cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

HIIKAA TUBE

๐Ÿ”— Kutannoo yoo qabaatte xaxaa haalaa kutattee milkoofta ๐Ÿ‘‰ YOO OF TA'UU DADHABDE NAMA HIN FAKKAATIN

Show more
Finland3 514The language is not specifiedReligion & Spirituality120 205
Advertising posts
269
Subscribers
-124 hours
-17 days
-330 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

NAMOOTA MACAAFA QULQULLUU RAAJEFATAN 1 Martiin Luuter. Lammii jarmanii kan haara'umsa waldaa kiristaanaatiif bu'uura ta'e dha. ๐Ÿงท Ejjennoon inni ittiin haara'umsa waldaa kiristaanaa bu'uiresses " Ayyaana qofa, Amantii qofa, Dubbii waaqayyoo qofa" kan jedhu ture. Lubni Kun macaafa qulqulluu ilaalchisee akkas jedhe; Akkuma qaamni dhagna keenyaa uffata keenya keessatti argamu, kiristoosiin guutummaatti fuulota macaafa qulqulluu keessatti arganna jedhe. 2 Dr. Helen cellor " Kitaaba qulqulluu malee jireenya gaggeeffachuu hin dandeenyu". 3 Albert Inistaayin Saayintistii Ameerikaa, dhiigaan lammii yihuudotaa kan ta'e yoo ta'u argannoowwan saayinsii hedduu addunyaa kanaaf gumaachuudhaan nama beekamudha. ๐Ÿ‘‰ Umurii isaa guutuu kaalsii utuu hin kaawwatin kan hafe akka ta'etu dubbatama. ๐Ÿ›ก๏ธ Innis macaafa qulqulluu ilaalchisee akkas jedhe; " Addunyaa keenya har'aatiif wanti barbaachisu waaqayyoon dhaga'uudha ( macaafa qulqulluu dubbifachuudha)" jedhe. 4 Wiiliyam Gilaadistoon Jaarraa 19ffaa keessa muummee ministeera ingilizii cimaa ture. Innis akkas jedhe; ๐Ÿšฅ Namoota gurguddoo hiryoota koo ta'an 95 keessaa 85 kanneen macaafa qulqulluu dubbisaniidha. Anaanis guutummaan guutuutti jireenya koo kan hoogganu macaafa qulqulluu dha. 5 Joorji Waashingten Piresedaantii Ameerikaa isa jalqabaati. kitaaba qulqulluu ilaalchisee akkas jedhe; ๐Ÿšฅ Falaasamni macaafa qulqulluu sammuu Koo gararraa waan ta'eef, kitaaba isa kamuu caalaa kitaabni qulqulluun falaasama cimaa waan of keessaa qabuuf gara fuula duratti macaafa kana cimsee qayyabachuufan karoorfachaa jira jedhe. 6 Abirahaam Liinken Piresedaantii Ameerikaa ture. Yeroo Ameerikaan kaabaa fi kibbatti addaan qoodamuuf wal waraanaa turte kan aangoorra tureedha. Piresedaantichi namoota gurguddoo addunyaa kanaa keessa tokko yoo ta'u, waa'ee macaafa qulqulluu akkas jedhe. " Kitaaba qulqulluu dubbisuudhaan bu'aa gaarii argadheera, atis amantii fi hafuuraan guutamii dubbisi". 7 Isaaq Niwuuten Saayintistii Ingiliziiti. Fiiziksii keessatti argannoowwanii fi foormulaawwan hedduu wixineessuudhaan beekama. Saayintistiin Kun umurii isaa guutuu utuu wal quunnamtii saalaa hin raawwatin jiraachuudhaan akka dabarse seenaawwan adda addaa ragaa isaaf ba'u. Kitaaba qulqulluu ilaalchisee akkas jedhe; ๐Ÿšฅ Kitaaba addunyaa kanaa isa kamuu caalaa jiraachuu waaqayyoo kan nuuf mirkaneessu macaafa qulqulluu dha jedhe. Yeroo kee kennitee dubbisuu keef galatoomi. Namaaf share godhi By AMANUEL ๐Ÿ Maxxansi itti fufa.....
Show all...
Namni hunduu namummaa fi halluu mataa isaa qaba.Halluu sana arguu yoo dadhabde rakkoon nama sanaa osoo hin taane, si bira jira. Harreen fuula kootti yoo rifatte ykn asheeta keessa yoo gulufte aaruu hin qabu."Harreen waan uumamaa ta'e hojjatte.Yeroo baay'ee namoota waliin wal lolla. Sababni isaas gara namummaa keenyatti harkisuu waan yaalluufiidha. Nama dhuunfaa isaatiin hin kabajnu. Maqaa Kanaafi kan wal jibbinu.Addunyaa kana irratti waan barbaadduu fi hin barbaanne haala waliin jiraatta. Wanti hundinuu akka ati barbaaddutti hin ta'u. Gammachuu jechuun waan barbaadde dinqisiifachuu fi waan hin barbaanne fudhachuu irraa argama."
Show all...
๐Ÿ‘ 3
Inaaffaan miira aarii ykn murtii haguuggii qabuudha.Yeroo dhugaan jiru gaddaa fi ofitti gammaduu taโ€™uudha. Jireenya irraa dhuguma maal akka barbaaddu beekuu yoo barbaadde; Namoota itti hinaaftan ilaalaa. Kana jechuun waan isaan qaban barbaadda jechuu dhiisuu dandaโ€™a; Wanti guddaan waan siif hin hayyamamne ilaalaa jiraachuu isaaniitiin aariin sitti dhaga'ama. Yoo hinaaffaatti fayyadamtee milkaa'ina namoota biroo salphifte; Gara kutaa dhuunfaa kee isa hin beekamneetti jilbeeffattee jirta jechuudha. Waan galmaan gahuu barbaaddu ilaaluuf hinaaffaatti yoo fayyadamte garuu, amala of salphisuu kee adda baasuu fi waan barbaadde hojjechuuf caalaatti qophaaโ€™uu ni jalqabda.
Show all...
๐Ÿ‘ 1โค 1
Repost fromย Oshoo Official
GATIINKEE HANGAMI (HOW MUCH YOUR WORTH IS? Abbaatu du'asaan dura ilmasaan akkas jedha, "Sa'aatiin kun kan akaakayyuun kee naaf kenneedha; innis waggaa 200 ol fixeera.Garuu, ani osoo siif hin kennin dura dukkaana (suuqii) itti sa'aatiin gurguramu deemiitii gatii hangamii akka baasu gaafadhu!" jedheen. Ilmis deemee dhufee, abbaasaatiin, " 'Sa'aatichi tureera (dulloomeera)' naan jechuun $5 naaf kennani" jedhe. Abbaanis "Suuqii bunaa deemi gaafadhu!" jedheen.Achis deemee gara isaatti deebi'uun, "Isaan immoo $10 naaf kennani" jechuun itti hime.Dhumarratti abbaan, "Muuziyeema deemii itti agarsiisi!" jedheenii. Innis deemee deebi'ee; abbasaatiin akkana jedhe, "Sa'aatii umurii heddu lakkoofsiseeru kanaatiif $1,000,000 naaf kennani." Abbaanis ilmasaan, "Bakki sirriin haala sirriin gatii kee akka dinqisiifatu akka beektun barbaade. Bakka dogoggoraa of hin kaa'iin! Kan gatii kee beeku kan si dinqisiifatuudha; bakka sin madaallee hin turin!" jedhee ilmasaa gorse jedhama. Moral (Seexaa): Tarii bakka dhaquun nuuf hin malle ykn nun madaalle deemuun, gatii nun maadalleen dhoofsifamnee ta'uu danda'a.Garuu, inni gatii keenya osoo hin taane, balleessaa bakka filachuu dhabuuti. Akkan taane madaalamuun sammuu miidha, guddinas quucarsa.Madaallin sirrii hin taane akkasii nu aarsuu danda'a; garuu aaruurra maadaltuu sirrii kan bakka isaa eeggateen maadala sirreessudha. Gatii keenya isa sirrii beekuuf bakka sirrii haala sirriin nu maadalu deemuu qabna. Right place appreciates your value in right way!
Show all...
๐Ÿ‘ 1
Show all...
Yeroo Waaqeffannaa Maatii Barattootaa WWWMY Amboo University Hachaaluu hundeessaa kaampaasii.

ANII GATII DHIIGA KEETII.... TOLEERA YAADASA, LAMMII GOOFARE FI YOOSEF DAGAFUU

YouTube channel kana seenaati subscribe godhaa
Show all...
#1 โœ๏ธ Yesus Kristos Eenyu? Waaqummaa Yesus Kiristoos irratti Kutaaleen Macaafa Qulqulluu Maal Jedhu? Hubannaa fi Ogummaadhaan Dubbisaa!!! Mee kutaalee Waaqummaa Yesus Kristos mul'isan haa ilaallu: โ€œGuutummaan Waaqayyummaa namummaa Kiristos keessa ni jiraata.โ€ โ€” (Qolosaayis. 2:9) Yesuus deebisee, โ€œUtuma ani yeroo dheeraa hammana gaโ€™u isinii wajjin jiraadhuu iyyuu ana hin beeknee, Filiphos? Namni ana arge abbaa arge.โ€ โ€” (Yohaannis. 14:9) โ€œKiristos bifa waaqayyo inni ijaan hin argamne ittiin namatti mulโ€™atuu dha. Uumama hundumaa duras dhalate.โ€ โ€” (Qolosaayis. 1:15) Waaโ€™ee waaqummaa gooftaa yesuus yommuu dubbannu yeroo inni dhalatee kaafnee utuu hin taโ€™in bara baraan kan jiru taโ€™uu isaa macaafni qulqulluun ni dubbata. โ€” (Miikiyaas. 5:2) Yesuus immoo, โ€œDhuguma dhuguman isinitti hima, Abrahaam utuu hin dhalatin iyyuu ani jiran ture.โ€ โ€” (Yohaannis. 8:58) Waaqayyo guutummaa waaqayyummaa isaatiin, isa keessa jiraachuutti gammadeera. โ€” (Qolosaayis. 1:19) โ€œInni wanta hundumaa dura ture; karaa isaa wanti hundinuu iddoo godhatee ni jiraata.โ€ โ€” (Qolosaayis. 1:17) Isaayaas. 9:6, Yesuus Kiristoos, โ€œAbbaa bara baraaโ€ jedhamee waamameera. โ€œGooftummaan hundinuu waaqa irratti, lafa irrattis naaf kennameera.โ€ โ€” (Maatewos. 28:18) โ€œBarsiisaa, gooftaasโ€ jettanii na waamtu isin akkuma jettan iyyuu ani isa. โ€” (Yohaannis. 13:13), (Maatewos. 10:32) "Yesuus Gooftaa akka taโ€™e afaan keetiin yoo beeksifte, waaqayyo duโ€™aa akka isa kaase immoo garaa keetti yoo amante fayyina bara baraa ni argatta." โ€” (Roomaa. 10:9) โ€œHafuurri waaqayyo gooftaa ana irra jira, sagalee misiraachoo warra gadadamootti akkan himuuf, waaqayyo na dibeera.โ€ โ€” (Isaayaas. 61:1) Yesuus Kiristoos kan nuuf dubbatuu dha. Bakka keenya buโ€™ee kan nuu fi waaqayyo walitti araarse dha. โ€” (2Qorontos. 5:18) "Inni bifa waaqayyummaatiin utuma jiruu, ulfina waaqayyummaa isa abbaa isaa wajjin wal isa qixxeessu wanta qabatanii itti hafanitti hin lakkoofne." โ€” (Filiphisiiyus. 2:6) Barreeffama kana dubbisaa kan jirtu, hubadhu! Jireenya kee oolfachuuf harโ€™uma gara Waaqayyootti deebiโ€™i! Ilma isaa tokkicha cubbuu keenya nu irraa fuudhuuf dhiphatetti amani! โ€œDhiigni Yesuus cubbuu hundumaattii nama qulleessaโ€ (1Yohaannis. 1:7). Namni maqaa gooftaa waammatu hundinuu ni oola. (Roomaa. 10:13) โ€œIsin warri maqaa ilma Waaqayyoo beektan jireenya bara baraa qabaachuu keessan akka beektaniifan kana hundumaa isiniif caafe.โ€ โ€” (1Yohaannis. 5:13) #Share
Show all...
โ€œWarra gara du'aatti geeffaman oolchi, warra ajjeefamuuf hollachaa adeemanis deebisi!โ€ ๐Ÿ“–Fak. 24:11
Show all...
Waakkataa fi Rakkataa kutaa 3 Diraamaa Afaan Oromoo 2024 / New oromo Comedy Movie 2024youtube.com/@D_jesus450?si=4Stacdum-O-ny3e8 โœจ Gadhiifamera โœจ ๐Ÿ“ฒsะฝฮฑัั”๐Ÿ“ฒlike comment โ–ท @HOPEMEDIE  โ— @sinbofilms       ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บJoin us ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ ๐Ÿ“žYadaaf ๐Ÿ‘‰ @Yesusiye1
Show all...
NATNAEL TAMENE ๐ŸŽต๐ŸŽต๐ŸŽต๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐Ÿ”ฅ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐ŸŽถ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ New 2024 https://t.me/adismezmur
Show all...