Nuraddin Sham - FHS
Seera wallaaluun itti gaafatamummaa seeraa jalaa nama hin baasu! Ignorance of law does not excuse!
Show more📈 Analytical overview of Telegram channel Nuraddin Sham - FHS
Channel Nuraddin Sham - FHS (@nuraddinfhs) is an active participant. Currently, the community unites 11 658 subscribers, ranking 735 in the Law category and 2 887 in the Ethiopia region.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 11 658 subscribers.
According to the latest data from 06 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 74 over the last 30 days and by -1 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 30.57%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 12.50% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 3 564 views. Within the first day, a publication typically gains 1 457 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 6.
📝 Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“Seera wallaaluun itti gaafatamummaa seeraa jalaa nama hin baasu!
Ignorance of law does not excuse!”
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 07 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Law category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 08 September | +3 | |||
| 07 September | +4 | |||
| 06 September | +1 | |||
| 05 September | 0 | |||
| 04 September | +4 | |||
| 03 September | 0 | |||
| 02 September | 0 | |||
| 01 September | +1 |
| 2 | Namni kamiiyyuu waraqaa ragaa mirkaneessa gahumsaa, sanada bittaa fi gurgurtaa, nagahee kaffaltii tajaajila adda addaa, hayyama hojii daldalaa ragga’ee fi waraqaa darbiinsaa qabachuu osoo qabu, ragaalee kanneen yeroo sanatti harkatti osoo hin qabatin oomishaalee qonnaa kan geejjibe yookiin iddoo tokko irraa gara iddoo biraatti kan oofe yookiin kan geesse yookiin sanada yeroo tokko ittiin geejjibeen yeroo tokkoo ol geejjibee yoo aragame, oomishaaleen gochi seeraan alaa irratti raawwatame dhaalamuun akkuma jirutti ta’ee, hidhaa cimaa waggaa sadi hin caallee fi adabbii maallaqaa qarshii 50,000.00 hin caalleen ni adabama. | 1 566 |
| 3 | Share MOOJULA IJAARSAA FINAL 2017 Tdocx.pdf | 1 502 |
| 4 | Share Moodeela_Dambii_bulmaataa_yuuniyeenii_itti_fayyadamtootaa.doc | 1 655 |
| 5 | Share Presentation mirkaneessaa sanada caalbaasii 1.pptx | 1 669 |
| 6 | Share Guca Wabii Dorgomtoota Diploomaafi Sertifikeetii.docx | 1 621 |
| 7 | No text... | 2 242 |
| 8 | #Hub: armaan olitti lakk 1 jalatti "A "hanga "VI" kan tarraa'e Labsii gibira galii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Labsii lakk 202/2009 Raawwii keewwata 61 keewwata xiqqaa 1 (a) (ii), (iii), (iv) fi (vi) jalatti armaan olitti kan tarraa'an jechuudha Qajeelfama Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa Naannichaa baasuun daangaan taasisuun akka danda'amu tumee jira.Maddi barruu: Labsii Gibira galii Naannoo Oromiyaa labsii lakk 202/ 2009. yaada qabdan nuuf qoodaa galatoomaa | 2 065 |
| 9 | #Galii_Gibira_Galii_Irraa_Bilisa_Ta’e
↪1) Galiiwwan armaan gadii gibira galii irraa bilisa ta'u
✅(a)Jiraataan naannichaa hunduu galii argatu irraa gibira galii akka kafalu beekamaadha
haa ta'uu maleegaliiwwan armaan gadii qaxaramadhaaf kaffalaman gibira galii irraa bilisa ta’u:
✔(i) Maallaqa hojjechiisaan hojjetaan isaa yoo dhukkubsatu tajaajila fayyaa hojjetichaatiif kaffale:
✔(ii) Akkaataa waliigaltee hojiitiin durgoo geejjibaa hojjetaadhaaf kaffalamu;
✔(iii) Sababa rakkisummaa iddoo yookiin haala hojiitiin durgoo hojjetaadhaaf kaffalamu;
✔(iv) Hojjetichi hojii idilee isaatiin ala hojicha hojjechuuf yeroo socho’utti durgoo geejjibaa fi durgoo oolmaaf kaffalamuuf;
✔(v) Kaffaltiin geejjibaa bu’uura waliigaltee qaxarriitiin kan kaffalame yoo ta’e, hojjetaa iddoo hojii isaatiin alatti akka hojjetuuf filatamee qaxarameef baasiin geejjibaa yeroo hojii galu yookiin hojii isaa xumuree deebi’u kaffalamuuf akkasumas baasii geejjibaa hojjettoonni biyya alaa biyya isaaniitii yoo dhufanii fi gara biyya isaaniitti yoo deebi’an kaffalamu;
✔(vi) Nyaataa fi dhugaatii hojjechiisaan hojii albuuda baasuu,oomishaa fi daldala qonnaa irratti bobba’e tolaan hojjetaa isaatiif dhiyeessu;
✔(vii) Mootummaan Naannichaa hojjettoota biyya alaatti erguuf durgoo kaffalu.
✅(b) Miseensa boordii yookiin barreessaa dhaabbata misoomaa mootummaa yookiin waajjiraalee mootummaa akkasumas garee qo’attootaa Bulchiinsi Mootummaa Naannichaa yookiin Bulchiinsi magaalaa dhaabu keessatti miseensa yookiin barreessaa ta’uun durgoo kaffalamu;
✅(c) Faayidaa hojjetaatiif jecha miindaa ji’aa qaxaramichaa irraa %15 hanga hin caalleen ji’aan buusii sooromaa yookiin proovidant fandii qaxaraadhaan buufamu;
✅(d) Labsii Sooromaa Hojjettoota Mootummaa fi Labsii Sooroma Hojjettoota Dhaabbata Dhuunfaatiin galii sooromaa gibira irraa bilisa taasifame;
✅(e) Galii Naannichii fi bulchiinsi magaalotaa hojii idilee isaaniitiin wal qabsiisuun argatan;
✅(f) Bu’uura waliigaltee idil-addunyaatiin hanga galii gibira irraa bilisa taasifame;
✅(g) Bu’uura waliigatee mootummaa Federaalaa Dimokiraatawaa Rippaabiliika Itiyoophiyaa gibira irraa bilisa taasisuun akkuma jirutti ta’ee, bu’uura waliigaltee mootummaan naannichaa galiin kamiyyuu gibira irraa bilisa kan ta’u haalawwan armaan gadii guutamanii yoo argamaniidha:
👉🏻(i) Waliigaltichi kan taasifame mootummaaf gargaarsa maallaqaa, teeknikaa, namoomaa
yookiin gargaarsa bulchiinsaa dhiyeessuuf yoo ta’e;
👉🏻(ii) Keewwata gibira irraa bilisa taasisuu danda’u ilaalchisee Abbaan Taayitichaa waliigaluu isaa barreeffamaan yoo ibsu.
✅(h) Damee hojii kamiinuu raawwii hojii ol’aanaadhaaf yookiin bu’uura Labsii Bulchiinsa Taaksii keewwata 135 tiin badhaasa kennamu;
✅(i) Nama miidhaan irra ga’eef yookiin sababa du’a nama biraaf beenyaa kaffalamu;
✅(j) Labsii kana keewwata 55 jalatti kan tumame akkuma eegametti ta’ee, kennichi galii qaxaramuu, kiraa yookiin hojii daldalaa yoo ta’e malee maallaqa callaa yookiin qabeenya kennaadhaan yookiin dhaalaan argamu;
✅(k) Dhaabbata barnootaa keessatti barumsa tolaan hordofuuf kaffaltii raawwatamu;
✅(l) Kaffaltiiwwan qallabaaf yookiin deeggarsa daa’immaniif kennaman;
✅(m) Galii hojii daldalaa kaayyoo dhaabbatichi dhaabbate waliin wal hin qabanne osoo hin dabalatin galii dhaabbatni bu’aaf hin dhaabbatne argatu;
✅(n) Maallaqni yeroo lakkaa’amu hir’ina qaqqabu bakka buusuuf hanga ta’u qofa qaxaraan qaxaramaa isaatiif kan kaffaluu fi kaayyoo kanaaf ooluun isaa kan mirkanaa’e kaffaltii maallaqa callaa bakka buusuuf oole;
✅(o) Bu’uura seera Naannichaa ragga’ee ittiin hojjetamaa jiruutiin haala addaatiin galii gibira irraa bilisa taasifame.
✅p) Hojjettoota mana jireenyaatii hojjetaniif miindaa kaffalamu;
✅(q) Kontraaktarri hojii boba’aa irratti bobba’e kontraaktaroota xiqqaatiif kaffaltii kaffallu.
↪2) Keewwata kana keewwata xiqqaa a – q kan tumame akkuma eegametti ta’ee, sababa diinagdee, bulchiinsaa yookiin hawaasummaatiif galii tokko haala gibira galii irraa bilisa itti ta’u ilaalchisee Manni Maree Bulchiinsaa Mootummaa Naannichaa Dambii baasuu ni danda’a. | 2 153 |
| 10 | No text... | 2 469 |
| 11 | No text... | 2 305 |
| 12 | Namni duuti isaa akka hin oolle itti dhagahame Afaaniin waa dhaammachuun isaa hin hafu lafaa,konkolaataa,manaa fi qabeenyoota biroos ni dhaammata garuu seera duratti fudhatama ni qabaa ?? 👇🏻 dubbisaa
dhimmoota akkanaa ilaalchisee seerri dhaalaa dhaamoof beekkamtii kennee jira gaaffi armaan olii kanan deebisuuf Gosoota dhaamoo 3n keessaa dhaamoo Afaaniin taasifamu haa laalluu
✍🏻Dhaamoo afaanii jechuun namni duuti isaa kan hin oolle ta’uun itti dhaga’amee jechoota fedhii isaa isa dhumaa ragoolii lamaaf kan kennu jechuudha.
✍🏻Ragooliin dhaamoo afaanii ga’eessa kan ta’anii fi murtiidhan yookan seeran kan hin dhorkamne ta’uu qabu.
#Qabiyyeewwan isaa
↪Dhaalchisaan dhaamoo afaaniin wanti taasisuu danda’u :-
✍🏻Sirna awwaalcha isaa wantoota ilaallatan irra ajaja kennuu
✍🏻Qabeenya dhaalaa tokko tokko gatiin isaa tilmaama qarshii Itoophiyaa 500(dhibba shan) hin caallef kennaa dhaamoo taasisuu
✍🏻Murteewwan bulchiinsa yookan guddisa ijoollee ga’eessa hin taane ilaallatan kennuu ni danda’a.
#Uggura
✍🏻Jechi dhaamoo biraa dhaamoo afaanii keessa gale kamiiyyuu fudhatama hin qabu.
✍🏻Dhaamoo afaanii tokko keessatti kenni dhaamoo qabeenya dhaalaa gatiin qarshii Itoophiyaa 500(dhibba shan) ol ta’e taasifame yoo ta’e,hanga sanatti gadi hir’ifama. Dhaamoon Afaaniin taasifamu seera biratti fudhatama argachuuf haalota armaan olii kana guutuun barbaachisa
#Dhaamoon afaanii hafaa ta’uu
✍🏻Dhaamoon afaaniin taasifame guyyaa dhaamoon sun taasifame irraa eegalee ji’a 3(sadi) booda dhaammataan yeroo kana lubbuun jira yoo ta’e hafaa ta’a. | 2 665 |
| 13 | Share Qajeelfama Kaffaltii Faayidaalee Adda Addaa Ogeeyyii Fayyaa.pdf | 3 028 |
| 14 | Share 191_የኮንስትራክሽን_ማዕድን_ፈቃድ_አፈጻጸም_መመሪያ_ቁጥር_191_2018.pdf | 3 005 |
| 15 | Share Customs Proclamation (as Amended).pdf | 3 088 |
| 16 | Share Tax Administration Procl(Amdmnt) 1434-2016.pdf | 2 944 |
| 17 | Qajeelfama Dhaddacha Ijibbaataa Lakk.27 2018 (1).pdf | 2 738 |
| 18 | Share Qajeelfama_hundeeffama_koree_lakk_272015 new.pptm | 3 661 |
| 19 | Darbiinsa yeroo Kafaltii sooramaa (Xoorataa)
Gaaffiin kanfaltii durgoo sooramaa kamiyyuu guyyaa mirga isaa fayyadamuu eegale irraa jalqabee waggaa 5 keessatti yoo hin gaafanne tahae darbiinsa yerootiin waan daangeeffamuuf waggaa 5 booda gaafachuun hin danda'amu. | 4 009 |
| 20 | No text... | 3 854 |
