cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

YOUTH FOR CHRIST MINISTRY

Engaged for Christ

Show more
Finland2 693The language is not specifiedReligion & Spirituality62 315
Advertising posts
1 191
Subscribers
+324 hours
+327 days
+28430 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

🎸Gammachuudhaan guutamneerra🥰 🎶Hidhaan keenyas hiikameera🔥 Pstr Abitaw Kebede🙏 #Jesus_saves #I_am_a_witness 📍Join Us📍 @UumamaHaaraa1 @ErgamaGuddicha
Show all...
Araarri Waaqayyoo garuu baay'ee waan ta'eef, jaalala isaa isa guddaa sanaan nu jaallate. Nuyi irra-daddarbaa keenyaan karaa hafuuraa du'oo taanee utuma jirruu, inni warra Kristosii wajjin jiraatan nu godhate; isin ayyaana Waaqayyootiin fayyifamtan. Karaa Kristos Yesus isumaa wajjin du'aa nu kaase, isumaa wajjin bantii waaqaa keessaa iddoo nuuf kenne, nu teessises. Inni arjummaa karaa Kristos Yesus nuuf godhe sanaan, bara dhufu hundumaattuu baay'ina ayyaana isaatii isa hammas hin jedhamne argisiisuudhaaf kana godhe. Efe 2:4-7 Waaqayyoo yeroo hundumaa dandeettiko,humnako,jabinako fi beekuumsakooti.COOMING SOON
Show all...
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
Show all...
Soorata sammuu
Leenjii walitti fufaa
Soorata fooniif
JOIN
CHANNALII ERGAA JABAA QABATEE DHUFE KANA NAMNI HUNDUU #JOIN GODHACHUUN IRRAA FAYYADAMOOTA TA'AA. WAANTOTA AKKAMII BARBAADDU? FILADHAA ITTI FAYYADAMAA👇👇
Show all...
GORSA HAYYOOTA💥
ERGAA HAYYOOTA
SEENAA JIREENYA✊
AKKAATA JIREENYA HAWWAASUMMAA
KUTANNOON KUTAADHA🙏
DHUKKUBBII YAADAA
Dhiifama (Penal substitution):-Dhiifamin dheekamsa Waaqayyoo kan qabbaneessu dha.Dheekkamsi Waaqayyoo cubbuu namootaa irratti.Ilmaan namaa sababa cubbuu irraa ka’een ijoollee dheekkamsaa ta’aniiru.Dhiifani egaa cubbuun akka dheekamsa hin fidne gochuun araara Waaqayyoo wajjin qabaachuu dha.Kunis kan dhufe du’a Yesuusiin ;du’iYesuus egaa du’a salphaa miti. Mo’iinsa(Conquest) dha:-mo’icha Yesuus godheen diinni aboo isaa dhabeera(Qol 2:1415).Mo’ichi seexana irratti argame kun mo’icha murteessaa dha Guutummaa guutuutti kan raawwatamu immoo Yeroo Yesuus lammata deebi’ee dhufutti dha. Waajjuu (Redemption) :-kana jechuun bittaa cubbuu fi seexanaa jalaa gatii kaffaluun baasuu jechuu dha.Nuun hidhaa cubbuu jalaa baasuuf Yesuus dhiiga isaa dhangalaasee gatii baasuun barbaachise.Gatii kana Yesuus fannoo gubbaa irratti fannifamuun raawwate(Mat.20:28;Efe.1:7;Qol.1:13-14;1Phex.1:18-19) Madda Fayyinaa Fillannoo fi Waamicha Waaqayyoo Yesuus Kiristoos fayyina dhala namaaf akka fide qo’anneera.Cubbuu irraa walaba kan ta’e eenyummaa isaa nuuf kennee du’ee, du’a mo’ee ka’uun, nuunis mootu nu taasiseera cubbuu fi seexna irratti.Kana yemmuu qo’annu beekuu wanti qabnuFillanoo fi hojii Waaqayyoo akkasumas itti gaafatamummaa namni qabuu fi filannoo bilisaa nanmi qabu irratti beektonni Macaafa Qulqulluu ilaalcha adda addaa qabu.Gareen tokko ol aantummaa Waaqayyo fayyina irratti qabu irratti yoo xiyyeeffatu ; kaan immoo filannoo namootaa irratti. Jarreen kun barsiisa garagaraa turan irraa ka’uun;isaanis:tajaajiltoota Waldaa Kiristaanaa kan turan Kalvi (John Calvin) fi Armiin(Jacobs Arminius) kan jedhaman.Barsiis isaanis (Calvinism) fi (Arminianism) jedhamuun beekamu.Hordoftoonni Kaalvin fayyina argachuuf filannoo Waaqayyoo irratti yoo xiyyeeffatan , Kanneen barsiisa Aariminiin hordofan immoo fayyina argachuuf fedha namaa irratti kan yaada jedhu irratti xiyyeeffatu.Yaadota lamaan kanaan wal qabatee Waldoota Kiristaanaa gidduu waldhabdiin jira.Hanga adda qoodamuutti iyyuu gahaniiru. 1. Ilaalcha Warra Barsiisa Aarmiin Hordofanii (Arminianism View) Ilaalchi warra barsiisa Aarimiin hordofanii ilaalcha filannoo bilisaa jedhamuun beekama. Akka warra kanaatti fayyinni akka fedha Waaqayyoo ti;kanas Macaafni Qulqulluun in ibsa jechuun dubbatu. Kutaa Macaafa Qulqulluu isaan caqasan( 1Xim.2:6;4:10;Ibr.2:9;1Yoh3:2) . Akkasumas Waaqayyo hojii isaa fayyinaaf qabu hojjeetee xumureera jedhanii haa amanan malee;namni immoo gahee isaa waan bahuu qabu jira jedhanii amanu.Yeroo filataniti waan Yesuus hojjete hundaa amanuun fudhachuun irraa eegama jedhu.(Yoh.3:15-18). Akka warra garee kanaatti namni kennaa Waaqayoo fudhachuus dhiisus danda’a. Fayyinni kennaa Waaqayyoo haa ta’u malee fudhachuu fi dhiisuun kan dhala namaati. Fillannoon Bilisaa kan ibsan shaman caaffata qulqulla’aa a. Filnnoon Waaqayyoon waan godhamu dha.(Efe.1:11;Rome.3:23) b. Kanneen filataman ofii isaaniitii dandeettii homaa kan hin qabne dha filatamuuf;kunis ayyana Waaqayyoo qofaan kan raawwatamu dha(Efe.1:8-10). c. Waaqayyo kan filu hojii ilma isaa Yesuus Kiristoosi irratti hundaayeeti. (Efe.1:34). d. Waaqayyo warra filate dursee beeka( God’s foreknowledge):- Fayyina filannoo isaatiin kan fudhatan beeka( Rome.8:20-30). e. Filannoo kana akka fudhataniif Waaqayyo humna isaa kennaaf. (Tit.2:11; 1Xim.4:10). Ilaalchi filannoo bilisaa Waaqayyo warra isatti amanuuf fedha qaban filata kan jedhu dha. Kennaa fayyinaa kana kan argatan warra amantii fudhatan qofa jedhu. isaan kana immoo Waaqayyo dursee beeka kanaafis filate garuu carraa isaanii dursee hin murteessine. 2. Ilaalcha Warra barsiisa Kalviin hordofanii (Calvin View) Jarreen kun immoo barsisni isaanii kan xiyyeeffatu qabxiiwwan itti aanaan irratti.Isaanis filannoon namootaa fayyina irratti waanti hundinuu Waaqayyoon ta’a jedhu. Kanaafis caaffata qulqullaa’aa akka armaan gadiitti kaa’u.
Show all...