en
Feedback
𝐀𝐛𝐬𝐞 𝐆𝐎 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥

𝐀𝐛𝐬𝐞 𝐆𝐎 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥

Open in Telegram

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐡𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐝𝐡𝐮 https://t.me/AbseTv

Show more
700
Subscribers
No data24 hours
-37 days
-730 days
Posts Archive
Join godhii itti makami mee

​​​​#AKKA_HIN_DAGATAMNE! 01/12/2016 #GALMEE_BARATTOOTA_KUTAA_9FFAA_M/B #BULTII_ADDAAFI #ADDAA Barachuu Barbaadan Hundaaf ------------- Guyyaan Galmee :- 06 - 10/12/2016 Iddoo Galmee:- - Waajjira Barnootaa Aanaalee hunda keessatti, #Magaalota_Finfinneefi_Shaggaritti - Waajjira Barnootaa Kutaalee magaalotaa keessatti waan gaggeeffamuuf galmaa'aa! ULAAGAALEE GALMEE ----------------- Ulaagaa Simannaa Barattoota Kutaa 9ffaa Manneen Barnoota Addaafi Bultii Addaa Bara 2017 1) Ulaagaalee Galmee ➢ Qormaata naannoo kutaa 8ffaatiin qabxiin giddugaleessaa (Average) dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 82%fi isaa ol kan qaban ➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol; ➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen qaban. Naannoo Horsiisee Bulaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- % 82 Dub- %80 ➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol; ➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban Qaama Miidhamtootaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- %82 Dub- %80 ➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol; ➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban. Umrii yeroo kutaa 9ffaa seenu waggaa 16 kan hin caalle 2) Guyyaa Galmeefi Bakki Galmeen Itti Geggeeffamu: Guyyaa Galmee: Hagayya 06 hanga 10/2016 ta' a Iddoo Galmee: Wajjira Barnoota Aanaaleefi Bul/Magaalotaa Oromiyaa hundaafi Waajjira Barnoota Kutaalee Magaalaa Shaggariifi Finfinnee keessatti ta'ee qormaanni barreeffamaa jiddugala 24 irratti kan kennamu ta’ee iddoon isaa Godinaaleefi Magaalotaaf keessaan kan beeksisnu ta'a. #Gosni_barnootaa_qormaatni_barreeffamaan_kennamu; 1-#Herrega 2-#Afaan_Oromoo 3-#Afaan_Ingilizii 4-#Keemistirii 5-#Fiiziksii 6-#Baayoolojii #Guyyaa_Qormaataa- Hagayya 24/2016 Waraqaa eenyummaa isaan ibsu qabachuun bufata qormaataatti argamuu qabu #Qabxii ittiin darbamu ➢ 80% Qabxii qormaata barreeffamaa ➢ 15% qabxii ministrii ➢ 5% qabxi Transkriiptii #Iddoo ramaddii: Barattootni Qabxii darbinsaa fiduun darban Manneen barnootaa bultii addaa BBOfi WMOn ramadutti barachuuf qophii kan qabu/du ta’ee kanneen hafan qabxii darbinsaa Biiroon murteessee beeksisuun MBA Yunivarsiitii, Godinaaleefi Magaalotaan bulaniifi isaanitti dhiyoo ta’anitti galmaa’uun barachuu kan danda’an ta’uu ni hubachiifna. https://t.me/Goro_gutu_education_office Face book keenya 👇👇👇👇 follow godhaa nu hordofaa https://www.facebook.com/Gorogutuedu?mibextid=ZbWKwL

Hojiilee Hawaasaan Hoojetaman yeroo daawwatamu kana fakkaata.
Hojiilee Hawaasaan Hoojetaman yeroo daawwatamu kana fakkaata.

Anaa Gooroo guutuu kessatti manneen barnootaa Hedduu keessatti Hojii Gaggaarii Hojjechaa akka jirtan. Arginee jirra Jabaadhaa
+8
Anaa Gooroo guutuu kessatti manneen barnootaa Hedduu keessatti Hojii Gaggaarii Hojjechaa akka jirtan. Arginee jirra Jabaadhaa isiniin jenna nutiis. Tattaaffii boodaan milkaa'inni Akka jiru Shakkii Hin qabu.

Join godhaa itti makamaa 👇👇👇👇

Bara Barnootaa 2016 Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Keessatti Barattootni Kutaa 6ffaa qormaata naannoo #fudhatan dhi 255,145 dub 248,581 walitti 503,726 #kan_darban_immoo, kutaa 6ffaa dhi 207,141 (81.18%) dub 201,335 (80.99%) walitti 408,476 (81.6 %) gara kutaa 7ffaatti darbairu. Kutaa 8ffaan immoo, #Kan qoraman; dhi 266,238 , dub 273,636 walitti 539,874 #Qormaata kan darban immoo, dhi 203,520 (%76.44) dub 191,173 (69.86%) walitti 394, 693 (%73.11) gara kutaa gffaatti darbaniiru.

Mana barnootaa bultii Addaa konbolchaa
+1
Mana barnootaa bultii Addaa konbolchaa

Guyyaa _ Dilbata 28/11/2016 #BEEKSISA #Manneen_Barnootaa_Bultii_Addaafi_Manneen_Barnootaa_Sad_2ffaa barattoota qormaata naannoo xumura kutaa 8ffaa bara 2016 qabxii olaanaa galmeessisaniifi ulaagaalee qophaa'an guutan dorgomsiisee bara barnootaa 2017f fudhatanii barsiisuu barbaadu Kanaafuu, barattootni ulaagaa guuttan galmaa'aa; dorgomaa; darbaa; baradhaa! Ulaagaa Simannaa Barattoota Kutaa 9ffaa Manneen Barnoota Addaafi Bultii Addaa Bara 2017 #1_Ulaagaalee_Galmee ➢ Qormaata naannoo kutaa 8ffaatiin qabxiin giddugaleessaa (Average) dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 82%fi isaa ol kan qaban ➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol; ➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen qaban. Naannoo Horsiisee Bulaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- % 82 Dub- %80 ➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol; ➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban Qaama Miidhamtootaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- %82 Dub- %80 ➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol; ➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban. Umrii yeroo kutaa 9ffaa seenu waggaa 16 kan hin caalle #2_Guyyaa_Galmeefi_Bakki_Galmeen_Itti_Geggeeffamu: #Guyyaa_Galmee: Hagayya 06 hanga 10/2016 ta' a #Iddoo_Galmee: Naannoo Oromiyaatti Wajjira Barnoota Aanaaleefi Bul/Magaalotaa hunda keessatti, akkasumas Waajjira Barnootaa Kutaalee Magaalaa Shaggariifi Finfinnee keessatti galmeen ni gaggeeffama. Qormaatni seensaa Hagayya 24/2016 barreeffamaan jiddu gala (buufata) 24 keessatti kennama qormaanni barreeffamaa jiddugala 24 irratti kan kennamu ta’ee iddoon isaa Godinaaleefi Magaalotaaf keessaan kan beeksisnu ta'a. Guyyaa Qormaataa- Hagayya 24/2016 #Barataa_Qormaata_Darbe_Iddoo_Ramaddii: Barattootni Qabxii darbinsaa fiduun darban Manneen barnootaa bultii addaa BBOfi WMOn ramadutti barachuuf qophii kan qabu/du ta’ee kanneen hafan qabxii darbinsaa Biiroon murteessee beeksisuun MBA Yunivarsiitii, Godinaaleefi Magaalotaan bulaniifi isaanitti dhiyoo ta’anitti galmaa’uun barachuu kan danda’an ta’uu ni hubachiifnu. #Hubachiisa:- Odooffannoowwan hunda a isin biraan geenya. Fuula FB keenyaa hordofaa. https://t.me/Goro_gutu_education_office https://www.facebook.com/Gorogutuedu?mibextid=ZbWKwL

#BEEKSISA_WAAMICHA_GALMEE_BARATTOOTAA Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Qormaata naannoo kutaa 8ffaa Bara 2016 fudhatanii qabxii ol'aanaa fidanii gara kutaa 9ffaatti darban qormaata seensaa keennee Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaafi Manneen Barnootaa Addaa Sad.2ffaatti barsiisuuf beeksisa ulaagaa galmee baasee jira. #Haaluma_Kanaan; Ulaagaa Simannaa Barattoota Kutaa 9ffaa Manneen Barnoota Addaafi Bultii Addaa Bara 2017 #Ulaagaalee_Galmee Qormaata naannoo kutaa 8ffaatiin #qabxiin #giddugaleessaa (Average) #dhiiraaf 85%fi isaa ol, #Shamarraniif 82%fi isaa ol kan qaban #Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan #dhiiraaf 85%fi isaa ol, #Shamarraniif 75%fi isaa ol; #Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa #Afaan _Ingilizii fi #Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan #dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas #Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen qaban. #Naannoo_Horsiisee_Bulaaf- #Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- % 82 Dub- %80 #Tiraaniskiriiptii_kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan #dhiiraaf 85%fi isaa ol, #Shamarraniif 75%fi isaa ol; #Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan #Ingiliziifi_Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan #dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas #Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban #Qaama Miidhamtootaaf- #Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa #Dhi- %82 #Dub- %80 #Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan #dhiiraaf 85%fi isaa ol, #Shamarraniif 75%fi isaa ol; #Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan #Ingiliziifi #Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban. Umrii yeroo kutaa 9ffaa seenu waggaa 16 kan hin caalle #Guyyaa_Galmeefi #Bakki_Galmeen Itti Geggeeffamu: #Guyyaa_Galmee: #Hagayya 06 hanga 10/2016 ta' a. #Iddoo_Galmee: Wajjira Barnoota #Aanaaleefi Bul/Magaalotaa Oromiyaa hundaafi Waajjira Barnoota Kutaalee Magaalaa Shaggariifi Finfinnee keessatti ta'ee qormaanni barreeffamaa jiddugala 24 irratti kan kennamu ta’ee iddoon isaa Godinaaleefi Magaalotaaf keessaan kan beeksisnu ta'a. #Guyyaa_Qormaataa- #Hagayya 24/2016 Waraqaa eenyummaa isaan ibsu qabachuun bufata qormaataatti argamuu qabu Qabxii ittiin darbamu 80% Qabxii qormaata barreeffamaa 15% qabxii ministrii 5% qabxi Transkriiptii #Iddoo_Ramaddii: Barattootni Qabxii darbinsaa fiduun darban Manneen barnootaa bultii addaa BBOfi WMOn ramadutti barachuuf qophii kan qabu/du ta’ee kanneen hafan qabxii darbinsaa Biiroon murteessee beeksisuun MBA Yunivarsiitii, Godinaaleefi Magaalotaan bulaniifi isaanitti dhiyoo ta’anitti galmaa’uun barachuu kan danda’an ta’uu ni hubachiifna. Maddi Odeeffannoo Fuula Fb Biiroo Barnootaa Oromiyaa irraa nu hordofaa fb keenya. https://t.me/Goro_gutu_education_office https://www.facebook.com/Gorogutuedu?mibextid=ZbWKwL

Booda gammaduuf dura carraaqi
Booda gammaduuf dura carraaqi

Afeerramtaniittu isin hundi koottuuu join godhii seeni.
+2
Afeerramtaniittu isin hundi koottuuu join godhii seeni.

Galmoota 8'n Kenna Tajaajilaa Hawaasaa ######################### 1.Kabaja Maammilaa Qabaachuu 2.Itti Gaafatamummaa 3.Jijiramaaf Qophaa'uu 4.Gareen Hojachuu 5.Teeknooloojii Waliin tarkaaffachuu 6. T ajaajiltummaa 7.Naamusa ogummaa 8.Kalaqa (innovation)

Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi kutaa 8ffaa bara 2016 beekame. -------- BBO- Adoolessa 25/2016 Qabxiin qormaata barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2016 har'a ibsameera. Bara Barnootaa 2016 Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Keessatti Barattootni Kutaa 6ffaa qormaata naannoo #fudhatan dhi 255,145 dub 248,581 walitti 503,726 #kan_darban_immoo, kutaa 6ffaa dhi 207,141 (81.18%) dub 201,335 (80.99%) walitti 408,476 (81.6 %) gara kutaa 7ffaatti darbaiiru. Kutaa 8ffaan immoo, #Kan_qoraman; dhi 266,238 , dub 273,636 walitti 539,874 #Qormaata kan darban immoo, dhi 203,520 (%76.44) dub 191,173 (69.86%) walitti 394,693 (%73.11) gara kutaa 9ffaatti darbaniiru. Kutaa 6ffaafi 8ffaa - adeemsa qabxii itti ilaallachuu danda'an ----------------- Barattootni qabxii isaanii karaa Kompitara ykn bilbila isaanii irraa 'Link' asii gaditti kenname keessa galuun fuula 'Home Result' jedhu argattu. Fuula kanarratti bakka lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun dhumarratti 'check result' kan jedhu tuquun qabxii keessan beekuu ni dandeessu. Kutaa 6ffaaf --------- https://oromia6.ministry.et/#result https://oromia6.ministry.et/#result Dabalataanis; telegraamii irratti . @emacs_ministry_result_qmt_bot - 'start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa . - itti aansuun Naannoo keessan filaa, - itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu. Kutaa 8ffaaf Liinkiin asii gaditti kenname kan qabxii kutaa 8ffaa ittiin ilaalludha. https://oromia.ministry.et/#result https://oromia.ministry.et/#result Dabalataan, Telegraamii irratti @emacs_ministry_result_qmt_bot - start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa . - itti aansuun Naannoo keessan filaa, - itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu. #Komii_yoo_qabaattan: Barataan Komii Qabu Yoo Jiraate; Liinkii asii gaditti kenname keessa galuun komiisaa dhiheeffachuu ni danda'a. Komiinis kan dhihaatu danda'u har'a irraa eegalee #guyyoota_hojii 10 keessatti qofa ta'a. Kutaa 6ffaaf https://oromia6.ministry.et/#/complaint yoo ta'u, Kutaa 8ffaaf immoo https://oromia.ministry.et/#/complaint fuula 'form' irratti gosa barnootaa komii irratti dhiheeffattan filachuun iyyannoo dhiheeffachuu ni dandeessu. 🎯 Hubachiisa: Dursitanii App. VPA cufuu qabdu. Qabxii darbiinsaa ------------- Kutaa 8ffaa #Dhiiraafi dubartii 50%fi ol yoo ta'u, #Naannawa horsiisee bulaatiif dhiiraaf 48% , dubartiif 45%fi ol # Qaama miidhamtootaaf immoo, dhiiraaf 45% , dubartiif 42 % fi ol ta'ee murtaa'eera. #Qabxii_Manneen_Barnootaa_Bultii_Addaa_Galchanis_fuuldura_isin_beeksifna!

Dubbisi dhiiftee bira hin kutin 👇👇👇👇👇👇👇👇👇✔️
+1
Dubbisi dhiiftee bira hin kutin 👇👇👇👇👇👇👇👇👇✔️