en
Feedback
SAGALEE HAFTUU-የ ቅሬታ ድምጽ

SAGALEE HAFTUU-የ ቅሬታ ድምጽ

Open in Telegram

SAGALEEN HAFTUU SAGALEE KEESSAN!! የቅሬታ ድምጽ የርስዎ ድምጽ ። Contact us : @melkamuleta Call Now +251962151311 https://www.youtube.com/@Melkamuleta

Show more
1 875
Subscribers
+324 hours
+127 days
+5130 days
Posts Archive
‎በጳጉሜ ወር ውስጥ ለማድረግ ያቀድነውን ነገር በየቀኑ እናድርገው! ‎ለይቅርታ ሌላ ቀን ከመጠበቅ ይልቅ፣ አሁኑኑ ከእግዚአብሔር ጋር ሰላም እንፍጠር። ‎ ‎🕒 አሁኑኑ ሰላም እንፍጠር። ‎🕒 አሁኑኑ እርስ በርስ ይቅር እንባባል። ‎🕒 አሁኑኑ በጾም እንጸልይ። ‎🕒 አሁኑኑ ወደ ቤተ ክርስቲያን እንሂድ። ‎🕒 አሁኑኑ እቅድ እናውጣ። ‎🕒 አሁኑኑ እንስራ። ‎🕒 አሁኑኑ ዘመዶቻችንን እንጠይቅ። ‎🕒 አሁኑኑ እንኑር። ‎ ‎ዛሬን በትክክል የኖረ ሰው የነገ ጉዳይ አያሳስበውም። ‎#ማስታወሻ፦ ‎🕒 “ነገ” የምንለው ቀን በጊዜ መቁጠሪያ (Calendar) ላይ ብቻ የሚታወቅ ነው።🕒 “ትናንት” ያልነው ዛሬ ነበር፤ “ነገ” ብለን የምንጠብቀውም በመጨረሻ ዛሬ ሆኖ ይመጣል። 🧑‍💼 እያንዳንዱ ቀን ዛሬ ነው። ‎🧑‍💼 አዲሱ ዓመትም ዛሬ ነው። ‎🧑‍💼 ጳጉሜም ዛሬ ነው። ‎🧑‍💼 ለውጥም ዛሬ ነው። ‎ጳጉሜ አትለውጥህም፤ አንተ ራስህን ትለውጣለህ! ‎ ‎> “... በቀን መሥራት ይገባናል።” — ዮሐንስ 9፥4 ‎ ‎ይህን ጽሑፍ በትዕግስት ስላነበባችሁ እናመሰግናለን። ❤️ከእሱ የተማራችሁበት ነገር ካለ፣ መልዕክቱ ብዙ ሰዎች ዘንድ እንዲደርስ SHARE በማድረግ ከጎናችን ቁሙ Follow! Melkamu Leta Abdisa #Onevoice27 #missionoforall #allthingsnew #hopestarthere

‎Qaammeen si hin jijjiru. ጳጉሜ አንተን አትለውጥም ‎Namoonni baayyeen ji'a Qaammee hawwii guddaadhan eeggatu . Ji'a kanaaf namuu karaa aadaas ta'ee karaa amantiin iddoo ol aanaa qaba. Dur abbootni keenya jiini Qaammee yoo gahu barii obboroon laga bu'anii qaama isaanii dhiqatanii bara haaraa,nama haaraa ta'anii simatu jedhama. Erga amantiin biyya keenya galees bifa isaa jijjjiruun Guyyoota Qaammee shanis ta'u jahan soomaaf kadhatan mana sagadaatt dabarsuun bartee ta'eera . har'as kanuma gochaa jirra kun gaaridha ‎Garuu #Qaammee_keessa_maaltu_jira? ‎ ‎Ji'a Qaammee kana keessa namni martuu araaraan uumaasaa kadhata Abdii isaa ni haaressa,humna isaa ni jabeeffata Nama yakke yoo jiraate ni dhiisaaf, 🙆‍♂Haaloo waggaa tokko guutuu baadhataa ture guyyaa Shan gidduutt dhiisuuf taa'ee ji'a Qaammee eeggata 🙆‍♂Kan waggaa guutuu soomaan uumaa isaa araara hin kadhatne guyyaa shan gidduutt araara kadhachuuf taa'ee ji'a Qaammee eeggata 🙆‍♂Kan waggaa guutuu mana waldaa kiristaanaa hin deemne, guyyaa shan kana waldaatti galuuf ji'a Qaammee eeggata 🙆‍♂Kan waggaa guutuu Waa'ee Jireenya isaa hin karoorsine ,guyyaa Shan gidduutt karoorsuuf ji'a Qaammee eeggata 🙆‍♂Kan waggaa guutuu fira isaa dhiyoos ta'u fagoo quba hin qabaanne, guyyaa shan gidduutt firasaa iyyaafachuuf ji'a qaammee taa'ee eeggata ‎ ‎Waadaa Qaammee keessa galamee diigame Jiini utuu nama ta'ee nama komatee kan akka Qaammee nu komatu jiraa laata? ‎ ‎#Qaammeen_si_hin_jijjiruu, Situ of jijjira malee ‎Qaammeen ofii isaatiin nama hin jijjiruu, jijjiramaaf isa eeggachuunis gowwummaa guddaadha Guyyaan hundumtuu nuuf guyyaa haaraa, jijjirama keenyaaf kan nuuf kennameedha. Namni guyyaa har'aa keessumaa immoo amma hin jijjiramne qaammeen bara kamuu isa jijjiruu hin danda'u ‎ ‎🧑‍💼Yaa obboloota koo!!!🧑‍💼 Mee waan ji'a Qaammee keessa gochuuf jirru Guyyoota hundumaa haa raawwannu Qooda araaraaf guyyaa biraa eegnu ammuma araara waaqayyoo wajjiin haa buufannu 🕒Ammuma nagaa haa buufnu 🕒Ammuma waliif haa dhiifnu 🕒Ammuma soomaan haa kadhannu 🕒Ammuma mana sagadaa haa deemnu 🕒Ammuma karoora haa baafnu 🕒Ammuma haa hojjennu 🕒Ammuma fira keenya haa iyyaafannu 🕒Ammuma haa jiraannu 🕒Har'a sirritt kan jiraatef waa'een guyyaa boruu isa hin dhibu #Hubachiisa:- 🕒Guyyaan boru jedhu lakkooftuu yeroo (calendar)qofaa irratti beekama Guyyaan Kaleessa jennee har'a ture, guyyaan boru jennee eggannus har'uma ta'ee dhufa 🧑‍💼Guyyaan hundumtuu har'a 🧑‍💼Barri haaraanis har'a 🧑‍💼Qaammeenis har'a 🧑‍💼Jijjiramnis har'a Qaammeen si hin jijjiruu, Situ jijjira malee ‎“... guyyaadhaan hojjechuun nuuf in ta'a, .”— Yoh. 9:4 Waan obsaan dubbiftaniif galatooma Yoo irraa barattan ergaan kun nama baayyee bira akka gahuuf SHARE gochuun nu cinaa dhaabadhaa ‎ጳጉሜ አንተን አትለውጥም፤ አንተ ራስህን ትለውጣለህ! ‎ብዙ ሰዎች የጳጉሜን ወር በታላቅ ተስፋ ይጠብቃሉ። ይህ ወር ለሁሉም ሰው በባህልም ሆነ በእምነት ከፍተኛ ቦታ አለው። ‎በጥንት አባቶቻችን ዘንድ የጳጉሜ ወር ሲደርስ፣ በማለዳ ወደ ወንዝ ወርደው ሰውነታቸውን በመታጠብ አዲሱን ዓመት እንደ አዲስ ሰው ሆነው ይቀበሉ ነበር ይባላል። እምነት ወደ አገራችን ከገባ በኋላም ይህ ልማድ በመለወጥ፣ አምስት ወይም ስድስት የጳጉሜ ቀናትን በጾምና በጸሎት በቤተ ክርስቲያን ማሳለፍ ልማድ ሆኗል። ዛሬም ይህንኑ እያደረግን ነው፤ ይህም መልካም ነው። ‎ ‎ግን #በጳጉሜ_ወር_ውስጥ_ምን_አለ? ‎በዚህ የጳጉሜ ወር ሁሉም ሰው ከፈጣሪው ጋር በሰላም ለመኖር ይጸልያል። ‎ተስፋውን ያድሳል፣ ኃይሉንም ያጠናክራል። ‎የበደለው ሰው ካለ ይቅር ይለዋል። ‎🙆‍♂️ ዓመቱን ሙሉ ቂም በቀል ሲሸከም የነበረ ሰው፣ በአምስት ቀናት ውስጥ ለመተው ብሎ ጳጉሜን ይጠብቃል። ‎🙆‍♂️ ዓመቱን ሙሉ በጾም ከፈጣሪው ምህረት ያልጠየቀ ሰው፣ በአምስት ቀናት ውስጥ ምህረት ለመጠየቅ ብሎ ጳጉሜን ይጠብቃል። ‎🙆‍♂️ ዓመቱን ሙሉ ወደ ቤተ ክርስቲያን ያልሄደ ሰው፣ በእነዚህ አምስት ቀናት ወደ ቤተ ክርስቲያን ለመግባት ብሎ ጳጉሜን ይጠብቃል። ‎🙆‍♂️ ዓመቱን ሙሉ ስለ ሕይወቱ ያላቀደ ሰው፣ በአምስት ቀናት ውስጥ ለማቀድ ብሎ ጳጉሜን ይጠብቃል። ‎🙆‍♂️ ዓመቱን ሙሉ ከቅርብም ሆነ ከሩቅ ዘመዶቹ ጋር ሳይገናኝ የኖረ ሰው፣ በእነዚህ ቀናት ዘመዶቹን ለመጠየቅ ብሎ ጳጉሜን ተቀምጦ ይጠብቃል። ‎ጳጉሜ አይለውጥህም፤ አንተ ራስህን ትለውጣለህ! ‎ ‎ጳጉሜ በራሷ ሰውን አትለውጥም። ለለውጥ ጳጉሜን መጠበቅም ትልቅ ሞኝነት ነው። ‎ ‎እያንዳንዱ ቀን ለእኛ አዲስ ቀን ነው፤ ለለውጣችንም የተሰጠን ዕድል ነው። ዛሬ፣ በተለይም አሁን ያልተለወጠ ሰው፣ ማንኛውም የጳጉሜ ወር ሊለውጠው አይችልም። ‎ ‎🧑‍💼 ወንድሞቼና እህቶቼ! 🧑‍💼

Baga gammaddan .እንኳን ደስ አላችሁ Congratulations ‎Baga jalqabbii lallabbii wangeelaa isa guddaan nagaan geessan! ‎Har'i maatii Ad
+1
Baga gammaddan .እንኳን ደስ አላችሁ Congratulations ‎Baga jalqabbii lallabbii wangeelaa isa guddaan nagaan geessan! ‎Har'i maatii Adventistii addunyaaf Sanbata tokko, ergaa tokko, Sagantaa tokko, hafuura tokko, sagalee tokko, Abdii tokko kan itti qooddannu ta'a ‎ለታላቁ የወንጌል ስብከት መነሻ ቀን እንኳን በሰላም እንደረሳችሁ ‎ዛሬ ለዓለም አቀፉ የአድቬንቲስት ቤተሰብ አንድ ሰንበት፣ አንድ መልዕክት፣ አንድ ፕሮግራም፣ አንድ መንፈስ፣ አንድ ድምፅ እና አንድ ተስፋ የምንካፈልበት ቀን ነው። ‎Welcome to the launch of the great Gospel proclamation! ‎Today, for the worldwide Adventist family, is a day when we share One Sabbath, One Message, One Program, One Spirit, One Voice, and One Hope. #Todayseptember5 #globallaunch #onevoice27 #missionforall #allthingsnew #hopestarthere

Tomorrow- Global Launch- At #Holeta_SDA ‎ ‎Baga jala bultii sagantaa addunyaalessaa waldaa Adventistii guyyaa 7ffaa, Septembe
+2
Tomorrow- Global Launch- At #Holeta_SDA ‎ ‎Baga jala bultii sagantaa addunyaalessaa waldaa Adventistii guyyaa 7ffaa, September 5, nagaan geessan jechaa waldaan Adventistii guyyaa 7ffaa Hoolotaa sagantaa jalqabbii #OneVOICE27 gaggeessuuf qophii hundumaa xumurtee eebba sagantichaaf waamicha taasisaa jirti! ‎Guyyaa boruu Sanbata tokko, ergaa tokko, tartiiba sagantaa tokkoon maatii addunyaawaa ta'uu keenya kan agarsiisnu ta'a. ‎Sagantaa kana eegalchiisuuf Dar. Yooseef Biraanuu Yuuninee baha Itiyoophiyaa irraa akkasumas Adde. Tsahaay Geetaanee Sabakaa Giddu galeessa irraa ni argamu. ‎Sagantaa kana sababa godhachuun dargaggoota distriktii meettaa, waldoolee isaanii bakka bu'aniif leenjiin haga dilbataatti ni kennama! ‎Kanaafuu jiraattootni maagala hoolotaa fi naannawwaa isheetti argamtan marti sagantaa seena qabeessa kana irratti akka argamtan kabajaaf jaalala guddaan sin affeerra! ‎Waldaa keessanitti qophiin jiru maal fakkaata? #OneVOICE27 #አንድድምጽ27 #Missionforall #Hopestarthere ‎ ‎

#Hubachiisa_Onevoice27 ‎#የOneVOICE27_ማሳሰቢያ ‎Waldaan Adventistii projektii guddicha kana erga eegaltee ji'oota hedduu lakkoofsisteerti, amantootni Adventistii guutummaa addunyaa irra jiran challenge OneVOICE27 makamuu isaanii bifa adda addaan agarsiisaa jiru . Namoonni baayyeen profile miidiyaa hawwaasaa isaanii taasisuun, kanneen biroo immoo maxxansa  waa'ee OneVOICE27 taasisuu fi,  faarfannaa OneVOICE27 baasuu, fi kkf yeroo kam caala Adventistoonni guutummaa addunyaa beeksisa wal fakkaataa taasisaa jiru. ‎Nus akka biyya keenyaatti miidiyaa hawwaasaa qabnuun challenge kanatti makamnee jirra ‎#OneVOICE27 mata duree ormootatti beeksisnu utuu hin taane, piroojektii guddaa tokkummaa fi kaka'umsa keessoo ittiin cimsuun wangeela sagalee tokkoon addunyaatti lallabnudha. ‎Yennaa #OneVOICE27 post, share goonu agarsiisa qofaaf utuu hin taane ‎Nuti ergama Waaqayyoo keessatti qooda fudhachuuf qophii ta'uu keenya ifatti labsuu fi ergaa Isaa qooduuf, abdii babal'isuuf, jaalala Yesuusiin namoota biraan ga'uuf miidiyaa hawaasaa keenya akka meeshaatti fayyadamuuf filachuu keenya agarsiisna. ‎#September 5 tti mata duree WANTI HUNDUMTUU HAARAA ABDIIN ASII JALQABA jedhuun guutummaa addunyaatti sochiin baballina wangeelaa guyyaa guutuu, waggaa guutuu taasifamu ifatti ni jalqabama. ‎Kana booda profile fi maxxansi keenya OneVOICE27 ta'uu hin qabu, seenaa dhalachuu yesuus , tajaajila yesuus, cubbuu keenyaaf du'uu yesuus, du'a mo'ee ka'uu yesuus fi abdii lammaffaa deebi'ee dhufuu yesuus qofa irratti xiyyeeffachuu qaba. ‎ ‎OneVOICE27'iif qophaa'uun lallabaa wangeelaa ta'uuf of qopheessuudha. ‎Miidiyaa hawwaasaa keenya, dirree lallabbii wangeelaaf oolchudha, Facebook keenya, TikTok keenya, telegram keenya akkasuma social media qabnu kamiyyuu pulpit irra dhaabbannee hawwaasa bal'aatti lallabnudha. ‎Hordoftoota keenya mara ergaa Wanti hundumtuu haaraadha, abdiin asii jalqaba jedhuun qaqqabuu qabna ‎Piroojektii guddaa kanaaf qophooftanii? ‎ ‎#የOneVOICE27_ማሳሰቢያ ‎የአድቬንቲስት ቤተ ክርስቲያን ይህን ታላቅ ፕሮጀክት ከጀመረች በርካታ ወራት ተቆጥረዋል። በመላው ዓለም የሚገኙ አድቬንቲስት አማኞችም በOneVOICE27 ቻሌንጅ መሳተፋቸውን በተለያዩ መንገዶች እያሳዩ ነው። ብዙዎች የማኅበራዊ ሚዲያ ፕሮፋይላቸውን በማድረግ፣ ሌሎች ደግሞ ስለ OneVOICE27 ጽሑፎችን በመለጠፍ፣ የOneVOICE27 መዝሙሮችን በማውጣት እና በመሳሰሉት፣ ከመቼውም ጊዜ በበለጠ በመላው ዓለም የሚገኙ አድቬንቲስቶች ተመሳሳይ መልእክት እያሰራጩ ነው። ‎እኛም እንደ ሀገራችን በያዝናቸው የማኅበራዊ ሚዲያ መድረኮች በዚህ ቻሌንጅ ተሳትፈናል። ‎#OneVOICE27 ለሌሎች የምናስተዋውቀው ርዕስ ብቻ ሳይሆን፣ አንድነታችንንና ውስጣዊ መነሳሳታችንን የምናጠናክርበት እና ወንጌልን በአንድ ድምፅ ለዓለም የምንሰብክበት ታላቅ ፕሮጀክት ነው። ‎#OneVOICE27 ስንለጥፍ ወይም ስናጋራ ለማሳየት ብቻ አይደለም። ‎በእግዚአብሔር ተልእኮ ውስጥ ለመሳተፍ ዝግጁ መሆናችንን በግልጽ እናውጃለን፤ መልእክቱን ለማካፈል፣ ተስፋን ለማስፋፋት እና በኢየሱስ ፍቅር ሌሎችን ለመድረስ የማኅበራዊ ሚዲያችንን እንደ መሣሪያ ለመጠቀም መምረጣችንን እናሳያለን። ‎በ September 5፣ “ሁሉም ነገር አዲስ ነው፤ ተስፋ ከዚህ ይጀምራል” በሚል ርዕስ በመላው ዓለም የወንጌል ማስፋፋት እንቅስቃሴ ቀኑን ሙሉ እና ዓመቱን ሙሉ የሚካሄድ በይፋ ይጀመራል። ‎ከዚህ በኋላ ፕሮፋይላችንና ልጥፎቻችን OneVOICE27 ብቻ መሆን የለባቸውም፤ በኢየሱስ መወለድ፣ በኢየሱስ አገልግሎት፣ ለኃጢአታችን በኢየሱስ መሞት፣ ሞትን ድል አድርጎ በኢየሱስ መነሳት እና ኢየሱስ ለሁለተኛ ጊዜ የሚመለስበት ተስፋ ላይ ብቻ ማተኮር አለባቸው። ‎ለOneVOICE27 መዘጋጀት የወንጌል ሰባኪ ለመሆን ራስን ማዘጋጀት ነው። ‎የማኅበራዊ ሚዲያችንን ለወንጌል ስብከት መድረክ ማድረግ ነው። ፌስቡካችን፣ ቲክቶካችን፣ ቴሌግራማችን እና የምንጠቀምባቸው ማናቸውም ሌሎች የማኅበራዊ ሚዲያዎች፣ በመድረክ ላይ እንደቆምን ለሰፊው ሕዝብ የምንሰብክባቸው መሆን አለባቸው። ‎ተከታዮቻችንን በሙሉ “ሁሉም ነገር አዲስ ነው፤ ተስፋ ከዚህ ይጀምራል” በሚለው መልእክት መድረስ አለብን። ‎ ‎ለዚህ ታላቅ ፕሮጀክት ተዘጋጅታችኋል? @haftuvoice

Guyyaa 3 qofaatu hafe

Leenjii #content_creators Yuuniyeenii Bahaa Itiyoophiyaa ‎የምስራቅ ኢትዮጵያ ዩኒየን #content_creators ስልጠና ‎Guyyaa kaleessaa akka Yuuninee baha Itiyoophiyaatti Leenjiin OneVOICE27 fi content creators irratti kennamaa ture. Sagantaa kana irrattis hoggantoonni olaanoon division, Yuuniyeenii, Paroosiyaa fi paasteronni adda addaa argamuun dhimma miidiyaa hawwaasaa wajjiin wal qabatu mata duree adda addaan hubannoo laataniiru. Keessattuu, ergama waldaan Adventistii guyyaa 7ffaa bara 2027 A.L.I. keessatti qabattee kaate, jechuunis #SagaleeTokko27_(ONEVOICE27), irratti miidiyaa hawaasaa fayyadamuun wangeela bara dhumaa addunyaan akkamiiin qaqqabsiisuuun akka danda’amu irratti yaadawwan adda addaa ka’aniiru. ‎#Leenjiin kun dargaggoota fiildii addaa addaa irraa dhufanii, miidiyaa hawwaasaa irratti dhiibbaa uumuu danda'an 100 oliif kenname Dhuma sagantichaa irratti ijaarsa gamoo guddicha Yuuniyenii ijaaramaa jiru daawwatameera. ‎Ijaarsi gamoo kun lafa iskuweer meetira 1600 irratti gamoo abbaa darbii 15 ijaaramaa jiraachuun isaa ni beekama ‎ Gargaarsa Waaqayyootiin amma sadarkaa 5ffaa (49%) irra ga’uu isaa itti gaafatamaa ijaarsichaa ibsa kenneera. ‎ ‎Injinarri ijaarsichaas, kadhannaan miseensota karaa adda ta’een akka isaan gargaaree fi ijaarsichi rakkoo tokko malee saffisaan adeemaa jiraachuu isaa gammachuudhaan ibsaniiru. Fuuldurattis deeggarsi kadhannaa keessan akka irraa hin cinne jechuun gaafatan. ‎#SagaleeTokko27 Sanbata dhufu (Hagayya 30) Waldaa Adventistii addunyaa mara keessatti ifatti ni jalqabsiifama. ‎ ‎ትናንት በምስራቅ ኢትዮጵያ ዩኒየን የOneVOICE27 እና የContent Creators ስልጠና ተሰጥቶ ነበር። ‎በዚህ ፕሮግራም ላይ ከዲቪዥን፣ ከዩኒየን፣ ከፓሮሲያ እና የተለያዩ ፓስተሮች በመገኘት ከማህበራዊ ሚዲያ ጋር በተያያዙ የተለያዩ ርዕሶች ላይ ግንዛቤ ሰጥተዋል። ‎በተለይም፣ የ7ኛ ቀን አድቬንቲስት ቤተ ክርስቲያን ለ2027 እ.ኤ.አ. ይዛ የተነሳችውን ተልዕኮ፣ ማለትም #አንድድምጽ27_(ONEVOICE27) በተመለከተ፣ ማህበራዊ ሚዲያን በመጠቀም የመጨረሻውን ዘመን ወንጌል ለዓለም እንዴት ማዳረስ እንደሚቻል የተለያዩ ሐሳቦች ተነስተዋል። ‎ይህ ስልጠና ከተለያዩ ፊልዶች ለመጡና በማህበራዊ ሚዲያ ላይ ተጽዕኖ መፍጠር ለሚችሉ ከ100 በላይ ወጣቶች ተሰጥቷል። ‎በፕሮግራሙ መጨረሻም እየተገነባ ያለው ግዙፉ የዩኒየኑ ሕንፃ ተጎብኝቷል። ይህ ሕንፃ በ1,600 ካሬ ሜትር መሬት ላይ ባለ 15 ፎቅ ሕንፃ ሆኖ እየተገነባ መሆኑ ይታወቃል። በእግዚአብሔር እርዳታም አሁን ወደ 5ኛ ደረጃ (49%) መድረሱን የግንባታው ኃላፊ ገልጸዋል። ‎የግንባታው መሐንዲስም የምዕመናን ጸሎት በተለየ መንገድ እንደረዳቸውና ግንባታው ያለምንም ችግር በፍጥነት እየተካሄደ መሆኑን በደስታ ገልጸዋል። ለወደፊቱም የጸሎት ድጋፋችሁ እንዳይለያቸው ጠይቀዋል። ‎#አንድድምጽ27 በሚቀጥለው ሰንበት (ነሐሴ 30) በዓለም አቀፍ የ7ኛ ቀን አድቬንቲስት ቤተ ክርስቲያን በይፋ ይጀመራል። ‎#OneVoice27 ‎#MissionForAll ‎#AllThingsNew ‎#HopeStartHere ‎📷 Hope Channel Ethiopia ‎ Share & Follow Melkamu Leta Abdisa https://www.facebook.com/profile.php?id=100069401791997

Sagantaa kenyaa egaleraa https://t.me/GOQDH7
Sagantaa kenyaa egaleraa https://t.me/GOQDH7

Sa'a 1 qofaatu hafe! Nagaan siniif haa baayyatu Sagantaan RAY Ministry hardha sa'a 2:30tti waan eegaluuf hirmaattuu eebba kanaa akka taatan kabaja guddaan sin affeerra! 👇 https://t.me/RAYministry

Waldaa jirtanitt qophiin jiru maal fakkaata? ‎በምትገኙበት ቤተክርስቲያን ዝግጅቱ ምን ይመስላል? ‎Sagantaan jalqabbii #OneVOICE27 Hagayya 30 ykn
Waldaa jirtanitt qophiin jiru maal fakkaata? ‎በምትገኙበት ቤተክርስቲያን ዝግጅቱ ምን ይመስላል? ‎Sagantaan jalqabbii #OneVOICE27 Hagayya 30 ykn September 5 akka addunyaatti sadarkaa waldaatii haga Jeneraal Konfiraansiitti taasifamuuf qophiin xumuramee jira. ‎Waldaan Adventistii guyyaa 7ffaa waldoolee biroo irraa wanti adda godhu, maatii addunyaawati, qajeelfama tokkoon bulti. Sanbata afoo keenya dura jiru jechuunis Hagayya 30, Sanbata tokko, Ergaa tokko, tartiiba Sagantaa tokkoon, Mata duree guddicha WANTI HUNDUMTUU HAARAADHA, ABDIIN ASII JALQABA jedhuun gaggeeffama ‎ ‎የ#OneVOICE27 የማስጀመሪያ ፕሮግራም ነሐሴ 30 ወይም September 5 በዓለም አቀፍ ደረጃ፣ አጥብየ ቤተክርስቲያን እስከ ጄኔራል ኮንፈረንስ ድረስ ለማካሄድ ዝግጅቱ ተጠናቋል። ‎የሰባተኛ ቀን አድቬንቲስት ቤተክርስቲያንን ከሌሎች ቤተክርስቲያናት የሚለያት ነገር የዓለም አቀፍ ቤተሰብ መሆኗና በአንድ መመሪያ መጓዟ ነው። በቀጣዩ ሰንበት፣ ማለትም ነሐሴ 30፣ በአንድ ሰንበት፣ በአንድ መልእክት እና በአንድ የፕሮግራም ቅደም ተከተል፣ “ሁሉም ነገር አዲስ ነው፤ ተስፋ ከዚህ ይጀምራል” በሚል ዋና መሪ ይካሄዳል። ‎በምትገኙበት ቤተክርስቲያን ዝግጅቱ ምን ይመስላል? ‎Comment ያድርጉ። ‎Waldaa jirtanitti qophiin jiru maal fakkaata? ‎Comment godhaa

Torban tokko qofaatu hafe አንድ ሳምንት ቀረው
+1
Torban tokko qofaatu hafe አንድ ሳምንት ቀረው

Are you ready? Namoonni biiliyoona 8.2 ol ta’an pilaaneetii kana irra jiraatu, Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii magaalota b
Are you ready? Namoonni biiliyoona 8.2 ol ta’an pilaaneetii kana irra jiraatu, Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii magaalota baayina uummata 50,000 ol qaban, kuma kudha lama kaartaa irratti galmeessee jira. ‎Tokkoon tokkoon nama hundumaa duuba namni abdii yesuus itti himuu qabnu ni jira ‎Onevoice27'iin karaa dijitaalaas ta'ee kan biroon carraa arganne hundumaa ergama keenyaaf akka itti fayyadamnuuf waamicha nuuf godhaa, sababni isaas yeroo yesuus wajjiin hariiroo gaarii qabaattu, haala kam keessattuu waa'ee yesuus dubbatta ‎#September 5 , Sochiin OneVOICE27 akka guutummaa addunyaatti mata duree tokkoon ni jalqabamaa, atihoo keessatti hirmaachuuf qophooftee jirta? ‎@EEUM

ODUU GAMMACHIISAA!📢 Amantoota Waldaa Adiveentistii hundumaaf! Nagaan Waaqayoo bakkaa fi haala itti jirtan hundumaa keessatti
ODUU GAMMACHIISAA!📢 Amantoota Waldaa Adiveentistii hundumaaf! Nagaan Waaqayoo bakkaa fi haala itti jirtan hundumaa keessatti isiniif haa baay'atu! Itti aansuudhaan Faarfattootni Garee Maatii Waldaa Adiveentistii Guyyaa 7ffaa Naannoo Yuunuvarsiitii Wallaggaa ammaan dura Faaruu Albeema 1ffaa Mata dureen isaa "IFA IFOOTAAN OLII!" jedhu dabalatee faarfannawwan hedduu karaa suur-sagalee fi sagalee qofaan isiniif dhiheessanii ittiin eebba Waaqayyoo isiniif qoodaa turuun isaanii ni yaadatama. Yeroo ammaa kanas hojii waggoota lamaaf itti Ifaajaa turan Albeema isaanii isa 2ffaa mata dureen isaa "BEETELEEMII HANGA QARAANIYOOTTI" jedhu qabatanii isiniif dhufaniiru. Hojiin kun dadhabbii yeroo dheeraatiin booda gargaarsa Waaqayyootiin xumuramee yeroo ammaa kana isin bira gu'uuf guuyyotni muraasni qofti kan hafan yemmuu tahu guyyaa gaafa 23/12/2018 (B/Sanbataa 9ffaarratti) bakka miseensotni waldaa Adiveentistii guutummaa magaalaa Naqamtee keessa jiraan fi keessummootni afeerraan taasifameef argamanitti Galma guddaa magaalaa Naqamtee keessatti sirna ho'aadhaan eebbifamee amantoota guutummaa biyya lafaarra jiran kanneen afaan saba kanaa dhagahaniif gad lakkifama. Gama biraatiin galiin sagantaa kanarraa argamu deggersa ijaarsa Waldaatiif kan oolu ta'a! Kanaaf hundumti keessan bakka jirtan teessanii sagantaa Kanaan akka eebbifamtan, hojii kana keessaa qooda akka fudhattan akkasumas ergaa kana nu waliin taatanii guutummaa biyya lafaatiin akka geessistan jennee jaalala fi kabaja guddaadhaan isin gaafanna! Namootni qaamaan argamuu hin dandeenye folannoowwan armaan gadiitiin sagantaa keenya hordofuu dandeessu! SAGANTAAN KEENYA: 1.Jimaata galgala Waldaa WUASDA'tti 2.Sanbata guyyaa guutuu immoo Galma guddaa magaalaa naqamtee kan marfata 1ffaarratti argamutti geggeeffama. FAARFANNAADHAAN KAN ISIN TAJAAJILAN: 1.F/ttuu Caaltuu Haayilee 2.F/taa Yoseef Taaddasee 3.Garee Maatii waldaa WUASDA 📎 Telegram: WUASDA Church https://t.me/+V8zRaBpSSpEzZTg0 IRRAA HIN HAFAMU! @haftuuproduction

koottaa guyyaa gafaa hagayyaa 23_24 bara 2018 ykn august 29_30 in 2026 ‎Karaa toraa telegrama garee offi qophessitotaa irratt
koottaa  guyyaa gafaa hagayyaa 23_24 bara 2018 ykn august 29_30 in 2026 ‎Karaa toraa telegrama  garee offi qophessitotaa irrattii ‎ Tajajila mata duren isaa mana waaqayyoo ijaarii jedhuun ‎ kessummonnii  biyyaa alaf  biyyaa kessaa  ‎waldaa jeedala isaa gargarsaa fi kadhanna barbadduu tana ‎Irrattii xiyyeffachudhan  ‎ tajajialaa lallaban ‎Farfannadhan ‎Kadhannadhan afferamanii guyyaa San Eebbaa guddaa kana nuu hammarachisuf qophii guddaarra jiruu ‎ ‎Kanaf guyyaa sun guyyaa mana waaqayyoo ittii ijarruu ta'uu bennee hundumtii keenyaa ‎ akkaa argamnuu jalalaaf ayyana gooftaatiin issin gafaamna hundumtii ‎link garee https://t.me/GOQDH7 ‎.

#Good_news_for_all_Ethiopia_Adventist members Oduu gammachiisaa! Ijjolleen Waaqayyoo Miseensi Waldaa Adveentistii Guyyaa 7ffaa baga gammaddan, baga gammanne. Akkuma beekamu yguyyota dheeraaf biyyi keenya mariigeggeessaa jirti. Marii kana irratti ajandaan amantii isa jalqabaa ture. Waldaan Adveentistii guyyaa 7ffaas akkuma dhaabbata amantii biroo bakka bu'oota ishee dhi'eeffateetti. Rakkoon barootaaf miseensa Waldaa ishee irra ga"aa ture: 1: Sababa sanbata dhugaaf barattoonni qormaataa dhiibbaan irratti godhamaa turuu ( qormaataa fi barnootaan) 2. Hojjettoonni miseensa Waldaa Adveentistii ta'an sababa sanbata dhugaa kanaaf mana hoji, bankii, NGO garaa garaafi biiroo mutummaa tokko tokko irratti dhiibban irra ga'uuun hari'amuu. 3. Wangeelli mana barnootaa keessatti barumsa dabalataa ta'ee akka hindhi'aneef bakka tokko tokkotti ilaalchaa bulchitoota muraasaan dhorkamuu 4. Akka dhuunfaattis ta'e akka waldaatti dhiibbaan karaa dhaabbilee biroo irra ga'uu faa ture. Amma garuu marii kanaan kun hundumtuu furmaata argachuun Guyyaan sanbataa (Sanbata duraa) Waldaa Adveentistii Guyyaa Torbaffaaf guyyaa isaan Wawaaqeffannaa isaanii waan ta'eef seera biyyatti irratti akka barra'uu, dhiibbaan kanaan walqabatee dhiibbaan akka irra hingeenye, manneen barnootaan, mana hojii mootummaa keessatti, Yuniversiitota garagaraa keessatti (Bakki isaan itti sagadan akka qophaa'uuf), NGO, Bankii garaa garaa keessatti akka dhiibbaan irra hingeenyeef mirhi isaanii haa eegamu kan jedhu akka seeraan caqafamee taa'u ibsameera. Garee nama kudhanii, garee nama shantamaa, 250, 500 moo 'ee darbuun nama kuma 4000 irratti ajandaa kanneen biroo kan amantaa biroo waliin ol ka'ee dhuubifamuun mirkana'eera. Isa kana godhe Waaqaff lafa Isa uumeef gallanni haa ta'u! Ulfinasaa Inni haa fudhatu. Carraa kanatti fayyadamuun maal gochuu qabna? Maaliif Waaqayyo balbala kana bane? Attamitti sagalee keenya olkaasnee lallabuu qabna? yeroo biraan qabadhee dhufa. Dhugaan mo'ataadha. የሰባተኛው ቀን አድቬንቲስት ቤተክርስቲያን አባላት የሆናችሁ የእግዚአብሔር ልጆች እንኳን ደስ አለችሁ፣ እንኳን ደስ አለን! እንደሚታወቀው ሀገራችን ረጅም አገራዊ ውይይት ስታካሂድ ቆይታለች። በዚህ ውይይት ላይ የሃይማኖት አጀንዳ የመጀመሪያው ነበረ። የሰባተኛው ቀን አድቬንቲስት ቤተክርስቲያንም እንደ ሌሎች ሃይማኖታዊ ተቋማት ተወካዮቿን አቅርባለች። ለዓመታት በቤተክርስቲያኗ አባላት ላይ ሲደርስ የነበረው ችግር፡ * በእውነተኛው ሰንበት ምክንያት በተማሪዎች ላይ (በትምህርትና በፈተና) ጫና ይደረግባቸው የነበረ መሆኑ፤ * የሰባተኛው ቀን አድቬንቲስት አባላት የሆኑ ሰራተኞች በእውነተኛው ሰንበት ምክንያት በሥራ ቦታ፣ በባንክ፣ በተለያዩ መንግስታዊ ባልሆኑ ድርጅቶች (NGOs) እና በክፍል የመንግሥት መሥሪያ ቤቶች ጫና ደርሶባቸው ከሥራ መባረራቸው፤ * ወንጌል በትምህርት ቤቶች ውስጥ እንደ ተጨማሪ ትምህርት እንዳይቀርብ በባለስልጣናት አስተሳሰብ ምክንያት በአንዳንድ ቦታዎች መከልከሉ፤ * በግልም ሆነ እንደ ቤተክርስቲያን ከሌሎች ተቋማት ጫና ሲደርስ የነበረ መሆኑ ናቸው። አሁን ግን በዚህ ውይይት እነዚህ ሁሉ መፍትሔ አግኝተው የሰባተኛው ቀን አድቬንቲስት ቤተክርስቲያን የሰንበት ቀን (ቅዳሜ) የአምልኮ ቀናቸው በመሆኑ በሀገሪቱ ሕግ ላይ እንዲደነገግ፣ ከዚህ ጋር ተያይዞ ምንም ዓይነት ጫና እንዳይደርስባቸው፣ በትምህርት ቤቶች፣ በመንግሥት መሥሪያ ቤቶች፣ በተለያዩ ዩኒቨርሲቲዎች (የሚያመልኩበት ቦታ እንዲዘጋጅላቸው)፣ በNGOዎች እና በተለያዩ ባንኮች ውስጥ ጫና እንዳይደርስባቸው መብታቸው እንዲጠበቅ በሕግ ተደንግጎ እንዲቀመጥ ተገልጿል። የ10 ሰው፣ የ50 ሰው፣ የ250 እና የ500 ሰዎችን ቡድን አልፎ በ4,000 ሰዎች ፊት ከሌሎች ሃይማኖቶች አጀንዳዎች ጋር ተነስቶ በመነበብ ጸድቋል። ይህንን ላደረገው ሰማይንና ምድርን ለፈጠረው እግዚአብሔር ምስጋና ይሁን! ክብር ለእሱ ይሁን። በዚህ ዕድል ተጠቅመን ምን ማድረግ አለብን? እግዚአብሔር ይህንን በር ለምን ከፈተው? ድምፃችንን ከፍ አድርገን እንዴት መስበክ አለብን? በሌላ ጊዜ ይዤው እመጣለሁ። እውነት ያሸንፋል!

The #ECD_Digital_content_creators and influencers Sagantaan divijinii baha giddu galeessa afrikaa , #Digital_content_creators
+4
The #ECD_Digital_content_creators and influencers Sagantaan divijinii baha giddu galeessa afrikaa , #Digital_content_creators and influencer guyyaa har'aa eegallee jirra Sagantaa kana irrattis gaggeessitoonni olaanoon divijinii, itti gaafatamtoonni dippartimeenti adda addaa fi dhiibbaa uumtonni midiyaa hawwaasaa biyyoota hedduu irraa argamuun sagantaa kana bifa ho'aa ta'een jalqabamee jira. Waaqayyo akka nu wajjiin ta'u nuuf kadhadhaa. የመካከለኛው ምስራቅና አፍሪካ ዲቪዥን Digital_content_creators and influencers ፕሮግራምን ዛሬ ጀምረናል። ​በዚህ ፕሮግራም ላይ የዲቪዥኑ ከፍተኛ አመራሮች፣ የየክፍሉ ኃላፊዎች እና ከተለያዩ ሀገራት የመጡ በማህበራዊ ሚዲያ ተፅዕኖ ፈጣሪዎች በተገኙበት ፕሮግራሙ በደመቀ ሁኔታ ተጀምሯል። እግዚአብሔር ከእኛ ጋር እንዲሆን ጸልዩልን። ​ ​We have launched the Middle East and Africa division #Digital_content_creators and influencers program today. ​The program was launched colorfully with the presence of senior division leaders, heads of various departments, and social media influencers from many countries. Pray for us that God will be with us. @haftuvoice