en
Feedback
OBSAA CHANNEL

OBSAA CHANNEL

Open in Telegram
816
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
December '24
December '24
+7
in 0 channels
November '24
+21
in 0 channels
Get PRO
October '24
+16
in 0 channels
Get PRO
September '240
in 0 channels
Get PRO
August '240
in 0 channels
Get PRO
July '240
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 0 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '240
in 0 channels
Get PRO
March '240
in 0 channels
Get PRO
February '240
in 0 channels
Get PRO
January '240
in 0 channels
Get PRO
December '23
+23
in 0 channels
Get PRO
November '23
+28
in 0 channels
Get PRO
October '23
+35
in 0 channels
Get PRO
September '23
+45
in 0 channels
Get PRO
August '23
+65
in 0 channels
Get PRO
July '23
+42
in 0 channels
Get PRO
June '23
+48
in 0 channels
Get PRO
May '23
+39
in 0 channels
Get PRO
April '23
+27
in 0 channels
Get PRO
March '23
+58
in 0 channels
Get PRO
February '23
+33
in 0 channels
Get PRO
January '23
+91
in 0 channels
Get PRO
December '22
+70
in 0 channels
Get PRO
November '22
+95
in 0 channels
Get PRO
October '22
+41
in 0 channels
Get PRO
September '22
+45
in 0 channels
Get PRO
August '22
+47
in 0 channels
Get PRO
July '22
+60
in 0 channels
Get PRO
June '22
+300
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
09 December0
08 December0
07 December0
06 December0
05 December0
04 December0
03 December+2
02 December+1
01 December+4
Channel Posts
Miilaafi yaadaanis Olumaaf gad buutaa Gaafiin si gaafadha Mee ati yoom duutaa? Guyyaa kana jattee Himuu dadhabdus anaaf Guyyaan du’aa yoomi Yoo naan jatte namaaf. Gaafa Sammuun taante Dhiifte gaarii yaaduu Milkaa’ina namaaf Keessi kee si aadu. Gaafa sababa uumamteef Tasuma hin hubatin Kaayyoo fi karoora Yooniif hin qabaatin. Jechaaf gocha namaa Oliif gad yoo fuutee Qabriittu sitti ballate malee Ture guyyaan ati duutee. @obsiilink

2
Osoon onnee sif laadhe Sagal kufee siif cabuu Garan Kee Amma kana Nattii jabachuu-n qabu    Kennaa waqatti male    Jaalalli hin qabuu cubbu    Onnerran sii jaladhaa    Tolee naaf jedhi lubbu Dayimendi Yoon dhabes Isa gaatiin Isaa cimaa Onnerran sii jaladhaa Jilbefadheen sitti himaa     Murtessan warqii mitim     Warqee isa gatii jabaa     Jalaala dhugaa tanan      Abaaboonuu hiikaa qabaa             ═══════════   ┗━━━  ━━💞━━  ━━━┛             #𝚆𝙾𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾_𝙹𝙰𝙰𝙻𝙰𝙻𝙰𝙰                  𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬                  𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬 @obsiilink
220
3
Qaba inni jedhee Gamoo guddaa ijaaru Inni dhabe jedhee Jooreetin jawwaaru    ~ qarshiiniis danoomee Kan walirra tuulu Inni qarshii dhabees Rakkinaan kulkulu    ~~ Inni irraa hafes inni dhabes      Obsaa rakkoo Kaayyoon adda miti    Kaayyoon tokko         ~~~ ofiisaa fooyyessuuf inni Gaara ba'ee bu'u dachaa Rakkinasaaf jedhee Gufuun guggufachaa      ~~~ xaaree dafqee dhiigee Dhiigasaallee qoorsaa Jooree deegee labee Joorassaallee obsaa       ~~~~     Rakkoof jedhee Beelaan sakaalamaa       Yoo kadhates Namaan abaaramaa     ~~ "BOR Boriin kan imalu Abaarsa dagachaa Garaa guutuuf miti JIREENYA barbaacha ✍️___📸Iisadiin41®™      @obsiilink           #share             #join
187
4
Siqichi! Hin geenye yeroon An maa narakkifta Namalee dhabdee Narra daddeemtaa? ~ Deem barbaadadhu Boo hiriyyaa tantee An bakka siinlaadhu Mudhii koo nakuttee ~ Yoo bakka  dhabde Iddoo biraa deemtee Naa garaa silaafaaf Arraas natti dhuftee? ~ Yeroo heddun  gube Osoo si-waliin ciisuu Wallaahi billaahi Arra Siwajji hinciisu ~ An waan akka keetii Takkaa hin argine Waanuma akkami ati Kan qaanii hinbeeyne ~ Kabajaan kuntaalaa Abbaatu of-khabajaa Awoo taa'ii! Of-kabaji An osoon if riguu Nadhaamuufi bar ijji ~ Afaa kee tottolchitee Takka sirraa hinhafne Firaashaa fi  tiraasiin Osoon an hin feene Arraas naraffisuufii? ~ Hinrafu Nankakadhee Na,eegaa hin bulinii Teeysee naan achi Akka duriis nasehinii Deem narraa siqichi! ~ Durirraa hanga arraa Iriftiin maleen sijjiraa Ammaa jalqabee Argaa keen jibba An waan biraa hinbaanu Siin baana hirriiba🙄😁 Roba ~~ @obsiilink
159
5
Irran fiigiin kufta Bool'a seetee dirree Kabootan barbaadiin Bakka Saawwin jirree Sammuu malee yaatee Akka dhaaba loonii Dirree Xiyyaaraarraa Hin eeggatiin Doonii Hin abdatiin milkii Soba faana  ciisaa Mana Farsoo seentee Hin ajajiin piizaa Dhangaa sobaa nyaatee Afaanis haqate Hin milkaa'u namni Waan dhugaa lagate Eelamtee wargamtee Rakkoonis si miite Dhugaa faana bulii Gali bakka dhiite! ✍Biqoo Wqs #share_join @obsiilonk @obsiilink
1 137
6
Jireenya kiyyaaf kee gidduu 'Qalama' diimaan sarartee Akka cuphee cuucii fuutee Dheessitee; narkaa barartee Osoon "hireekoo" siin jedhuu Mucucaattee narkaa maqxee, Akkam siif ta’eeraa laata? Namni ati bira dhaqxe.... ~ Imaanaa jaalala kootii Akka buddeenaatti nyaattee Erga narraa gargar baatee Onnee kankee ormaaf laattee, Waraqaa gatiin qaaliitiin Narraa sikutee garaakee Kan anaan si jechisiise "Deemi qabadhuu karaakee" Kan anaan alatti darbe Gola onnee keetii lixee Akka kiyya of dagatee Sin jaallataa laata fixee? ~ Akkuma yadde sanaaree Qabeenyisaa biyya bitaa? Dureeyyota gachisiisee Biil Geetii’f Daangootee gitaa? Boontee, V8 teessee Soodareef kurriftuu deemtaa? VIP nyaattee, dhugdaa Hoteela Ilillii seentaa? Moo tarii si gaabbisiisee Of jajjabeessuudhaaf xeenta? ~ Yeroo jaalalaa siif dhabee 'Business' faana fiigee Kophummaatti si hambisee Jecha duraa gochaan diigee Waan fedhu sirraa argatee Si darbee laata gaddatti? Moo akkuma jedhe sana Si kunuunfata addatti? ~ Qaawwa keenya quba kaa’ee Anaan sidhabsiisee giroo Ruuza fuuldurakee qabee Kan si jibbisiise shiroo Akkuma jechaan sossobee Si kuchisiise fireenii Irbaatnikee gosa foonii Piizzaadhaa laata cireeni? ~ Waan hundaafuu sittaa tolu Kan fedhiikee siif haa ta’u Rabbi kan yaaddee olitti Bakka garaan sihaa ga’u Xiwaarakee dhabeen malee Mirga-n qabu si gaafachuu Nan beeka abdiis kuteera Yaadee miti si baafachuu. ~ Ana na gaafatta taanaan Deebistee akka jiruukoo Si hubachiisuun barbaada Onneekoo namaaf hiruukoo Madaa gantummaa keetiitiin Yeroof godhus karra cufaa Osoon jedhee abdiin eeguu “Kan hireekoo anaaf dhufaa" Onnee ati miitee deemte Rabbi guddaan naaf yaaleera Si jaalachaa turuusaayyuu Dagatee, amma haaleera! ~ Eenyummaa koon booji’amtee Kan miidhagaan sirra caalte Osoon tasa hin tilmaamin Fayyiftee onneekoo dhaalte. Mootiin ajjeesee fayyisu Kan naaf maltuun nakiiseera. Garaan si’iin na laalate Bayyanatee na ciiseera. Jaalallikee na laalesses Fedha Rabbiin na dhiiseera. ~ Egaa.. quba wal hin qabnu Dhimma wolii erga qaataa, Anaaf dachaan naaf toleera Kan keemmoo akkami laata? @obsiilink @obsiilink
905
7
. Hariiroo Jaalalaa Cimsuuf 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 @Gorsa_jaalaala ◈ Gammachuu kee ishii/isaa irraa hin eegin! Gammachuu kee eenyurraallee eeggachuu hin qabdu. Jaalallee kee/tee si gammachiisuuf yaalii godhus/tus, hayyama kee malee si gammachiisuun hin danda’amu. Kanaafuu bohaartii sammuu keef itti gaafatamaan mataa kee akka te’e of amansiisi. ◈ Jechoota kee gochaan bareechuu : Wantoota akka hojjattu(dalagdu) dubbatte tokko hojitti hiikuu qabda. Yoo kan nan godha jatte yeroo xiqqo booda dagatta ta’e, fuula duraaf dubbiin kee hin amanamu. Rakkoo yaadachuu qabda yoo ta’e barreeffachuudhaan hojitti hiikuu qabda. ◈ Dogoggora kee amanuu fi dhiifama gaafachuu : Nama jaalattu irratti hamaa tokko hojjatte, kan isaanii otuu hin ilaalin dhiifama gaafachuu. Badii keef dhiifama gaafachuuf sababa hin barbaadin. Fuula duraaf akka itti hin deebine itti himuudhaan dhiifama gaafachuu akkasumas balleessaan duraa lammata akka hin deebineef of sirreessuu yaali.@Gorsa_jaalaala ◈ Haasawa isaa/ishii sirnaan dhaggeeffachuu : Jaalalleen kee/tee gorsa barbaacha fi waan isa/ishii dhibeef mala si gaafachuun ni mala. akkasumas waan haarawa argan sitti himuuf ta’uu danda’a. Atis kana hubachuudhaan haasawa isaa/ishee dhaggeeffachuun ga’ee sirraa eegamu bahuu qabda. ◈ Miira sitti dhaga’ame fi hawwii keessa keetii itti himi : Yeroo baay’ee wantoonni nuti hojjannu ifatti dubbachuu baannuus kan keessa keenyaa jiru kan calaqqisaniidha. Gochaa fi jachaaniis fadhii fi hawwii keenna walitti himuun jaalala keenya daran cimsuu danda’a. @Gorsa_jaalaala ◈ Arjoomuu : Yeroo hunda humnaa fi qabeenyaanis akka isa/ishii cinaa jirtu hubachiisuu. Gama gargaarsaatiin haga danda’ametti otuu hin gaafatamne kan dandeessuun cinaa dhaabbachuu. Yoo kana goote atis haala wal fakkaataan galata akka argattu hubadhu. ◈ Waa’ee kee jaalallee kee/tee irraa dhooksuu hin qabdu : Haalaa fi amala dabalatee wantoota si gammachiisanii fi si gaddisiisan ifatti itti himuu sirraa eegama. Seenaa keetii fi eenyummaa keetis ta’u dhoksuun sirraa hin eegamu. ◈ Iccitii isa/ishii irraa of eegi : Goonkumaa iccitii isaa/ishii ilaaluun hin barbaachisu. Bilbila, ergaa, Miidiyaa hawaasaa fi kkf hannaan ilaaluun abdii fi amantii waliif qabdan waan balleesuuf irraa of eeguu qabda. ◈ Hamilee kakaasuu : Hojii fi haasaa hunda keessatti hamilee jaalallee ofii eeguun, jaalala dabaluu qofa utuu hin taane hawwii fi fadhii kakaasuu keessatti ga’ee guddaa qaba. Uffannaa fi dhimma boonaan wal qabatte hunda irratti yaada kennuu. @Gorsa_jaalaala ◈ Haasawaa mimmi’aawoo : Haasaa kee keessatti jechoota bashannansiisaa fi gammachiisaa ta’an fayyadamuu. Akkasumas jechoota jaalala ibsan kan guyyaa guyyaan jaalala haaroomsan fayyadamuu. ◈ Soba(kijiba) irraa fagaachuu : Hariiroo keessatti soba caalaa kan sodaatamu hin jiru. Gargar bahuudhaaf irra caalatti sababa kan ta’u soba. Sobarraa fagaachuun hariiroo cimsuudhaaf murteessaadha. ┄┄┉┉✽‌»‌💥✿»💥‌✽‌┉┉┄┄ 💫 Join ➡️ @obsiilink 💫 Join ➡️ @obsiilink 🇸 🇭 🇦 🇷 🇪
637
8
JAALALA NAMOOMEE!!! Cancala jaalalaan Keessa koo na labde; Subii obboroon kaatee Godoo kiyya yaabde! Leecalli qalbii koo Sirratti hidhame; Osoon ittin yaadiin Yaada keen qabame! Osoon hin maraaciin Taa'een duwwaa baasa Yaaduma keef jedheen Halkan dhama raasa! Obboroo dhaan bahee Yoon galu galgala; Gafan rafuuf jedhus Hin cufu balbala! Abjuu fi qalbiin koon Waa'ee ma kee yaada Osoon faayyaa deemuu Calliseeman aadaa! Jiruun biyya lafaa Walii namaan galuu; Kan tokkoo in gulufa Kan tokkommoon toluu! Akka bool'a dhugduu Gadi hir'isaan bulaa Jiruun aduu gadii Maalumaafuu tolaa? Gadi hir'achaa deemus Halkan rafuu dhabee Guyyaa rabbi jedhe Ni soroorara inni dabee! Si'iif nan mararuu Yoon utaalee cabe; Siif qiliileee bu'ee Gaara iyyuu yoon yaabe! Qalbiin kiyyaa deemee Halkan yoon nagade; Siif jooree jaawwaree Yoon biyyaa illee bade! Onnee fi lapheen koo Sumaatiif dhaaddatti; Koroojoon qalbii koo Si'iif ba'aa baatti! Siif jedheen yoon bules Gad jedhee garboomee; Sharafadheen bita Jaalala namoomee!!! @obsiilink .. @obsiilink
1 186
9
Hamman si jaaladhu Sitti himuu sodaadhee Jechan gulalladha Ana sirraa fagaadhee. Ati nan hubanne Waanin keessa lixe Jaalallin siif qabu Coraa narra fixe. Waa'e kan kee malee Yaaduun na rakkise Qaama kiyya guutu Sittin gad lakkise. Gaafa karaa deemtu Hin quufu si laalu Lafaa kanarratti Wahiin sin madaalu. Ijji kee xuuxxoo Funyaan kee adduma Barreesse hin fixu Waa'e kee goonkuma. Akkan si jaaladhu Naaf bari arrarraa Jaalallin siif qabu Ni dabala guyyarraa. ♥️💧 .... @obsiilink
789
10
Ajab damma koo damma daamu kiyya Suma barbaachaaf garaan koo na iyya Anaan na jaalattee dhiira meeqa diddee kan kee na taasiste Gammachuutti na fiddee anis eenyuufuu tolen jedhu siin alas waa tokkon fedhu Sumaaf na dhiittata onneen ciisa didee maafan rafa jedha dubbii natti fidee ati kan koo qofa si taasifadheera giiftii yoo akkas ta'e qalbiin kan koo na ciistii Adda taasiseen si ilaala hundumaa si caalchisee Naaf hubadhuu jedheen onnee kan koo si dhaalchisee Garaan koo suma yaada na dideera bar nyaata Qalbiis ta'ee Onneenis Kunoo Suma baata. Jaalalan siif qabu Barreessee hin fixu Ati amala addaa qabda eenyumtuu sin gituu Baay'en si jaaladha an yooman si Quufaa? Daqiiqaa Daqiiqaatti  qalbiin koo sibira na dhufa! Qabeenyi koo suma innii onnees ta'ee kan baankii homtuu gargar nun baasuu Osuma ta'ee taankii #joinshare 💔💔❤️‍🔥💔💔 Waliif #Share gochuu hin dagatinaa #Unmute_our_channel🔕 ❤️ @Jireenya_jaalalaa ❤️ ❤️ @Jireenya_jaalalaa ❤️ ✅ʲᵒⁱⁿ😊 & ♻️ˢʰᵃʳᵉ😊 🥰Fafakkeessaan jaalalaa miti! 💔Jaalalti miidhaa miti. :¨·.·¨: ❤️   `·.  @obsiilink @obsiilink
1 212
11
𝐷𝑒𝑒𝑚𝑖 𝑘𝑎𝑟𝑎𝑎 𝑛𝑎𝑔𝑎ℎ𝑎𝑎 𝑒𝑟𝑔𝑎 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑡𝑒 𝑑𝑖𝑑𝑑𝑒𝑒 𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑙𝑎𝑎𝑛 𝑠𝑖 𝑞𝑎𝑏𝑢𝑠 𝑒𝑟𝑔𝑎 𝑗𝑖𝑏𝑏𝑎𝑎 𝑓𝑖𝑑𝑑𝑒𝑒 𝑄𝑎𝑏𝑒𝑒 𝑠𝑖 𝑛𝑎𝑎𝑛𝑛𝑒𝑠𝑢𝑠𝑖 𝑂𝑛𝑛𝑒𝑒 𝑘𝑜𝑜 𝑠𝑖𝑖𝑓 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑒𝑒 𝑛𝑢𝑡𝑜𝑜 𝑚𝑎𝑎𝑙𝑎𝑛𝑖 𝑔𝑜𝑜𝑛𝑎 𝑠𝑖𝑙𝑎𝑎 𝑤𝑎𝑎𝑞𝑛𝑖 𝑗𝑒𝑛𝑛𝑒𝑒 𝑌𝑎𝑎𝑑𝑎𝑛 𝑔𝑎𝑟𝑔𝑎𝑟 𝑡𝑎𝑎𝑛𝑒 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑎𝑓 𝑎𝑑𝑑𝑎 𝑏𝑎𝑎𝑛𝑒 𝑏𝑎𝑦𝑦𝑒 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑛𝑎 𝑡𝑢𝑟𝑒 𝑜𝑠𝑜𝑜 𝑡𝑜𝑘𝑘𝑜 𝑡𝑎𝑎𝑛𝑒 𝐸𝑟𝑔𝑎 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑡𝑒 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑖 𝐷𝑎𝑛𝑑𝑎'𝑒𝑒 𝑠𝑖𝑛 𝑑ℎ𝑜𝑜𝑟𝑔𝑢 𝑤𝑎𝑎𝑛𝑖 𝑛𝑎 𝑚𝑖𝑖𝑡𝑒𝑒𝑓 𝑖𝑚𝑚𝑜 𝑟𝑎𝑏𝑏𝑖𝑖𝑛 𝑠𝑖𝑡𝑡𝑖 ℎ𝑎𝑎 𝑎𝑟𝑔𝑢𝑢         ═══════════   ┗━━━  ━━💞━━  ━━━┛             #𝚆𝙾𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾_𝙹𝙰𝙰𝙻𝙰𝙻𝙰𝙰                  𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬                  𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬           🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹           @obsiilink
1 412
12
Inni horii qaba, Ittiin daldalata Ittiin waa bitata Ittiin shaqqalata Ittiin si bitata Horiin qabeenya isaa Imaltuu isaati Bareeda isaati Jabina isaati Doorsiftuu isaati Horiin isaaf humna, Fedhu ittiin cabsa Fedhu ittiin dabsa Horiin isaaf boona Ittiin garsiifata Ittiin doorsifata Anaaf garuu... Horiin ani qabu, Nyaataaf ooleen gahu Alatti naan bahu Horiin ani qabu, Mana nattin jaaru Daara ittin waaru Horiinin qabutti, Faaya ifitti godhee Siin hin doorsisu Siin biteen hambisu Horiinin qabutti, Yeroon laalun aara Osoon qabun daara Gaafa gahuu dide Anaaf Ittiin waa kennachuu Ittiin waa ergachuu Ittiin waa elmachuu Ittiin waa doorsisuu Ittiin waa hambisuu Dhumasaa,... Qabeenyi sadeenii Horii yoonin dhabe Humnas yoonin dhabe Beekumsaatu jiraa Sa maafin hiraaraa? Je'eetin if birbira. Inni horiin bitee Yoo siif kenne dila Horiisaan dhaadatee Dhuunfatus kitila Animmoo,... Sammuunin taphadha Sammuunin si soora Beekumsan siif laadha Beekumsaanin ijaara Galma jiruu tanaa Iccitiin siif kenna Bakkan itti gufadhen Garsiisee siif bana Inni... Yoo Horii facaasu Horiin jalaa dhumaa Hin turu gonkumaa, Animmoo... Yoo beekumsa kennu Daran anaaf ifaa Anaaf wal sharafaa Kanaafin... Hogguu boonaa deema Horiif humnas dhabu Qabeenya sadeenirraa Beekkumsa kanin qabu! Shamil N Mohammed         ═══════════   ┗━━━  ━━💞━━  ━━━┛             #𝚆𝙾𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾_𝙹𝙰𝙰𝙻𝙰𝙻𝙰𝙰                  𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬                  𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬           🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹           🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹      @obsiilink
1 041
13
Anatu si fedhe Natu si jaalate, Bareeda keetini Onnee na boojite. Simbo-qabeettittii Kuullee afaan dammaa, Guyyuun si dharra'a Si'umaafan dhimmaa! Ani si jaaladhe Jaalala onneerraa, Situ giiftii tiyya Uumama hundarraa! Hunda caaltuu wayii Haadha bareedinaa, Yoomuma naaf dhufta Yoom wal arginaa? .. ... @obsiilink
732
14
Utuun si jaalladhuu Onnee banaa dhiiftee Utuun si abdadhuu Summii jibbaa biiftee Keessa koo waraantee Jaalalaan madeessaa Godaanuu filatte Onnee kiyya keessaa Keessi koo si dhabee Halkan guyyaa fiigaa Madaan godaansa kee Kulkulee na dhiigaa Akkaataan jiruu kee Sichi naaf hin ta'uu Sin jaaladhu garuu Si jibbuun danda'uu...        ═══════════   ┗━━━  ━━💞━━  ━━━┛             #𝚆𝙾𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾_𝙹𝙰𝙰𝙻𝙰𝙻𝙰𝙰                  𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬                  𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬           🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹           🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹      .. @onsiilink
1 081
15
Osoon onnee sif laadhe Sagal kufee siif cabuu Garan Kee Amma kana Nattii jabachuu-n qabu    Kennaa waqatti male    Jaalalli hin qabuu cubbu    Onnerran sii jaladhaa    Tolee naaf jedhi lubbu Dayimendi Yoon dhabes Isa gaatiin Isaa cimaa Onnerran sii jaladhaa Jilbefadheen sitti himaa     Murtessan warqii mitim     Warqee isa gatii jabaa     Jalaala dhugaa tanan      Abaaboonuu hiikaa qabaa             ═══════════   ┗━━━  ━━💞━━  ━━━┛             #𝚆𝙾𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾_𝙹𝙰𝙰𝙻𝙰𝙻𝙰𝙰                  𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬                  𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬           🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹           🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹      @obsiilink
224
16
Ilma Yaayyaa Alii Siree Tokkicha bakar waaree Ilmi Waaqoo Guutuu Oduuf bakka qabaaree? ~~~~ Jaarraa Abbaa Gadaa Qabsoo nu barsiisee Elemoo Qilxuudhaa Diina bayyaa baase ~~~~ Nadhii gammadaatu Karaa nu qabsiisee Leenjisoo diigaatu Qabsoo nutti dhiise ~~~~ Qabsoo muslimaatu Oromoo ol qabee Bifa har'a fakkaatuun Oromiyaa qarqabe ~~~~ Maalummaa iccitii Aliyyi cirrii taraaree Gootaaf fakkeenyi Husseen bunee ture ~~~~ Kormoossoo irraahin Baradhe gootummaa Caammaanuur jabaa Hayyuu caalu kuma ~~~~ Mucee Ahmad mucee Kutataa oromtichaa Warra oromummaan Isaanii hin ta'in jecha ~~~~ Sheek bakrii saaphaloo Warra qubee kaa'e mataa Sheek Mohammed Rashaad Abbaa qubee oromootaa ~~~~ Gaheen muslimootaa Oromummaaf bu'uura Warra qabsoo sabaa Itti godhe hafuura ~~~~ Warra jabeeysee qabee Asiin gahe oromummaa Bu'uurri qabsoo oromoo Jal'dhaabni muslima ~~~~ Oromummaan liqii miti Dhalootaan argamtii Yookiin akka kaardii Nurraa yoom haqamtii? ~~~~ Waalqorraan arganne Dhalootaan argannee Amantaas hin jijjiirre Irruma dhalannee ~~~~ Islaamummaa waliin Oromummaan toltii Kopha kophaa taatu Deemtee ceerbe buuti ~~~~ Gadhee jala fiiydee Of hin xiqqeeysinii Jabeeysii qabadhu Jabduudha amantiin ~~~~ Oromummaa dhunfaa Hin godhin jerjertee Lachuu Rabbii kenne Dubbii Ciro dhumte ~~~~ Barreeysaan ✍️👉@ obsamen ..... @obsiilink
725
17
Qaba inni jedhee Gamoo guddaa ijaaru Inni dhabe jedhee Jooreetin jawwaaru    ~ qarshiiniis danoomee Kan walirra tuulu Inni qarshii dhabees Rakkinaan kulkulu    ~~ Inni irraa hafes inni dhabes      Obsaa rakkoo Kaayyoon adda miti    Kaayyoon tokko         ~~~ ofiisaa fooyyessuuf inni Gaara ba'ee bu'u dachaa Rakkinasaaf jedhee Gufuun guggufachaa      ~~~ xaaree dafqee dhiigee Dhiigasaallee qoorsaa Jooree deegee labee Joorassaallee obsaa       ~~~~     Rakkoof jedhee Beelaan sakaalamaa       Yoo kadhates Namaan abaaramaa     ~~ "BOR Boriin kan imalu Abaarsa dagachaa Garaa guutuuf miti JIREENYA barbaacha      @wolaloo_jaalalaa           #share             #join. ..... @obsiilink
502
18
#waadaakoo Waadaa waliin qabna Hirbuu waliif seenne Kanafan si soqa Takkaa gadin teenye Mallattoo waadaakoof Kudhaama siif laadhe Summii natti ha ta'u Hirbuu kee yoon nyaadhe Beenyaa na gaafatus Iddoon ani dhaqe Waadaa kee hin haalu Karaa koorraa maqee Erga addaan baanee Takkaa rafeen bulle Garuu sirraa hin hafu Nan dhufa yaa kuullee ════════════ ┗━━━  ━━💞━━  ━━━┛ ✍️....💥𝙸𝚒𝚜𝚊𝚍𝚒𝚒𝚗®✅ 𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴 𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴 🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹 🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹 🌱... .... @obsiilink
512
19
Bacaqii gannaarraa Gara booqaa birraa Gaafa birraan gahu Wal argumaaf jirraa! ☆☆☆☆☆☆☆☆☆ Abaaboon daraaree Mul'atee bareedaa Si obsuun dadhabe Garaankoo si yaada ☆☆☆☆☆☆☆☆☆ Galaanaatu guutee Addaan nu hambisee Akka walin garreef Gargar nu fageeysee ☆☆☆☆☆☆☆☆☆ Gaafa birraan ga'u Abaaboo daraaraa Jaalalloo lamaantu Wal arguuf jarjara ☆☆☆☆☆☆☆☆☆ Kennaa waliif laatu Abaaboo muratee Bara haaraa simata Onneen wal jaalate ☆☆☆☆☆☆☆☆☆ Argaatee hawweera Hedduun si yaadeeraa Onneenkoo jarjaree Birraan fagaateera ☆☆☆☆☆☆☆☆☆ Hawwiif mul'atakoo An sirran kaayyadhe Birraa bariin eega Ergan si jaaladhee ☆☆☆☆☆☆☆☆☆ Barri haaraan dhufu Nageenya qabatee Wal nu haa garsiisu Illahiin ol ta'ee!! .. .. ... @obsiilink
149
20
Bishaan ni ga’a jettee Galteen hafin manatti Maatii dhoksi gannaqii Ammas kottu lagatti Anxaxiin cora jedhii Sobii funyoo fudhadhuu Akkammo sin arginee loo’i kottu dhokadhuu Coreen lafa siif ka’a Adaa walitti qabee Dafiitii qaqqabadhu Onnee siif jecha cabe bakkuma silaa sanaa Anbabbeessa  jalattii Mallattoo siifan buusaa Baala laalii  lafattii  Baala xiqqoo agarraan An dhufuu kiyya  beekii Yoo achii na dhabdeellee Hin jarjariin na eegii Dhufa kee natti himuuf Sobii dhadhahi jaarkaa Yoo jaarkaaniin dhibamelle Xiqqoo waliin dhahi arka Bakkan jiruu ol baheen Rakkoo koon sitti himadhaa Maddii kee bitaaf mirgaa Afaan keen si dhungadha Ani silaa sin obsuu Galagalas lo'een dhufaa Jara keessan raffisii dafteemmon cufin cufaa Gadii bahuu  fakkeessii Kottuu qoraan fudhadhuu Mana jalan dhokadhaa Dhoksaatti na dhungadhu!!         .... @obsiilink
435