en
Feedback
JEECHOOTA BEEKTOTAA

JEECHOOTA BEEKTOTAA

Open in Telegram

SHARE WAALI YAA GONUU ERGAA GUDDAA BAARACHUU DANDENYA. Hordoftootaa channel kana yoo qabaatani karaa kanaani nuu dubbisaa. @beeka24

Show more
563
Subscribers
+224 hours
+137 days
+5730 days
Posts Archive
Gorsa gabaabaa 1, Hin Yaadin akka malee 2, Hin aarin Obsi malee. 3. Hin Abaarin Gorsi malee 4, Hin booyin kolfi malee 5, Hin Jarjarin Hubadhu malee 6, Hin Jaallatin qorattu malee 7, Hin Amanin Jaaladhu malee 8, Hin jibbin sababa malee 9, Hin Barreessin beektu malee 10, Hin odeessin argitu malee 11, Hin Sodaatin dubbadhu malee 12, Hin sobin dhugaa malee 13, Hin taa'in hojjedhuu malee 14, Hin dhabin argadhu malee 15, Dubbiftee hin dhiisin share gootu malee

(ᵔᴥᵔ) Ajaa'iba ilma namaa  (ᵔᴥᵔ) ➦Ilma namaa irraa nama baay’ee hin haasofnetu jira,garuu yoo dubbate jechi isaa mi’aawaa yoomuu hin dagatamne!. ➦Nama akka malee haasawa heddummeessutu jira,garuu haasofni isaa hunduu Oduu yoomuu hin yaadatamne!. ➦Nama yeroo baay’ee hin muldhannetu jira,garuu kan yoomuu hin dagatamne!. ➦Kan guyyaadhaan hin dhokannetu jira,garuu ka uf duuba deebi'ee hin yaadatamne!. ➦Nama waan xiqqoo dalagee gochi isaa yoomuu hin dagatamnetu jira. ➦Nama waan guddaa dalagee,waan dalage hundaa namatti himu,garuu kan dalagaan isaa hin yaadatamnetu jira. ➦Nama waa xiqqo dogoggoree dogoggorri isaa madaa yoomuu hin qoorre ta’ee hafutu jira. ➦Nama hedduu dogoggoree garuu dogoggorri isaa Gaarummaa isaatiin dagatamutu jira.

What are the psychological facts you do not know much about? FACTS U DIDN'T KNOW ABOUT TOO MUCH 1. If you speak too much, you will lie. 2. If you think too much, you will be depressed. 3. If you cry too much, you will lose your sight. 4. If you love too much, you will be lost. 5. If you care too much, you will be taken for granted. 6. If you play too much, you will not be taken serious often. 7. If you trust too much, you will be betrayed. 8. If you work too much, you will die of stress. 9. If you eat too much, you will be obessed 10. If you sleep too much, you will be idle. 11. If you spend too much, you will have no future. 12. If you wear make up too much, you will lose your beauty. 13. If you look too much, you will lose your focus. 14. If you pursue life too much, you will lose everything. And lastly... 15. If you expect too much, you will be disappointed. Don't be too much because that too much can hurt you so much.

OBSI "Obsi dhagaa(dhakaa) affeela" jedha Oromoon. Obsi dhukkubbii qaba, firii inni kennuu immoo dhukkubbii fayyisa. Milkaa'inaaf hammam hojjedhu obsa yoo hin qabaanne bakkakee duraatti deebita. Bosona misoomsuuf yeroo dheeraa sitti fudhata. Balleessuuf immoo daqiiqaa muraasa sitti fudhata.  Bosona Waggaa kudhan guutuu itti dadhabdee misoomsite, iji kibiriitii tokko daqiiqaa xiqqoo gidduutti daaraa gochuu dandeessi. Akkasuma abjuukee yeroo, humna, maallaqakee yeroo dheeraaf itti fiixxe obsa dhabuun yeroo xiqqoo keessatti awwaaluu dandeessa.  Yeroo hunda wantoonni yeroo ati barbaadetti siif hin mul'atan. Yeroo isaaniitti garuu inuma mul'atu. Biiftuu fi Ji'i yeroo tokko hin mul'atan. Yeroo isaaniitti mul'achuun garuu waan hin oolleedha. Kun seeruma uumamaati. Atis hiriyaankee sibiraa bakka guddaa ga'ef kankoo yoomi jettee hin haadin! Kankees yeroon mul'achuu jirtiiti obsi. #Yaadadhu Biiftuu fi Ji'i wal faana hin mul'atani. Atis guyyaan itti iftee mul'attu in dhufa! Bakka Nagaa Oolaa!!

🕌☪ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች ቤተሰቦቻችን በሙሉ እንኳን ለታላቁ ረመዳን ወር በሰላም፣ በጤና አደረሳችሁ እያልን መልካም የፆም፣ የፀሎት፣ የኢባዳ ጊዜ እንዲሆንላችሁ እንመኛለን። Habte
🕌☪ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች ቤተሰቦቻችን በሙሉ እንኳን ለታላቁ ረመዳን ወር በሰላም፣ በጤና አደረሳችሁ እያልን መልካም የፆም፣ የፀሎት፣ የኢባዳ ጊዜ እንዲሆንላችሁ እንመኛለን። Habte ▬▬▬▬▬▬▬

Mathematics for remedial -1.pdf But some one you need to reading first understanding the topic .

Share Mathematics BSc Exit Exam-1.pdf

የሬሚዳል ፕሮግራምን ለመከታተል የመመዝገቢያ ነጥብ በመንግስት እና በግል ዩኒቨርሲቲዎች ይለያያል? ትምህርት ሚኒስቴር ከ50 በመቶ በታች ያመጡ የ2014 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ተፈታኞች የሬሚዳል ፕሮግራምን በተለያዩ አማራጮች እንዲከታተሉ የመቁረጫ ነጥብ ይፋ ማድረጉ አይዘነጋም። የመቁረጫ ነጥቡ በሁሉም አማራጮች (በግል እና በመንግስት ተቋማት) የ Remedial ፕሮግራም ለመከታተል ተማሪዎች እንደተፈተኑት የትምህርት አይነት ብዛት 30% ከመቶ እና ከዚያ በላይ ማለትም (210 ከ 700፣  180 ከ 600 እና 150 ከ 500) መሆኑን ማሳወቁም የሚታወስ ነው። በዚህ የሬሚዳል መቁረጫ ነጥብ መሰረት ባደረግነው ምልከታ ከተቀመጠው ነጥብ #በታች ያመጡ ተማሪዎችን የሚመዘግቡ ከፍተኛ የትምህርት ተቋማት መሆራቸውን አይተናል። ምዝገባውን እያከናወነ ላለው ዩኒቨርሲቲ እና ኮሎጁ ትምህርት ሚኒስቴር ካስቀመጠው ነጥብ በታች ያመጡ ተማሪዎችን ለምን መዘገባችሁ? በሚል ላቀረብንላቸው ጥያቄ መንግሥት ይፋ ያደረገው ለመንግሥት ዩኒቨርስቲዎች እንጂ ለግል ተቋማት አይደለም ሲሉ ምላሽ ሰጥተውናል። አል ዓይን ይህን ጥያቄ ይዞ ትምህርት ሚኒስቴርን የጠየቀ ሲሆን የሚኒስቴሩ የህዝብ ግንኙነት እና ኮሙንኬሽን ሀላፊ ወይዘሮ አመለወርቅ እዝቅኤል፥ "ለሬሚዳል ፕሮግራምም ይሁን ከ50 በመቶ ውጤት ያመጡ ተማሪዎች መመዝገቢያ ነጥብ ለመንግሥትም ይሁን ለግል ዩኒቨርሲቲ ተመሳሳይ ነው" ሲሉ ተናግረዋል ። ከዚህ በፊት የነበረው ለግል እና ለመንግሥት ዩኒቨርስቲዎች የተማሪዎች መመዝገቢያ ነጥብ ይለያይ ነበር ያሉት ሀላፊዋ፥ ከ2014 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ብሄራዊ ፈተና በኋላ ተመሳሳይ እንዲሆን መወሰኑን አክለዋል። በዚህም መሰረት ትምህርት ሚኒስቴር ካስቀመጠው የሬሚዳል ፕሮግራም መመዝገቢያ ነጥብ ውጪ የሚመዘግቡ ዩኒቨርስቲዎች እና ኮሌጆች ህግ እየጣሱ መሆኑንና እርምጃም እንደሚወሰድባቸው ነው ያብራሩት።

Watch "applied for remedial and fresh man course for university student" on YouTube https://youtu.be/X8l4-SjuHio

Watch "mathematics course outline for Remedial students" on YouTube https://youtu.be/FqnKHOoXy60

Yeroo hunda namni irra deddeebi'ee wanta isa gargaaru dubbisu beekumsa gonfata. Baay'eenis utuma dubbisanii iddoo jiran baranii, iddoo GAHUU qaban murteessanii, fiigicha eegalani! Qaroomanii kan fagaatanis jiru! Kanaaf ittuma fufii dubbisi! Kallattiidhaan jireenya keetti firoomsi! Of qaroomsi! Yeroo dhiyootti atis karaa #inbox keenyaan yaada gammachiisaa akka nuuf barreessitu abdii qabna! AMMAS DUBBISI!!! . . . NAMOONNI JIREENYATTI MILKAA'AN: ▬▬▬▬▬▬▬▬ ➊. Yeroo hundaa waan haarawa yoo baran mul’atu. Mudannoo fi oolmaa guyyaa guyyaa keessatti muuxxannoo haaraa baruu fi yeroo hunda waa dubbisuun nama guddisa, dirree hiree fi milkaa'ina namaaf bal'isa. ➋. Hir’inaa fi cimina isaanii addaan baafatu yookiin bareechanii beeku. Namoota jireenyatti milkaa'anii sadarkaa guddaa irra gahan, CIMINAA fi DADHABINA isaanii qajeelchanii beekuu isaaniiti. Waakkachuu irra, namoonni kunniin, hir’ina qaban hubatu yoo itti himames gammachuudhaan simatu. ➌. Dhimmoota kamiif dursi akka laatamuu qabu hubatu. Jireenya bu'aa bahiin itti heddummate kana keessatti, wanti hojjetamuu qabu yookiin rakkoon furamuu qabu hedduu dha. Dhugaan jiru garuu, hangamuu cimaa taanu, rakkoo nama mudatu hundaaf yeroo tokkotti deebii kennuun tasa waan hin danda’amneedha. Isa hunda irra xiyyeeffannaan guddaan kan barbaachisuuf dursi laatamuu qaba. Namoonni ciccimoon jireenya isaanii keessatti milkaa'ina guddaa galmeessisan kan godhan kanuma. ➲ Hedduun keenya garuu, waan cufa al tokko raawwachuuf carraaqna; akkas gochuu keenyaan dhoqqee keessaa hin baaneen qabamna. Al tokko waan dursi laatamuuf tokko! ➍. Maallaqa isaaniitti sirnaan fayyadamu. Waa’ee mallaqaan walqabatee dhugaan yeroo hunda ka’u tokko hanga argattu qofa osoo hin taane waan argattu akka itti qabattuudha kan si duroomsu. Hangamuu haa baay’atuu, maallaqa argattu faffacaasta, bubbeef kennita taanaan ati yoomuu rakkataa fi liqii kadhataadha. ➎. Yeroodhaan hirribaa ka’u Amalli namoonni barnootaan, daldalaanis ta’ee waan biraatiin cimina yookiin milkii guddaa argisiisan ittiin beekaman tokko yoo jiraate simbira ganamaa ta’uu isaaniiti. ➏. Kaayyoo fi Galmi isaanii Ifa Maaliidhaaf jiraatta? Essa ga'uudhaaf tiratta jettanii yoo gaafattan namoota kanniin irraa kan argattan deebii gabaabaa fi ifa ta’e tokko. Maaliidhaaf akka hojjatan, eessa ga'uudhaaf akka tarkaanfatan yoo gaafataman bifa wal hin dhoofneen deebii isaanii lafa kaa'u. ➐. Hawaasaa fi hiriyyoota wajjin hariiroo cimaa uummatu. Milkaa'inni, kallattii kamiinuu ta’uu danda’a, jireenya hawaasummaatiin hedduu walitti hidhata qaba. Kophaatti ba'anii jiraachuunis ta’ee milkiin kophaatti galmeessisan waan hin yaadamne ta’uu waan beekaniif hawaasummaa fi hariiroo gaariidhaaf iddoo guddaa laatu. ➑. Amala gaariidhaan ummata biratti mul’atu. Ummata biraa jibbaa fi tuffii horachuun gufuu imala gara milkiitti godhamu gatantarsan keessaa isa tokko. ➲ Hawwuu qofa miti jireenyi. Kanniin milkaa'an irraa barachuudhaan nutis waan hawwinu harkatti galfachuu ni dandeenya. Gufuuleen hawwii keenya bira akka hin geenyeef danqaa ta’an hedduutu jira. Gufuun guddaan garuu nuti ofii keenyaa amalaa fi aadaa milkiitti nu geessu dhabuu keenya. Ammuma irraa eegaluun amalaa fi aadaa gara milkaa'inaatti nu geessu simachuudhaan hawwii milkaa'inaaf qabnu haa dhugoomsinu

Umurii kee Dagadhu! Jireenyatti jiraadhu! ━━━━━⊱✿⊰━━━━━━           "Live your life            Forget your age"       [ Jean paul quotes ] ━━━━━⊱✿⊰━━━━━━ ☑️ Jireenya hanga ammaatti jiraataa turte yaadadhu! ☑️ Kunis jireenya kee isa borii sirreessuuf karaa si buusa. ❓Umurii kee baay'ee maal irratti dabarsitee ❓Wanta jireenya kee ijaaruu ❓Mul'ata kee guddisuudhaa ❓Barnootaa ❓Utuu hin karoorsin Jiraattee ⏰ AMMAS YEROON JIRA. Namoonni baay'een, "Ani waggaa hanga kana  jiraadhe, bara sana nan yaadadha!  Waan akka kanaatu ture,..." jedhu. "Bara sanatti maal hojjatte? Maal hojjachuutu sirra turee?" jettee yoo gaafatte waan baay'ee siif kaasu. 👉 Ammuma iyyuu guyyoonni lakkaa'amaa jiru. 👉 Jireenyi kee hoo? 👉 Guyyoota darban irra maaliin caaltaa? 👉 Isa kaleessaa caalatti hojjachuuf karoorsitee jirtaa? Waan guddaa hojjachuuf waan xiqqoo irraa jalqabama. 1️⃣ Wanta hojjattuuf fedha guutuu qabaadhu! Karoora kee bakkaan gahuuf, dhaabuudhaafis fedha kee irratti hundaa'a. 2️⃣ Jireenya guyyaa guyyaa kee keessatti Abdii qabaadhu! ✔️ Namni Abdiidhaan jiraata. ✔️ Abdii yoo qabaatte hammam yoo miidhamte iyyuu abdichaaf jettee jireenya kee ni eeggatta. jireenyichattis ni jiraatta. 3️⃣ Wantoota hin barbaachifne karoora kee keessaa baasi! 4️⃣ Jireenya har'a dabarsite ilaali. (har'a maalan hojjadhee?) 5️⃣  Mul'ata qulqulluu qabaadhu (bright vision). 📩 Waggaa (yeroo) muraasa keessatti hojii guddaa hojjachuun ni danda'ama. ✍️ Umuriin lakkaa'amuun ni dhaabata. Jireenyi lakkaa'amuun itti fufa. Jireenyi ati jiraattee darbite seenaa kee ta'ee jiraata. ➦ Gαℓαтσσмαα!!!            

+7
#MATHEMATICS (social) #Remedial Program Course Outline የማካካሻ ትምህርት ለሚወስዱ ተማሪዎች ሼር አድርጉላቸው👍 Jhttps://t.me/+Q7B7O-uPi4cxYTI0

1.35 MB

Watch "tutorial for university students" on YouTube https://youtube.com/@tutorialforuniversitystu-eo6ld Coming soon I send best video for remedial and under graduated of university also for different college student about exit exam orCoc Any subscribers this channel