en
Feedback
Maths Group11

Maths Group11

Open in Telegram

The main purpose of this channel is to: 1. Print various Maths questions. 2. Publishing various books. 3. Print various short notes. Share it with your friends! Hirriyyoota keessaniif share godha!

Show more
5 051
Subscribers
+724 hours
-207 days
-5430 days
Posts Archive
photo content

Hanan Naji Ahmed 649 Congra sis nu boonsite jirta hayaa☺️ Akka biyyaatti qabxii olaana fidde.

#Kutaa_12ffaa Ministeerri barnoota firiin qormaata biyyaalessaa sa'a 1:00 irratti ifooma jechuun beeksisee turus hanga yoonaa barattoonni firii isaanii ilaallachuu hin dandeenye. Gadhiifamuu firii barattootaa hordofaa kan jirru yommuu ta'u akkuma gadhiifameen kan isin beeksisnu ta'a. @maths_group11 @maths_group11 @maths_group11

#Bu'aa Tajaajilli madaallii barnootaa fi qormaata, Barattoonni Bu'aa qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Kibxata 29/01/2016 ganama sa'aatii 1:00 irraa eegalee bu'aa isaanii ilaaluu ni danda'u jedheera. Barattoonni bu'aa isaanii filannoowwan armaan gadii 3 #qofa fayyadamuun ilaaluu danda'u . 👉Marsariitii irratti: eaes.et 👉Ergaa barreeffama gabaabaa: 6284 👉 Telegiraamii: @eaesbot Filannoo armaan olitti ibsameen alatti karaaleen bu’aa gabaasuu biroo akka hin jirre tajaajilichi beeksiseera. Barattoonni gowwoomsitoota walfakkeessuun "bu'aa isin ilaalchifna" kan jedhan kamirraayyuu akka of eegan akeekkachiiseera. Inistiitiyuutichi bu'aa agarsiisuuf kaffaltii tokkollee akka hin gaafanne hubachiisaniiru. Bu'aa isaa akkamittan ilaaluu danda'u? Marsariitii irratti ilaaluuf: 1. Marsariitii eaes.et ka'na tuqi. 2. Itti aansuudhaan fuula itti aanu irratti lakkoofsa galmee (Registration number) fi maqaa jalqabaa barreessi. 3. "Check Result" cuqaasuun bu'aa keessan argachuu dandeessu. ergaa barreeffama Gabaabaan: 1. Lakkoofsa galmee (Registration number) kee 6284 irratti barreessanii al tokko qofa erguun deebii eeguudha. Karaa Telegiraam bootiidhan: 1. @eaesbot jechuun barbaadi 2. Filannoo mul’atu hordofuun lakkoofsa galmee (Registration number ) galchuun deebii eeguudha. Share gochuu hin dagatinaa @maths_group @maths_group @maths_group

If you want to pass an exam, you must read your book every day!

''Manneen barnootaa 3,106 barattoota qormaataaf dhiyeessan keessaa manneen barnootaa 1,328 keessatti barataan tokkoyyuu hin dabarre'' jedhan Piroofeesar Birhaanuun.

Barattoonni filannoowwan armaan gadii fayyadamuun qabxii keessan boru ganama sa'aatii 12:00 irraa jalqabuun ilaallachuu dandeessu! 1. https://eaes.edu.et/ 2. @EAESbot 3. SMS 6284

Qabxiin boru ganama sa'aatii 12:00tti akka ifoomu ibsameera!!

#Kutaa_12ffaa Walumaagalatti ibsa ministeera barnootaa guyyaa har'atiin. 🔬Walumaagala barattoota bara 2015 qoraman keessaa dhibbeentaa 3.2 qofatu qabxii dhibbeentaa 50 fi isaa ol argate. 🔬Barattoota 845,677 qormaata Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaa fudhatan keessaa barattoota 31,224 qofatu qabxii dhibbeentaa 50 fi isaa ol galmeesse. 🔬Sagantaan sirreeffamaaf (Remidial) barattoota kuma 160'f ni kennama. 🔬Manneen barnoota  3,106;  keessaa manneen barnootaa kuma 1 fi 328 irraa barataan tokkolle darbuu hin dandeenye. 🔬 Qabxii olaanaa bara 2015 Saayinsii Uumamaan galmaa'e Barattuu durbaan Finfinnee mana barnootaa Kiruuz irraa 649 . 🔬Saayinsii Hawaasaan qabxii guddaan galmaa'e dhiiraan 533 Debremarqoos irraa. ✅✅✅✅✅✅✅ @maths_group @maths_group

What is the sum of first five odd natural numbers?
Anonymous voting

The average of X, Y and Z is 14. Twice the the sum of Y and Z is 30. What is the value of X?
Anonymous voting

​​Bu'aan qormaata kutaa 12ffaa  kan bara 2015 boru ifooma. ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ ☆☆☆☆★☆☆☆☆☆☆☆☆ Fulbaana 27/2016(Ministeera Barnootaa)Bu'aan Qormaata  Kutaa 12ffaa guyyaa boruu ni ifooma.  Kanumaan walqabatee Ministeerri Barnootaa guyyaa boruu Adoolessa 28, 2016 waaree booda sa'aatii jahatti ibsa gaazexeessitootaaf ni kenna. Barattoonnis odeeffannoo sirrii fuula Ministeera Barnootaa irraa akka hordofan ni beeksifna. የ2015ዓ.ም የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና ውጤት ነገ ይፋ ይሆናል። መስከረም 27/2016 ዓ/ም (የትምህርት ሚኒስቴር) የ2015ዓ.ም የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና ውጤት ነገ ይፋ ይሆናል። በዚህም ዙሪያ ትምህርት ሚኒስቴር ነገ መስከረም 28/2016 ዓ.ም ከ ቀኑ ስድስት ሰዓት ላይ ጋዜጣዊ መግለጫ የሚሰጥ ይሆናል። ተማሪዎችም ትክክለኛውን መረጃ ከትምህርት ሚኒስቴር ገፆች ላይ እንድትከታተሉ እናሳውቃለን።

Uummanni biyya keenya hundumti keessanuu Baga Ayyaana Faajjii tokkummaa fi Obbolummaa kan ta'e Ayyaana Irreechaan isin gahe Ayyaana Irreechaa gaarii

If 25a+25b = 115 then what is the average of a and b
Anonymous voting

What is the domain infinite sequence?
Anonymous voting

Repost from Barattoota oromoo
G10-Physics-STB-2023-web.pdf9.98 MB

Repost from Barattoota oromoo
+9
G10-Biology-STB-2023-web.pdf11.70 MB

Grade 10 student textbook

"Bu'aan qormaataa hanga ammaatti hin ifoomne" - Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaata Bu'aan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2015 hanga ammaatti akka hin ifoomnr Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaata beeksise. Barattoonnii fi maatiin barattoota hundi obsaan akka eeggatan gaafateera. Barattoonni torban lama dura sababa nageenyaa fi sababoota birootiin qormaata hin fudhanne qormaata isaanii akka fudhatan ni beekama. Bu'aan qormaata barattoota kanaas barattoota ji'a Adolessaa 2015 qorataman waliin ifoomaa jedhameera. Qondaalli olaanaa tajaajilichaa "bu'aan barattoota kutaa 12ffaa dhuma baatii Fulbaanaatti ifoomuu ni mala" jechuun isaa kan yaadatamuudha.