en
Feedback
Gadaa odeeffannoo fi Barnootaa

Gadaa odeeffannoo fi Barnootaa

Open in Telegram

Time is gold Barumsi bu'uura dinagdee biyya tokkooti,kanaaf wallaallummaa dhabamsiisuuf haa tumsinuu!!!

Show more
2 350
Subscribers
No data24 hours
-37 days
-2530 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
July '26
July '26
+9
in 0 channels
June '26
+14
in 0 channels
Get PRO
May '26
+8
in 0 channels
Get PRO
April '26
+7
in 0 channels
Get PRO
March '26
+3
in 0 channels
Get PRO
February '26
+5
in 0 channels
Get PRO
January '26
+7
in 0 channels
Get PRO
December '25
+9
in 0 channels
Get PRO
November '25
+12
in 0 channels
Get PRO
October '25
+37
in 0 channels
Get PRO
September '25
+42
in 0 channels
Get PRO
August '25
+32
in 0 channels
Get PRO
July '25
+27
in 1 channels
Get PRO
June '25
+29
in 0 channels
Get PRO
May '25
+46
in 0 channels
Get PRO
April '25
+70
in 0 channels
Get PRO
March '25
+65
in 1 channels
Get PRO
February '25
+85
in 1 channels
Get PRO
January '25
+55
in 0 channels
Get PRO
December '24
+168
in 1 channels
Get PRO
November '24
+154
in 1 channels
Get PRO
October '24
+138
in 2 channels
Get PRO
September '24
+237
in 0 channels
Get PRO
August '24
+101
in 1 channels
Get PRO
July '24
+465
in 1 channels
Get PRO
June '24
+293
in 0 channels
Get PRO
May '24
+267
in 1 channels
Get PRO
April '24
+315
in 1 channels
Get PRO
March '24
+262
in 0 channels
Get PRO
February '24
+293
in 0 channels
Get PRO
January '24
+142
in 0 channels
Get PRO
December '23
+404
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
27 July+1
26 July0
25 July0
24 July0
23 July+3
22 July+2
21 July0
20 July0
19 July0
18 July0
17 July0
16 July0
15 July+1
14 July0
13 July0
12 July0
11 July+1
10 July+1
09 July0
08 July0
07 July0
06 July0
05 July0
04 July0
03 July0
02 July0
01 July0
Channel Posts
2
Sagantaan Nyaata Barattootaa Manneen Barnootaa Oromiyaa, Barnoota, Fayyaa fi Egeree Daa’immaniitiif == Mootummaan Naannoo Oromiyaa Waggoottan shanan darbanitti karoora imala badhaadhinaa dhugoomsuuf hojii bal’aa raawwachaa turee jira. Hojiilee bu’a qabeessa ta’anii fi jireenya uummataa kallattiidhaan jijjiiran hedduu keessaa tokko sagantaa nyaata barattootaa manneen barnootaatti dhiyaachuu jalqabuudha. Sagantaan kun fayyaa, barnootaafi egeree daa’immanii murteessuu keessatti shoora olaanaa taphachaa jira. Sagantichi manneen barnootaa keessatti hojiirra ooluu isaatiin maatii yaaddoo irraa bilisa kan baaseefi barattootni yaaddoo tokko malee barnoota isaanii qofa akka hordofan taasiseera. Kunis hirmaannaan barattootaa akka dabalu fi bu’aan barnoota isaanii akka fooyya’uuf bu’uura cimaa ta’ee mul’achaa jira. Kanaaf Sagantaan nyaata barattootaa manneen barnootaa Naannoo Oromiyaatti hojiirra oolaa jiru hojiiwwan mootummaa jijjiiramaan hojjataamaa turaniifi hojjatamaa jiran keessaa isa ijoofi agarsiistuu mootummaan dhaloota boru biyya dhaalaniif xiyyeeffannoo kennuuti. Sagantaan kun hojii irra osoo hin ooliin dura manneen barnootaa hedduu keessatti barattoonni maatiin isaanii hanqina dinagdee qaban nyaata osoo hin argatin gara manneen barnootaa deemaa turuun yeroo isaanii guutuu barnootaaf xiyyeeffannoo kennuu akka hin dandeenye taasisaa ture. Dadhabinni qaamaa fi sammuu barnoota irratti miidhaa uumaa turuu isaatiin barattoonni baay'een nyaata barbaaduuf barnoota dhiisanii hojii xixiqqaa hojjechuun dirqama isaanii ta’aa ture. Haalli kun immoo qulqullina barnootaa gadi buusuu qofa osoo hin taane, carraa barnootaa walqixa ta’e kennuuf danqaa ture. Mootummaan Naannoo Oromiyaas rakkoo barattootaafi maatii barattoota kana bu’uura irraa furuuf sagantaa nyaata barattootaa bal’inaan hojiirra oolchuu jalqabuu isaatiin barattoonni guyyaa mana barnootaa keessatti nyaata argachuu jalqabuun maatii hedduu irraa ba’aa hir’isuun ,daa’imman miiliyoonotatti lakkaa’amanis yaaddoo malee barnoota isaanii akka hordofan taasisee jira. Kanamalees hojiirra oolmaan sagantaa kanaa lakkoofsi barattoota mana barnootaa seenan akka dabaluufi harcaatii barnootaa sadarkaa olaanaan akka hir’atu taasisee jira . Daree keessatti hirmaannaan barattootaa dabaluun, bu’aan barnootaa fooyya’uu jalqabee jira . Dabalataanis, qulqullina barnootaa mirkaneessuuf sagantaan kun bu’uura jabaa ta’aa kan jiru yoo ta’u. barattoonni haala tasgabbaa’aa keessatti barachuun isaanii ogummaa fi beekumsa isaanii guddisuuf carraa bal’aa uumeera. Kanaaf sagantaan nyaata barattootaa hojii gargaarsaa qofa osoo hin taane, qulqullina barnootaa, misooma namaa ijaarufi dhaloota egeree dorgomaa ta’e horachuudha. Daa’imman har’a nyaata gahaa argatanii baratan bor ogeeyyii, qorattoota, hoggantoota fi humna misooma biyyaati. Sagantaan kun dhaloota fayyaa qabeessa, beekumsa qabu, ofitti amanamummaa qabu fi dorgommii biyya keessaa fi addunyaatti hirmaachuu danda’u uumuuf bu’uura kaa’a. Kun immoo imala badhaadhinaa Oromiyaa fi Itoophiyaa itti fufiinsa qabu mirkaneessa. Walumaagalatti, sagantaan nyaata barattootaa manneen barnootaa Naannoo Oromiyaatti hojiirra oolaa jiru ilaalama mootummaa ida'amuu irraa maddeen barnoota, fayyaa fi hawaasummaa walitti hidhun bu’aa bal’aa fiduu danda'ee jira. #BKO
439
3
No text...
465
4
Qormaatni Naannoofi Biyyoolessaa Bara 2018 Waxabajjii keessa kennama jedhame. ----------------- BBO- Ebla 16/2018 Qormaatni Naannoo kutaa 6ffaa. 8ffaafi Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 ji'a Waxabajjii/2018 jalqabaafi walakkaa irraa eegalee kan kennamu ta'uu Biiroo Barnootaa Oromiyaatti Daayirektarri Daayirektoreetii Qormaataafi Iyyaafannoo Barnootaa obbo Huseen Qaasim ibsaniiru. Qormaatni Naannoo kutaa 6ffaafi kutaa 8ffaa ji'a Waxabajjii guyyoota hojii jalqabarraa kennamuu kan jalqabu yoo ta'u, qormaatni biyyoolessaa kutaa 12ffaa immoo ji'a Waxabajjii walakkaa irraa eegalee kan kennamu ta'uu himaniiru. Barattootni qormaata biyyoolessaafi naannoo fudhachuuf qophiirra jiranis daran qophii isaanii akka cimsan jajjabeessaniiru. Haaluma walfakkaatun, hoggansiifi barsiisotni manneen barnootaa fooyya'insi qabxii barattootaa harka keessan waan jiruuf abdiin keenyaafi maatii barattootaa akka dhugoomsitan jechuun kan dhaaman yoo ta'u, maatiin barattootaa. GTBfi caasaan mootummaa godinaa hanga gandaa jiranis deeggarsa kanaan dura barattoota keenyaa taasisaa turtan caalaa milkaa'ina olaanaa galmeessisuuf akka hojjattan jechuun dhaamsa dabarsaniiru. Dhimarratti, Qormaatni Naannoo kutaa 6ffaafi 8ffaa guuyyootni 45 qofa kan hafan yoo ta'u, Qormaatni Biyyoolessaa kutaa 12ffaa immoo, guyyoota 55 kan hafan waan ta'eef barattootnifi barsiisotni keenya yeroo muraasa hafte tanatti fayyadamuun qabxii olaanaa galmeessuuf akka hojjattan dhaamsa keenya ta'a. - #Yeroo qo'annoo Gaarii Barattoota keenyaaf, -#Ifaajjii Barsiisota keenyaaf firii Gaarii hawwina. #Barri kan milkii haata'u! #Carraa_Gaarii!
365
5
+1
No text...
414
6
+9
No text...
458
7
#Qumbii Ayyaanni Hundeeffama Biiroo Barnootaa Oromiyaa Waggaa 33ffaa Sadarkaa Aanaa Qumbiitti Haala Adda ta'een kabajamaa ooleeti jira. (KAQ, Ebla 15/2018) Godina Harargee bahaa Aanaa Qumbiitti Ayyaanni Hundeeffama Biiroo Barnootaa Oromiyaa Waggaa 33ffaa Sadarkaa Aanaa Qumbiitti bakka I/G Waajjira bulchinsa Aanaa Qumbii obbo Jibril Yusuuf fi I/G Waajjira barnoota Aanaa Qumbii obbo Mahammad Abdalla jiranitti haala adda ta'een miidhagee kabajamaa ooleeti jira. Sagantaa kana irratti hoggansi Aanaa, Gurmaa'insi Ganda keessaa filataman,Abbootin Amantaa,Manguddoonni,Hayyoota,Barattoota manneen barnootaa fi Hojjettoonni Mootuummaa jiranitti kabajamee ooleeti jira. Ayyaana kana irratti barreeffama gabaabaan hojii barnootaa irratti itti gaafatamaa waajjira barnootaatiin dhihaate keessatti hundeeffamni Biiroo Barnoota Oromiyaa akkanumatti lafa ka'ame akka hin dhufin fi qabsoo Hayyoonni akka Oromiyaatti Biiroo Barnoota Oromiiyaa Mataa qabachuu qabdii jechuun bara 1985 akka hundeeffamtuu qabsoo hadhaawaa taasisanin hundeeffamuu ishee hubachiisaniiti jiru. Ayyaana kana irra dhaabachuun Hojiileen Manneen barnoota irratti hojjetamaa turan bifa gabaabinaan hirmaattootaaf dhihaateeti jira. Kanaaf guyyaa Hundeeffama Biiroo Barnootaa Oromiyaa Waggaa 33ffaa salphatti akka hin dhufiin beekuun barbaachisaadha" jedhan. Dhuma irratti Ayyaanni kun haala adda ta'een geggeeffamuun milkaa'inaan goolabameeti jira.
330
8
#Eid_mubarak ✨️ 💖 for all Muslim ☪️ brothers and sisters around the world 🌎
#Eid_mubarak ✨️ 💖 for all Muslim ☪️ brothers and sisters around the world 🌎
310
9
No text...
497
10
🟢Maaks Doowmaan taphataa umurii xiqqaan Piriimeer Liigii iratti goolii lakkoofsise ta'eera
426
11
+7
No text...
703
12
Godina Harargee Bahaa Aanaa Qumbii Mana Barumsaa Minoo sadarkaa 1ffaatti gabaasa hojiilee guyyaa har'aa. 1. Adeemsi baruu fi barsiisuu qixa sirriin gaggeeffamaa oolera. 2. Mooraan Mana Barnootaa Barsiisotaa fi Barattoota Mana Barumsichaa tiin qulqulleeffameera. 3. Waltajjiin marii bal'aa dhimma harcaatii Barattootaa fi Haala raawwii hojii seemistera 2ffaa irratti gadi fageenyaan mari'atameera. Marii kanaanis tooftaa barattoonni gara Mana Barumsaa tti harcaatii tokko malee deebi'uu danda'an irratti Barsiisaan Abbaa daree Barattootaa isaa dareetti deebiseen kan madaalamu ta'ee Barsiisaan daree hin qabne immoo qaxanoota Magaalaa qabnu hunda irratti ramaddii fudhate barataa meeqa Mana Barumsaa tti deebiseen kan madaalamu ta'u ajandaa Marii keenyaa goonee qaboo yaa'ii keenyaan mirkaneessinnerra. 4. Qaajelfama fudhaachuun yeroo hojii Idilee fi al_idilee kabajuu, karoora hojiilee baafachuu, daree ofii sirnaan hoogganuu, Mooraan Mana Barnootaa hawwataa taasisuu fi dhimmoota ijoo baruu fi barsiisuu irratti gadi fageenyaan mari'atameera. ✓. Bu'aan marii keenya guyyoota itti aananitti kan adda bahuu fi qaama hojii itti kennameera sirnaan hin baane irratti tarkaanfiin Bulchiinsa gaarii kan fudhatamu ta'a. ✓. Rakkoon adda hanga ammatti qaama Dhimmi ilaaluu hunda biraan geenyus dhimmi bishaanii furamuu hin dandeenye.?
501
13
+2
No text...
648
14
#Breaking News #Ramadaan Mubarak! 👉Baga Ji’a kabajamaa fi Jaalatamaa Ramadaanaa kanaan isiniin gahe. Ji’a rahamataa, araaramaa fi kan gammachuu isiniif haa tahu. Warra baranaa, kan bara hegeree jennee jirra!👌❤️ Ramadan Crescent Sighted ✨🌙 The crescent moon of Ramadan has been officially sighted. Ramadan begins tomorrow, in shaa Allah. A month of mercy, forgiveness, and immense reward is upon us. May Allah accept our fasting, prayers, and good deeds, and grant us strength throughout this blessed month. 🤲
537
15
+7
No text...
879
16
#Qumbii Hojii Barnoota yeroo Yeroon Gamaaggamuun Dhaloota Qaruuf Daandii Saaqa. (KAQ, Ammajjii 28/2018) Godina Harargee bahaa Aanaa Qumbiitti Gamaaggamni Semisteera 1ffaa fi Leenjiin ETOL Dura bu'oota Manneen barnootaa fi Manajimanti waajjiraaf I/G Waajjira barnoota Aanaa Qumbii obbo Mohammed Abdella Ali tiin kennamuun geggeeffameeti jira. Gamaaggamni leenjii makate kun guyyaa lamaaf kan geggeeffamu tahuu hubachuun danda'ameeti jira.
492
17
Waggoottan sadii fi afur dabarsine keessatti qofa manneen barnootaa bu'uura boruu kuma 34 oli ijaarree jirra
Waggoottan sadii fi afur dabarsine keessatti qofa manneen barnootaa bu'uura boruu kuma 34 oli ijaarree jirra
525
18
No text...
638
19
Galmee Filattootaa ***** Galmeen filattootaa adeemsa akkaataa Seera Filannootiin lammiileen ulaagaa guutan galmaa'anii kaardii filannoo ittiin argatanidha. Filataa Ta'anii Galmaa'uuf Ulaagaalee Barbaachisan Namni kamiyyuu filataa ta'ee galmaa'uuf: ◇ Lammii Itoophiyaa ta'uu ◇ Guyyaa sagalee kennuutti umriin isaa waggaa 18 (kudha saddeet) fi isaa ol ta'uu ◇ Yoo xiqqaate ji'a 6 (ja'a)f naannoo filannoo isaa keessa kan jiraate ta'uu ◇ Sababa dhibee sammuu irraa kan ka'e dandeettii kan hin qabne ta'uu isaa dhaabbata yaalaa ykn mana murtiitiin kan hin mirkanoofne ta'uu ◇ Akkasumas mirgi sagalee kennuu isaa ajaja mana murtiitiin kan hin daangeffamne ta'uu qabu. #oromiayouthfederation #NationalElectionsBoardofEthiopia #youth #democracy #peace Federeeshinii Dargaggoota Oromiyaa
616
20
No text...
777