969
Subscribers
No data24 hours
-37 days
-3030 days
Posts Archive
https://t.me/Ethiopian_2024_Bot?start=r03725260145 START GOCHUN AMUMAA KANAA MALLQAA ARGAADHA
#Waamicha
#Yuunivarsiitii_Jijjigaa
🔔Barttoota Haaraa(Freshman) Bara 2017 Fi Barattoota Sagantaa Fooyya'iinsaa Hundaaf Guyyaa Galmee Sadaasa 4-6/2017 Akka Ta'e Beeksiseera.
Yeroo Gara Mooraa dhuftan Waantota Qabachuu Qabdan waantota Qabachuu Qabdan.
✔️Ragaa Barnootaa Kutaa 8ffaa hanga 12ffaa Orjinaalaaf Koppii
✔️
✔️Suura Gabaabaa 8
✔️Uffata Halkanii,Uffata Boraatii
✔️Hidhannoo Sport Qabatanii Dhiyaachuu Qabdu.
+1
#Waamichaa
#Yuunivarsiitii_Haramayyaa
Yuunivarsiitiin Haramayyaa Waamicha Taasisee jira.
#Waamicha
Yuunivarsiitii Hawaasaa
Yuunivarsiitiin Hawaasaa yeroon galmee barattoota haaraa sagantaa digrii idilee bara 2017 ramadamaniif Sadaasa 09-10/2017 akka ta’e ni beeksiseera.
Bakka Galmee: Barattoota saayinsii uumamaa mooraa guddicha keessatti
Saayinsii Hawaasaa Inistiitiyuutii Teeknooloojii
Barattoonni yeroo gara yunivarsiitii dhufan kanneen armaan gadii qabatanii deemuun dirqama.
Orijinaala fi kooppii bu’aa qormaata xumuraa kutaa 12ffaa;
Orijinaala fi kooppii tiraanskriiptii kutaa 9ffaa-12ffaa
Suuraalee Gabaabaa afur.
Uffata Boraatii Ansoolaa fi Hidhannoo ispoortii.
Barattoota guyyaa murtaa’e dura ykn booda dhufan akka hin keessummeessine cimsinee beeksifna.
Waajjira Galmeessaa Yuunivarsiitii Hawaasaa
Ramaddiin barattoota sagantaa fooyya'iinsaa(Remediyaalii) ifoome.
Bara barnootaa 2016tti barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhachuun qabxii seensaa sagantaa fooyya'iinsaa fidaniif ramaddiin ifoomeera.
Haaluma kanaan barattoonni remediyaalii:-
Marsariitii: https://placement.ethernet.edu.et
Telegraamiidhaan:- https://t.me/moestudentbot irratti ilaaluu akka dandeettan ministeerri barnoota beeksisee jira.
Barattoonni akkaataa waamicha dhaabbilee irraa bahuun sagantaa remediyaalii akka hordofan dhaamameera.
Ministeerri Barnootaa gaaffii jijjiirraa dhaabbataa akka hin fudhanne ibseera.
Daandiin qilleensichaa Xiyyaara Afrikaatti kan jalqabaa ta'e A350 - 1000 guyyaa lama booda ni fudhata
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Xiyyaara Imaltoota Afrikaatti kan jalqabaa ta'e A350 - 1000 jedhamu guyyaa lama booda ni fudhata.
Daandiin qilleensichaa Xiyyaarri Dhaabbata Eer Baasirraa fudhatu "Ethiopia Land of Origins” jedhamuun moggaafame kun akka Afrikaatti akaakuun kan jalqaabaati jedhame.
‘Xiyyaarri Itoophiyaa balaliidhaaf qilleensa Eertiraa akka hin fayyadamne hin dhorkamne’ - Daandii Qilleensa Itoophiyaa
Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa qilleensa Eertiraa irratti akka hin balaliine dhorkameera jedhamee odeeffannoon tamsa'aa jiru soba ta'uufi ammallee balalii idileef qilleesa Eertiraa fayyadamaa jiraachuu beeksise.
Daandiin qilleensichaa balaliidhaaf qilleensaa Eertiraa akka fayyadamu Abbaa Taayitaa Siviil Aviyeeshinii Eertiraa irraa hayyamni kan laatameef ta’uufi naannoo qilleensaa kana balalii idileef akka fayyadamaa jiru mirkaneesseera.
Haaluma kanaan dhimmicha ilaalchisee odeeffannoon marsaalee hawaasaa irratti naanna’aa jiru dogoggora ta’uu daandiin qilleensichi ibseera. #AS
#KITAABILEE ADDA ADDA FI ODDEEFFAANNOO WAA'EE UNIVERSITY BARATTOOTAAF HALAA SALPHAAN AKKA ISIIN DHAQAABUUF LINK ASI GADII KANAA JOIN GODHA.
1.all exit exam
2.freshman course note
3.account note exit exam
4.pharmacy note. exit exam
5.computer science note exit exam
6. Medical laboratory
➛ Medwifery exit exam
➛ Nurse exit exam
➛ Health officer exit exam
➛ pharmacy exit exam
➛ Accounting and economic exit exam
➛ level 1 - level 4 exit exam
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Mediashow43
#KITAABILEE ADDA ADDA FI ODDEEFFAANNOO WAA'EE UNIVERSITY BARATTOOTAAF HALAA SALPHAAN AKKA ISIIN DHAQAABUUF LINK ASI GADII KANAA JOIN GODHA.
1.all exit exam
2.freshman course note
3.account note exit exam
4.pharmacy note. exit exam
5.computer science note exit exam
6. Medical laboratory
➛ Medwifery exit exam
➛ Nurse exit exam
➛ Health officer exit exam
➛ pharmacy exit exam
➛ Accounting and economic exit exam
➛ level 1 - level 4 exit exam
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Mediashow43
Repost from Media Show Official
https://t.me/LuckyDrawMasterBot/app?startapp=Y2g9a1FqOXh2SFI3RyZnPXNwJmw9a1FqOXh2SFI3RyZzbz1TaGFyZSZ1PTYzMjk3MTYxODI=
💥 I've already won $1.2498!
☝️Click the link to help me win more!
💰 100% real withdrawals, instant payout
📢 No investment required
https://t.me/LuckyDrawMasterBot/app?startapp=Y2g9a1FqOXh2SFI3RyZnPXNwJmw9a1FqOXh2SFI3RyZzbz1TaGFyZSZ1PTYzMjk3MTYxODI=
💥 I've already won $1.13!
☝️Click the link to help me win more!
💰 100% real withdrawals, instant payout
📢 No investment required
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇https://www.goldwinow.com/sign/up?invite_code=6292703
Register godha namoonni hin galmoofnee
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.goldwinow.com/sign/up?invite_code=6292703
Galmaahuu qofan birri 100 Argatuu namoonnii hin galmoofnee amumaa kanaa galmahaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Ergaa galmooftani boodaa " invest " kan jedhu "click" gootu
Register godha namoonni hin galmoofnee
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.goldwinow.com/sign/up?invite_code=6292703
Galmaahuu qofan birri 100 Argatuu namoonnii hin galmoofnee amumaa kanaa galmahaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Ergaa galmooftani boodaa " invest " kan jedhu "click" gootu
#Yuunivarsiitii BuleeHoraa
Yuunivarsiitiin Bulle Horaa barattoota idilee fi bara 2016 qabxi Riimidiyaalii argaatan waamicha taasise jira.
Kanaafuu, barattoota sagantaa Riimidiyaalii bara 2016 argaatan, akkasumas barattoota idilee digirii jalqabaa fi digirii lammaffaa jiraniif galmeen bara barnootaa 2017 Onkoloolessa 11 fi 12/2017 akka gaggeeffamu ibseera.
#KITAABILEE ADDA ADDA FI ODDEEFFAANNOO WAA'EE UNIVERSITY BARATTOOTAAF HALAA SALPHAAN AKKA ISIIN DHAQAABUUF LINK ASI GADII KANAA JOIN GODHA.
1.all exit exam
2.freshman course note
3.account note exit exam
4.pharmacy note. exit exam
5.computer science note exit exam
6. Medical laboratory
➛ Medwifery exit exam
➛ Nurse exit exam
➛ Health officer exit exam
➛ pharmacy exit exam
➛ Accounting and economic exit exam
➛ level 1 - level 4 exit exam
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Mediashow43
+1
#Dheerateera
Bara barnootaa 2016tti barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattanii qabxii darbiinsaa argattan yuunivarsiitiiwwan mootummaa itti gaafatamummaa Ministeera Barnootaa jalatti sagantaa idilee fi 'sirreeffamaa' irratti hirmaachuuf filannoo dhaabbataa fi damee barnootaa keessan xumurtan karaa barsiisota mana barumsaa keessan keessatti bakka bu’uun hanga Fulbaana 30/2017tti ibsi ni yaadatama.
Haa ta'u malee rakkoo Siisteemaa irraa kan ka'e manneen barnootaa tokko tokko dirree barnootaa fi filannoo yunivarsiitii barattoota isaanii guutuuf rakkachaa akka jiran himaniiru Kanaafuu Guyyaa dabalataa Hanga Onkoloolessa 6/2017 dheerateera.@MACafaanoromo
