cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

HIIKAA OFFICIAL

🔗 Kutannoo yoo qabaatte xaxaa haalaa kutattee milkoofta 👉 YOO OF TA'UU DADHABDE NAMA HIN FAKKAATIN ⚙️Yaadaaf @Abichoooo 👆

Show more
Finland3 462The language is not specifiedReligion & Spirituality119 946
Advertising posts
254
Subscribers
No data24 hours
-77 days
-1830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Namoota sammuun tuqame sadiitu yaalamuuf hospitaala seene. Erga yeroo dheeraaf wal'aanamaa turanii boodas doktorri isaanii qorumsa isa dhumaa qoree yoo kan fayyan ta'e gadhiisuu barbaade. Kanaanis tokkoon tokkoo isaanii gaaffii gaafachuu eegale. Maraataa isa jalqabaa, "2+2" meeqa jedhee gaafate.Maraatichis, "3700" jedhee deebiseef. Doktorichis, "Ati sammuutti waan hin deebineef asuma turta" jedheen.Maraataa isa lammaffaas, "2+2" meeqa jedhee gaafate. Maraatichis, "Wixata" jedhee deebiseef. Doktorichis, "atimmoo tasumaa du'arraa adda fagoo hin jirtu. Atis asuma turta" jedheen. Dhumarratti maraataa isa sadaffaas gaaffiima walfakkaataa, "2+2" meeqa ta'a jedhee gaafate. Maraatichis "4" jedhee deebiseef. Doktorichis baay'ee gammaduudhaan, "BRAVO! Ati deebii sirrii deebifte.Akkamitti argatte?" jedheen.Maraatichis, "3700 wixataaf hireen argadhe" jedheen.Doktorichis gaggabee lafa dhahe.Amma hospitaalicha keessa maraattota afurtu jira. Qoosaa garaagaraa as channel keenyarraa in argattu kanaaf filannoo keessan nu taasisaa
Show all...
👍 1
Repost from JECHOOTA GAMNAA
Photo unavailableShow in Telegram
Jireenyi kun qormaata cimaadha. Namoonni hedduun ni kufu, Sababnis namoota biroo irraa copy godhuu waan mokaraniif, garuu isaanif hin galle namni hundi waraqaa gaaffii Adda addaa akka harkaa qabu. @jechoota_gamnaa
Show all...
00:18
Video unavailableShow in Telegram
@Funny Oops 😂😁
Show all...
00:48
Video unavailableShow in Telegram
When diarrhea strikes @Funny 😁
Show all...
Furmaataaf Samiirraa Dhufte - Songs of Songs (Live at Yeroo Weedduu) 2024 JOIN: @farfannaahaaraa
Show all...
Repost from Burqaa Faarfannaa
Show all...
Yeroo Weedduu - Garee Song of Songs

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇

https://www.facebook.com/MOAATVCHA...

#Yaadota Baay'ee Barsiisoo kana dubbisii namoota biroof illee qoodi 1.Nama namoonni akka fedha isaaniitti kaartaa jireenya isaaniitiin jiraachiisan hin ta'in. Kaartaa jireenya kee bocadhu! Kaartaa kee irratti of ijaari! 2. Argii jalqabi malee arguu qofaaf hin jalqabin! Dhaga'ii ba'i malee dhaga'uu qofaaf hin ba'in! 3. Ofii kee wajjin yeroo bal'aa fi sirrii ta'e qabaadhu! 4. Kan nama kuffisu baay'ina rakkinaa osoo hin taane, mul'ata xiqqoo fi obsa xiqqoo qabaachuudha! 5. Miidhama sirra ga'eef beellama haaloo ba'uu hin qabatin. Yeroo hundumaa ilaalchaa haaloo ba'uutu sirratti mo'a waan ta'eef. 6. Boriikeef karoorsi. Har'a keetti garuu gammachuudhaan jiraadhu! 7. Guyyaa tokko akka addunyaa lafarraa kana wajjin waliigaltee jireenyaa xumurtee deemtu(duutu) yeroo hundumaa yaadaa mana keetii ba'i akkasumas yaadaa mana keetti gali. Addunyaa daqiiqaa tokko booda waan ta'uu hin beekneef, nama hin jibbin ofiikees hin jibbin! #Join 👇👇👇👇👇👇. Share 🪜 HIIKAAOFFICIAL 🪜
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
" Inni garuu balleessaa keenyaaf in waraaname, sababii yakka keenyaafis reebamee in caccabsame; nuyi nagaa akka argannuuf inni in adabame, madaa'uu isaatiinis fayyinni nuuf in argame;" 👉Isay. 53:5 JOIN: @galaanafaarfannaa
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
🔱 Dur illee akkasitti suuraa kaata kaa
Show all...
⚙️ Haala ilaaltee akka waan dhi'eetti hin lakkaa'in Aduu caalutu siif ba'a
Show all...