Dr.Heeraan
Open in Telegram
Telegraama kana irra barnoota garagaraa argatu wa'ee fayya irratti join share godha
Show more371
Subscribers
+224 hours
+97 days
+13230 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
December '24
December '24
+100
in 0 channels
November '24
+336
in 0 channels
Get PRO
October '24
+301
in 0 channels
Get PRO
September '24
+85
in 0 channels
Get PRO
August '24
+149
in 0 channels
Get PRO
July '24
+95
in 0 channels
Get PRO
June '24
+11
in 0 channels
Get PRO
May '24
+10
in 0 channels
Get PRO
April '24
+87
in 0 channels
Get PRO
March '24
+20
in 0 channels
Get PRO
February '24
+21
in 0 channels
Get PRO
January '24
+68
in 0 channels
Get PRO
December '23
+17
in 0 channels
Get PRO
November '23
+241
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 09 December | +11 | |||
| 08 December | +6 | |||
| 07 December | +15 | |||
| 06 December | +30 | |||
| 05 December | +6 | |||
| 04 December | +10 | |||
| 03 December | +11 | |||
| 02 December | +5 | |||
| 01 December | +6 |
Channel Posts
| 2 | DHUKKUBBII DUGDAA (BACK PAIN)
➡️Dhukkubbiin kun kan yeroo gababaa(acute back pain) ykn kan yeroo dheeraa (chronic back pain) ta'uu danda'a. Yeroo baayyee namoota irratti dhukkubbiin dugdaa gara gadittii( lower back pain) mul'atuus, darbee darbee dhukkubbiin dugdaa gara olii(Upper back pain) namoota baayyee muraasa ta'an muudachuu danda'a. Dhukkubbiin kun kan nama muudatu yeroo kutaaleen qaamaa gara duubatti argaman irra miidhaan gaheedha.
Sababa dhukkubbii dugdaaf maaltuu nama Saaxila?
➡️Ulfaatina guddaa ol kaasuu ykn haala hin mijanneen ulfaatina ol kaasuu.
➡️Ulfaatina garmalee guddaa ta'e qabaachuu
➡️Ulfa (pregnancy)
➡️Sochii qaamaa gochuu dhiisuu.( poor physical fitness)
➡️Umrii( older age) dhukkubbiin kun akkuma Umriin dabalaa deemuun carraan rakkoo kana qabaachuu dabalaa deema.
➡️Tamboo aarsuu
➡️Dhukkuboota akka kulkuluu buusaawwan lafee dugugguruu dugdaa (arthritis), kaanserii fi kkf
➡️,Rakkooleen akka dhiphina sammuu hamaa fi aariin hanga tokko nama saaxiluu jedhamee yaadama
YAALAA FI ITTISA
Yeroo baayyee dhukkubbiin kun boqonnaa fudhachuu fi manatti waan sasalphaan of gargaaruun baduu ni danda'a. Yeroo tokko tokko immoo mana yaalatti yaalas barbaachisuu danda'a.
Akkamitti Ittisun danda'ama?
➡️Sosochii qaamaa gochuu, sochiin qaamaa jabinnaa fi qaamni keenya akka salphaatti kottoonfatuu fi diriiru godha.
➡️Nyaata madaalamaa (keessattuu nyaatni kaalsiyeemii fi Vaayitaaminii D dhan badhaadhan, fayyummaa lafee keenyaaf baayyee murteessodha); akkasumas kuduraa fi muduraa.
➡️Tamboo aarsuu dhiisuu
➡️Ulfaatina guddaa qabna yoo ta'e hir'isuu (Ulfaatina madaalawaa qabaachuu)
➡️Yeroo Ulfaatina ol kaafnu;
✅yoo danda'ame haala bira fayyadamuu ykn suuta jennee ol kaasuu
✅yoo olkaasnu Ulfaatina guddaa ol kaasuu hin qabnu *yeroo kaasnu haala mijataa qopheefachuu qabna.
➡️Dhaabbannaa fi teessuma keenya mijeffachuu(yeroo dheeraaf dhaabbachuu, taa'uu fi ciisuun dhukkubbii dugdaa qofaaf osoo hin taane akka waligalaatti fayyaa qaama keenyaaf gaarii waan hin taaneef, haalli hojii keessan kanaaf kan isin saaxilu yoo ta'e gidduu jidduutti dhiisuun boqonnaa fudhachuun sochii taasisuu). Yeroo teessanii fi dhaabbatanis haala dhaabbanna fi teessuma qaamaa mijataa ta'e qopheefachuu qabdu.
➡️Kophee 'flat' fi kan nu hin qabne fayyadamuu (kan Koomeen isaa olka'aa hin taane)
➡️Dhiphina fi Yaaddoo hamaa xiqqeessuu
➡️Dugda hanga danda'ameen sukkumachuu
Yeroo kamii Mana Yaalaa Deemuu Qabna?
➡️Boqonnaa gahaa fudhachuun kan nu hin dhiifne yoo ta'e
➡️Hoo'i qaamaa yoo dabale ( fever)
➡️Dhiitaan dugda duuba yoo jiraatee
➡️Waliittii fufinsaan kan nama dhukkubu yoo ta'e
➡️Dhukkubbiin miilas dabalata yoo ta'e.
➡️Fincaan ykn bobbaa (udaan) too'achuu kan hin dandeenye yoo ta'e
➡️Fincaan fincaa'un kan nama rakkisuu yoo ta'e.
➡️Erga rukkutamanii ykn kufaanii booda yoo ta'e
➡️Miilli kan nama adoodu fi sochoosuun kan hin dandeenye ;akkasumas dhukkubbiin hanga miilatti kan gahuu yoo ta'e
➡️Ulfaatinni qaamaa yoo baayyee kan hir'ate yoo ta'e ( significant unexplained weight loss) fi kkf yoo jiraatan dafnee mana yaalaa deemuu qabna.
Furtuu Fayyaa
https://shorturl.at/tAehc | 235 |
| 3 | Loomiin kuduraa fi muduraa keessaa tokko ta’ee dur irraa kaasee ilmi namaa wanta garagaraaf itti fayyadamaa tureera.
Loomiin yeroo baayyee qabiyyee isaa kan ta’e vaayitaaminii C dhan beekamuus, dabalataan qabiyyee biroo hedduu ilma namaaf faayidaa guddaa qaban albuudota akka; ayiranii, Kaalsiyeemii, Maagniziyeemii, Pootasiyeemii fi Vitaamina biroo hedduu of keessaa qaba.
Faayidaa Loomii keessaa isaan muraasa:-
1, Dandeettin dhibee ittisuu qaamaa akka dabalu taasisun; infeekshiinii baakteriyaa fi vaayirasiin dhufan akka salphaatti hin hubamne ni godha.
2. Fayyummaa onnee eeguu fi rakkoolee sirna marsaa dhiigaa waliin walqabatee dhufu biroo kan akka istirookii / stroke(dhiigni sammuu keessatti dhiiguu ykn itituu) ni ittisa.
3.Ulfaatina qaamaa madaalawaa ta’e akka qabaatan taasiisa.
4.Cirrachi kalee akka hin uumamne ni taasisa
5.Asmii ittisuuf ni gargaara
6.Fayyummaa gogaa fi rifeensaf ni oolaa, shunturuu gogaa balleessuuf ni gargaara
7.Fayyummaa tiruuf, kanaaf tiruu akka xuraawan garagaraa qaama keessaa saffisaan balleessuuf ni garagaraa,
8.Infeekshiini sirna haargansu ta’an kan akka dhukkubbii qoonqoo,biroonkaayitii ittisuuf ni gargaara.
9.Dhukkubbii buusaawwanii fi maashaalee ni hir’isa
10.Qufaa/Utaalloo akka nu hin qabnee ni ittisa ykn yoo qabamnee immoo akka dafnee fayyinnuu ni gargaara.
11.Hir’ina dhiigaa ni ittisa
12.Carraa Kaanserii garagaraan qabamuu ni hir’isaa.
13.Fayyummaa sirna bullaa’insa nyaataa ni eega.
14.Hammi asiidii fi beezii ( PH) qaama keessaa madaalawaa akka ta’u ni taasisa.
15.Dhibee hanqinna Vaayitaaminii Cn dhufuu Iskaarvii jedhamuu( scurvy) fi rakkoo isaan walqabatee dhufu kan akka dadhabbiin namatti dhagahamuu( fatigue), kulkulluu fi dhiiguu irga ilkaanii, dhiiguu hidda dhiigaa xixxiqqoo gogaa keessaatti argamanii, dhukkubbii buusaa lafee, madaan dafee fayyuu diduu fi kkf ni ittisa.
16.Foolii afaanii badaa ta’e ni hir’isa
17.Nyaata bifa garagaraan qophaa’anitti dabalamuun foolii fi dhandhama gaarii akka qabaatan taasisa.
Loomii bifa garagaraan fayyadamuun ni danda’ma, garuu bishaan hoo’aa waliin walitti makuun ganama ganama garaa duwwaatti osoo dhugnee ni filatama.
Loomii garmalee baayi’sanii fayyadamuunis miidhaa fiduu danda’a.
Loomiin asiidii baayyee waan of keessaa qabuuf, Yoo baayisnee fayyadamne miidhaa nurran geesisuu danda’a ykn rakkoolee kanaan dura jiran nutti hammessuu danda’a.
1.Gubaa laphee hammessuu danda’a
2.Afaan madeessuu danda’a
3.Ilkaan keenya miidhuu danda’a. | 206 |
| 4 | DHIIRA DHUGAAN SI JAALATE
☆••••••••••••••••••••••••••••••••••••••☆
👉Yeroo wal quunnamtii gootan iddoowwan fedhii dubaraa kakaasuuf tuqamuu qaban beektuu?
Namootni hin beekne qofti liinkii kana seenuun dubbisaa waan hedduu irraa barattuu kunooti as tuqaa
👇👇👇
https://shorturl.at/tAehc
https://shorturl.at/tAehc
■ Hundumatti si beeksifata !
■ Sirritti si kunuunsa, gammachuu keetif dhiphata !
■ Wanti kee hunduu kan isaatin wal simata !
■ Ati akka kan isaa qofa taatetti si lakkaa'a !
■ Yeruma hunda si jajjabeessa !
■ Ija ija keessa si ilaala !
■ Waa'ee kee sirritti baruu barbaada !
■ Carraa argannan si haammachuu barbaada !ittii fufaa dubbisa
👇👇👇
Yeroo wal quunnamtii gootan iddoowwan fedhii dubaraa kakaasuuf tuqamuu qaban beektuu?
Namootni hin beekne qofti liinkii kana seenuun dubbisaa waan hedduu irraa barattuu kunooti as tuqaa
👇👇👇
https://shorturl.at/tAehc
https://shorturl.at/tAehc
■ Yeroo ijaan walirra buutan itti tola !
■ Si argachuu isaatti nama carraa qabeessa of godhee hundatti odeessa !
■ Namaan yeroo wal si barsiisu miira gammachuutini !
■ Jiruu isaa keessa harki kee akka seenu eeyyama !
■ Isatu yeroo hunda dursee siif bilbila !
■ Yeroo hunda si faana dabarsuu jaalata !
■ Waanuma fedhetti sitti hin hinaafu !
■ Waan ati gaafatte kamiyyuu siif guutuf duubatti hin jedhu !
■ Waan qabu hundayyuu sitti hin hambifatu !
■ Siif jedhee fageenya dheeraa ni imala !
■ Waan fedhe balleessitu muufii malee dhiifaman bira darba !
■ Ilaalchi kee isa biratti iddoo guddaa qaba !
■ Oduu kee hunda seeqee taphata !
■ Waanuma si biratti argame qofaaf gammachuun itti dhaga'ama !
■ Akka hiriyaatti si ilaala !
■ Osoo omaa hin goone callisee suma faana taa'u isaa qofaaf gammada !
■ Kabajaan ofitti si qabata !
■ Uffattee dhiiftee jaalalli isaa sitti hin hir'atu !
■ Si faana yeroo ta'u amala dhugaa isaa agarsiisa !
■ Waan nama biraa biratti taasisu si fuuldurattis ni raawwata !
■ Waan kophaatti si faana taasisu nama birattis hin qaana'u !
■ Guddina kee hawwa !
■ Rakkoo kamiyyuu keessaa si baasuf yeroo kamiyyuu qophaa'adha!
■ Anarra jechuu dhiisee anaa fi si'i jedha !
■ Dhumarra yeroo inni jaalala keen waxalamee harka sitti kennatu akka si jaallate adda baafatta!!
share waliif gochuu dandeessu.
👇👇👇
Yeroo wal quunnamtii gootan iddoowwan fedhii dubaraa kakaasuuf tuqamuu qaban beektuu?
Namootni hin beekne qofti liinkii kana seenuun dubbisaa waan hedduu irraa barattuu kunooti as tuqaa
👇👇👇
https://shorturl.at/tAehc
https://shorturl.at/tAehc | 197 |
| 5 | Fayyaan saalfii hin qabu, gaaffii kana namoonni hedduu waan na gaafataniif.
Qaamni saalaa dhiiraa inni sirrii dheerinni isaaf furdinnisaa hangami?
Qaamni saalaa dhiiraa namaa namatti garaagarummaa kan qabu yoo ta'u qorannoon bara 2015 dhiirota 15,521 irratti godhamee ture akka agarsiisutti giddu galeessaan(yeroo qaamni saalaa dhiiraa ka'uttti) dheerinni isaa 13.12cm, furdinni isaa(marsaa) 11.66cm dha.
Namoonni qaamni saalaa isaanii dheerinni isaa 7cm gadi tahe qaama saalaa dhiiraa xiqqoo (Micropenis) kan jedhamu sababa jeeqamuu hormoonii yeroo ulfaa kan uumamudha.
Namoonni qaamni saalaa isaanii 7cm gadi ta'e yoo sababa jeeqamuu hormoonirraan kan dhufe yoo ta'e Yaaliin hormooniin bakka buusuu nii godhamaaf. Taateen kun namoota 100 keessaa nama 6 irratti argama.
Galatoomaa
Fayyaa hin dhabinaa
Dr.heran oddeeffannoo birof
👇👇👇
https://shorturl.at/tAehc
https://shorturl.at/tAehc | 194 |
| 6 | Jinjibila / Zinjibila /Ginger
👉 https://t.me/Dr_heeraan_2
*********
Keemikaalli "Gingerol" jedhamu kan Jinjibila keessatti argamu, faayidaalee armaan gadii nuuf kenna:
- Feedhii (appetite) nyaataa nuuf dabala.
- Balaqqama (balaqqama konkolaataa keessaa dabalatee) nurraa ittisa.
- Dhukkuubbii marsaa laguu ni hir'isa
- Nyaati garaa keessaa daakamuu dhabuu (indigestion) nurraa eega.
- Vaayiresii qufaa dadhabsiisuun fooyyee nuu kenna.
- Dhukkubbii maashaa keenyaa erga ispoortii hojjannee booda nutti dhufu hir'isa.
- Dhukkuba kulkulfannaa buusaa fi lafee (Ostheoarthritis) jedhamu dhukkubbii isaa xiqqeessa.
- Sukkaara qaama keenya keessaa gadi buusuun dhukkuboota karaa sana dhufan nurraa dhorka.
- Qabiyyee qaamaa yoo baay'ate dhukkuba.
Fuulbarruu kana Follow, like fi share gochuu hin dagatinaa!
******
Fayyaan Faaya
👇👇👇👇👇
https://t.me/Dr_heeraan_2 | 335 |
| 7 | FAAYDAA IRDII
1). Carraa dhukkuba onnee hir'isuu danda'a. ...
2). Mallattoo dhukkuba arthritis ni hir'isa. ...
3). Kaansarii ittisuu danda'a. ...
4). Fayyaa hubannoo ni deeggara. ...
5). Mallattoolee dhiphina sammuu ni hir’isa. ...
6). Ulfaatina qaamaa hir'isuuf gargaaruu danda'a.
7). Alerjii fi dhukkuba asmii fooyyessuu danda'a
8). Tiruu summii balleessuuf gargaara
9). Mataa dhukkubbii fi mataa bowwoo hir'isuu danda'a
9). Dhiiga uumamaa kan qallachisu
10). Fayyaa gogaa ni fooyyessa
11). Akkasumas suphaa tishuu fi walnyaatinsa kolaajinii ni guddisa.
12). Dhiibbaa dhiigaa ni hir'isa
13). Koolestroolii to'achuuf gargaara
14). Infeekshinii vaayirasiitiin dhufu ni yaala
15).Fayyuumma rajiiji ni dabaala
16). Cirraacha hadhooftu ittisuuf gargaara
17). Fayyina dhiigni sammuu keessatti dhangala'uu ni fooyyessa
18). Sirna ittisa qaamaa ni guddisa
19). Uumamaan Ilkaan Adeessuuf gargaara
20). Finniisa Balleessuuf. ...
21). Utalloo/Qufaa balleessuuf
22). Dhukkubbii Hir'isutti Fayyadamaa. ...
Nyaataa kanneen akka ruuza hanqaaquu, baaqelaa, shorba, salaada, dinniicha bilcheefamee fi kuduraalee irratti irdii itti dabaalun fayyadamu
Guyyatti hagami dhuguu qabna? Namni giddu galeessaan guyyaatti irdii 150-250 mg bakka kamittuu nagaan dhuguu danda'a.
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Dr_heeraan_2 | 309 |
| 8 | No text... | 272 |
| 9 | DHIBEE SUKKAARAA
#KUTAA_2FFAA
♨️ Dhibee sukkaaraaf waantota nu saaxilan
1. Sochii qaamaa gochuu dhiisuu
2. Furdina garmalee (BMI >25)
3. Umurii waggaa 45 fi isaa ol
4. Sanyii-Fira dhihoo dhibee sukkaaraa qaban qabaachuu
5. Dhukkuba sukkaaraa yeroo da’umsaa qabaachuu
6. Daa’ima ulfaatina 4 KG ol ta’ee dahuu
7. Dhibee koleestiroolii qabaachuu
8. Dhibee dhiibbaa dhiigaa
9. Tamboo/ sigaaraa xuuxuu
10. Dhibee ovarii qabaachuu...
👉 Namoonni wantoota armaan olitti eeraman tokko illee qaban yoo xiqqaate waggaa sadi sadiin dhibee sukkaaraf qoratamuu (screening) qabu.
♨️Yaala Dhibee Sukkaaraa
➪ Gosa isaa irratti hunda’uun yaalii garagaraa qaba, isaanis
⓵. Yaalii Qorichaan Alaa
Yaaliin kun namoota dhibee sukkaraa qaban kamiyyuu ni fayyada. Isaniis
◍ Sochii qaamaa gochuu- Yoo xiqqaate torbanitti diqaaqaa 150 f sochii qaamaa gochuu
◍ Haala nyaataa sirreessuu-nyaata sukkaara of keessaa qaban fayyadamuu dhiisuu/hir'isuu
◍ Ulfaatina qaama ofii hamma sirrii ta'etti to'achuu
⓶. Yaala Qorichaa
➪ Qorichi kennamu gosa dhiibee sukkaaraa irratti hunda’a,haaluma kanaan
◍ Dhibee sukkaraa gosa 1ffaaf qoricha lnsuuliinii jedhamu liilmoon kennama. ◍ Dhibee sukkaaraa gosa 2ffaaf qorichi bifa kiniinin fi lilmoon kennamu danda’a.
♨️ Of eeggannoo namoonni dhibee sukkaara qaban gochuu qaban
➪ Hordoffi yeroo yeroon mana yaalatti taasisuu.
➪ Hordoffi malee qoricha farmasidhaa bitachuun fayyadamuu dhiisuu.
➪ Qoricha osoo hin dagatiin yeroo isaa eeganii fudhachuu.
➪ Mallattoo yeroo sukkaarri olka’uu fi gad bu’uu beekuun hatattaman yaalamuu.
➪ Yeroo mallatton sukkaaraa gad bu’uu mul’atu wantoota sukkaara qaban yeroof fayyadamu.
➪ Wantoota qara qabanin akka hin warraanamneef of eeggannoo addaa taasisuu fkn luka duwwaa deemuu dhiisuu, kophee nama qabu keewwachuu dhiisuu
➪ Gorsa ogeessaa irratti hundaa’un yeroo yeroon qorannoo dhiibbaa dhiigaa, kalee, ijaa, hidda dhiigaa, kolestiroolii fi narvii taasisuu.
♨️ Dhibee sukaaraan akka hin qabamneef maal gochuu qabna?
Dhibee sukkaaraa keessattu gosa 2ffaan namni kamiyyuu qabamuu danda’a. Kanaaf of eeggannoo armaan gadii gochuu qabna:-
1. Dhibee sukkaaraa duraaf (prediabetes) qoratamuu
2. Dhibee sukkaara dura (prediabetes) yoo qabaanne of eeggannoo namoonni dhibee sukkaaraa gochuu qaban raawwachuu
3. Wantoota dhibee sukkaaraaf nu saaxilan armaan olitti eeraman yoo qabanne qorannoo(screening) taasisuu
4. Guyyaadhaan iddoo tokko taa’aa ooluu hir’isuu fi sochii qaamaa taasisuu (Exercise)
5. Furdina qaamaa hir’isuu
6. Nyaata fayyaa namaaf gaarii ta’an soorachuu fkn nyaata akka coomaa fi kaarbohaydireetii baay’inaan of keessaa qaban hir’isuu; Kuduraa fi muduraa , nyaata pirootiniin badhaadhan soorachuu
7. Yeroo tokkotti nyaata baay’ee nyaachuu dhiisuu
8. Tamboo/Sigaaraa xuuxuu dhiisuu
9. Bishaan ga’aa guyyaadhaan dhuguu
10. Dhiphina (stress) hir’isuu
https://t.me/Dr_heeraan_2 | 356 |
| 10 | DHIBEE SUKKAARAA
#KUTAA_1FFAA
♨️Maalummaa Isaa
➪ Dhibeen sukkaaraa wayita hammi sukkaaraa dhiiga keessatti argamu yeroo dheeraaf hamma barbaachisuu (normal value) ol ta'uudha.
➪Kunis sababa hormoniin insuliinii jedhamu sababa adda addaan xiqaachuu ykn dalagaa isaa sirnaan hojjechuu dhabuun kan uumamudha.
➪ Insuliinin qaama rajijii jedhamu kan garaa keessatti argamuun oomishama.
➪ Dhibeen sukkaaraa nama kamiyyuu qabuu danda’a.
➪ Addunyaa kanarratti namoonni miliyoona 500 ol dhibee sukkaaraa kan qaban yoo ta'u, akka biyya keenyatti namoonni miliyoona 2 ol dhibee kana waliin jiraatu
➪Dhibeen kun dafee yaala hin argatu taanan rakkoo adda addaa namarraan ga'a
Dhibeen sukkaaraa;
👉 miidhama kalee sadarkaa dhumaa,
👉 Jaamina ijaa fi
👉 muramuu miila fiduun sadarkaa 1ffaa irratti argama.
➪ Namoonni miliyoonan lakkaa'aman dhibee kanaa waggaa tokko keessatti lubbuu isaanii dhabu
➪Namni tokko dhibee sukkaaraa qaba kan jedhamu osoo nyaata hin nyaatin(sa'aatii 8 oliif) hammi sukkaara isaa irra deddeebiin 126 mg/dl ol yoo ta'eedha.
♨️Gosoota Isaa
Dhibeen sukkaaraa gosoota gurguddoo 3 qaba,isaanis;
1. Dhibee sukkaaraa Gosa 1ffaa ( Type 1 diabetes mellitus )-Gosti kun sababa hir’ina hormoonii insuliinin kan dhufu yoo ta’u, namoota umuriin isaanii waggaa 30 gad ta’eeratti hedduummaata
2. Dhibee sukkaaraa Gosa 2ffaa (Type 2 diabetes mellitus)-sirnaan hojjechuu dhabuu hormoonii insulinii (insulin resistance) fi hanga tokko hir’achuu hormonii kanan dhufa. Namoota dhibee sukkaraa qaban 90 - 95% gosa kanadha. Irra caalatti namoota waggaa 30 olii irratti argama
3. Dhibee sukkaaraa yeroo ulfaa (Gestational diabetes)-Dhibee sukkaara yeroo ulfaa qofa argamuudha
♨️ Mallattoolee Dhibee Sukkaaraa
➪ Baay’ee dheebochuu ykn amma amma bishaan dhuguu
➪ Fincaan yeroo kaanirra dafee dafee nama qabuu
➪ Yeroo hedduu beela’uu
➪ Ulfaatinni qaamaa hir'isuu
➪ Dadhabbii qaamaa
➪ Madaan dafee fayyuu dhabuu
➪ Infeekshinii garagaraan deddeebi'anii qabamuu
➪ Qulleessanii arguu dadhabuu (namatti duumessaa'uu
♨️Xaxaaleen (Complication) Dhibee Sukkaaran Wal Qabatanii Dhufan
➪Iddoo 2tti qoodamee ilaalamuu danda'a,isaanis
⓵.Xaxalee yeroo gabaabatti dhufan (Acute complication)
➪ Sukkaarri baay’ee dabaluu (DKA/HHS)
➪ Sukkaarri baayee gadi bu’uu (Hypoglycemia)
⓶.Xaxalee yeroo dheeraatti dhufan (Chronic Complication)
1. Dhibee kalee
2. Dhibee ijaa
3. Dhibee narvii
4. Dhibee onnee
5. Istrookii
6. Dhibee hidda dhiigaa
7. Dhibee garaachaa
8. Dhibee qaama wal hormaataa fi kkf
Itti Fufa...
https://t.me/Dr_heeraan_2 | 269 |
| 11 | No text... | 232 |
| 12 | Yeroo Walqunnamtii Saalaa Qaamni Saalaa Dubartii Maalif Iyya?
➲ Yeroo tokko tokko qaamni saalaa dubartii yeroo raawwatamu sagalee dhageessisa. Humnaa ol iyyuu danda'a. Yeroo akka malee iyyummo dhiiratti hin tolu. Ishiitti kolfuiiuyyuu danda'a. Dubartiinis daabboon koo maal ta'eeti akkatti iyya jettee dhiphachuun ishii waan hin oolledha.
➲ Qaamni saalaa dubartii akka iyyu kan godhu keessaa tokko yeroo dubartiin sirritti miira keessa seentuu uumamni qaamni saalaa ishii ni jiijjiirrama. Keesi isaa sirritti bal'achuun (addaan deema), afaan isaa inni alaa immuunoo walitti deema. Yeroo kana qilleensi gara keessatti waan baay'aatuuf yeroo qaamni saalaa dhiiraa itti seenee ba'u sagaleen akka uumamuuf sababa ta'a. Qilleensi keessa jiru alatti ba'uuf deemu afaan isaa waan dhiphaa ta'eef sagaleen kun ni uumama. Akkasumas qaamni saalaa dhiiraa yeroo raawwatamu girgiddaa qaama saalaa dubartii rurukuchuun isaa waan hin oolleef walitti ida'amanii sagalee hin barbaachifne kana uumu.
◈ Sagaleen kana hir'isuuf/balleessuf
✔ Sex poosishiinii jijiiruu : Qaamni saalaa dubartii akka iyyu kan godhu keessaa tokko sex poosishiinii doggystyle jedhamuudha. Yeroo dubartiin gadi jettee harkaan lafa qabattee, inni immoo duubaran raawwatu sagaleen kun akka uumamuuf sababa ta'a. Kanaaf yeroo iyyi nu rakkiseera ta'e kallattii biraatin raawwatanii ilaalun gaaridha.
✔ Ariitii xiqqeessuu : Ammuma saffisaan raawwatamu sagaleen dhaga'amus dabalaa deema. Kanaaf suuta raawwachuun qilleensi keessa jiru akka ba'uuf gargaara.
✔ Qaama saalaa keessa tursiisuu : Qaamni saalaa dhiiraa keessa seensisanii yeroo muraasaf keessa tursiisanii keessa baasanii takka tursiisanii itti deebisuudha. Qaamni saalaa dhiiraa yeroo keessa ture qilleensa keessa jiru akka gara alaatti ba'u godha.
https://t.me/Dr_heeraan_2 | 357 |
| 13 | TAAYIFOOYIDII FI TAAYIFASII
......
👉Lamaan isaanii dhukkuba adda addaati,kan tokko irraa tokkotti ce'us miti!
👉Taayifooyidiin dhukkuba baakteriyaa salmoonellaa taayifee jedhamuun dhufu yoo ta'u,taayifasiin immoo orgaaniziimii rickettsia jedhamuuni
👉Taayifooyidiin bishaan fi nyaata qulqullina hin qabneen yoo dhufu, Taayifasiin yeroo baayyee injiraan irraa nama qaba
👉Mallattoon lamaan isaanii baay'inaan wal fakkaatadha
.....
#Mallatoo
📌Hoo'ina qaamaa(gubaatii) baayye olka'aa
📌Garaa dhukkubbii/ciniinnaa
📌Garaa kaasaa
📌Hooqqisisuu
📌Fedhii nyaataa dhabuu
📌Dhukkubbi mataa
📌Nama qorrisiisuu
📌Dhukkubbii qaama guutuu
........
#Yaala
💊Dhukkubni kun qoricha farra baakteriyaa adda addaa ogeessan ajajame fudhachuun guututti ni fayyama
💊yoo dhukkubichi baayyee hammaataa ta'e mana yaalaa ciisuun qoricha hidda dhiigaan kennamu fudhachuun barbaachisaadha
💊Yerootti yaala hin argatu taanan rakkoo hammaataa amma lubbuu dabarsuutti geessisu fiduu danda'a
#Mala-ittisaa
1.Talaallii fudhachuu
2.Namni dhukkubsatu nyaata akka hin qopheessine gochuu
3.Nyaata duraa fi booda harka saamunaan dhiqachuu
4.Mana fincaanii erga deemanii booda harka saamunaan dhiqachuu
5.Nyaata sirriitti bilcheessanii nyaachuu
6.Bishaan qulqullina hin qabne dhuguu dhiisuu
7.kuduraa dheedhii hin bilchaatin nyaachun dura sirriitti dhiquu
Fayyaa ammas Fayyaa
https://t.me/Dr_heeraan_2 | 305 |
| 14 | HARMA HOOSISUU(BREAST FEEDING)
Fi FAYIDAA ISAA!
Daa'imman dhalatanii ji'oota jalqabaa jahan harma haadhaa qofa; San booda hanga waggaa lamaatti immoo nyaata dabalataa waliin harma haadhaa argachuu akka qaban gorfama.
[Qorichoota ogeessaan ajajamuu irraan kan hafe bishanis tahu fudhachuu hin qaban]
Daa'imman dhalatanii Harma hoosisuun yeroo saatii 1 hin guunne keessatti eegalamuu qaba.
Guyyaatti si'a 8-12( halkanii fi guyyaa dabalatee garaa garummaa sa'atii 2-3tiin) hoosifamuu qabu. fedhii isaanii hordofuunis dabalata hoosisuun barbaachisaadha.
Haadholiin hojiidhaaf da'ima isaanii bira hin oolle,harma elmuun tempiraachara giddugaleessaa 20°c irratti olkaa'uun, da'imman isaanii akka aannan harmaa argatan taasisuun ni danda'ama.
Yeroo baay'ee harma hoosisuun oomisha aannani kan dabaluu fi aannan harmaa haala gahaan akka maddu taasisa. Kanaafuu yeroo yerootti hoosisuu qabdu.
Harma hoosisuun daa'ima fi haadha hoosiftuuf fayidaa ni qaba.
Isaanis:
1. Dandeetti dhibee ittisuu dabala.
Dandeetti dhukkuba ittisuu qaamaa keessatti qooda kan qaban Antibody waan qabuuf Daa'imman dhibeef akka hin saaxilamne gargaara.
Kunis; dhibee akka Asmii, garaa kaasaa, dhibee sukkaara gosa 1ffaa, infekshinii gurraa fi sombaan akkasumas du'a tasaa daaimman kichuu fi kkf ni hir'isa.
2. Soorata daa'immanii filatamaadha.
Aannan harmaa wantoota guddina Daa'immaniif barbaachisan gahaa kan qabuu fi salphaatti mar'umman daa'immaniin daakamuu waan danda’uuf dhibee biroof hin saaxilaman.
Dabalata qabiyyeen isaa yeroo keessa jijjiiramaa waan deemuuf guddina daa'immanii waliin wal simata.
5. Hariiroo(intimacy) haadhaaf daa'imaa ni fooyyessa.
6. Guddina sammuu fayyalessa akka qabaatan gargaara.
HAADHAAF:
7. Dhangala'uu dhiigaa dahumsa boodaa hir'isa.
Dahumsa booda daftee Harma hoosisuu eegaluun haadha tokkoof gadameessi ishee akka kotttonfatuuf gargaara. Kun immoo carraa dhiigni dahumsa booda dhangala'uu ni hir'isa.
2. Dhibeewwan adda addaa hir'isa.
Harma hoosisuun Carraa haati tokko Kaanserii Harmaa, kaanserii Oovaarii fi dhiibbaa dhiigaan qabamuu ni hir'isa
3. Carraa Ulfaa'uu hir'isa.
Harma hoosisuun laguun akka dafee nutti hin dhufne,akkasumas carraa ulfaa'uu ni dheeressa
4. Ulfatina hir'isuuf gargaara
5. Yeroo fi qarshii qusata.
Harma gahaa argataa jiru taanaan maaliin mirkaneeffannaa??
- yeroo hodhan sagalee dhageessisu
- ammaa amma kan hin boonye fi hirriba gaarii rafu
- Fincaan guyyaatti al 6 ol fincaa'u.
- boolii lallaafaa tahe guyyaatti 3-8 kan qabaatan.
https://t.me/Dr_heeraan_2 | 287 |
| 15 | No text... | 297 |
| 16 | Mallattoolee dhukkuba kalee fi Waan gochuu qabnu. 👉 https://t.me/Dr_heeraan_2
*********
1. Naannoo ijaa fi fuulaa, keessumaa ganama ganama dhiita'uu (hiita'uu)
2. Miilla lamaan naannoo koomee dhiita'uu (hiita'uu)
3. Humna dhabuu, fedhii nyaataa dhabuu, maashaan qaamaa nama dadhabuu/caccabuu, yeroo dheeraaf oldeebisuu (balaqqamuu)
4. Fincaan keessa dhiigni jiraachuu (garmalee diimachuu fincaanii), garmalee koffaa'uu/
hoomachaa'uu, hagi fincaanii kan duraanii irra baay'achuu yokaan xiqqaachuu
5. Hirriba rafuu dadhabuu, googaan ofii yeroo mara gogaa (dry) ta'uu fi hooksisuu
Mallattoowwan armaan olii kana yoo qabaattan gara mana yaalaa deemuun fayyummaa keessan mirkaneeffachuuf qoratamuun gaariidha.
*********
Qoratamuun alatti maal gochuudhaan kalee keenya eeggachuu dandeenyaa?
1. Bishaan ga'aa ta'e (litira 2 guyyaatti dhuguu. Yoo fincaan nama qabu yeroo dheeraaf ittisuu dhiisuu
2. Qorichoota analgesics baay'isanii fudhachuu irraa of qusachuu
3. Ashaboo baay'isanii nyaachuu dhiisuu, Nyaata prootina hedduu qabu yeroo mara soorachuu irraa of qusachuu
4. Alkoolii baay'isanii dhuguu dhiisuu fi tamboo tasuma xuuxuu dhiisuu
5. Hirriba ga'aa ofiif kennuu danda'uu fi Infekshinoota xixiqqoo osoo hin tuffatiin yaalamuu
*********
Fayyaan faaya
https://t.me/Dr_heeraan_2 | 333 |
| 17 | Abbootin manaa haadha manaa keessaniif yeroo ulfaa maal gochuu qabdu?
➡️➡️ https://t.me/Dr_heeraan_2
1.Yeroo ulfaa akkasumas da'umsaa booda yeroo muraasaaf amalli haadha manaa keessanii sababa jijjiirama hormoonii irraan kan ka'e jijjiiramuu waan danda'uuf danda'aa ykn obsaa ta'uu qabdu.
2. Haati manaa keessan hordooffi yeroo ulfaa fi kan da'umsa booda akka fudhattu jajjabeessuuf akkasumas yoo isinii mijata tahe waliin deemuun ni jajjabeeffama.
3. Jaalala haadha manaa keessaniif qabdan walitti fufinsaan ibsuufii qabdu
4.Yeroo ulfaa gara jalqabaa fedhiin saal-qunnamtii ni hir'ata ji'a 4 booda nii dabala. Kanaaf fedhii lamaan isaanii irratti hundaa'ee yoo raawwattan rakkoo waan hin qabneef wal hubachuu qabu.
5. Wayita ciniinsuu fi da'umsaa ishee waliin turee jajjabessuu irraanfachuu hin qabu.
Kana malees dabalataan erga deessee booda fedhiin isheen walquunnamtii saalaaf qabdu waan hir'atuuf hanga isheef mijatuutti obsuufii qaba, jaalala isaas hir'isuu hin qabu.
Fayyaa hin dhabinaa
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Dr_heeraan_2 | 299 |
| 18 | Fedhii wal quunnamtii saalaa fooyyessuuf:
**********
☑️.Sochii qaamaa idileen hojjechuu,
☑️.Nyaata madaalamaa nyaachuu,
☑️.Hariiroo fayyaalessa qabaachuu,
☑️.Dhugaatii alkoolii, caatii fi tamboo hir'isuu ykn dhaabuu,
☑️.Hariiroo jaallee ykn haadha /abbaa warraa ofii waliinii haaromsuu,
☑️.Dhiphuu/Yaaddoo hir'isuu,
☑️.Dhibee mukuu ykn gaddabbuu, sukkaaraa, onnee/dhiibbaa dhiigaa fi kkf yaala barbaachisu fudhachuu,
☑️.Dawaa/qoricha dhibee biroof fudhatan yoo jiraate ogeessa mariisisuu,
☑️.Ulfaatina hir'isuu,
☑️.Hirriba boqonnaa qabuu fi ga'aa ta'e rafuu,
☑️.Gara mana yaalaa deemanii illee yaala argatuun ni danda'ama,
☑️.Yaadoota hir'atoo (negative) saalquunnamtii irratti qaban fooyyessuu,
☑️ Waantoota akka dhidhibbaa qaamaa (massage) gargaaramuu.
Galatoomaa! Fayyaan faaya! Fayyaa ta'aa!
©️ Dr. Firomsa Jibril
👇👇👇👇
https://t.me/Dr_heeraan_2 | 311 |
| 19 | No text... | 284 |
| 20 | Faayidaalee Qullubbii adii
========!!!!!==========
1. Dhibee biroonkaayitii cimaa ni fayyisa
2. Dhibee asmiif
3. Dhibee gogaa qaama keenyaaf
4. Dhibee mar'ummaan keenyaaf
5. Dhibee dhiitoo fi dhullaaf
6. Dhibee kintaarootiif
7. Dhibee buusaa qaamaaf
8. Madaa ni qoorsa
9. Dhabiinsa hirribaa ni hir'isa
10. Qaamni keenya dhibee akka dandamatuuf
11. Miira dhukkubbii ilkaanii ni hir'isa
12. Dhibee shukkaaraa ni salphisa
13. Fedhiin nyaata keenyaa akka banamuuf ni gargaara
14. Itita dhiigaa ni hambisa
15. Dafanii dulloomuu ni hir'isa
16. Raammoo garaa keessaaf ni fayyada
17. Qufaa daa'immanii adda hin citne ni fayyisa
18. Nyaatni akka daakamu taasisa
19. Babal'ina Kaanserii Piroostireetii ni dhorka
20. Kaanserii harmaa fi buubbuu (anus) ni dhowwa
21. Kaanserii hadhooftuu ni dhorka
22. Tatamsa'ina kaanserii kooleenii jedhamu ni dhowwa
23. Seelii (Metabolism) ni dadammaqsa
24. Madaa malaa makate ni fayyisa
25. Dhibee sombaa(TB) ni yaala
-----
Galatoomaa
Share Follow
https://t.me/Dr_heeraan_2 | 323 |
