Maths Group11
前往频道在 Telegram
The main purpose of this channel is to: 1. Print various Maths questions. 2. Publishing various books. 3. Print various short notes. Share it with your friends! Hirriyyoota keessaniif share godha!
显示更多5 080
订阅者
-624 小时
-77 天
-4630 天
帖子存档
5 080
"Bu'aan qormaataa hanga ammaatti hin ifoomne" - Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaata
Bu'aan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2015 hanga ammaatti akka hin ifoomnr Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaata beeksise.
Barattoonnii fi maatiin barattoota hundi obsaan akka eeggatan gaafateera.
Barattoonni torban lama dura sababa nageenyaa fi sababoota birootiin qormaata hin fudhanne qormaata isaanii akka fudhatan ni beekama.
Bu'aan qormaata barattoota kanaas barattoota ji'a Adolessaa 2015 qorataman waliin ifoomaa jedhameera.
Qondaalli olaanaa tajaajilichaa "bu'aan barattoota kutaa 12ffaa dhuma baatii Fulbaanaatti ifoomuu ni mala" jechuun isaa kan yaadatamuudha.
5 080
Let R be a relation defined by R= {(x,y):y= x²-2 and x an element of {0,2,3,4,5}} then what are the range of R?
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
