en
Feedback
Jaalala dhugaa❣️

Jaalala dhugaa❣️

Open in Telegram
728
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-230 days

Data loading in progress...

Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '25
September '25
+1
in 0 channels
August '250
in 0 channels
Get PRO
July '250
in 0 channels
Get PRO
June '250
in 0 channels
Get PRO
May '250
in 0 channels
Get PRO
April '250
in 0 channels
Get PRO
March '250
in 0 channels
Get PRO
February '250
in 0 channels
Get PRO
January '250
in 0 channels
Get PRO
December '240
in 0 channels
Get PRO
November '240
in 0 channels
Get PRO
October '240
in 0 channels
Get PRO
September '240
in 0 channels
Get PRO
August '240
in 0 channels
Get PRO
July '24
+5
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 0 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '240
in 0 channels
Get PRO
March '240
in 0 channels
Get PRO
February '24
+4
in 0 channels
Get PRO
January '240
in 0 channels
Get PRO
December '23
+7
in 0 channels
Get PRO
November '23
+21
in 0 channels
Get PRO
October '23
+82
in 0 channels
Get PRO
September '23
+20
in 0 channels
Get PRO
August '23
+24
in 0 channels
Get PRO
July '23
+25
in 0 channels
Get PRO
June '23
+6
in 0 channels
Get PRO
May '23
+13
in 0 channels
Get PRO
April '23
+5
in 0 channels
Get PRO
March '23
+21
in 0 channels
Get PRO
February '23
+63
in 0 channels
Get PRO
January '23
+849
in 0 channels
Get PRO
December '22
+27
in 0 channels
Get PRO
November '22
+37
in 0 channels
Get PRO
October '22
+13
in 0 channels
Get PRO
September '22
+46
in 0 channels
Get PRO
August '22
+51
in 0 channels
Get PRO
July '22
+24
in 0 channels
Get PRO
June '22
+8
in 0 channels
Get PRO
May '22
+31
in 0 channels
Get PRO
April '22
+106
in 0 channels
Get PRO
March '22
+333
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
09 September0
08 September0
07 September0
06 September0
05 September0
04 September0
Channel Posts
Bareduu Koo 💖 Sin Jaaladhaa Onneen Koo Osoo Operation Ta'ee Situu Achii Keessati Argamaa 😁 Ati Onnee Koo Keessaa Gamoo Abbaa Darbii 🏛️ Torbaa Ijaratee Qabdaa Akkan Gaara Jabadhee Sitti Hin Dubanee Kan Na Godhuu Jaalala Keeti 💝 ____ Koo 👓💎 Bayyeen Si Jaaladha Lubbuu Koo Caalatti 🌹 Nagan Naaf Turi 🕊️🤍

2
Dhiyee ni bari'a, wal jijjiiraa darba, Daakkii utu hin beekiin, itti hin seenan garba, Tumsaan ala taanaan, hin kuffisan arba. Kaleessa beeloftee, borus akkas miti, Waggaa darbe quufteef, beelli hin jiruu miti, Ofeeggatan malee, jiruun qoosaa miti. kan dabarsan irraa, waa guddaa baratuu, Kaleessa hamaatiif, boru mijeeffatuu, Boruu har'aa mitiim, hundi haa hubatuu. 👉 @sptvsports – 📺⚽️ taphoota kubbaa miilaa TV keessan irraan yeroo kamiiyyuu salphatti daawwachuuf! 🙌🔥
468
3
💚 Urjii samii taatee ✨ fagoo calaqqifta Biiftuu barii tatee ☀️ ija kootti ifta Siif hirriban dhabee halkan abjuun dhuftaa yaada keen midhamee Maal mala naaf maltaa? 🤔 Yaaddoon jaalala kee hedduu 💞 Na dhamaasee suura fuula keeti na dura rarraasee halkan hirribaraa rukutee na kaasee ufi biraa si dhabee Imimaan harcaqsee My warqii koo 🌹👑
284
4
Ani maaluman koora 🤷🏽‍♂️ Rakkoon na gootee raatuu Haa kooru kormi handaaqqoo Kan foon mataatti baatu 🍖🧠 --- Ani maaluman koora 😔 Jaalala dhugaa awwaaltee Utuu jibbaaf ragadduu Utuu gaarummaa dhiistee 🚫✨ Hamminaaf lafa haatuu
348
5
Yaadaaf jaalalaa keetuu ❤️ Gaaraa koo na raasaa ⛰️ Oolmaaf gaarummaan Keesaa qalbii na rarraasa 💓 Sirraa turuu hin fedhuu Hin hawwuu yomumaa Sirraallee fagaadhus Hawwiin kiyya suma 🌙 Sin hawwaa yomumaa Woliif qabnaa dharra Wontootaa sasalphoo Hin eeggatin narraa 🚫😔 Ibsaa jireenyaa Tan hin qabne shira Abdii guudaan qaabaa 🌟 Ani beeki siraa 🥀 Akka deemun hin qabu Miilaa na sakaaltee 🦶💫 Ifa fuulaa keetiin ✨ Gaaraa koo na raastee ⛰️❤️
342
6
Akka Oromoo tokko Oromoo sanyii guddaa 🌄 Ati naaf dhiiga kootii 🩸 Haguugduu lafee dugdaa Tasumaa rafee hin buluu Mufadhee yoon siin oodee Onnee qulqulluu kanaan 💖 Sin jaalladha yaa koodee ❤️ Tasa dhugaa sin jibbuu Fixee akka carqiidhaa Oromummaatu jaalalaa 🦅 Oromuummaatu warqiidhaa 🪙 Kanaafan si jaalladha 🌹 Godhee akka lubbuu kiyyas 🫀 Ati narraa miidhamnaan Anis hin qabu fayyaa 😔
316
7
Naaf gala naan hin jedhin 😔 Siif galuu keen olta'ee 🕊️ Fagaatera qaari'ee... 🌌 Sin hubadha naan jettee? 🤷‍♂️💭 Utuutii nan hubatiin 🕯️ Halkanni meeqa dhiyee 🌙 Guyyaan meeqaa waari'e 🤲📆 Amma ati itti yaaddee 🧠 Sin hubadhe naan jettuun 😟 Wal hin kiphu giti'saa, 🧩 Isheeti irra keessaan 🧭 Na hubattee jirtu miti ❌ Fageenyichi miti'saa! 📏 Safartuu dhukaaf yaadaa 🧠⚖️ Hasaasa laphee waliin ❤️🗣️ Hima malee safaruu... 🌫️ Si Isa hormaa mitii 🚫💔 Anaaf iyyuu gaaffidha 🤲❓ Rabbiif malee hin galuu 🙏✨
323
8
Hawwii bara baay'ee   Kadhannaa koo bara dheeraa 🤲   Lafee koo karaa bitaa   Anis si jaaladheera❤️‍🔥     Lafee koo karaa bitaa   Aboo maaltu siin gitaa? ⭐   Oromiyaa keessaa deemeen   Hundumaa siif bitaa💕✨
352
9
Maal siif ta'uu Kan facaase daraaree, Asheetee firii godhata? Boraatiin naaf tolee, Cinaachi koo boqata? Abjuun naaf milkaa'ee, Hirriibni na fudhata? Mee akkam siif haata'u?... Waan siif ta'un dhabe, Qaamaf qalbiidhaa cabee; Yogguman maal siif ta'e, Kan biiftuun dhugaa baatu! Ooyiruu abbaan qotee, Kan alaa dhufaan nyaatu?! Dhiigakoo dhangalaasee, Daangaa keetiin sararuu? Lafee koo itti caccabsee, Galma keetiin ijaaruu?
395
10
Si yaadutti 🫀 Of dagadhee Si faana fiiguuf 🏃🏽‍♂️💨 Of baqadhee Filannoo koo biiftuu ☀️ Yaa kanin jaaladhee ❤️ Ni dhufta moo hafte? Sin eega dhaabadhee ⏳
366
11
Sin jaalladhen jedhe Anoo sin jibbinee Jaalalan siif qabu Anoo sin dhoksine Natti imnaan malee Dhoksee si jaallachuun Yaada garaa kootii Si waliin dubbachuun Atis na hubadhu maaf anaan na diddaa? Jaallalleewoo hin qabduu Maalumaaf na sobdaa Waa'ee jaalala kee Har'as waan siif hima Si hin argin oollaan Baay'ee natti cima..
415
12
Garaan si'iin bare ❤️ Akkamitti hadeemu? Gaarii kankee malee Badisakee hinimu 💔 Garaa kutadhullee Miillikoo hindeemu 🚶‍♂️ Abbaankee najibbus An itti hin qabamu Jaalalli an siif qabu 💘 Abbaakeef hin galu Maaluma godheetan Ittiin waliigalu? Haatikee gaariidha 💖 Abbaakeerra caalu Akka mucaasaanitti Mararteen na ilaaluu Ilmi mootii sunoo 👑 Abbakee biteeraa Anaan sibiratti Argaakoo jibbeera Sibira akka hingenye 🌍 Isaaniif himeeraa Dhaamsan siif qabullee Haadhakeetti himeera
408
13
"Jaalalli 🌞 biiftuu bariiti — hin dhokfamu. Jaalalli ☕️ suusii bunaa caala — hin obsamu! ❤️🔥" @Jaalala111
409
14
Farda jaalalaa yaabeen Addunya keessa imalaa Guyyaa manatti galeen Yaada keetiin yeelalaa. ~ Halkaniif guyyaa dhuftee Na dura
Farda jaalalaa yaabeen Addunya keessa imalaa Guyyaa manatti galeen Yaada keetiin yeelalaa. ~ Halkaniif guyyaa dhuftee Na dura deemaa seeqxaa Takkallee beektu muftee Kolfumaan onnee saaqxaa. ~ Ati yoomuu naaf riqicha Boruu kootiifis dagalee Nuti lachuu waliif qoricha Waliif haa taanu sagalee. ~ Si keessattan of argee Naaf taateem daawwitii Jaalalli kee onnee sarbee Qalbii yoomuu si hawwitii. ~ Haalaaf amala koo mootee Bakkuma olaanaa teesssaa Kumaan bakka naaf buutee Amman jedhu naaf geessaa.
430
15
Namoota finfinne markatotti nu argachuu dandessu yoo kan feetan tatan gatii madalman isin kessumessina ykn magalota jirtan hu+5
Namoota finfinne markatotti nu argachuu dandessu yoo kan feetan tatan gatii madalman isin kessumessina ykn magalota jirtan hundatti ni ergina @Abdu447 nuun hasawa 0931033572 nuuf dawwala
444
16
Kaniin sijaaladhu, Kaniin siis abdadhu, Abdiis si godhadhu, Lubbuuf si kaayadhu... 💘🙏 Garaa si baafadhu, Yoomuu si dubadhu,
Kaniin sijaaladhu, Kaniin siis abdadhu, Abdiis si godhadhu, Lubbuuf si kaayadhu... 💘🙏 Garaa si baafadhu, Yoomuu si dubadhu, Ammas sijaaladhu... 💭💓 Sillee yoon qusadhu, Sii waliin jiraadhu, Bultii si filadhu, Maal si haa godhadhu...? Jechaan haa hanqadhu, Yoomuu tiyya ta’i, Na waliin jiraadhu... 🤲👫
372
17
Kana dursitee akka beektu nan beeka garuu kana irra deebi'ee sitti himuu qaba bayyeen si jaaladha.
374
18
Jaalalli... ❤️ Jaalalli yoo haarawa ta'e 🌱 mi’aawwadha 🍯. Yoo dhugaa ta’e immoo 🤍 sirriitti mi’aawwa 💖.
405
19
Wa’e kee dadhabeem 😞 Onnee koo simachuu Kessii koos ni dhabeem Gongumaa gammachuu 😔 Gamadee hin jiratuu 🌑 Kan garaan Bora’ee 🌪️ Nan jiradhaa hin senee 🚷 Sirraa gargaar ba’ee Mee narraa faggadhuu ↔️ Hafii Yoo dhaggeessee 👂🏽 Anaan maltu galchee ❓ Lafaa fetee ga’ii 🌍➡️🚪 Anaf Yoo jeette moo 🫂 Badii biyyaa ba’ii🙇🏽‍♂️🌊
463
20
Hurrin samii marsuus 🌪️ Yoom aduu dhorkeeree 🌤️ Yoomiyyu sin dhiisuu Eenyutu nan morkaree 🤷🏾‍♂️ Fixeessi bishaanumaa 💧 Aduu baqaatti malee ☀️🏃🏾 Jaalalli dhugaa hin baduu 💖 Onneerra galti malee ❤️ Raareen aduu hin jaalattu 🌧️ Yoo roobeef tolaf malee 🌦️ Jaalallee ani sin jibbuu 🚫 Sin jaaladha garmalee 😍 Nuugii ganamaa haamuu 🌅 Guyaa firee faca’aa 🌾 Hanga kee eenyu ga’aa ❓🌟 Jaalaala kee facaasee 💌 Firii guruufan demaa 🧺🍓 Yaa Tabbi nagargarii 🙏🏽 Siifoo nii danda'maa!! 💫
435