, jireenya koo keessatti hedduun milkaa'ee of arguu barbaada!" jedhee Sooqiraaxesiif deebise! Isa booda Sooqiraaxes "egaa milkaa'uu feeta yoo ta'e waanan amma sirratti godhu kana obsaan keessa darbi!" jedhee morma isaa qabee mataa isaa hundumaa bishaan keessa buuse.Namichi kunis qilleensa dhabuudhaan hedduu wixxifate. Harka isaatiin Sooqiraaxesiin rurrukutee akka inni bishaan kana keessaa isa baasu itti himnaanis Sooqiraaxes isa dhaga'uu hin barbaanne! Kana booda namichi kun humna isaatti fayyadamee Sooqiraaxes harkaa ba'uu barbaade;isa booda Sooqiraaxes humnaanis namicha waan caaluuf ittuma gadi isa qabe. Yeroo namichi du'a jala ga'etti bishaan kana keessaa isa baase. Achii ba'ee lafaan dha'aamee amma ofitti deebi'utti ciise. Isa booda "maali maaliif kana na goote? Milkaa'inni kanaadhamoo?" Jedhee Sooqiraaxesiin gaafate. Innis deebisee gaaffii isa gaafate "Yeroo bishaan kana keessatti ani si ukkaamse lubbuun kee maal maalfaa hawwite?" Jedhe. Namichis "Lubbuun koo akka malee qilleensa hawwite!" Jedhe. Sooqiraaxesis deebisee "Akkuma lubbuun kee kun dhiphattee qilleensa kana yaaddetti yoo waa'ee abjuu kee fi milkaa'ina kee hin yaaddu ta'e, tasumaa gonkumaa milkaa'ina arguu hin dandeessu" isaan jedhee waa'ee milkaa'inaa sirriitti isa barsiise. Yaa obbolaako, abjuu ofiitti milkaa'uun salphaatti miti! Waaqayyo nama abjuu hin qabne tokko illee hin uumne! Namni garuu kan inni wal caalee hafu, inni tokko waa'eedhuma abjuu isaa fi milkaa'ina isaa odeessudhaan yeroo isaa dabarsa. Namni akkasii abjuu isaa keessaa gumaa tokkittii illee hin argiin hafa. Inni tokkommoo waan abjoote hundumaa hojiitti geeddaruuf halkaniif guyyaa dammaqaa ta'ee irratti hojjeta! Namni akkasii fiixee milkaa'inaa isaa irra dhaabbatee jireenya isaa dachee kana irraa xumura! Milkaahinni qoosaadha ishee hin se'in! Isheen mandara warra qoostotaatii illee fira hin qabdu, mandara sana keessa illee darbitee hin beektu, hammamuu aduun itti dhi'ullee mandara akkasii keessa keessummaa taatees hin bultu! JOIN๐Ÿ‘‡ @Faana_Milkaaina
Show all...
๐Ÿ‘ 20โค 6๐Ÿ‘ 6
WANTOOTA KUDHAN (10) NAMOONNI DU'UUF DEEMAN ITTI GAABBAN: โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ โ Biyya Awurooppaa Hospitaala tokko keessatti Narsoonni (Nurse) dhukkubsattoota wal'aansa ulfaataa irra utuu jiranii dhibeen isaanii akka hin fayyine itti himame irratti qorannoo gaggeessan. Dhukkubsattoonni sun warra akka du'an itti himame garuu immoo Hospitaaluma keessa iddoo "Hospice" jedhamtu akka ciisan godhaman. Wanti isaaniif barbaachisu hundisaa achumatti dhiyaataaf hanga du'anitti; yeroo kana narsoonni isaan san tajaajila namoota kana interview godhuu jalqaban Akkuman jedhe isaan kun warra du'uuf ji'a sadi yookiin ji'a jaha hafeefidha. โ Gaaffiin narsoonni kun gaafatan akkana jedha: "Bara jiraattee keessatti wanti akka malee si gaabbisiisu maali?" Kan jedhudha. Tokko tokkoon irra deemanii interview godhanii wanta isaan hundi jedhan akka armaan gadii kanatti kaa'an: #1. Gammadaa hin turre. Baran jiraadhee guutuu gammadee hin beeku; gammadaa ta'uuf wantoota alarraatin eegaa ture kan jedhan, kana malee miti gammachuuf beellama qaba ture, gaafa makiinaa bitadhe gaafa mucaan kiyya fuudhe, heerume gaafa digrii fudhadhe jechaa jiraachaa ture kun akka malee na gaabbisiisa" jedhan. #2. Beekumsaan of-hin guddisne. Carraa barachuu hedduun qaba garuu barachuu hin dandeenye. Wantoota na barsiisanii fi namoota na barsiisan hedduutu na bira jira garuu ani gara galee hin ilaalle kun na gaabbisiisa jedhan. #3. Ofii koo hin tajaajille. Akka maashinaatti hojjechuu malee qaama kiyya hin tajaajille. Ispoortii hin hojjanne. Nyaata qaamni kiyya barbaadu hin nyaachifne kunoo har'a siree irratti na galche kun na gaabbisiisa. #4. Haaloo fi jibbiinsaanin jiraadhe. Namoota hedduun aarsaa fi arrabsaa jiraadhe. Nama hedduun garaatti qabadhee miidhaa ture. Hiyyeessa hedduun boochisaa ture, namoota hedduu haaloo itti qabadhee akka malee jibbaa ture harโ€™a du'uuf ji'a sadiitu naaf hafe wanta dabruuf jedheen wanta hafu hojjedhe kun akka malee na gaabbisiisa. #5. Namoota osoon gargaaruu danda'uu hin gargaarre. Qabeenya hedduun qaba waan hedduutu harka kiyyarra jira garuu osoon humna qabuu namaaf humna hin taane. Ijoolleen haadhaa fi fira kiyyaa osoo akkan ani gargaaru barbaadduu garuu ani gargaaruu hin barbaanne. Rakkataa ollaa kiyya jiru osoon rakkina isaa arguu akka nama hin argineettin ija cufadhee bira darbee jiraachaa ture. Har'a qabeenya san hunda dhiisee deemuufin deema kun akka malee na gaabbisiisa. #6. Waanin carraaqeef hin beeku. Ganamaa galgala akka addaattin hojjachaa ture. Roobaa fi caama keessa deemee qabeenya taatu fidadhee garuu hiikaa itti dhabe, maaliif akkan dhama'e dhabe, maal akkan dogongore hin beeku, fiiguu malee maalif akkan fiigu hin beeku, addunyaa ari'uu malee waan takka hin agarre, kunoo har'a humna dhabe. Kun akka malee na gaabbisiisa #7. Abjuu kiyyaaf hin jiraanne. Waggaa digdama guutuu waajjira tokko keessan hojjadhe. Company tokko qofaafin umrii kiyya guutuu fixe, garuu homaa na hin gammachiisne. Dhugaadha maallaqa itti argadhe, garuu abjuu kiyya ganamaa jiraachuu hin dandeenye. Kennaa rabbiin naaf kenne ol baasee itti hin fayyadamne akkuman bakka tokkotti hidhamee hojjetaa turetti kunoo irraa deemuuf deema. Kun akka malee na gaabbisiisa. #8. Maatii kiyyaaf yeroo hin kennine. Guyyaa hunda fiiguu malee mana kiyya ol garagalee hin ilaalle! Ijoolleen kiyya akka ani wajjin taphadhu feeti, ani garuu isaaniif argamuu hin dandeenye, hojiidha utuun jedhuu, walgahiidha utuun jedhuu, maatii kiyya irraanfadhe, kunoo har'a utuu isaan hin quufin deemuufin deema. Kun akka malee na gaabbisiisa. #9. Namootaaf jaalala kiyya hin ibsine. Namoota hedduu jaalala kiyya barbaadan akkan jaaladhu itti hin himne, itti hin argisiisne. Haadhaa fi abbaa kiyya wajjin taa'ee jaalala isaan anarraa barbaadan hin kennineef. Hedduutu osoo na dheebotuu akka na dheebotutti kute. Kun akka malee na gaabbisiisa jedhu @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa
Show all...
๐Ÿ‘ 21โค 4๐Ÿ† 4
Repost fromย N/a
ยป Fakkicha Hubannoodhaan Ilaali! โ˜๏ธ              โ˜๏ธ                       ๐Ÿ›ฐ          โ˜๏ธ              โ˜๏ธ      โ˜๏ธ             โ˜๏ธ                                     โ˜๏ธ โ˜๏ธ     โ˜๏ธ โ˜€๏ธ              โ˜๏ธ             โœˆ๏ธ โ˜๏ธ              โ˜๏ธโ˜๏ธ  โ˜๏ธ      โ˜๏ธ           ๐Ÿš      ๐Ÿ“ก โ˜๏ธ ๐Ÿก๐Ÿฌ๐Ÿฅ๐Ÿก๐Ÿญ.    ๐Ÿจ๐Ÿฃ๐Ÿฆ                      / | \      _๐Ÿš‚๐Ÿšƒ  /   |   \ ๐Ÿšฉ___        ๐Ÿ‘ฌ๐Ÿšฆ /    |     \ ๐Ÿšฆ๐Ÿšถ         ๐ŸŒณ   /      |        \  ๐ŸŒณ               /        |          \    ๐Ÿ         ๐ŸŽก      ๐ŸŒณ  /  ๐Ÿš”   |  ๐Ÿš”     \ โ›ฝ๏ธ       ๐ŸŸ           /            |             \   ๐ŸŒต /      ๐Ÿš–   |  ๐Ÿš˜          ๐Ÿšด       /                |       ๐Ÿš”     \     /         ๐Ÿš    |                   \   /                    |                     ยป Konkolaataa diimaa fakkicha irra jiru tuqii garam akka deemu ilaali! Itti Gammadda! Hope Just ยซJOINยป Now! Affeerraa Gaarii ๐ŸŒ„ + Subscribers Free Promoter ๐ŸŽ† ๐‘บ๐’‘๐’๐’๐’”๐’๐’“๐’†๐’… ๐’ƒ๐’š: ๐—›๐—ข๐—ฃ๐—˜ ๐—ฃ๐—ฅ๐—ข๐— ๐—ข ๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ  ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ/๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉs @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    โ€ข @hope_promo
Show all...
๐Ÿ‘ 8โค 1
๐— ๐—”๐—”๐—Ÿ๐—Ÿ๐—”๐—ค๐—ก๐—œ ๐—ก๐—”๐— ๐—” ๐—›๐—œ๐—ก ๐——๐—จ๐—ฅ๐—ข๐—ข๐— ๐—ฆ๐—จ โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ โถ. Maallaqni meeshaadha malee galma miti. Maallaqni mala kaayyoo tokkoof malee mataa isaatiin kaayyoo miti. Wantoota gurguddoo galmaan gaโ€™uuf itti fayyadamuu ni dandaโ€™ama, garuu furtuu gammachuu ykn guutummaa hin taโ€™u. โท.Qabeenyi dhugaan qarshii qofa miti. Qabeenyi dhugaan wantoota akka fayyaa, hariiroo fi miira kaayyoo of keessatti qabata. Wantoonni dhuguma gammachuu fi guutummaa si taasisan kana. โธ. Furtuun milkaaโ€™ina maallaqaa, beekumsaa fi hojii cimaa dha. Maallaqni sitti dhufa jettee teessee qofa eeguu hin dandeessu. Waaโ€™ee faayinaansii barachuuf fedhii qabaachuu fi kaayyoo kee galmaan gaโ€™uuf cimtee hojjechuu qabda. โน. Yaadni kee barbaachisaa dha. Akkaataan ati waaโ€™ee maallaqaa itti yaaddu milkaaโ€™ina maallaqaa kee irratti dhiibbaa guddaa qabaata. Yoo yaada gadhee qabaatte carraan kufaatii kee guddaadha. โžŽ. Karoora qabaachuu qabda. Yeroo faayinaansii kee ilaaltu qofa baallee hin godhin. Taa'ii akkaataa kaayyoo kee galmaan ga'uuf itti deemtu karoora baafadhu. โž. Naamusa qabaachuu! Maallaqa yoo ilaalle karaa irraa maquun salphaadha. Milkaaโ€™uu yoo barbaadde garuu naamusa qabaachuu fi karoora kee irratti cichuu qabda. โž. Deebisii kenni! Milkaaโ€™ina maallaqaa argachuuf karaaleen gaariin tokko namoota biroof deebisanii kennuudha. Yeroo nama gargaartu ofis gargaaraa jirta. โž‘. Balaa fudhachuu hin sodaatinaa. Wantoota gurguddoo galmaan gahuu yoo barbaadde balaa fudhachuuf fedhii qabaachuu qabda. Garuu of eeggannoo hin godhinaa jechuu miti. Balaa shallagame kan ati itti amantu fudhadhu. โž’. Obsa qabaadhu! Milkaaโ€™ina maallaqaa argachuuf yeroo fudhata. Hatattamaan bu'aa yoo hin argiin abdii hin kutatin. Cimtee hojjechuu qofa itti fufi dhumarratti galma kee bira ni geessa. โž“. Waaqayyoon amanadhu! Waaqayyo akka ati milkaa'u barbaada. Yoo Isa amanattee fi seera buโ€™uuraa isaa hordofte, Inni galma maallaqaa kee galmaan gaโ€™uuf si gargaara. โœง Wษ‘ษ‘n beektษ‘nii fi dubbistษ‘n dhษ‘lootษ‘ษ‘f dษ‘bษ‘rsษ‘ษ‘. Wษ‘liin bษ‘rษ‘nnee wษ‘liis hษ‘ษ‘ bษ‘rsiifnu!        Gฮฑโ„“ฮฑั‚ฯƒฯƒะผฮฑฮฑ!!!         ฮฅั”ส€ฯƒฯƒ Gฮฑฮฑส€ฮนฮน @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa
Show all...
๐Ÿ‘ 9โค 2๐Ÿคฉ 2
..Napoliyon hill -iccitii namni tokko ittiin milkaa'uu danda'u akkana ja'e dubbata "namni tokko mo'ataa ta'uuf amala Inni qabaachu qabuutu Jira innis ๐Ÿ‘‰dhugumaan Waan barbaaddu San beekuu ๐Ÿ‘‰murteessuu fi murtee San hojiirra olchudhaf fadhii olaanaa ummachuudha" Wantoota sadeen kana waliin yoo qabaanne jiruu keenya karaa barbaannee ofudhaaf marii harkaan qabanne jechuudha. Irra hedduun keenya Waan jiruu keenya keessatti barbaannu hin beeknu, osoo beknehu murteessuun nutti jabaata, maalif? Jijjiirama Waan sodaannufii? Bakka har'a irra jirru kanaan wan Wal barreefii? Waan bor dhufuu taa'u Waan hin beeknefii? Namoonni biraa galma hin ga'u, hin ta'u Waan nun je'anifii? Humna teenya namni biraa nuf himee wan hin beeknefii? Ykn kufaatii sodaanetii? Hundi keenya sababa qabna, sababoonni kunnen garuu mismaara bakkuma jirrutti nu hambisuf nutti dhahamu jechuudha. Kufaatii keenyaf sababa hanga kannineti bakka yaanne San hin geenyu, sababni isaatis sodaan keenya kan jijjiiramudhaa sababa biraa uumuu wan hin dhaabnef. Addunyaa kana irraa gaafa deemte maalin yaadatamuu barbaadda? Sanuu jiruu takkittii gabaabduu debite hin arganne tanatti Maal godhu filatta? Maal jijjiiruu barbaadda? Hojii feetu fi si gammachiistu hojjechudhaa? Barachuudhaa? Araada gadhee dhisudhaa? Hojii eegalte xumurudhaa? Namoota jaalattuf jirachuudhaa? Mo Maali? Abjuu kee jiraachuu yoo dadhabde, jiruu kee guutuu Abjuu nama biroo Dhugoomsuf akka hojjettu amanu qabda. Lakki Abjuu kiyyan Dhugomsuu filadha yoo jatte ammoo Wantoota sadeen kana yaadadhu :- 1โƒฃWaan barbaaddu beeki 2โƒฃmurteessi 3โƒฃjijjiiramuf fadhii qabaadhu Nama hundumattuu bakka guddaa akka hin geenye sababoota gufuu nutti ta'uu danda'an hedduutu Jira, garaagarummaan garuu -namni dadhabaan (goowwan) sababootan hidhamee humna isaati gad Yeroo jiraatu. -namni jabaan (aqilli) ammoo rakkoo fi gufuu sababa kufaatii bakka godhurra, kan duraa caalaa ofii isaa itti jabeeffata, karaa isarraa Wanti Isa dhaabu tokkollen hin jiru, namni tokkollen kaayyoo isaanirraa if Duuba hin deebisu. โœง Wษ‘ษ‘n beektษ‘nii fi dubbistษ‘n dhษ‘lootษ‘ษ‘f dษ‘bษ‘rsษ‘ษ‘. Wษ‘liin bษ‘rษ‘nnee wษ‘liis hษ‘ษ‘ bษ‘rsiifnu!        Gฮฑโ„“ฮฑั‚ฯƒฯƒะผฮฑฮฑ!!!         ฮฅั”ส€ฯƒฯƒ Gฮฑฮฑส€ฮนฮน @Faana_Milkaaina
Show all...
๐Ÿ‘ 20๐ŸŽ‰ 1