cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Oromoo fi Oromiyaa

@https://t.me @LETATAHA1 @LETATAHA1 @LETATAHA 🆙🆙🆙[email protected] Karaa chaanaalii kanaatiin wantoota Haara'a gorsoota xiinsammuu odeeffannoo waqtaawaa fi asoosama gabaabaa ni argarttu @yaadaafqeeqabot@WALGAHII

Show more
Ethiopia10 063The language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
193
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Show all...
Leta Taha on TikTok

@letataha 963 Followers, 1073 Following, 406 Likes - Watch awesome short videos created by Leta Taha

Show all...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Photo unavailableShow in Telegram
/አሳዛኝ መረጃ‼️ ቦሌ አራብሳ ኮንዶሚንየም ውስጥ አሳዛኝ ነገር ተከሰተ 😭😭 በአዲስ አበባ ቦሌ አራብሳ ብሎክ 51 ላይ ሁለት ህፃናት በአንዲት ሰራተኛ ታርደው ተገኝተዋል። ህፃናቱ ወንድምና እህት ሲሆኑ ሰራተኛዋ አንዷን አርዳ፤ አንዱን በማነቅ የሁለቱም ህፃናት ህይወታቸው አልፏል። አሁን ላይ ሰራተኛዋ ለፖሊስ እጇን መስጠቷን ኢትዮቲዩብ ጉርሻን ጠቅሶ ዘግቧል። ወላድ ከስራ ስትመጣ ልጆቿ ታርደዉ ነዉ ያገኘችዉ::😭😭             Share share🙏🙏 ለተጨማሪ መረጃ👇👇👇 https://t.me/Leta_Taha107uhghsyrt
Show all...
“የዘንድሮው ሀገር አቀፍ የ12ኛ ክፍል ፈተና ተሰርቆ ወጥቷል” መባሉ ስህተት ነው - ኢትዮጵያ ቼክ ⚡️ከ865 ሺህ በላይ ተከታዮች ያሉትና "Mereja TV" የሚል ስያሜ ያለው የፌስቡክ ገጽ “የዘንድሮው ሀገር አቀፍ የ12ኛ ክፍል ፈተና ተሰርቆ ወጥቷል” የሚል መረጃ ማጋራቱን ታይቷል። ኢትዮጵያ ቼክ የመረጃውን ትክክለኛነት ለማጣራት የተጋራውን ቡክሌት የመረመረ ሲሆን መረጃው ሀሠተኛ መሆኑን አረጋግጧል። ⚡️ኢትዮጵያ ቼክ ባደረገው ማጣራት “የዘንድሮ” ነው ተብሎ የተጋራውን የታሪክ ፈተና ቡክሌት በ2013/14 ዓ.ም የተሰጠ እንጂ አዲስ አለመሆኑን ተመልክተናል። በተጨማሪም ጉዳዩን በተመለከተ የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት ዋና ዳሬክተር ዶ/ር እሸቱ ከበደ የተሰራጨውን መረጃ መመልከታቸውን ገልጸው ሀሠተኛ መሆኑንና የተጋራው የፈተና ቡክሌት በ2013/14 (2021) ዓ.ም የተሰጠ መሆኑን ለኢትዮጵያ ቼክ አስረድተዋል። ተጨማሪ ትምህርታዊ መረጃ ለማግኘት ቻናላችን ይቀላቀሉ ‼️ https://t.me/Leta_Taha107uhghsyrt
Show all...
👌Computer keenya irratti Command #cmd nu fayyaduu danda'an tokko tokko mee waliin haa ilaallu. 👌Jalqaba irratti #search_bar irratti cmd jechuun search godhaa ykn ammoo shortcut win + R cuqaasuun box dhufu irratti cmd barreessuun banaa. Itti aansuun Command armaan gadii barresssun itti fayyadamu dandeessu. 👉ipconfig/all Odeeffannoo waayee #network waliin walqabate argachuuf Command nu gargaarudha. Fakkeenyaaf: Ip address, Mac address computer keenyaa baruuf. 👉Systeminfo Odeeffannoo waliigalaa Waayee computer keenyaa argachuuf kan nu gargaarudha. 👉ping url Ip address marsariitii kamiiyyu argachuuf gargaara(garuu Internet barbaada) Fkn: ping www.google.com (yoo jenneen ip address Google nuuf baasa) 👉color a Halluu barreeffama cmd dhaan banamee jijjiiruuf gargaara. color 0-8 fi a-f gidduu fayyadamuu dandeenya. Fkn: color 1 ykn color b 👉help cmd irrattii command jiran hunda isaanii ilaaluuf gargaara. 👉tasklist Prograamota #run ta'aa jiran ykn kompiitarri keenya akka hojjetuuf jecha prograamota dalagaa irra jiran nutti agarsiisa. 👉driverquery Driver computer keenya irratti install ta'e jiru hunda odeeffannoo jaraa nuuf laata. 👉cls Iskiriinii cmd qulqulleessuuf gargaara. 👉f11 cmd banamee jiru fullsceeen gochuuf 👉f7 history keenya
Show all...
Repost from ABDII SABAA
Photo unavailableShow in Telegram
#Yuunivarsitii_Jimmaa Sagantaa kaalandara barnootaa Barattoota haaraa:- 1.Qormaataa Miidii Waxabajjii 13-21/2014 2.Xumara Daree(Class End) Adoolessa 19/2014 3.Qormaata Faayinaalaa Adoolessa 20-29/2014 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA @ABDII_SABAA 📩Yaada📩 @YaadaafQeeqabot @YaadaafQeeqabot 📹YOUTUBE📹 https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa?sub_confirmation=1
Show all...
Repost from ABDII SABAA
#Yuunivarsitii_Diillaa Yuunivarsitiin Diillaa barattoota idilee haaraa bara 2014 ministeera barnootaatiin gara yuunivarsitichaatti ramadaman simachuuf qophii duraa xumuraa akka jiru beeksise. Torbaan lama keessatti barattoota haaraaf waamicha akka godhu Reejistiraarrii yuunivarsitichaa miidiyaa @Abdii_Sabaa'f ibseera. Yuunivarsitii Diillaatti barattoonni idilee haaraan kumni 5fi Dhibbi 8 ministeera barnootaatiin ramadamauun ni yaadatama. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA @ABDII_SABAA 📩Yaada📩 @YaadaafQeeqabot @YaadaafQeeqabot 📹YOUTUBE📹 https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa?sub_confirmation=1
Show all...
Repost from ABDII SABAA
Beeksisa Kabajamtoota, barsiisotaa fi barattoota Oromoo marti, nageenyi badhaadhaa isiniin jechaa, miidiyaan @ABDII_SABAA gama yuutuubiidhaan barsiisuuf qophii xumuree jiraachuun walqabatee, barsiisota akkasumas, barattoota barsiisuuf fedha qaban mara hirmaachisuu waan barbaaduuf, barsiisonnii fi barattoonni hirmaachuuf fedhaaf dandeetti qabdan marti kara @yaadaafqeeqabot maqaa guutuu, dhaabata itti barsiisaa yookin barachaa jirtan, ga'ee hojii keessaniifi gosa barnootaa barsiistan akkasumas odeeffannoo barbaachisaadha jettan ragaa waliin qindeessuun nuuf erguun galmaa'uu kan dandeessan ta'uu kabajaan isin beeksifna. Gama miidiyaa Abdii Sabaan wayita barsiistan beekamtii argachuun dabalatee kaffaltiin argamu irraa dhibbantaan 50 kan isiniif qoodamu ta'uu isin beeksisna. Dabalataan namoonni dandeettii fi kenna garaagaraa qabdan miidiyaan @ABDII_SABAA isin deeggaruuf qophaa'aa ta'uu isaa isin beeksisna. Hubachiisa: Gosa barnootaa sadarkaa jalqabaa hanga sadarkaa olaanaa kam iyyuu Afaan Oromoon barsiisuu ni dandeessu. (Kutaa 1ffaa, hanga sadarkaa yuunivarsitii). Dabalataan barnoota tekinooloojii fi aadaa garaa garaa irrattis hirmaachuu ni dandeessu. Gaaffii dabalataa qabdaniif kara @yaadaafqeeqabot nu qunnamaa. Galatoomaa SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA @ABDII_SABAA
Show all...
Repost from ABDII SABAA
#Yuunivarsitii_Mizaan_Teeppii Barattoota idilee haaraa bara 2014 gara Yuunivarsitiin Mizaan Teeppiitti Ramadamtaniif guyyaan seensa barattoota haaraa Caamsaa 17 fi 18/2014 ta'uu ibsamuun isaa ni yaadatama. Bakka galmee barattoota haaraa:- Barattoonni Saayinsii Uumamaa ~ Mooraa Teeppiitti Barattoonni Saayinsii Hawaasaa~ Mooraa Mizaan Teeppiitti. Yuunivarsitiin Magaalaa Mizaan Amaaniifi Teeppiirratti tajaajila geejjibaa gara kaampaasiiwwan keessanitti isin geessu qopheessuusaa ibseera. Odeefannoofi Deeggarsa dabalataa argachuu: Mizaan Amaaniifi • 09-28-03-95-25 • 09-67-94-52-86 • 09-17-86-53-07 • 09-21-29-18-36 Teeppiidhaaf • 09-25-01-88-58 • 09-30-63-63-73 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA @ABDII_SABAA 📩Yaada📩 @YaadaafQeeqabot @YaadaafQeeqabot 📹YOUTUBE📹 https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa?sub_confirmation=1
Show all...