en
Feedback
JEECHOOTA BEEKTOTAA

JEECHOOTA BEEKTOTAA

Open in Telegram

SHARE WAALI YAA GONUU ERGAA GUDDAA BAARACHUU DANDENYA. Hordoftootaa channel kana yoo qabaatani karaa kanaani nuu dubbisaa. @beeka24

Show more
563
Subscribers
+224 hours
+137 days
+5730 days
Posts Archive
Ejjennoo fi Karoora ofii Hundeessuu fi Gulaaluuf:- 1. Murtoo hiika hin qabne murteessuu hir'isuu(reduce meaningless decision) Yaada sammuu kee irratti maaltu dhiibbaa fida? ✔️Bareedina qaama keetii isa irra keessaatiin miidhaguu fi miidhaguu dhabuudhaa? ✔️Waan haaraa uumuu dhaa? ✔  Yaada hiriyyoota keetiitii? 2. Waan hundumaa karoorsuu! (plan every things) ✔️Karoora kee barreessi! ✔️Karoora kee madaali! ✔️Karoora kee milkeessi! 3. Ofitti Amanuu Ati nama Ofitti amanuudhaa? Nama moo’ataadhaa? (ARE YOU GENIES? LET'S PROVE IT!) Wantoota afur(4) haalan milkaa'inaaf karaa nama buusan: ✔️Sammuu kee haala kamiin hojjachiifta? ✔️Haala kamiin of dadammaqsitaa? ✔️Of Gammachiiftaa? ✔️Haala kamiin wantoota dhiphisoo damdamattaa? Namni obsa qabu ganama cirracha nyaatee galgala aannan dhuga jedhama mitiiree.

HUMNA ARRABAA (Power Of Tongue!) ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❏ Ampoolii fi Generetara har'a itti nuti itti fayyadamnu kana beekan uume Tomas Alva Edsen jedhama. Hayyuun kun ijoollummaa isaatti rakkina harkifata sammuu (autism) qaba ture. ■ Guyyaa tokko dura taa'an mana baruumsa isaa xalayaa barreessee "haadha keetti kenni!" jedhee itti kenne. Barreessuu fi dubbisuu kan hin dandeenye Edsen ergicha haadha isaa biraan ga'e. Haati isaas xalayicha dubbistee teessee yeroo boossu argee "Haadha koo maalif boossa xalayichi maal jedha?" jedhee gaafate. ■ Haati isaa deebistee "Mucaan kee SAMMUUN ISAA BAAY'EE GUDDAA WAAN TA'EEF MANA BARUMSAA KANATTI BARACHUUN ITTI XIQQAATA KANAAF OFII KEEF MANATTI QO'ACHIISI!" jedha jettee itti himte. Toomasis baay'ee gammadee haadha isaatin barachaa qaamanis sammuudhaanis guddachaa dhufe. ■ Sana booda Argannoowwan gurguddoo addunyaa kana jijjiiran 15 addunyaa keenyaf gumaache. Teknolojiiwwan 1093 ta'anis fooyyessee beekamtii guddaa argateera. Waggaa dheeraa booddee gara mana itti guddatee dhaqee waraqaa garaagaraa utuma ilaaluu waggaa dheeraa dura xalayaa haadha isaatif barreeffame sana argate. ■ Gaafa dubbisu akka haati isaa jetteen utuu hin taane faallaa isaati "MUCAAN KEE SAMMUUN ISAA HARKIFATAA WAAN TA'EEF LAMUU AKKA MANA BARUUMSA KEENYATTI HIN ERGINE." Jedha. ■ Yeroo sana haati isaa ati BEEKA DHA jettee beekaa akka isa goote, ati GUDDAA DHA jettee guddaa akka isa goote hubatee yaadannoo isaa irratti ➲ "Toma's Alva Edsen nama sammuu harkifataa ta'ee dhalate tattaafannaa haadha isaatin garuu BEEKAA GUDDAA jedhame." Jedhee barreesse. ■ Obbolee namichi kun gaafa dhalatu fayyaa isaa dhabee dhalate biyyaan jibbame. Kun baratee nama in ta'u jedhamee ari'ame. Jechi isaan jedhame manatti isa deebisee namaa gadi isa godhee akka inni uumamuu isaayyuu jibbuuf ture. Garuu kan nama dhibu arrabuma maaddii barumsa isaa irraa ariisisee kichuutti kutee isa hambisuuf hima hadhaa'aa itti darbateetu deebisee ati BEEKA DHA ATI GUDDAA DHA. Jedhee, abdii isaa lalisiisee, eenyummaa isaa isa keessaa itti agarsiisee humna addunyaa jijjiire kana keessa kaa'ee, maqaan isaa seenaa keessatti akka dinqiitti akka haasa'amu isa godhe. ■ Nuti hoo har'a arraba keenyan beekaa biyyaaf ta'u baay'ee isaa cabsinee haamilee isaa, hunkuteessinee, haala isaa har'aa ilaallee ati "nama in taatu" jennee manatti deebisaa, jirra moo hir'ina isaa itti himaa, jabina inni qabuuf immoo ● "Ati cimaa dha, ● Ati nama guddaa dhas, ● Sichis guddaa taata, ● Ati beekaa dha, ● Jabaadhu, ● Haamileen kee in bu'in, ● Si bukkee jirra" jennee abdii isaa borii itti agarsiisaa ■ Kana qofa miti dargaggeessi baay'een humna biyyaa ta'uuf male, tajaajilaa baay'een dhibaa'ummaa arraba isaa keessaa yaa'un ofuma isaatif of cabsee golatti deebi'e baay'eetu jira. Baay'een keenya humna nu keessa jiru utuu hin beekin ofuma keenyaf gatii of dhabsiisna. ■ Yeroo baay'ee jechoonni arraba baay'ee keenya irra yaa'an: • Ani gatii in qabu, • Ani abdii in qabu, • Ani nama gadiidha, • Ani nama akkasumaanidha, • Ani baduufan jedha, • Ani dhukkubsataadha, • Ani nan du'a fi kkf dha. ➲ Obbolaa koo arrabni humna guddaa qaba. Dhaabbitti ajjeesus, abdii namaa lalisiisee du'aa kaasus ni danda'a. ➲ Lafee hin qabu garuu lafee ribuu hunkuteessa. Arraba gaarii fi abdii dubbatu arraba caba namaa fayyisu Waaqayyoo nuuf haa baay'isu. ➲ Arrabni keenyas akka fayyuuf ayyaanni Waaqayyoo nuuf haa baay'atu! ◾𝚠𝚊𝚗𝚝𝚊 𝚑𝚞𝚗𝚍𝚍𝚊 𝚌𝚊𝚊𝚕𝚊𝚊 𝚔𝚊𝚗 𝚊𝚗𝚊 𝚐𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚒𝚜𝚞 𝚊𝚝𝚒 𝚎𝚛𝚐𝚊 𝚘𝚏𝚒𝚒 𝚔𝚎𝚎𝚝𝚒 𝚍𝚞𝚋𝚋𝚒𝚏𝚝𝚎 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎 𝚐𝚘𝚝𝚎𝚎 𝚋𝚒𝚛𝚊𝚊 𝚍𝚊𝚛𝚋𝚞𝚍𝚑𝚊. ✍ 𝒔𝒉𝒂𝒎𝒔𝒉𝒆𝒅𝒊𝒏 𝒎𝒐𝒉𝒂𝒎𝒎𝒆𝒅 ➠linki gaadii kana tuqun channel kee soorata sammuu sooradha. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @beeka24 @beeka24 Galatoma🔺

HUMNA ARRABAA (Power Of Tongue!) ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❏ Ampoolii fi Generetara har'a itti nuti itti fayyadamnu kana beekan uume Tomas Alva Edsen jedhama. Hayyuun kun ijoollummaa isaatti rakkina harkifata sammuu (autism) qaba ture. ■ Guyyaa tokko dura taa'an mana baruumsa isaa xalayaa barreessee "haadha keetti kenni!" jedhee itti kenne. Barreessuu fi dubbisuu kan hin dandeenye Edsen ergicha haadha isaa biraan ga'e. Haati isaas xalayicha dubbistee teessee yeroo boossu argee "Haadha koo maalif boossa xalayichi maal jedha?" jedhee gaafate. ■ Haati isaa deebistee "Mucaan kee SAMMUUN ISAA BAAY'EE GUDDAA WAAN TA'EEF MANA BARUMSAA KANATTI BARACHUUN ITTI XIQQAATA KANAAF OFII KEEF MANATTI QO'ACHIISI!" jedha jettee itti himte. Toomasis baay'ee gammadee haadha isaatin barachaa qaamanis sammuudhaanis guddachaa dhufe. ■ Sana booda Argannoowwan gurguddoo addunyaa kana jijjiiran 15 addunyaa keenyaf gumaache. Teknolojiiwwan 1093 ta'anis fooyyessee beekamtii guddaa argateera. Waggaa dheeraa booddee gara mana itti guddatee dhaqee waraqaa garaagaraa utuma ilaaluu waggaa dheeraa dura xalayaa haadha isaatif barreeffame sana argate. ■ Gaafa dubbisu akka haati isaa jetteen utuu hin taane faallaa isaati "MUCAAN KEE SAMMUUN ISAA HARKIFATAA WAAN TA'EEF LAMUU AKKA MANA BARUUMSA KEENYATTI HIN ERGINE." Jedha. ■ Yeroo sana haati isaa ati BEEKA DHA jettee beekaa akka isa goote, ati GUDDAA DHA jettee guddaa akka isa goote hubatee yaadannoo isaa irratti ➲ "Toma's Alva Edsen nama sammuu harkifataa ta'ee dhalate tattaafannaa haadha isaatin garuu BEEKAA GUDDAA jedhame." Jedhee barreesse. ■ Obbolee namichi kun gaafa dhalatu fayyaa isaa dhabee dhalate biyyaan jibbame. Kun baratee nama in ta'u jedhamee ari'ame. Jechi isaan jedhame manatti isa deebisee namaa gadi isa godhee akka inni uumamuu isaayyuu jibbuuf ture. Garuu kan nama dhibu arrabuma maaddii barumsa isaa irraa ariisisee kichuutti kutee isa hambisuuf hima hadhaa'aa itti darbateetu deebisee ati BEEKA DHA ATI GUDDAA DHA. Jedhee, abdii isaa lalisiisee, eenyummaa isaa isa keessaa itti agarsiisee humna addunyaa jijjiire kana keessa kaa'ee, maqaan isaa seenaa keessatti akka dinqiitti akka haasa'amu isa godhe. ■ Nuti hoo har'a arraba keenyan8 beekaa biyyaaf ta'u baay'ee isaa cabsinee haamilee isaa, hunkuteessinee, haala isaa har'aa ilaallee ati "nama in taatu" jennee manatti deebisaa, jirra moo hir'ina isaa itti himaa, jabina inni qabuuf immoo ● "Ati cimaa dha, ● Ati nama guddaa dhas, ● Sichis guddaa taata, ● ● Si bukkee jirra" jenne

ATII GAARII TA'II ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➲ Namicha tokkotu bofti tokko osoo ibiddaan gubachaa jiruu arge. Bofa gubachaa jiru kana lubbuu isaa baraaruun qaba jedhee murteessee osoo boficha ibidda keessaa baasaa jiruu, bofichi namicha kana hidde. Namichis lubbuu isaa baraaruuf osoo tattaffatuu bofichi ibidda keessatti deebi'ee kufe.                  join 〰 ➲ Namichi kuni gaddee, bofichi kuni ibidda kanatti kan kufe sababuma isaatiin jedhee bitaa fi mirga yeroo ilaalu sibiila dheeraa tokko argatee boficha ibidda keessaa baasee lubbuu isaa baraare. ➲ Yeroo dhimmi kuni hundi ta'u namtichi ilaalaa ture tokko "bofti kuni ati lubbuu isaa baraaruuf ibidda keessaa osoo baasaa jirtu si hiddee maalif ibidda keessaa isaa baafte?" jedhee gaafate. Namichis deebisee "na hidduun isaa kuni amala qoshaashaa bofichaati! amala isaa fokkuu kanaaf jedhee gaarummaa fi gara laafummaan uumamaan qabu hin jijjiiru" jedheen.join〰 ➲Kanaaf, namni tokko na miidhe jettee gaarummaa fi gara laafummaa uumamaan qabdu sana hin jijjiirin. Hammeenya isaa gaarummaadhaan deebisiif. ➲Sababnis, amalli gaarummaa fi gara laafummaa namoota kabajamoo fi kabaja guddaa namaaf qaban biratti argama waan ta'eef. ➲Jireenya keenya keessatti namoonni amala bofaa qaban hedduun nu mudachuu danda'u rabbiin summii namoota bofa ta'anii kana irraa nu haa eegu! ⨌❝ 𝑵𝒂𝒎𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂𝒏 𝑮𝒂𝒂𝒓𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂! 𝗡𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗚𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶 𝗬𝗮𝗮𝗱𝘂 𝗧𝗮𝗵𝗶

Bilbilaa kessaani hojjatani qarshi argachuu nii barbaduu yoo barbadani tahe garaa kessaattin naa dubbissa

𝗙𝗔𝗬𝗜𝗗𝗔 𝗔𝗺𝗮𝗹𝗮 𝗚𝗔𝗔𝗥𝗜. ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➥𝑨𝒎𝒂𝒂𝒍𝒍𝒊 𝒈𝒂𝒂𝒓𝒊𝒊𝒏 𝒎𝒆𝒆𝒔𝒉𝒂 𝒊𝒕𝒕𝒊𝒏 𝒏𝒂𝒎𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂𝒏 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒎𝒕𝒖𝒅𝒉𝒂!! ➥"𝒈𝒂𝒂𝒓𝒊𝒊 𝒕𝒂'𝒖𝒏 𝒐𝒇𝒖𝒎𝒂𝒂𝒇𝒊𝒊" 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒂𝒏 𝒂𝒃𝒃𝒐𝒐𝒕𝒕𝒊𝒏 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂. ➥𝑨𝒕𝒊𝒊 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒂𝒎𝒂𝒍𝒂 𝒈𝒂𝒂𝒓𝒊𝒊 𝒒𝒂𝒃𝒖𝒖 𝒕𝒂𝒏𝒂𝒏 𝒎𝒖𝒌𝒂𝒇 𝒄𝒊𝒕𝒂𝒂𝒕𝒖𝒖 𝒔𝒊 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂, 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂𝒕𝒖 𝒈𝒂𝒂𝒓𝒊𝒊 𝒔𝒊𝒇 𝒚𝒂𝒂𝒅𝒂𝒂 𝒇𝒊𝒓𝒂𝒂𝒕𝒖 𝒔𝒊𝒇 𝒃𝒂𝒂𝒚'𝒂𝒕𝒂 𝒅𝒊𝒊𝒏𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒕𝒖𝒖 𝒅𝒉𝒂𝒃𝒂𝒎𝒂 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂 𝒃𝒊𝒓𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒌𝒂𝒃𝒂𝒋𝒂 𝒉𝒐𝒐𝒓𝒂𝒕𝒕𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒔𝒖𝒎𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒓𝒂𝒃𝒃𝒊𝒏 𝒃𝒊𝒓𝒂𝒂𝒕𝒊𝒍𝒍𝒆𝒆 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒎𝒕𝒂. ▪️𝒏𝒂𝒎𝒏𝒂 𝒂𝒎𝒂𝒍𝒂 𝒈𝒂𝒂𝒓𝒊𝒊 𝒒𝒂𝒃𝒖𝒖 𝒋𝒆𝒄𝒉𝒖𝒏 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒊? ➙𝑵𝒂𝒎𝒂 𝒚𝒆𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂 𝒚𝒂𝒂𝒏𝒏𝒊 𝒊𝒔𝒂 𝒑𝒐𝒔𝒂𝒕𝒊𝒗𝒆 𝒕𝒂'𝒆 ➙𝑵𝒂𝒎𝒂 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂𝒂 𝒊𝒋𝒂 𝒕𝒐𝒐𝒌𝒌𝒐𝒏 𝒊𝒍𝒂𝒂𝒍𝒖 ➙𝑵𝒂𝒎𝒂 𝒘𝒂𝒏𝒕𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒎𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒕𝒊𝒇 𝒕𝒂𝒂𝒕𝒖 𝒏𝒂𝒎𝒂  𝒃𝒊𝒓𝒂𝒂𝒕𝒊𝒇𝒊𝒔 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒕𝒂𝒂𝒕𝒖 𝒉𝒂𝒘𝒘𝒖 𝒋𝒆𝒄𝒉𝒖𝒅𝒉𝒂. ➙𝑵𝒂𝒎𝒂 𝒂𝒎𝒂𝒍𝒂 𝒈𝒂𝒂𝒓𝒊 𝒒𝒂𝒃𝒖 𝒋𝒆𝒄𝒉𝒖𝒏 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒊𝒍𝒂𝒂𝒍𝒄𝒉𝒂𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒆𝒆𝒅𝒂 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂𝒇 𝒒𝒂𝒃𝒖 𝒋𝒆𝒆𝒄𝒉𝒖𝒅𝒉𝒂. 𝒎𝒆𝒆 𝒊𝒍𝒂𝒂𝒍𝒊 𝒏𝒂𝒎𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒉𝒂𝒂𝒘𝒂𝒂𝒔𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂𝒕𝒊 𝒊𝒍𝒂𝒂𝒍𝒄𝒉𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒂𝒏 𝒉𝒂𝒈𝒂𝒎 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒏𝒂𝒎𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒃𝒊𝒓𝒂𝒂 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂 𝒃𝒊𝒓𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒎𝒂𝒏, 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒇𝒖 𝒂𝒎𝒂𝒍𝒂 𝒈𝒂𝒂𝒓𝒊𝒊 𝒉𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒂𝒂𝒏𝒏𝒖𝒏 𝒈𝒖𝒅𝒅𝒖𝒏𝒇𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒓𝒆𝒇𝒂𝒎𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒂𝒕𝒊 𝒚𝒆𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒈𝒂𝒂𝒓𝒊 𝒒𝒂𝒃𝒂𝒅𝒉𝒂.

BILCHINA SAMMUU ┃• Dubbisa 14FFAA•┃ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 📚 Barruulee darbe dubbisuuf      • Kunooti •       • SHARE •        👇👇👇 ✍️. Iccitiin gammachuu argachuu, nama irraa waan xiqqaa; ofii kee irraa waan guddaa eegudha. ✍️. Osoo nama hin ta'in, namaaf ta'uun hin jiru! ✍️. Osoo wanti si boochisu baay'een jiruu ati dandeessee kolfuun jabeenya. ✍️. Namoonni yaada waa'ee keetii qaban dubbatu malee eenyummaa kee isa dhugaa hin dubbatan. ✍️. Jireenyi filannoo baay'ee qabdi garuu hundumaa yeroo tokkotti filachuun hin danda'amu. ✍️. Hiikni ati jireenyaaf laattu, hiika ati eenyummaa keef qabdu irraa madda. ✍️ Baay'achuun dukkanaa mallattoo ifa bariiti. ✍️. Namoonni biroo waa'ee kee maal akka yaadaniif hin dhiphatin! Jireenya kee seerota mataa keetiin booharsi malee. 🏆. Amananummaan akka daawwitiiti; takkaa yoo cabe akka duriitti si hin agarsiisu. 🏆Kaayyoon kompaasii jireenya keetiit

BILCHINA SAMMUU ▬▬▬▬▬▬▬▬▬      • Kunooti •       • SHARE •     • GODHAA •        👇👇👇 ✍️ Mul’ata ofii arguun dandeettii ija sammuuti. Kanaafis Hellen Keler ragaa addunyaa taatee darbite. ✍️. Qaamaan miidhamuun sammuu miidhamuu miti. ✍️. Wanti nama gaddisiisu ija dhabuu osoo hin taane osoo ija qabanii mul’ata dhabuudha. ✍️Namoonni osoo ija hin qabaatiin mul’ata qaban akkuma jiran namoonni osoo ija argu qabanii mul’ata hin qabnes danuudha. 👉. Namni mul’ata hin qabne galma hin qabu; galmi immoo firii carraaqqii mul’ataati. 👉 Namni damma baafatee nyaachuu barbaadu tokko hiddaa kanniisaa obsuu qaba! Hiddaa kanniisaa malee damma nyaachuuf yaaluun mul’ata malee milkaa’uuf yaaluu waliin wal fakkaata waan ta'eef. 👉. Namoonni har'a addunyaa kana irraa nama guddaa jedhaman namoota aarsaa gurguddaa kaffalan ta'uu  isaanii hin dagatin! 👉 Wanti taa'anii salphaatti argatan hiyyummaa, garbummaa fi doofummaa qofa. 👉. Hayyummaan aarsaa malee argamu harrummaa dha! 👉 Digrii bitachuu dandeessa; beekumsa dhaloota fayyadu garuu mana ciisanii argachuun hin danda'amu.

꧁ JECHOOTAA BARSISOO 📋꧂ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 📚       • SHARE •    ♻️ SHARE ♻️       ⇰ Gatiin kee sababa namootni arguu dadhabaniif gad-hin bu'u...! ⇰ Namni waan siin jedhu hin dhabu ofiinuu waa jedha waan taheef...! ⇰ Ifa fuuldura kee jiru ilaali ; Dukkana har'aa obsi , Namni ati abdattee haala koo naaf jijjiira jettu amala isaa sitti jijjiiruu danda'a...! ⇰ Namni sababaan sitti dhiyaate ; sababaanis si dhiisee akka deemu hin dagatin...! ⇰ Namoota osoo sirraa homaa hin barbaadin tola siif oolaniif ; gatii guddaa kenni...! ⇰ Muka ofif beekan qoricha hin se'an...! ⇰ Jijjiiramuun jijjiiruu dursa ; garuu lamaanuu gatii akka nama kaffalchiisu beekuu qabda...! ⇰ Diinni yoo si waraane qaama kee si madeessa ; Hiriyaa sobduun garuu sammuu kee si madeessa...! ⇰ Hiyyeessi yakka namaatti kan adabamaa oolu haqa dhabee osoo hin taane harkaa dhabeeti...! ⇰ Waan jaallattu argachuudhaaf waan hin jaalanne keessa darbuu qabda...! ⇰ Bakka mukni goolii jiru hin beektu taanan callistee kubbaa dhiituun kee faayidaa hin qabu...! ⇰ Namni nama jijjiiruu hin danda'u ; Garuu namni tokko akka namni jijiiramuuf sababa ta'uu danda'a...! ⇰ Dukkanni ati amma keessa jirtu humna guddaa qabaatee miti ; Situ ifa guddaa si harka jiru dhaamsee keessa dhaabbataa jiraaf malee...! ⇰ Namni irra deddeebiin waan hin qabne lakkaa'aa oolu waan qabu dagata...! ⇰ Nama hunda biratti fudhatama dhabuu dandeessa ; garuu kan jijjiirama fidu ofuma kee biratti fudhatama qabaachuu fi dhiisuu keeti...! ⇰ Namoota jechaan osoo hin taane onneen si booji'an filadhu...! ⇰ Jaallatamuu yoo barbaadde yeroo baay'ee cimina kee odeessurra ; hanqinaalee kee odeessuu filadhu...! ⇰ Hamma guddina kufaatii keetii kan murteessu ; deebii ati kufaatii keetiif deebiftuudha...! ⇶ Namoonni waan dubbisan 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 hin goone namoota of qofaaf yaadanidha  ♻️ SHARE ♻️ godhi kaa 𝐇𝐢𝐫𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐟 ...!   

Sekoondii 30f Hoogganaa Ta'i! John C. Maxwell " Be a leader of 30 seconds" jedha. 'Second 30 f hogganaa ta'i' jedhe. Namni akkamitti second haga kanaa jidduutti hoogganaa ta'a? John C. Maxwell bifa ittiin yeroo haga sanaa jidduutti hoogganaa taanu nutti hima. Innis fakkeenyaan yeroo jalqabu:  "Mee hiriyaa kee yeroo Mara dubbii kee dhagahuu hin feene tokko itti siqiitii "Har'a sirraa bareedeera! Ati akkam nama cimaadhaa!,..." Jedhiin namni kun yeroo kana irraa eegalee haalota jiran keessatti waan ati dubbattu sirraa fudhachuuf si dhaggeeffachuuf qophii ta'a. Dhalli namaa uumamaan jajamuu jaalata waan taheef sammuun isaa ittiinis ni bitamaa" jedha Seera kana iddoo gara garaatti fayyadamuun ni danda'ama. "Leenjitoota ykn barattootta daree keesaa barsiisuuf seente utuu barsiisuu hin eegalin dura qooddattootta kee kana jajuun eegali, har'a dareen keenya bareedeera, har'a fuula Ifaa qabattanii jirtu. Isin baratootta ciccimoodha. Isin leenjitoota kunniinirraa leenjicha adda taasisuuf uummata asitti argamtanidha. Isin hooggantoota dha."jechaa utuu eegalte hirmaattotni kee barataa ykn leenji'aan rakkisaa dha jedhaman sahaatii ati isaan waliin turtutti obsaa siif qabaatu. Si dhaggeefatu. Yaada isaanii siif qoodu. Waan kun kan tahuuf namootni kunniin dubbii second 30 jidduutti ati dubbattu sun akka isaan ofitti deebi'anii of ilaalaan ykn dhaggeefatan ni godha" jedha. Hooggansi ofirraa eegalaa jedhama. Maarree, foormulaan namni kun jedhe kan namni tokko nama biraatirratti raawwatu qofaa utuu hin taane kan nuti ofii keenyaa ofirratti raawwannullee dha. Ati akka cimaa/tuu, bareedaa/uu , dhageefataa/ttuu cimaa/tuu fi amaloota qabaachuun nurra jiraatu tokko qabaachuuf ykn akka qabnu of yaadachiisuuf seerri kun ni fayyada. "Oolman koo bareeda naaf ta'a" jettee akkuma siif bareedu of ifataa kaatee of ifataas akka ooltu kan taasisu waan yeroo second 30 hin guutne jidduutti ofirratti dubbanuuni dha. John c.maxwell

. Gorsa Xiqqoo Warra Dhiirotaaf 💖💖💖💖💖💖💖💖💖 Intala bareedduu takkaan wal barte. Guyyaa lama hin turree yeroo gaaffii jaalalaa dhiyeessituuf. Ishiinis sin dinne tole siif jette. Guyyaan lakkaa'amaa deeme, ishiinis jaalala keetin si harkatti baqaa deemte. Ati yaaduma akka amala keetii gaaffii jaalalaa dhiyeessiteef malee baay'uma jaalala ishiidhaf hin qabdu. Yeroo hunda ishumatu siif bilbila. Atimmoo yoo barbaadde hin kaastuyyuudha. Message siif barreessitee osoo ati bantee hin ilaalle ammas kan biraa siif ergiti. . Pirofaayilii feesbuukii ishii suura kee taasifti. Ati garuu dhimma ishii hin qabdu. Siif salphaadha dubartii barbaadde waliin burraaqxa. Guyyaa barbaadde koottu na bira buli jettuun waan tokko osoo mataa hin marin dhuftee si bira bultee akka barbaadde siif taati. Qarshii dhuma ishiitin si affeerti, waan barbaadde siif bitti. Amma dandeessu hunda si gammachiisuf jiraatti. . Garuu gaaf tokko hojii kee dhageessi. Kanin dhaga'e dhugaadha moo jettee si gaafatti. Atimmoo akka amala keetii soba jettee itti kakatta. Gaafas si amantee biraa siif dabarti. Ati silaa gocha kee kana hin dhiiftu ammas guyyaa biraa dubartoota biraa faana ijuma ishiitin si agarti. Har'a garuu balleesse dhiifama jettaan. Ishiinis waan si jaalattuuf dhiifama siif gooti. Ati garuu sobdeeti malee garaa keetirraa dhiifama hin gaafanne. Gocha badii kee itti fufuu hin dhaabne. Ishiinis yaadutti kaati. Isaaf hin maluu? Maalin itti hir'ise laata? Ani hin bareeduu? jechuun yaadan waxalamti. Ta'us garuu jaalala keessan cimsuuf ammas humna ishiitii ol dhamaati. Garuu omaa ati waan hin jijjiiramneef abdii sirraa kutachuudhan sirraa gargar ba'uuf murteessiti. . Haa caalatu jetta waan dubartoota heedduu mimmiidhagoo ta'aniin marfamtee jirtuuf. Erga ishiin si dhiiftee deemtee ammas si Rabbi si gargaaree intala maal fakkaattu kan ishii harka meeqan caaltu takka waliin hariiroo eegalta. Jaalallee kee ishii haaraa tana waliin suura wajjin kaatee post gochuudhan ishii durii san guggubuutti kaate. Ishiinis suura keessan ni agarti. Ni gubatti. Onneen ishii ni caba. Boo'ichatti kaati. Si dagachuudhaf amma dandeessu ni yaalti. . Jaalalleen kee ishii haaraan akka malee miidhagdu tun sirratti kan biraa dabalatti. Dubartiin sirraatti jaalattee waan hin beeknef ni aarta, gargar baatu. Kan biraa barbaaddachuutti kaata. Ati silaa hin dhabduu hunduu siif milkaa'a. Garuu hundi isaaniyyuu fageenya dheeraa si oofuu hin dandeenye. Waan hunda gootee gaafa dadhabdu dhumarratti intalli si jaalatte takka qofa ta'uu ni barta. Ishii jireenya ishii siif gubde san. Ishii akka barbaadde siif ta'aa turte san. Ishii itti taphattee onnee ishii madeessite sana. Kaatee feesbuukidhaan message barreessudhaaf murteessite. Garuu hin dandeessu. Block si gootera. Bilbila bilbiluuf kaate. Hin dandeessu, bilbila kee hiitera. Ammas abdii osoo hin kutanne qaaman barbaadutti kaata. Gaaf tokko karaatti wal agartu. Bareeddun ati itti taphatte sun ammas akkasuma. Arguu keetti ni gammadda. Haasofsiisuf murteessita. "Si hubachuu dadhabee heedduu si miidhera, dhiifama naaf godhi kana booda ofin sirreessa" yeroo ati jettuun dargaggeessi dhaabbii bareedaa qabu tokko duuban dhufee ishii haammata. Kaadhimaa ishii akka ta'ee fi cidha godhachuuf akka yeroo muraasni isaan hafe sitti himtee wal haammatanii si bira darbanii deemu. Osoo urjii meeqa lakkooftuu addeessa harka kee keessa turte san akka dhabde siif gala... ...Ati garuu akka mucaa kanaa hin ta'in, Dubartii si harka jirtu kunuunsi, Ishiidhumaan gammadii jiraadhu !!

GALATA Itti fuftee kan caalu argachuu feetaa waan addaa? Yoos isa harka keerra jiruuf galateeffachuu qabda. Galata Waaqaa hir'istee ofitti hin hidhin gaadii Gaafa waan kophee haasoftukan miila hin qabne yaadi Ati utuu fayyaa kee jirtuu kanan dhabe sanan dhabe jettee komiin mataa si jiisa Komaatamni meeqammoo dhibee hin fayyineen qabamee hospitaala ciciisa. Fayyaa taanan nan beeka bakkan yaade akkan ga'uu Kan fayyaa naa kennite galanni si haa ga'u. Jedhii galateeffadhu Eessa kaate eessa akka geesses madaalarra of kaa'i Kan dhabde gaafa lakkooftu kan argattes lakkaa'i. Yoo galata jibbitee komiif gumgummiidhaan ol utaalte akka fardaa Kan dhabde argachuu mitii kan argatteyuu in dhabda. #Habte

NI DANDEESSA ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➥ Wanti ati kun "hin danda'amu baay'ee ulfaataadha" jettu caaladhumattiyyuu sitti ulfaata.  Faallaa kanaa wanta ulfaatu kamuu kutannoodhaan itti deemnaan baay'ee salphaadha. ➨ Injifannoon kee harka kee keessa jira. Abjuun kees hiika qaba. Waan abjootte immoo hiika itti kennuuf ammuma irraa dhama'i! Dhamaatii fi milkaa'inni kee hiika abjuu keeti. ➨ Abjuu kee of keessatti awwaaltee hafta taanaan ati ofiifuu hin taatu. Osoo ofiif hin taane namaaf ta'uun hin jiru waan ta'eef. Ofiif yoo taate kaaniif taata. ➨ Jalqabni Milkaa'ina kee garuu anaa miti, isaa miti, ishee miti, isaan miti, nu'is miti, si'uma si'i mataa keeti. SITU SIIF HIIKA QABA. Hiika ofiif kenni namaa gaditti of hin ilaalin, namni ati ofii ol gootu hundinuu akkuma kee ji'a 9 tti dhalatee yeroo sana Maaliin si caala ture mee? Nuti hundinuu yeroo dirra lafaa kanatti dhufnu homaanuu wal hin caallu. Eegas booda namni akkaataa tattaaffii isaatiiniif akkaataa ilaalcha isaatiin wal caaluu jalqaba malee. ➨ Kanaaf gabaabamatti wanti jechuu barbaadu, ilma namaa kana hundaaf yeroon wal qixa kenname. Siifi diina keetiifis wal qixa kenname, akkasumas atiif nama ati ofii olitti ilaaltuufis waluma qixa kenname. ➨ Diina ofiitii gadi ta'anii diina ofiitti hajamuu caala wanti nama jibbisiisuu fi hamilee nama buusu hin jiru. Kanaaf teessee diina keetii gaditti ofi hin yaadiniitii yeroo walqixa siif kennamte kana isaa olitti fayyadamuuf yaali yoos caaluu dandeessaati. ➦ Wɑɑn beektɑnii fi dubbistɑn dhɑlootɑɑf dɑbɑrsɑɑ. Wɑliin bɑrɑnnee wɑliis hɑɑ bɑrsiifnu!                                                                                                                                                                                                   share .....share...........share

📌Jireenya kee keessatti moo’achu yoo barbaadde amaloota kanniin of barsiisi✌️ AMALOOTA NAMOOTA MO'ATOO TORBAn (7n) ***** 1. Kufaatii isaanii dhoksuuf hin dhama'an, akka barumsa argatanitti yaadu. 2. Abdii hin kutani. Yoo kufan ka'uu akka danda'an beeku. 3. Waan gaarii fi cimina ofii isaanii fi kan nama biraa arguu danda'u. Hir'inaa isaaniirratti malee hir'ina namaa irratti hin xiyyeeffatan. Waan qabanii fi waan danda'anirratti xiyyeeffatu. 4. Namoota (hiriyyoota) gaarii ta'an naannoo isaaniitii qabaatu. Hiriyyoota kaayyoo, ergama fi ilaalchaan waltumsuu danda'an of biraa qabu. 5. Waa'ee doggoggora darbee deddeebi'anii yaadanii of hin dhiphisan, garuu irraa baratu. 6. Yeroo kaayyoof jedhanii miidhamni dhiphinni, rakkiinni irra ga'u waan isaan miidhe caalaa waan miidhama sana keessaa argatan yaadu. 7. Murtoo murteessuuf dudduuba hin deebi'an. Murtoon jireenya keessatti barbaachisaadha, namoonni mo'atoon ni murteessu.

#Diivii Diivii bara 2024 Fulbaana 25 hanga Onkoloolessa 29 bara 2015'tti(Akka lakkoofsa Awurooppaatti   October 5 hanga November 8/2022) Online'dhan guutuun akka danda'amu Itiyoophiyaatti kan argamu Imbaansiin Ameerikaa ifa godheera. Guutuudhaaf 👉Yoo xiqqaate Barnoota Sadarkaa Lammaffaa Xumuruun dirqama. 👉Guutuun kan danda'amu Online'dhaan qofa yemmuu ta'u, Guutuudhaaf Kaffaltii kamuu hin gaafatu. 👉Online'dhan eega guuttanii booda lakkoofsa mirkaneeffannaa isiniif ergamu qabadhaa. Yeroo carraan ba'e Online'dhan kan ilaalamuun danda'amu lakkoofsa mirkaneeffannaa isiniif ergamu qofaan. 👉Suuraa ji'a 6 dura ka'ame fayyadamuun barbaachisaadha. 👉Ameerikaan Addunyaa irratti waggaa waggaadhaan namoota kuma 50 Carraa Diversity yookiin diiviintiin gara biyyaa isheetti ni fudhatti. Isaan kana keessaa Carraan Afrikaa kuma 38 dha. Galmeef 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://dvprogram.state.gov

┃•BILCHINA SAMMUU•┃ Kutaa 2ffaa ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ => Kaayyoon mul'ata kee milkeessiti! => Waan argitee fi waan ilaalte hubachuu yaali si gargaara waan ta'eef! => Yeroo gabaabduuf jettee abdii kee hin kutin maalif yoo jette booda si qaanessa! => Waan hunda dursa ofiif bakka laadhu kan sirra sitti aanu waan hin jireef! => Of beeki kan sirra si beeku waan hin jirreef! => Namni kaayyoo ofii beeku jaalalaan hin kufu kaayyoo isa galmaan ga'uuf kufa malee! => Beekaa jechuun nama dogoggora ofii ofitti beekee irraa sirraa'edha! => Moo'uu jechuun 1ffaa ba'uu osoo hin taane jijjiiramas agarsiisu dha! => Barachuu jechuun barumsa keessa osoo hin taane barumsi nama keessa darbuu dha! => Barumsa barattee yoo qoramtu jireenya immoo qoramtee baratta. ➦ Gαℓαтσσмαα!!! Υєʀσσ Gααʀιι 📩 ᴊᴏɪɴ📩 sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​ @beeka24 @beeka24 🔺ᴊᴏɪɴ🔺 sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​ 🔺ᴊᴏɪɴ🔺

┃•BILCHINA SAMMUU•┃ Kutaa 1ffaa ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ => Waan jaallattu argachuudhaaf waan hin jaalanne keessa darbuu qabda. => Bakka mukni goolii jiru hin beektu taanan callistee kubbaa dhiituun kee faayidaa hin qabu. => Namni nama jijjiiruu hin danda'u. Garuu namni tokko akka namni jijiiramuuf sababa ta'uu danda'a. => Dukkanni ati amma keessa jirtu humna guddaa qabaatee miti. Situ ifa guddaa si harka jiru dhaamsee keessa dhaabbataa jiraaf malee. => Namni irra deddeebiin waan hin qabne lakkaa'aa oolu, waan qabu dagata. => Nama hunda biratti fudhatama dhabuu dandeessa, garuu kan jijjiirama fidu ofuma kee biratti fudhatama qabaachuu fi dhiisuu keeti. => Bololli mootii gabra yoo taasisu. Obsi immoo gabra mootii taasisa. => Namoota jechaan osoo hin taane onneen si booji'an filadhu! => Jaallatamuu yoo barbaadde yeroo baay'ee cimina kee odeessurra, hanqinaalee kee odeessuu filadhu! => Hamma guddina kufaatii keetii kan murteessu, deebii ati kufaatii keetiif deebiftuudha. ➦ Gαℓαтσσмαα!!! Υєʀσσ Gααʀιι 📩 ᴊᴏɪɴ📩 sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​ @beeka24 @beeka24 🔺ᴊᴏɪɴ🔺 sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​ 🔺ᴊᴏɪɴ🔺

photo content

Seenaa hedduu gaddisiisaa! Maqaan ishee Waantiyyaa Solomoon jedhamti. Kan dhalattee guddatte,magaala garba gurraachaatti,abbaan ishee jalqaba buskuttii gurgura ture,booda shufeera konkolaataa ta'e,sana utuu hojjetuu gaaftokko konkolaataan kufee lubbuun namaa darbe,innis waggaa sadiif mana amala sirreessaa ture.Yeroo inni adaba isaa xumuree ba'u haati ishee ulfa turte. Abbaan Waantiyyaa gara manaatti gallaan haati ishee mana dhiistee deemte,booda deebitee himata irratti bante,manni murtii qallaba ijoollee lamaa isheef murteessee ijoollee lama fudhattee deemte,Waantiyyaan abbaa ishee biratti hafte.Abbaan ishees haadha manaa biraa fuudhe,kana gidduutti haati Waantiyyaa dhuftee Waantiyyaa fudhatte qallaba ijoollee sadii fudhachuuf kana goote. Waantiyyaan waraqaa gaggeessituu mana barnootaa fudhattee haadha ishee waliin galte,haati ishees itti jijjiiramte,Waraqaa gaggeessituu ni kukkutte,rifeensa irraa haadde,ishees mana itti nyaata bilcheessan keessa bulchite. Waantiyyaan kana dhokattee abbaa isheetti himatte,innis badii koottu jedheen,gaafa isheen dhaqxu ati eenyu akka iji koo sin argine jedhee karaatti baase. Waantiyyaan bool'a lixxu dhabde,daandiitti baate shufeera tokko argitee lafan seenun dhabe jettee itti himatte,innis finfinnee ishee geessee naannoo buufata atoobisii yommuu gahu naannoo 11:00tti iddoo barbaadde deemi jedheen,anoo nama hin beeku eessan seena biyya kootti na deebisi jetteen shufeerichis gatii geejibaa kaffalee biyyatti ishee deebise. Waantiyyaan garba gurraachatti yeroo deebitu adaadaa isheef bilbilte,adaadaan ishees homaa siif gochuu hin danda'u miila koo na dhukkuba lafa barbaadde deemi jetteen. Mucaan mana namaa kadhattee bultee ganama gara mana amantaa deemtee achi utuu teessuu shufeericha argite,Innis gara fiichee ishee fudhatee deeme,achis kutaa ciisichaa qabatanii bulan,shufeerichi mana juusiitti ishee qacare. Waantiyyaan dhukkubsachuu jalqabde abbaan mana juusii sanaa akka isheen mana yaalaa deemtee ilaalamtu eeyyameef,ilaalamtee booda akka daa'ima garaadhaa qabdu dhageesse,kanumaan dhalattee waggaa 14tti daa'ima garaatti baatte. Mana kireeffatanii waliin jireenya jalqaban, shufeerri sunis itti jijjiirame,darbee darbee manatti gala,gaafa galus ishee reeba"cobxoo irra

Of ta'i (be your self) "Of taatee dhalatte akka of taate beekte jiraachuuf, waanjoo ormaa jalaa ba'ii mul'ata kee faana bu'i" Ati gaafa dhalatuu suma mataa kee taateeti maaf tarsiimoo fi imaammata nama biraa hordofta.? Ati dhaloota hordofaa miti dhaloonni hordofan nama biraaf mitii ofiifiyyuu furmaata ta'uu hin danda'u, ofiifiyyuu furmaata barabaada Dhaloonni of ta'e addunyaaf furmaata kaayyoo itti dhalatte beekte, naannoo kee waliin hariiroo gaarii uumtee, fulduratii yoo aggaamte of ta'uun kee ifa fi bilisa. Yaa ilmoo namaa..! Eenyummaa kee beekii of ta'ii Tokkichaa gita hin qabne! Kennaa addaa addunyaa kanaati . Namni tokkoyyuu bakka si hin bu'u. Ati bakka biroo hin buutu erga akkas ta'e of ta'i of ta'i......! Namoota addunyaa kanarratti milkaa'ani namoota kaayyoo isaan irratti hanga lubbuu ofii laatanitti ga'an Ati garuu haala mijataafi hin mijanne keessa dhaabatte obsa maliif dhabdaree.? Namni of ta'an of danda’oodha, namni of ta'an humna guutuu qabu...! "Gonkumaa wanta har'a hojjechuu dandeessu, boriif hin kaa'in " Benjamin Franklin