cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

YOUTH FOR CHRIST MINISTRY

Engaged for Christ

Show more
Finland2 622The language is not specifiedReligion & Spirituality58 511
Advertising posts
1 310
Subscribers
No data24 hours
+547 days
+21530 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
570Loading...
02
"Waaqayyoo carraa du'aa sii qabu" Ergaa keeti dubbiifadhuu darbii !!!!!                   Guyyaa tokko jedhan dubbartii tokkotu konkolaata imala jiru tokko argiite deemuuf bakka qabatte buute.  Konkollachiisan konkolaata sana garuu bakka isheen qabattee sana gonkumaa akka hin teenye dide. isheen garuu deemuuf waan fedha qabduuf  amma amma irra deddebi'iite gaafattu illee tole jechuu dideen booda irra dubbartiin kun dhiistefi buute.      Akka carraa ta'ee namnii kan bira immoo gaafa dhufu akka inni ta'uu konkollachiisaan sun ayyaameef.  Waan nama dhibu garuu  konkolaatan kun erga xiqqoo adeemen booda galagalee namiichii bakka dubbartii sana ta'ee du'ee argame.................................. Yaa obbolleessa ko  yaa obbolleetti koo bakka atii qabattee sana sanyiin, qoomon , lammiin , firaan , anteen , jireenyaan , bifa fi haalan akka atii hin teenyeef si dhorka warri jiran badiisa keef osoo hin taane  jireenya keefidha...............  isaano garrummaaf malee .. isaano akka atii jiraattuuf malee si miidhuuf miti.   Ilaa yoo isaan karaa keetti cuufan illee , yoo isaan galma keetti gufuu ta'aan illee , yoo isaan  si jibban illee , yoo isaan si dhiiban illee ati immoo cimsii isaaniin galateeffadhuu gaariis yaadiif......... sababiin isaa isaan daandii jireenyaa kee waan ta'aniifi..... ....... Ameen ameen waan dubbiistaaniif galatooma......🙏                   Follow this channel t.me/Youth4Christ1              #Halkan_gaarii❤️
1041Loading...
03
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
1470Loading...
04
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
1740Loading...
05
Qalbii Godhadhu Dhugaatii_jabaa_Hin_dhugiin_Kan_jedhu_Macaafa_Qulqulluu_irratti_bakka_75tti_akka_caafame_beektaa? 1. #Daadhiin_wayinii_qullaa_sigodha_sisalphisa. Uma 9:20-26. 2. #Fira_dhiigaa_ykn_ijoolleekee_wajjiin_akka_ati_ejjitu_sitaasisa. S.uma 19:30-38. 3. #Dhugaatii_Nama_macheessu_hin_dhugiinaa_jedhee_Waaqayyo_abboomeera. S.Lew 10:9-11. 4. #Cuunfaa_muka_dhangaggaawu_hin_dhugiinaa! S.Lakk 6:3 5. #Dhugaatii_jabaan_albaadhessaa_fi_sagaagaltuu_sitaasisa. K.deebii 21:20 6. #Daadhii_Wayinii_yookaan_dhugaatii_cimaa_hin_dhugiinaa! K.deebii 29:5-6. 7. #Daadhiin_wayinii_ykn_dhugaatiin_jabaa_hadhaa_bofaa_isa_dhoksaatti_nama_ajjeesuudh. K.deebii 32:33. 8. #Daadhii_Wayinii_waanuma_nama_macheessu_irraa_ofeeggadhu! A.firdii 13:4, 7:14. 9. #Ati_hanga_yoomitti_machoofta? 1Seenaa 1:14 fi 15 10. #Dhugaatiin_jabaa_kun_akka_ati_duutuu_fi_ajjeestu_sigodha. Fakkeenyaaf Naabaal erga dhugee booda in du'e. 1Saam 25:32-38. 11. #Haxxummaa_hamaa_sibarsiisa. 2Saam 11:13. 12. #Amnoon_mucaan_Daawwit_dhugee_ture_gaafa_namaan_ajjeefame. 2Saam 13:28 fi 29. 13. #Beenhaadad_fi_jeneraalonni_32_dhuganii_machaa'anii_rukutamanii_dhuman. 1Mot 20:12-21 14. #Dhugaatii_jabaan_akka_tuffatamtu_sigodha.  Asteer 1:8-12. 15. #Daadhii_Wayinichaa_isa_firdiif_qophaa'e #irraa_jal’oonni #lafa_jiranii_ni_dhugu. Far 75:8 16. #jal’oonni #daadhii_wayinii_isa_humnaan_nama_irratti_ka’uudhaan #argamu_keessaas_ni_dhugu. Kana jechuun humnaan nama irratti akka ati kaatu sigodha. Fakk 4:17. 17. #Dhugaatii_jabaan_ogummaa_sidhabsiisa. Ogeessa hintaatu jechuudha. Fakkeenya 20:1. 18. #Dhugaatii_jabaan_hidhata_warra_dhugduu_sigodha. Fakkee Ta 23:19 & 20. 19. #Hiyyeessa_sigodha. Baasii hintaaneef si saaxila akkasumas qaamaan illee namaan gadi sigodha. Fakkeenya 23:21. 20. #Madaahuu_qaamaa_sitti_fida. Fakkeenya 23:29-30 21. #Hawwa_hintaaneef_si_saaxila. Fakk 23:31 22. #Hadhaa_mar’ataas #tahee_keessakee_idda. Fakk 23:32 23. #Gara_dubartii_ejjituu_si_ilaalchisa. Fakkeenya 23:33 24. #Ofitti_amanamummaa_sidhabsiisa. Kana jechuun yaada tokko akka ati hinqabaanne , akka gabatee bishaan keessaa taata. Fakkeenya 23:34 25. #Miira_dhukkubbii_fi_miira_fayyina_qaamaa_siwallaalchisa. Fakkeenya 23:35. 26. #Eenyummaa_fi_kabaja_sidhabsiisa. Fkn 31:4 fi 5. 27. #Badiisatti_sigeessa. Fakkeenya 31:6 fi 7 28. #Gammachuu_miira_jireenyakeef_hinta'u. Lall 2:3, 12:8. 29. #Keessattuu_gaggeessaa_taatee_dhuguun_sirrii_miti. Fakkeenya 31:4. 30. #Kaayyoo_dhugaatii_dhuguu_malee_kaayyoo_biraaf_carraa_siif_hinlaatu. Isa 5:11 fi 12. 31. #Araada_dhugaatii_qofaan_akka_ati_gammaddu_sigodha. Isa 5:22 32. #Fedhii_nyaataa_sidhabsiisa. Isa 19:14. 33. #Jireenya_Abdii_kutannaa_keessa_sigalcha. Isa 22:12 fi 13 34. #Miira_dhandhammii_sidhabsiisa. Isa 24:9 35. #Dheekkamsa_Waaqayyoo_jalatti_sihambisa. Isa 28:1. 36. #Ulfina_mataakee_sidhabsiisa. Isa 28:3 37. #Firdii_qajeelaa_sijallisiisa. Isa 28:7 38. #Maaddii_kabajamu_hin_godhattu. Isa 28:8 39. #Jireenya_irra_deebii_malee_jireenya_haaraa_hinqabaattu. Isa 56:9-12. 40. #Laphee_ykn_Gurra_Waaqayyoon_dhagahu_hinqabaattu. Erm 35:2-14. 41. #Oobdii_ykn_iddoo_aarsaa_Waaqayyoo_akka_xureessitu_sigodha. Hisqi'el 44:21. 42. #Gaggeessummaa_sirrii_hin_gaggeessitu. Dan 5:2-3 43. #Qodaa_mana_Waqayyoo_akka_xureessitu_sigodha. Dan 5:3 44. #Waaqa_tolfamaa_siwaaqeffachiisa. Dan 5:4 45. #Waaqayyo_irratti_akka_kaatu_sigodha. Dan 5:23. 46. #Yaada_sibooji'a. Hose'aa 4:11 47. #Jal’ina #sihojjechiisa. Hos 7:5 48. #Daldala_jal'inaa #sibarsiisa. Yo'el 3:3. 49. #Gargaaraa_jal'ootaa #taatee_xureeffamuu_mana_Waaqayyoof_sababa_taata. Amos 2:8 50. #Sababa_baduu_namaa_taata. Amos 2:12. 51. #Sababii_dheekkamsa_Waaqayyoo_taata. Yo'el 1:1-4. 52. #Sobduu_sitaasisa. Miik 2:11. 53. #Hojii_hamminaatiin_hamootatti_si_ijaara. Nahoom 1:10 54. #Salphaatti_gowwoomta. Amb 2:5 55. #Sababa_dhugaatii_jabaa_nama_tokkoo_yoo_taate_dheekkamsa_Waaqayyoo_jalatti_hafta. Amb 2:15 56. #hin_yellaata. Ulfinnikee salphinatti geddarama. Amb 2:16. 57. #Hojjetaa_hin_amanamnee_taata. Mat 24:48_51. 58. #Hamoota
2288Loading...
06
_keessaa_tokko_sitaasisa. Luq 12:45 59. #Mootummaa_Waaqayyoon_ala_sigodh. 1Qor 6:10. Gal 5:21. #Dhugaatii_jabaa_dhuguu_dhiisuun_maaliif_gargaara? 60. #Xuraa’ummaa #irraa_si_oolcha. Dan 1:5-7. 61. #Hafuura_Qulqulluudhaann_guutamta. Luq 1:15. 62. #Akka_of_hindaganne_sigodha. Luq 21:35. 63. #Amalakee_akka_sirreeffattu_godha. Rom 13:13. 64. #Gaarummaatti_jiraatta. Rom 14:21. 65. #Hiriyyummaa_nama_amaneera_jedhee_machaa'u irraa_si_oolcha. 1Qor 5:11. 66. #Dammaqinaan_jiraatta. 1Tes 5:6-7. 67. #Nama_amane_taatee_akka_hin_dogoggorreef_si_oolcha. 1xim 3:8. #Macaafni_Qulqulluun_waa'ee #dhugaatii_jabaa_irratti_tajaajiltootaan_maal_jedha? 68. #Raajonni Dhugaatii_jabaatiin_akka_hinmachoofne_ykn_warra_of_hinganne_tahuu_qabu_jedha. 1xim 3:2, Tito 1:7-8 69. #Diyaaqonii_ykn_warri_waldaa_Kiristiyaanaa_keessatti_gargaartota_tahan_dhugaatiitti_akka_of_hingadhiisne_jedha. 1Xim 3:8. 70. #Maanguddoonni-dargaggoonni_dhugaatiitti_akka_of_hinganne_Jedha. Titos 2: 3 fi 4. 71. #Jireenya_isa_kanaan_dura_yeroo_saba_Waaqayyoo_hinta’in #jiraachaa_turtan_sana_hinjiraatiinaa_jedha. 1Phex 4:3-4. 72. #Dhugaatiidhaan_of_hin_balleessinaa_jedha. Efesoon 5:18 73. #Machooftanii_gadhiisiitti_jiraachuudhaan_guyyicha_isa_dhumaaf_akka_of_hin_daganne_jedha. Luq 21:34. 74. #Machiidhaan_Mootummaa_Waaqayyoo_akka_hin_dhabne_jedha. Gal 5:21. 75. #Dhugaatii_nama_macheessu_hawwuun_sirrii_miti_jedha. Fakk 31:4. t.me/Youth4Christ1
2566Loading...
07
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
1620Loading...
08
TORBEE DHUFUN FANNIFAMA(Dinqii Gooftaa) ================================= " Kiruseedii gurguddaa ardii Afrikaa keessatti gaggeessinuun namootni miliyoonaan lakkaawwan gooftaatti amananu turan. Dabareedhaan biyya Koongoo wangeela lallabuufan deeme. Guyyaa tokko obboleessi wayii akka mana hidhaa dhaqnee wangeela dhugaa baanuuf nu affeere. Innis kanaan dura achi deemee waan tureef hidhamtoota keessaa kan amanan turan. Yeroo dhaqnetti namoota 50 kan duuni itti murtaa'e, harkii fi miilli isaanii haala sukkanneessaan, finyoo(funcaa) sibilaan, hidhaman argine. Taa'anii faarfatu. "Guyyaan gooftichi uume isa kana" jechuun walharkaa fuudhanii suuta faarfatu" jedhan hojjetaan wangeelaa Reinhard Bonnke. Girgiddaa manichaa keessa sibila tokkorra taa'ee osoon dhaggeeffadhuu Hafuurri Waaqayyoo natti dubbate."Mucaa dura bu'ee faarfachiisaa jiru kanaan 'Mana hidhaa kanaas ni baata, wangeela koos ni lallabda' jedhii itti himi" naan jedhe. Anis yaa gooftaa kun sagalee keetii jedheen irra deebiin gaafadhe. Waaqayyoos deebisee "Eeyyee! kun Sagalee kooti !" jechuun natti dubbate. Namicha afaan naaf hiikuun "muca dura bu'ee faarsaa hogganaa jiru naaf waamin" jedheen. Dargaggeessichi yoo dhufu"Maqaan kee eenyu jennaan Richard" naan jedhe. Richard, Waaqayyo gooftaan "mana hidhaa kanaas ni baata, wangeela koos ni lallabda" sin jedheera jedheen itti hime. Fuulli mucaa kanaa ni geeddarame. Innis " Muka guddaa ala jiru sana agartaa ? " naan jedhe. "Eyyeen" jedheen. "Ji'atti yeroo tokko magaalaa Kinshaashaa irraa namni tokko nu fannisuuf ergama. Nuyis mukicha fuldura dhaabbannee fannifamuuf dabaree egganna. Funyoo morma(kokkeetti) hidhee fiixee mukarraatti ol harkisee gadi yoo deebisu hidhamaan sun ni du'a. Kana dura dabareen yemmuu narra ga'u yeroo sadiif nan dadhabe; ji'a dhuftutti jedhee na dhiisee deeme. Torbee dhufu garuu jalqaba irratti anatu fannifama" jechuun naaf deebise. Anis "Egaa Waaqayyoo akkas jedheera jechuun kadhadheefiin bira adeeme." Torban sana manatti yoon kadhadhu"Yaa gooftaa! Dhimma Richard sana raawwadhuuf" jechuun boo'ichaan kadhadhaaf. Haafurri Waaqayyoo guyyaa tokko "Atumti bulchitoota biyyaa bira dhaqii bakka isaa dubbadhuuf " jedhe. Anis nan dhaqe. Bulchaan biyyaa mana hin turre. Haadha manaa isaatiin "har'a dhimma tokkofan as dhufe"n jedheen. "Torbee darbe mana hidhaatti wangeela lallabeen ture. Waaqayyoo dargaggeessi Richard jedhamu gadhiifamee wangeela koo haa lallabu waan jedheef dhimma kana abba warraa keettii akka naaf himtu kabajaan si gaafadhan" jedheen. Isheenis "dhimmi kun waan ta'u natti hin fakkaatu" jette. Xiqqoo turtees " yoo ijoollee keenya Ameerikaatti kaffaltee nuuf barsiisfte garuu irra mari'anna" naan jette. Anis deebisee "Lakki ! Kana gochuuf ani qarshii hin qabun" jedheen. Baay'ee natti aarte. Balbala natti cuftee deemuuf yoo isheen kaatu "Waaqayyoo Richard hiikaa; inni hojjetaa wangeela kooti isiin jedheera" jedheen sokke. Konfiraansii gaggeessee yoon deebi'u bilbilli natti bilbilamee "Richard hiikameera. Amma barumsa wangeela barachuuf galmaa'eera" naan jedhe. Anis "Baasii mana barumsaa isa nan danda'an" jedheen. Waggaa afuriin booda Kiruseedii magaalaa Kinshaashaatti qopheessinee turre. Dura bu'aan Kiruseedii keenyaa har'a saatii laaqanaa nannoo hoteela kiyyaatti "surprise" n akka na qunnamu natti hime. Yeroo geenyu dargaggeessi tokko fiigee dhufee natti marame. Ni boo'e, na boochise. Ani Richard jechuun natti hime. Barsumsa fixee hijjetaa wangeelaa ta'e. Dhugumaan“Waaqayyoof wanti dadhabamu hin jiru" ( Luq. 1:37) Dinqiidha hojiin Gooftaa keenyaa!! Fannifamuu nama oolchee lallabaa wangeelaa nama taasisa. Afaan Oromootti kan hiike Duresa Guluma t.me//Youth4Christ1
2461Loading...
09
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
720Loading...
10

2280Loading...
11
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
960Loading...
12
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
2390Loading...
13
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
1070Loading...
14
Media files
2830Loading...
15
I would like to say Congratulations !!! for All Action group of Jimma college and university main campus fellowship 👏🎉👏🎉👏🎉👏🎉👏🎉👏🎉 I proud to you all the time I proud to you all the time !!!  I feel Hopeful about you ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ the world is waiting for you; to be the man of tomorrow, a generation nominated for good works and to preach the gospel to all nations . 62 action teams are certified last Saturday may 10/2024 at Jimma college and university main campus fellowship! Praise God 🙏 #Jesus_saves #SLM_Ethiopia #We_are_a_witness #GCM_Ehiopia t.me//Youth4Christ1
6401Loading...
16
CHANNALII ERGAA JABAA QABATEE DHUFE KANA NAMNI HUNDUU #JOIN GODHACHUUN IRRAA FAYYADAMOOTA TA'AA. WAANTOTA AKKAMII BARBAADDU? FILADHAA ITTI FAYYADAMAA👇👇
2020Loading...
17
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
2230Loading...
18
Siidaan Luba  Billy Graham faana torbaa dheeratu kaleessa gamoo U.S. Capitol keessa kaa'ame. Billy Graham waggoota 80 oliif Wangeela lallabe, namoota miliyoonaan lakkaa’aman gara Yesus Kiristoositti fide, akkasumas pirezidaantota U.S. 12f gorsaa hafuuraa ta’ee tajaajileera. Sirni eebba siidaa kanaa Caamsaa 16 (kaleessa) Af-yaa’ii mana maree Maayik Joonsan fi Luba Franklin Graham  (ilma Billy Graham) fi Billy Graham Evangelistic Association (BGEA) waliin ta’uun muuziqeessaa Kiristaanaa Maayik W. Ismiiziin qophaa’eera. Ilmi isaa Fraklin Graham akkas jedhe,  ''Kun kabaja guddaadha, abbaan koo nama gad of deebisuu fi nama, galataadha. Dabalataniis, xiyyeeffannaan abbaakoo Ilma Waaqayyoo Gooftaa Yesus Kiristoos irratti malee isaa irra akka ta'u hin barbaadu ture." Jedhe. Senetar Ted Budd (R-NC) siidaa kana gara Capitol fiduuf hojii guddaa hojjete. Ergaa kana gadiis dubbate. "Leegaasiin Luba Biilii Giraaham ergaa dhiifama Yohaannis 3:16 irratti hundaa'e irratti hundaa'a. Umurii isaa guutuu Wangeela lallabuuf of kennuu isaa, Mirga Siiviliitiif falmuu isaa, komunizimii mormuu isaa fi qajeelfama hafuuraa namoota miliyoona dhibbaan lakkaa'amaniif ka  abdii isaanitti horu kenneeraaf. Fakkiin iaa bara baraan U.S. Capitol keessa dhaabbachuu qaba." Jedhani. Kan Waaqayyoon kabaje, akkasiin kabaja argata. ✍️ t.me//Youth4Christ1
2310Loading...
19
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
2180Loading...
20
Bara 1986tti "American medical Association" nin barruu mata dureen isaa "The Physical death of Jesus Christ" jedhu maxxansee ture. Adeemsa guutummaa dhiphina Yesuus kiristoos hanga du'a fannoo isaatti bal’inaan ibseera. Luqaas 22 irratti, Yesuus osoo hin qabamin dura dhiphina guddaa keessa akka turee fi dhiiga dafqaan makame akka dafqaa ture barreeffamee argina. Yeroo muraasaf ta'us, dhiphinni akkasii "Hematidrosis" jedhamuun beekama, kunis dhiphina baay'ee irraa kan ka'e kan uumamuudha. Yeroo sanatti fannifamuudhan ajjefaamuun du’a hamaa ta’e kan yakkamtoota hamoo ta'an irratti raawwatamuuf qopheefameetti fudhatama ture. Garuu gooftaa Keenya Yesuusin kan mudate kana qofa miti. Dhiphina cimaa ta'eefii hamma foon qaama Isaa irraa cicciree mul'isutti kan ga'edha ture. Reebicha suukaneessaa ta'een fuulli Isaa cicciramee mul'ata. Gonfoo qoree, dheerinni isaa inchii 2-3 ta'uun gogaa mataa Isaa keessa gadi fageenyaan seensifamee ture, Qacceen ittin isa dhiphisuudhaaf itti fayyadaman kubbaa sibiilaa xixiqqoo(gengoo ta'e) fi lafee qara qabu of irraa qaba ture. Sibiilli kun miidhaa guuddaa keessoo isaatti kan geessise yoo ta'u lafeen qara qabu sun foon Isaa cicciree banee bakketti mul'ise Ture. Maashaaleen lafee isaa, ujummooleen dhiigaa miidhaaf saaxilamuun isaanii dhiigi guddaan yesuusin keessaa dhangala'ee akka badu taasisa. Namoonni baay’een isaanii dararaa akkanaa irraa hin hafan turani. Yesuus erga akka malee reebamee booda fannoo ofii isaa baachuudhan oofame adeeme, namoonni yeroo itti qoosaniifi isatti tufan hin callise. Fannifamuun adeemsa dhukkubbii hamaa fiduuf kan yaadameedha ykn qophefamedha, du'a suuta jedhuun, adeemsa dhiphisaa ta'een gidirsaa ajjeesuudha ture. Mismaara hanga inchii 8 dheeratu harka fi miilla Yesuus keessa baasan. Loltoonni Roomaas hiddi akkasumas ribuun harka isaa keessa jiru akka ciccituu fi akka cabu waan beekaniif akkas isa godhan, Yesuus maashaalee dugda isaa fayyadamee yoo of deeggare malee hafuura baafachuu hin danda'u ture. Mee yaadi waldhasoo,dhukkubbii,ceephoo,daraaraa kana hundumaa?..Yesuus kiristoos dhugaa dhiphinaa amma dubachaa jirru kanaa sa'aatii 3 obse! Wangeelli Yohaannis akka jedhuutti erga Yesuus du'ee booda loltuun Roomaa tokko eeboodhaan cinaacha isaa waraane dhiigaafi bishaannis isa keessaa akka ba'e dubbata. Saayintistoonni akka ibsanitti,(hypovolemic shock) irraa kan ka'e,dha'annaan onnee saffisaan dha'achuun dhangala'aan naannoo sombaa fi onnee keessatti akka walitti qabamu taasisa. Dhangala'aan naannoo onnee meembireenii keessatti walitti qabamu "Pericardial effusion and the lungs, Pleural effusion" jedhama. Biyya lafaa kanaaf Kiristaanummaan gowwummaadha. Warra dadhabootatu "hubannaa hin qabnetu" itti amana jedhanii yaadu. Garuu dhugaa fannoo wajjin yeroo walitti dhuftu, nuti cubbamoota waan tokkofuu hin malle waan taaneef waaqayyo garuu nu olchuuf dhufusaa argina. #Kiristoos_Mootii_Moototaadha t.me//Youth4Christ1
1 1056Loading...
21
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
1900Loading...
22
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
200Loading...
23
BANUU FI CUFUU Balbala mootummaa Waaqayyoo FURTUUN isaa nu harka akka jiru beeknaa laata?! Waa’ee mootummaa Waaqayyootti galuuf dhabuu Namootni baayyeen akka hin beeknetti yeroo dubbatan yeroo baayyee ni dhageenya. Mootummaan Waaqayyoo kennaa probability qabu utuu hin taane karaa ilma isaa Yesuus Kiristoos warra isatti amanan hundumaaf kan kennameedha. Kennaa tola arganne kanatti tola jiraannee FIIXAAN baafna utuu hin taane; akka Warri kan Kiristoos ta'an jiraatanii jiraachuun FIIXAAN baafanna. Kiristoos Dhiifamaafis dhufe, Dhiifamaafis jiraate, Dhiifamaaf du’e, Dhiifamaafis du’aa ka’ee gara Waaqatti ol ba’e. Fannoo irra taa’ee Wanti inni labse Dhiifama ture. Fannifamuuf Barabbaa Isa yakka isaaf mana hidhaa taa’ee du’a eeggatuuf qooda isaa firdii du’aa fudhate. Fannoo irratti Hattuu du’aan adabamuuf fannifamnee Dhiifama godhee abdii jireenya bara baraa kenneef. Warra isa reeban, isatti faradan, isa fannisan, isa irratti waan hamaa qindeessaniif warra isa ajjeesaa jiraniif waan godhan hin beekanii isaaniif dhiisi jedhee Dhiifama labsaa Dhiifamaafis du’e. Barsiisni Yesuus akkas jedha “"Ani dhuguman isiniin jedha waanumti isin lafa irratti hiitan, waaqa irrattis hidhamaa in ta'a; waanumti isin lafa irratti hiiktan immoo, waaqa irrattis hiikamaa in ta'a.” Mat. 18:18 FURTUUN/Qulfiin waan 2qofaaf fayyada. Banuu fi CUFUU qofa. Dhiifamni qulfii mootummaa Waaqayyoo ittiin banannuudha. FURTUUN BALBALA MOOTUMMAA WAAQAYYOO ITTIIN BANATAN DHIIFAMA GOCHUUDHA. FURTUUN MOOTUMMAA WAAQAYYOO ITTIIN OFITTI CUFAN DHIIFAMA GOCHUU DADHABUUDHA! Mootummaa Waaqayyoo; Ayyaana tajaajilaa keenyaan hin banannu. Maqaa Amantaa keenyaan hin banannu. Aabboo mucummaa qabnuun hin banannu. Muudama tajaajilaa keenya(Faarfataa, Raajii, Pastor/luba, Wangeelaa fi kkf sanaan hin banannu. Mootummaan Waaqayyoo mootummaa dhiifamaati. Dhiisuu mucaa Kiristoos ta’uu dha;Mootummaa Waaqayyoos banachuudha. Wanti Nuyi lafa irra teenyee Waaqa irratti hiinu Dhiifama gochuu dadhabuu keenya. Wanti Nuyi lafa irra teenyee Waaqa irratti hiiknu Dhiifama gochuu keenya. Dhiifamni waan hundumaa hiika! Dhiifama isa Kiristoos irraa tola arganne; Gatii malee toluma haa goonu! Dhiisuu fi Dhiifama gochuu Wayya! Tareka A. t.me//Youth4Christ1
2702Loading...
24
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
1920Loading...
25

2270Loading...
26
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
1190Loading...
27
#POOLIKAARP ============ 📖 Dhiphina isa sitti dhufuuf jiru hin sodaatin! …… [Mul 2:10] ✍ Poolikaarp kan jedhamu Yohannis abbaa wangeelaa fi abbaa mul'ataa irraa kan barate akkasumas hojii Waaqayyootti dhibantaa walii kan turan yommuu ta'u Isiyaa xinnoo keessaa waldaa Simiirnaa keessatti sagalee Waaqayyoo barsiisuu fi lallabuudhaan tajaajilaa ture. Waldaa Simiirnaatti phaaphaasii fi maanguddoo ture. Yeroo mootiin Roomaa Ateniyus Phiyus  Qeesaara ture keessa  kristiyaanota magaalaa Simiirnaa irra ari'atamni guddaan ga'e. Yeroo kana keessa Poolikaarpiin qabuuf loltoota itti ergaman nyaata nyaachisee, sa'atii tokkoof akka kadhatuuf heyyama kadhatee booda harree irra ka'anii fudhatanii deeman; karaa irratti namni aboo qabu tokko argee Poolikaarpiin konkolaataa isaa irratti dabarsee, "Qeesaar Gooftaadha jettee aarsaa dhi'eessiteefii yoo du'a oolte maal qaba?" jedhee kadhate. Poolikaarp garuu, "Kana gochuu hin danda'u" jedhee dide.  Bulchaa biyyichaa bira erga ga'anii booda Poolikaarp gaafatamee deebii laate. Bulchaan biyyaa sunis ummata duratti, "Umurii keef yaadii Qeesaariin kakadhu! deebi'i! Waaqayyolii kan ganan haa badan jedhi" jedheen. Poolikaarp immoo ummata yaa'ii taa'ee ilaalu sana asii fi achi ilaalee gara waaqaattis ol ilaalee harka isaa gara ummataatti qabee sagalee dhiphinaan guuteen, "Warri hamaa godhan haa badan" jedhe. Bulchaan biyyaa itti dabalee, "Kakadhu gadan si dhiisaatii Kristosiin abaari!" jedheen. Garuu Poolikaarp, "Waggaa 86 Kristosiif hojjedheera; waan hamaa narratti raawwatee hin beeku; Gooftaa na fayyise, mootii koo attamittan arrabsa?" jedhee deebise. 💐 Bulchaan biyyaa sun ammas, "Qeesaariin kakadhu!" yeroo jedheenitti, "Qeesaariin kakata jettee na eegdaa? Akka waan eenyummaa koo hin beekneetti na gaafatta; mul'iseen dubbadha; AN KRISTIYAANA" jedheen. Ammas bulchaan sun, "Yoo yaada kee hin geeddarattu ta'e an bineensotan qaba" jedhee sodaachise. Poolikaarpis sodaa tokko malee, "Bineensonni kee natti haa dhufan; hojii jal'inaatii gara qajeelummaatti malee, hojii gaarii  irraa gara hojii jal'inaatti  deebi'uun hin barbaachisu" jedhee deebiseef. Itti dabalee bulchichi, "Akka ibiddi si gubee si fixu gochuu nan danda'a" jennaaniin Pooliikaarp, "Ibidda battala tokko turee baduun na sodaachiftaa? Haa ta'u malee warra jal'oota irratti ibidda qophaa'e, ibiddi bara baraa dhufuuf akka jiru hin beektuu? " jedhee deebiseef. Pooliikaarp sarmuu dinnaan du'i itti murtaa'e. 🍇 "Pooliikaarp ani kristiyaana jedhee dubbateera" jedhee ummatatti himnaan, ummatni hundi afaan tokkoon, "Ibiddaan gubatee haa du'u!" jedhanii iyyan. Akkasitti Poolikaarp gara ibiddaan gubachuutti gammachuudhaan adeeme. Namootni utubaa irratti fannisuu yaadan; inni garuu, "Hin barbaachisu, boba'aa arraba ibiddaa akkan danda'uuf Gooftaan humna naaf kennu, ibiddicha keessa akkan dhaabadhuuf jajjabina naaf dabala" jedhee dubbate. Gara ibiddichaatti darbannaan ibiddi gubuu dide. Achi keessatti billaan rukunnaan dhiigni isaa ibiddicha dhaamsee achumaan wareegame. Gara michuu isaattis sassaabame. Mo'uun akkas egaa! © Mark Yadata🙏 #Jesus_saves #I_am_a_witness       📍Join Us📍 @UumamaHaaraa1 @ErgamaGuddicha t.me//Youth4Christ1
2261Loading...
28
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
2050Loading...
29
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
2150Loading...
30
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
2670Loading...
31
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
2700Loading...
"Waaqayyoo carraa du'aa sii qabu" Ergaa keeti dubbiifadhuu darbii !!!!!                   Guyyaa tokko jedhan dubbartii tokkotu konkolaata imala jiru tokko argiite deemuuf bakka qabatte buute.  Konkollachiisan konkolaata sana garuu bakka isheen qabattee sana gonkumaa akka hin teenye dide. isheen garuu deemuuf waan fedha qabduuf  amma amma irra deddebi'iite gaafattu illee tole jechuu dideen booda irra dubbartiin kun dhiistefi buute.      Akka carraa ta'ee namnii kan bira immoo gaafa dhufu akka inni ta'uu konkollachiisaan sun ayyaameef.  Waan nama dhibu garuu  konkolaatan kun erga xiqqoo adeemen booda galagalee namiichii bakka dubbartii sana ta'ee du'ee argame.................................. Yaa obbolleessa ko  yaa obbolleetti koo bakka atii qabattee sana sanyiin, qoomon , lammiin , firaan , anteen , jireenyaan , bifa fi haalan akka atii hin teenyeef si dhorka warri jiran badiisa keef osoo hin taane  jireenya keefidha...............  isaano garrummaaf malee .. isaano akka atii jiraattuuf malee si miidhuuf miti.   Ilaa yoo isaan karaa keetti cuufan illee , yoo isaan galma keetti gufuu ta'aan illee , yoo isaan  si jibban illee , yoo isaan si dhiiban illee ati immoo cimsii isaaniin galateeffadhuu gaariis yaadiif......... sababiin isaa isaan daandii jireenyaa kee waan ta'aniifi..... ....... Ameen ameen waan dubbiistaaniif galatooma......🙏                   Follow this channel t.me/Youth4Christ1              #Halkan_gaarii❤️
Show all...
YOUTH FOR CHRIST MINISTRY

Engaged for Christ

👍 5
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
Show all...
Jechoota sammuu bohaarsan
Jechoota hayyootaa
Barnoota guddina dhuunfaa keenyaaf
Seenaa
Mudannoo
Walaloo jaalala
Bashannana Hundumaaf
Join godhachuun irraa baradha
Qalbii Godhadhu Dhugaatii_jabaa_Hin_dhugiin_Kan_jedhu_Macaafa_Qulqulluu_irratti_bakka_75tti_akka_caafame_beektaa? 1. #Daadhiin_wayinii_qullaa_sigodha_sisalphisa. Uma 9:20-26. 2. #Fira_dhiigaa_ykn_ijoolleekee_wajjiin_akka_ati_ejjitu_sitaasisa. S.uma 19:30-38. 3. #Dhugaatii_Nama_macheessu_hin_dhugiinaa_jedhee_Waaqayyo_abboomeera. S.Lew 10:9-11. 4. #Cuunfaa_muka_dhangaggaawu_hin_dhugiinaa! S.Lakk 6:3 5. #Dhugaatii_jabaan_albaadhessaa_fi_sagaagaltuu_sitaasisa. K.deebii 21:20 6. #Daadhii_Wayinii_yookaan_dhugaatii_cimaa_hin_dhugiinaa! K.deebii 29:5-6. 7. #Daadhiin_wayinii_ykn_dhugaatiin_jabaa_hadhaa_bofaa_isa_dhoksaatti_nama_ajjeesuudh. K.deebii 32:33. 8. #Daadhii_Wayinii_waanuma_nama_macheessu_irraa_ofeeggadhu! A.firdii 13:4, 7:14. 9. #Ati_hanga_yoomitti_machoofta? 1Seenaa 1:14 fi 15 10. #Dhugaatiin_jabaa_kun_akka_ati_duutuu_fi_ajjeestu_sigodha. Fakkeenyaaf Naabaal erga dhugee booda in du'e. 1Saam 25:32-38. 11. #Haxxummaa_hamaa_sibarsiisa. 2Saam 11:13. 12. #Amnoon_mucaan_Daawwit_dhugee_ture_gaafa_namaan_ajjeefame. 2Saam 13:28 fi 29. 13. #Beenhaadad_fi_jeneraalonni_32_dhuganii_machaa'anii_rukutamanii_dhuman. 1Mot 20:12-21 14. #Dhugaatii_jabaan_akka_tuffatamtu_sigodha.  Asteer 1:8-12. 15. #Daadhii_Wayinichaa_isa_firdiif_qophaa'e #irraa_jal’oonni #lafa_jiranii_ni_dhugu. Far 75:8 16. #jal’oonni #daadhii_wayinii_isa_humnaan_nama_irratti_ka’uudhaan #argamu_keessaas_ni_dhugu. Kana jechuun humnaan nama irratti akka ati kaatu sigodha. Fakk 4:17. 17. #Dhugaatii_jabaan_ogummaa_sidhabsiisa. Ogeessa hintaatu jechuudha. Fakkeenya 20:1. 18. #Dhugaatii_jabaan_hidhata_warra_dhugduu_sigodha. Fakkee Ta 23:19 & 20. 19. #Hiyyeessa_sigodha. Baasii hintaaneef si saaxila akkasumas qaamaan illee namaan gadi sigodha. Fakkeenya 23:21. 20. #Madaahuu_qaamaa_sitti_fida. Fakkeenya 23:29-30 21. #Hawwa_hintaaneef_si_saaxila. Fakk 23:31 22. #Hadhaa_mar’ataas #tahee_keessakee_idda. Fakk 23:32 23. #Gara_dubartii_ejjituu_si_ilaalchisa. Fakkeenya 23:33 24. #Ofitti_amanamummaa_sidhabsiisa. Kana jechuun yaada tokko akka ati hinqabaanne , akka gabatee bishaan keessaa taata. Fakkeenya 23:34 25. #Miira_dhukkubbii_fi_miira_fayyina_qaamaa_siwallaalchisa. Fakkeenya 23:35. 26. #Eenyummaa_fi_kabaja_sidhabsiisa. Fkn 31:4 fi 5. 27. #Badiisatti_sigeessa. Fakkeenya 31:6 fi 7 28. #Gammachuu_miira_jireenyakeef_hinta'u. Lall 2:3, 12:8. 29. #Keessattuu_gaggeessaa_taatee_dhuguun_sirrii_miti. Fakkeenya 31:4. 30. #Kaayyoo_dhugaatii_dhuguu_malee_kaayyoo_biraaf_carraa_siif_hinlaatu. Isa 5:11 fi 12. 31. #Araada_dhugaatii_qofaan_akka_ati_gammaddu_sigodha. Isa 5:22 32. #Fedhii_nyaataa_sidhabsiisa. Isa 19:14. 33. #Jireenya_Abdii_kutannaa_keessa_sigalcha. Isa 22:12 fi 13 34. #Miira_dhandhammii_sidhabsiisa. Isa 24:9 35. #Dheekkamsa_Waaqayyoo_jalatti_sihambisa. Isa 28:1. 36. #Ulfina_mataakee_sidhabsiisa. Isa 28:3 37. #Firdii_qajeelaa_sijallisiisa. Isa 28:7 38. #Maaddii_kabajamu_hin_godhattu. Isa 28:8 39. #Jireenya_irra_deebii_malee_jireenya_haaraa_hinqabaattu. Isa 56:9-12. 40. #Laphee_ykn_Gurra_Waaqayyoon_dhagahu_hinqabaattu. Erm 35:2-14. 41. #Oobdii_ykn_iddoo_aarsaa_Waaqayyoo_akka_xureessitu_sigodha. Hisqi'el 44:21. 42. #Gaggeessummaa_sirrii_hin_gaggeessitu. Dan 5:2-3 43. #Qodaa_mana_Waqayyoo_akka_xureessitu_sigodha. Dan 5:3 44. #Waaqa_tolfamaa_siwaaqeffachiisa. Dan 5:4 45. #Waaqayyo_irratti_akka_kaatu_sigodha. Dan 5:23. 46. #Yaada_sibooji'a. Hose'aa 4:11 47. #Jal’ina #sihojjechiisa. Hos 7:5 48. #Daldala_jal'inaa #sibarsiisa. Yo'el 3:3. 49. #Gargaaraa_jal'ootaa #taatee_xureeffamuu_mana_Waaqayyoof_sababa_taata. Amos 2:8 50. #Sababa_baduu_namaa_taata. Amos 2:12. 51. #Sababii_dheekkamsa_Waaqayyoo_taata. Yo'el 1:1-4. 52. #Sobduu_sitaasisa. Miik 2:11. 53. #Hojii_hamminaatiin_hamootatti_si_ijaara. Nahoom 1:10 54. #Salphaatti_gowwoomta. Amb 2:5 55. #Sababa_dhugaatii_jabaa_nama_tokkoo_yoo_taate_dheekkamsa_Waaqayyoo_jalatti_hafta. Amb 2:15 56. #hin_yellaata. Ulfinnikee salphinatti geddarama. Amb 2:16. 57. #Hojjetaa_hin_amanamnee_taata. Mat 24:48_51. 58. #Hamoota
Show all...
YOUTH FOR CHRIST MINISTRY

Engaged for Christ

2👍 1
_keessaa_tokko_sitaasisa. Luq 12:45 59. #Mootummaa_Waaqayyoon_ala_sigodh. 1Qor 6:10. Gal 5:21. #Dhugaatii_jabaa_dhuguu_dhiisuun_maaliif_gargaara? 60. #Xuraa’ummaa #irraa_si_oolcha. Dan 1:5-7. 61. #Hafuura_Qulqulluudhaann_guutamta. Luq 1:15. 62. #Akka_of_hindaganne_sigodha. Luq 21:35. 63. #Amalakee_akka_sirreeffattu_godha. Rom 13:13. 64. #Gaarummaatti_jiraatta. Rom 14:21. 65. #Hiriyyummaa_nama_amaneera_jedhee_machaa'u irraa_si_oolcha. 1Qor 5:11. 66. #Dammaqinaan_jiraatta. 1Tes 5:6-7. 67. #Nama_amane_taatee_akka_hin_dogoggorreef_si_oolcha. 1xim 3:8. #Macaafni_Qulqulluun_waa'ee #dhugaatii_jabaa_irratti_tajaajiltootaan_maal_jedha? 68. #Raajonni Dhugaatii_jabaatiin_akka_hinmachoofne_ykn_warra_of_hinganne_tahuu_qabu_jedha. 1xim 3:2, Tito 1:7-8 69. #Diyaaqonii_ykn_warri_waldaa_Kiristiyaanaa_keessatti_gargaartota_tahan_dhugaatiitti_akka_of_hingadhiisne_jedha. 1Xim 3:8. 70. #Maanguddoonni-dargaggoonni_dhugaatiitti_akka_of_hinganne_Jedha. Titos 2: 3 fi 4. 71. #Jireenya_isa_kanaan_dura_yeroo_saba_Waaqayyoo_hinta’in #jiraachaa_turtan_sana_hinjiraatiinaa_jedha. 1Phex 4:3-4. 72. #Dhugaatiidhaan_of_hin_balleessinaa_jedha. Efesoon 5:18 73. #Machooftanii_gadhiisiitti_jiraachuudhaan_guyyicha_isa_dhumaaf_akka_of_hin_daganne_jedha. Luq 21:34. 74. #Machiidhaan_Mootummaa_Waaqayyoo_akka_hin_dhabne_jedha. Gal 5:21. 75. #Dhugaatii_nama_macheessu_hawwuun_sirrii_miti_jedha. Fakk 31:4. t.me/Youth4Christ1
Show all...
YOUTH FOR CHRIST MINISTRY

Engaged for Christ

5👍 2

3