Jechoota jaalala fi hayyota
Open in Telegram
🚀 Jechoota jaalala Jechoota jaalala my channel @Jechoota Buy ads: https://telega.io/c/jechoota
Show more5 388
Subscribers
-124 hours
+637 days
+32730 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+106
in 0 channels
August '26
+410
in 0 channels
Get PRO
July '26
+345
in 0 channels
Get PRO
June '26
+354
in 0 channels
Get PRO
May '26
+373
in 1 channels
Get PRO
April '26
+343
in 1 channels
Get PRO
March '26
+376
in 0 channels
Get PRO
February '26
+379
in 2 channels
Get PRO
January '26
+352
in 0 channels
Get PRO
December '25
+384
in 0 channels
Get PRO
November '25
+304
in 0 channels
Get PRO
October '25
+381
in 1 channels
Get PRO
September '25
+1 634
in 2 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 10 September | +9 | |||
| 09 September | +5 | |||
| 08 September | +11 | |||
| 07 September | +12 | |||
| 06 September | +5 | |||
| 05 September | +13 | |||
| 04 September | +11 | |||
| 03 September | +17 | |||
| 02 September | +15 | |||
| 01 September | +8 |
Channel Posts
🔥⚽ AKKAM JIRTAN, KABAJAMTOOTA KEENYA! ❤️
Kubbaa miilaa tola ykn kaffaltii xiqqaan, decoderii fi TV mana keessaniin ilaaluu akka dandeessan ni beektu? 📺⚽
🏆🔥 Taphoota guguddoo hunda mana keessanitti daawwadhaa!
⚽ EPL — Premier League 🏴
🏆 UEFA Champions League 🇪🇺
🇪🇸 La Liga
🇮🇹 Serie A
🏆 Europa League
🌍 Fiigichaawwan kubbaa miilaa biroo hedduu...
━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🆓 1️⃣ GEM SPORT — TOLA GUUTUUMAATTI
✅ Kaffaltii tokko iyyuu hin barbaachisu!
📡 Bakka muraasatti dish xiqqaan ni hojjeta; naannoo tokko tokko keessatti garuu dish guddaan barbaachisuu danda’a.
⚠️ Hubachiisa: Coverage'n GEM Sport Itoophiyaa hunda hin haammatu; naannoo irratti hundaa’uun dish xiqqaa ykn guddaa barbaachisuu danda’a.
━━━━━━━━━━━━━━━━━━
💎🔥 2️⃣ GSeek SPORT — FILANNOO ISIN BARBAADDAN
🇪🇹 Itoophiyaa guutuu keessatti ni argama
📡 Dish xiqqaanis ni gaha!
📶 Data hin barbaachisu — receiverii keessan qofaan!
📺 CHANNEL 3:
🔴 GSeek HD 1
🔴 GSeek HD 2
🔴 GSeek HD 3
⚽ Taphni walitti bu'e? Rakkoo hin qabu!
Channel 3'n wal faana banaatii, taphoota adda addaa hordofaa! 🔥
💰 GATII GSeek SPORT
🗓️ Ji'a 1 — 400 Birr
🗓️ Ji'a 3 — 900 Birr
🗓️ Ji'a 6 — 1,600 Birr
🏆 Waggaa 1 — 3,100 Birr
━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🔥 3️⃣ 24H SPORT — GATII SALPHAA, ARGAMSA GUUTUU
🇪🇹 Itoophiyaa guutuu keessatti ni argama
📡 Dish xiqqaan ni gaha!
📺 CHANNEL 4:
🔴 24H Sport 1
🔴 24H Sport 2
🔴 24H Sport 3
🔴 24H Sport 4
⚽ Taphoonni yeroo wal fakkaatutti yoo taphataman, channel 4n wal faana fayyadamuun taphoota hedduu hordofuu dandeessu! 🔥
💰 GATII 24H SPORT
🗓️ Ji'a 3 — 600 Birr
🗓️ Ji'a 6 — 1,000 Birr
🏆 Waggaa 1 — 1,700 Birr
━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🏠🔥 DECODER MANA KEESSAN QABDUU?
💎 Gatii addaa isiniif qabna!
🔁 Duraan GSeek ykn 24H Sport qabdani?
👉 Renewal gochuuf gatii baay'ee gaarii isiniif qabna!
Nu biraa gutachuu dandessu
👉 @GseekSports kessan nu qunama Join gochus hin dagatina
lakkofsa fi username keenya 👉 @GseekSports kessa argattu waan ta'eef
🔧 Haaraa hidhachuu barbaaddu?
Odeeffannoo, gorsa fi deeggarsa barbaachisu hunda isiniif kennina. 🤝
━━━━━━━━━━━━━━━━━━
📲 AMMA NU QUNNAMAA! 👇
👉 @GseekSports
📩 @GseekSports keessa yoo seentan, lakkoofsa bilbilaa fi username Telegram keenya salphatti argachuu dandeessu. ✅
━━━━━━━━━━━━━━━━━━
❤️🔥 GSeekSports
⚽ TAPHOOTA HUNDA — MANA KEESSANITTI! 📺🏆
| 2 | 🌸 aipigen — the social network that pays your creativity
Create stunning images with AI, collect likes, invite friends — and earn tokens you can cash out in crypto.
🎨 Generate AI art in seconds
❤️ Earn from likes & engagement
👥 Invite friends → bigger rewards + a higher staking rate
📈 Internal token staking: 1–5% / day
💸 Withdraw in USDT / USDC
👉 Join free:https://tglink.io/b8cd3ce36a7cd6 | 527 |
| 3 | ⚽️ WORLD CUP 2026 — BILISAAN ILAALAA! ⚽️⚽
Yahsat satellite irratti TV World Cup jedhamu argattanii hordofuu dandeessu — bilisaan, kafaltii tokko malee! 🆓📡
Kana qofa miti karaa ethiosaat (NSS-12- 57°E)— Hagerie TV irrattis taphoota muraasa argattanii dawwachuu dandeessu! 🎥
💎 Garuu yoo isin EXPERIENCE FULL barbaaddan...
Kaffaltii XIQQOO qofaan — World Cup qofa osoo hin taane:
✅ Premier League ⚽️
✅ La Liga 🇪🇸
✅ Champions League 🇪🇺
✅ Tapha Top League hunda addunyaa kanarra jiru!
Mana keessan keessaa, decoder qofa fayyadamuun TV keessan irratti taphoota hunda ARGUU dandeessu! 📺🏠🔥
🔗 Amma JOIN GODHAA — link kana TUQAA:
➡️ @Sptvsports 👈
Gaaffii fi deggersa argachuuf, username fi lakkoofsa bilbila keenya channel @Sptvsports irratti argachu dandessu.. | 2 858 |
| 4 | 🎰 Welcome Bonus 1200% — Maczo Crypto Casino
🎮 Crypto exchange · Sports · Live casino — all in one place
💳 USDT instant deposit & withdrawal
→ https://tglink.io/c8c42e52f5fe37 | 1 |
| 5 | 🎰 Welcome Bonus 1200% — Maczo Crypto Casino
🎮 Crypto exchange · Sports · Live casino — all in one place
💳 USDT instant deposit & withdrawal
→ https://tglink.io/630a3eeb7e3606 | 538 |
| 6 | ╭── ⋆⋅♡⋅⋆ ──╮
💘 Mee waa sitti himuu
🥀 Jaalalan siif qabu
🌍 Haala kam keessatti
Hin fedhu si dhabuu
🫀 Raabsituu dhiigakoo
🧠 Sammuu koo ajajjaa
🌙 Si hin argin oollaan
💔 Qalbiin na fajajaa
╰── ⋆⋅♡⋅⋆ ──╯ ✨ | 3 507 |
| 7 | 🌸✨ Kanin taajjabe irra! ✨🌸
🖤 “Jaalali jechuun kan amanamu malee,
kan jechootaan ibsamu miti.
Sababni isaas rawwachuutu jabaata malee,
dubbachuun salphaa waan ta’eef…” 🕊️
🌿 Guyyaa gaarii qabaadhaa ✨
✍️ Hewan | 3 478 |
| 8 | 💭 Jaalalli dhugaa yeroo hundaa cinaa kee dhaabbata...
⚽️ Akkuma kubbaan miilaa sirraa fagaachuu hin dandeenye!
💰 Mallaqa xiqqoodhaa kubbaa miilaa karaa TVii mana keessaniin LIVE dawwachuu ni dandessa!
Akkamitti 🤔 yoo jettef salphadha channel keenya join godhi!
🔗 t.me/sptvsports sana booda fayidaale arman gadii olii argachuu dandessa
✅ GSeek HD Sports — sagantaalee tamsaasa isaa hordofi
✅ GSeek HD & 24H Sports expired yoo ta'e — salphaan haaromsi!
✅ Decoderota (Resiveroota) kubbaa miilaa agarsisan beekeuf akkasumas software isaanii waliin argadhu!
🛠️ Yeroo jalqabaaf hidhachuuf — gargaarsa guutuu argatta!
❕ Gaaffii qabdu hundaaf — deebiin yeroon si dhaqqaba!
📌 Username keenya channel sana irra argatta irra ykn dawwalte gaafachuufis lakkofsa keenya irra ni argatta!
⏰ Hin turin — har'uma join godhi!👇👇👇
🔗 t.me/sptvsports
🔗 t.me/sptvsports
❤️⚽️🇪🇺🇪🇸🇮🇹🇪🇺🏴🇪🇺 Maatii keenyatti baga nagaan dhufte! | 4 896 |
| 9 | Maal nan goone, miili koo 😔
Miilli koo isheen babatteen 💭
Biyya hin beekne nan dhaxee 🌍
Harratuu na kabalchite 🙏
Nan joore, nan joore ka
Foon maddin na qoore ka
Nan joore, nan jawwisee 😞
Foon maddi koo haphise ..
✍️Biya | 4 098 |
| 10 | Gadadoo jiruu koo 😔
Osoo ijaan argituu
Yeroo jaalalli koo 🌹
Si keessaa margitu 🌱❤️!
Jiraachuun hubadhe 🤍
Jaalalli inni haqaa 💎
Dakkuu koon tuffanne 😞
Dhabdee dhimma maqaa? 🤔
Ossoo si hamatanii 🚫
Oduu namaarra tartee 🗣️
Nama guutuu na goote 🙌
Na keessatti of agartee 🪞❤️!
Giiftii mootii jaalalaa 👑
Ishee onneen qulqulluu 🤍
Abshir woliin guddanna 🌱
Takkumallee bubbullu 💨
Bakka yaanne ni geenya 🎯
Hiikkannee hibboo jiru 🔓
Naaf jiraadhu qaama koo 💞
Somba onnee yaa tiruu ❤️🔥!
Namni wol jaalatu ❤️🤝
Foon mixiitiin bula 🍖🔥
Bor kan beeku Rabbi 🙏
Kan nuuf banu ulaa 🚪✨ | 5 814 |
| 11 | https://t.me/philgodlewskii4/1060 | 745 |
| 12 | Ramadan Mubarak
Qur'aanni qulqulluun
Baatii keessa bu'eedha
Sansalataan hidhamee
Kan sheyxaanni gu'eedha!
Nu qulqulleessuu dhufe
Baatee saamunaa zambii
Iimaana nuuf dabalee
Nu barsiisuufi dambii!
Tola rabbii keessaa
Geenye Kan baranaa
Alhamdulillaah jechuu
Hin dagannu jarana!
Murteessaa jireenyaa
yookaanimmoo du'aa
Kayriisaa sammachuuf
Hunduu duuka bu'aa
Rahmatasaa argachuu
Tola Rabbiin kajeelaa
Kan dur wolitti dabdan
Amma woliif qajeelaa
Isa keessa jira
Halkan kayrii qabu
Dhugaan kan simate
Waan kadhaten dhabu!
Maatiirraa fagaattanii
Kan jirtanu baar-gama
Yaaddoon keessan nuuf gala
Madaan keessan naaf-gama!
Qalbii keessan keessaa
Hin dhabinaa harmee
Soomanatu laafa
Nama maatii sarme!
Siniif haa ta'u humna
Uumaan hundumaa Rabbi
Dhukkuba keessaaf alaa
'sin haa fayyisu qalbii
Inni nuuf haa guutu
Yaada keenya hundaa
Baga woggaa geessan
Xiqqaadhaa haga guddaa!
Kan milkii haa ta'u
Soomanni baranaa
Baga fayyaa guutuun
Naaf geessan jarana! | 2 445 |
| 13 | Obbolummaa dhugaa
Kan rabbiin jaalatu
Dhaloonni nu duubaa
Numarraa sirraa laallatu!
Isin naaf qaamadha
Kanan ittiin jiruu
Hirkoo gaafa rakkoo
Dhiiga koo yaa tiruu!
Hidda koon siniin jedha
Madaa Koo naaf dhiigdu
Rakkina Koo furuuf
Na caala naaf fiigdu
Beela Koo beeloftanii
Okkoltu caba Koo
Of caala naaf yaaddu
Hin feetan dhaba Koo!
Dawoof wobii jiruu koo
Dibaabee roobaaf aduu
Oyiruun Kan keessan misee
Kiyya xolagee hin badu!
An utubaa dhaabnaan
Naaf dhaatu dagalee
Jiruun ugguramnaan
Naaf taatu sagalee!
Har'a irra dhaabbadhee
Yoon of duuba ilaalu
hiriyaa dhugumaa
namuu sinin caalu!
Koodeewwan qaqqaalii
Gammadaa milkaa'aa
Umuriin naaf turaa
Addunyaarra taa'aa!🤲
Obbolummaan argama
Milkiin biyya lamaanii
Isinis wol jaaladhaa
Sinin argin hamaani | 2 382 |
| 14 | 📢 Advertising in this channel
You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes.
Formats and current rates: View details | 428 |
| 15 | Dessee koo guddiftuu
Miti oolmaan kee laayyoo
Haadha koo harmee koo
Milkeessituu kaayyoo
Bonaaf gannan jettu
Rooba Aduun gubamaa
Qoreen si waraanaa
Guufudhaan hubamaa
Duuyidaaf garaa keerra
Dabareen na ka'attee
Dhiiga kee cobsitee
Asiin na ga'attee
Gola rakkinaaf gadadoo
Anaaf jecha lixxee
Simboof dhiiga ijoollummaa kee
Ana ilma keef fixxee
Bareedina kee ijoollummaa
Ofirraa daguugdee
Miidhagina kee dhabdee
Faaya miidhaginaan~anammoo haguugdee
Gaaddisaaf dawoo koo
Jiruu kootiif caayaa
Jireenya kootiif harme
Ati yoomuu faayaa
Garaachi garaa kee
Yaaddoodhaan madaa'ee
Dafqii dhiigaan makaan
Qaama keerraa yaa'ee
Duuyidi kee meelatee
Garaadhaan ciramtee
Yaadaaf yaaddoo kootiin
Oliif gad hiramtee
Olmaan kee guyyaa guyyaa
Anaaf yaadannoodha
Ani kee ta'uu kootti harme
Anaaf dhaadannoodha
Har'a na nyaachiftee
Isa boruuf yaaddaa
Lagaaf Tabba ceetee
Nyaata koo barbaaddaa
Waanan quufu hin seetuu
Na nyaachiftees uffiftee
Gufuudhaan dhaanamtee
Gufuu koo kuffiftee
Utuu dhiigni kan kee
Lafa yaa'uu jigee
Lafee qaama keetii
Ba'aan addaan diigee
Qaamni kee gadoodee
Dhiigni kee ititee
Cooraan qaama keetii
Adda addaan citee
Ayyoo too yaa jiruu koo
Maal siin jedhu laata
Dugdi kee hin boqannee
Baraan ba'aa baata
Raafama jiruu koo
Obbaafattee hin dhokattuu
Ana ilma keetiif
Har'allee hin boqattuu
Jireenya koo miidhagsuudhaaf
Jiruu keetti labsitee
Lafeef humna kee hunda
Dhala keef cabsitee
Harmee koo deessee koo
Miidhagsituu jiruu
Dungoo jiruu kootii
Onnee kiyya tiruu
Siif ha miidhagu jiruun
Hunduu sitti ha toluu
Hamaaf hammeenya kee harme
Rabbiin sirraa ha qoluu | 3 306 |
| 16 | Boqonnaa sammuutiif
Gaafa feetu bakka
Kan baadiyyaa gitu
Jiraachuu nan shakka
Qilleensi qulqulluudha
Bosonni magariisa
Madda aara-galfiiti
Qalbii goggogde jiisa
Sagalee kilooleen
Simbiraaf bineensaa
“Hin deemin” siin jedhu
“Nuuf ta'i” miseensa
Yaa'iinsi qilleensaa
Mukkeen gaafa raasu
Sammuu si sooranii
Dharraa kee sibaasu
Ofii kee dhaggeeffattee
Miira kan kee dubbifta
Xiyyaara yaadaa kortee
Addunyaarra bubbifta
Yaada sila hoongofte
Lalifteetu margita
“Ani eenyudha?” jettee
Barbaaddee of argita
Egeree karoorsita
Boqachiifattee sammuu
Hanga gola baadiyyaa
Lakki hin mi'aawu dammuu
Yaaddoo sirraa fageessa
Gammachuu maddisiisa
Hanga dur arguu dhabuu
Gaabbiin si gaddisiisa
Boqonnaa sammuu keetiif
Dhaggeeffachuuf miirakee
Baadiyyaa deemii laali
Hin fageessin miilakee
Wabii magaalotaati
Wiirtuu bu'uura biyyaa
Jennata lafarraati
Maaltu akka baadiyyaa!
✍️ Riyaad_Raayyaa | 3 055 |
| 17 | 🔥 JAALATOOTA KUBBAA MIILAA QOFAAF! ⚽
💰 Mallaqa xiqqoodhaan kubbaa miilaa Karaa Tivii kessanin mana keessan tayun dawwadha !📺
✅ GSeek HD Sports sagantalee tamsasa isaa hordofa
✅ GSeek HD & 24H Sports yoo expired ta’e salphaan haaromsuf
yoo feetan ta'eef
✅ Decoderoota kubba miila agarsisu danda'an + software isaanii woliin argachuu yoo feetan ..
🛠️ Yeroo jalqabaaf hidhachuufis yoo hawwitan
❓ Gaaffii qabdan hundaf deebii argattu
👉 Channel keenya join godhaa
🔗 https://t.me/sptvsports
🔗 https://t.me/sptvsports | 2 618 |
| 18 | Gaar tokkee qaama koo
Mi'eessituu jiruu
Yoomiyyuu yoo ta'ee
An siraa garaa hin hiruu
Ijji kee biiftuudha
Uumamni kee adda
Oggetii jaalalaa
Intaala abbaa gaddaa
Nyaari kee kuula
Funyaan kee qaraa
Addenyi ilkaan ketii
Nama raasa garaa
Yoomiyyuu yoo ta'ee
An siraan hiruu garaa
Bakka guddaa si ka'ee
Onnee koo walakaa | 2 735 |
| 19 | Yeroon si yaadadhu
Bishaantu nahudhaa
Kanbiraan jaalatin
Anumaa sifudha | 2 825 |
| 20 | Akkan sin baqanne,
Hidhaa mormaatti natti maramte 😔
Akkan sin arganne,
Iddoo hin mul’annetti maxxante
Teessoon kee liqimsituu ol,
Hudhaa mormaa jala
Eessaan ba’ee,
Ijji koo akka fedhiisaatti si ilaala 😍
Siif ta’eera…
Naaf ta’eera…
❤️🔥🫶
✍️ Kanaa’ol Badhaadhaa | 3 064 |
