Ambo University Muslim Students Jama'a
Open in Telegram
This is Official telegram channel of AUMSJ.
Show moreThe country is not specifiedReligion & Spirituality167 117
443
Subscribers
-124 hours
+27 days
+2730 days
Posts Archive
Waa Sadi(3) tasa hin dhiisiin!
1. Rabbiin galateeffachuu hin dhiisiin, dabaltee dhowwatamtaa, { لَئِنْ شَكَرْتُمْ لَأَزِيدَنَّكُمْ }
2. Istigfaara(Dhiifama) Rabbiin gaafachuu hin dhiisiin, ulaa Najaa bahiinsaa sirraa cufamaa. " وما كان الله معذبهم وهم يستغفرون "
3. Du'aa'ii hin dhiisiin, Qeebaltii sirratti haraameffamaa, {وَقَالَ رَبُّكُمُ ادْعُونِي أَسْتَجِبْ لَكُمْ}
Yaa Rabbi Shukrii kee, Istigfaara fi Du'aa'ii nuuf laaffisi !!
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Madda...FB.Shuayib Shemsu irraa!
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
JION US
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://t.me/AUMSJ2023
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Baga gammaddan joolleen tenya hundi kessan
Thanks to Allah I would like to congratulate you all of those our jama'a members brother and sisters
congratulations 👏 👏💐💐💐💐💐💐 Congratulations on your passing exam well done your efforts has paid off we are proud of you
AUMSJ Amir
Soora Qalbii!!
Have nice Jum'a...
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://t.me/AUMSJ2023
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
عيد مبارك عيد سعيد لكم ولكل الاسلام في العالم تقبل الله منا ومنكم صالح الاعمال
On this blessed day of Arafa, I extend my warmest wishes to you and your loved ones. May Allah in this day bring you immense blessings, forgiveness, and peace.
As we stand on the brink of Eid, let us reflect on the significance of Arafa and the mercy it brings. May our prayers be answered, our hearts be purified, and our spirits uplifted.
✍️From AUMSJ Amir.
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
ነገ በሚካሄደው የ#GC well Go ፕሮግራም ላይ እንዳትቀሩ። ሱፋችሁን ለብሳችሁ ዝንጥ ብላችሁ እንድትመጡ የፎቶ ስነስርዓትም ይኖረናል ኢንሻአላህ።
©️ Sadam ,
AUMSJ Amir
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
guyyaa boru inshallah GC well
go program irra akka hin hafne suufa khessan uffaadha kootta Sagantaa fotoolle ni qabna
Repost from N/a
Dawaa Qalbii!!
#Qur'aana!!
Gaaffii kana nafsiyyaa keenyaaf dhiyeessinee beeknaa laata⬇️⬇️⬇️⬇️
📌 Habiibii Qur'aana Rabbii woliin Hariiroon kee akkami?
📌Yeroo soomanni dhufe qofa qaraataa laata?
📌 Karoora kee guyyaa hunda baafattu keessa Qur'aanni jiraa?
Deebii isaa wolumaan haa deebifnu!!
🤲Yaa Rabbi, Kan guyyaa borii Ragaa nuuf ba'u male Kan Ragaa nurratti ba'u hin taasisin Inshaa Allah!
☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️
Halkan Juma'aa kayrii isiniif haa ta'u!!
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
✍️ Da'wa sector of AUMSJ
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓
ለአምቦ የኒቨርሲቲ ሙስሊም ተማሪዎች በሙሉ፦
🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓
በአምቦ ዩኒቨርሲቲ ሙስሊም ተማሪዎች ጀመዓ በየአመቱ የሚዘጋጀው ደማቁ የ #WELLGO ፕሮግራም የ2016 ተመራቂ ወንድምና እህቶችን የምንሸኝበት ቀን እነሆ ደረሰ።
🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓
Barattoota Muslimaa Yuunivarsiitii Amboo hundaafuu፦
🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓
Jamaa barattoota muslimaa Yuunivarsiitii Amboo kan qophaa'u sagantaan #WELLGO obboleewwan keenya bara 2016 eebbifaman itti gaggeessinu gahuuf guyyoota muraasatu hafe.
🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓
📅 SATURDAY 24/09/16
⏰2:30AM(LT)
📌FAT'H Masjid
Repost from N/a
Screenshot gootanii as irratti share gochuu hin dagatinaa!
Maqaa keessanis yoo haquu baattan homaa Rakkoon qabu...maatii waan taaneef kakka'umsa woliif taana Inshallah!!
Rabbiin niyyaa keenya ilaala!
Kanaaf yeroo share gootanu maqaa keessan hin haqinaa!!
Ykn linkii @Kunfaya_kuun kanaan karaa keessaatiin nuuf erguu dandeessu Inshallah.. Rabbiin waliin nuhaa jabeessu Inshaa Allah!!!
Qormaata biyya lachuu Rabbiin nuhaa milkeessu....
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://t.me/GC_Student2016AUMSJ
Repost from N/a
Maasha Allah...
Rabbiin waan sodaatte hunda najaa sihaa baasu...
Qormaata biyya lamaanuu Rabbiin sihaa Milkeessu!
nama kophaa isaa Masjiida Rabbii ijaaru sihaa taasisu!
Waan jabaate hunda Rabbiin siif haa laaffisu!
Worri kaanis jabaadhaa Rabbiin nurraa haa jaallatu inshallah!
Haga kamisaatti waan ta'eef keessa buufadhaa!
Sheekni wolitti qabanii du'aayii nuuf haa gadhanu inshallah!
Rabbiin dhoksee siif haa keennu...
Worra dhoksani sadaqatan Kan Bor qabbana arshii dhaabbatan irraa sihaa taasisu Inshallah!
Worra Ashaabul kaaf irraa sihaa taasisu Inshallah!!
Qormaata biyya lamaanuu sihaa milkeessu!!
Worri kaanis jajjabaadhaa!
Hanga kamisaatti waan ta'eef..
Hanga Rabbiin isiniif laaffise as darbadhaa!!
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://t.me/GC_Student2016AUMSJ
Namni hirmaachuu fedhii qabdan keessumaayyuu worri bara darbe Eebbifamtan hirmaadhaa isiniif carraa gaariidha...bara darbe Rakkoo garaagaraa keessa waan turtaniif hojechuun isiniif hin mijanne!
kottaa Barana maqaa walta'insa GC 2015 with 2016tiin waan tokko lafa keenya Isiniin jechaa jiru obboloonni keessan...
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://t.me/GC_Student2016AUMSJ
Anis Obboleessa Koo biraa hin hafu!
Torbaan dhufu Qar.300 Nan Kenna inshallah!!
Ammaaf Qar.200 dabarseen jira!
Masjiida keenyaaf Haga humna keenya ni gumaachina! Yoo waltaane Hulaa qofa osoo hin taane masjiida wolakkaa kuuffaaraatti nujalaa dhaabbate hafe kana ni xumurra Inshallah!!
Repost from N/a
Yaada Dabalataa koree GCotaa irraa!!
Oduu amma nu qaqabe⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
Assalamu Alaikum!!
Akkam Oolte Habiibii?
Torbaan kana keessa Barattoonni GC du'aayii goosifanna jennee sochii xiqqoo eegallee turree...masjiida keenyaafis Haga humna keenyaa Ashaaraa tokko Maqaa GC 2016 lafa keenye bana yaada jedhu qabannee karaa tlgramatin sochii egalleerra waan ta'eef,
Atis keessaa hin dhabin jabaadhu Rabbiin sihaa gargaaruu obboleessa kiyya!
📌Guyyaa : Haga kamisaatti,
📌Qarshii: Haga dandeessan! Koreen GC Kan irratti wolii gale 500(Shan shan) yoo kennine Hulaa tokko ni binna yaada jedhu irratti woliigalame!
Garuu Haga humna keenyaa irraa egalla jechuun Qar.200(lama lama) karaa tlgramatin jalqabnee jirra!
Screenshot gochuu hin dagatinaa!!
📌 Account No.1000583733152
(Fedi,Faysal, Jamal Argoo)
