cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Waliif Furmaata

#Addunyaan nuti har'an tana keessa jiraannu tun keenya taate hin haftu, Garuu maaliif dhalli namaa wanta gaarii waliif hin yaanne? @Ergaa_Barreessuuf_bot #waan gaarii walii haa yaannu akka seenaa gaarii qabaannu.

Show more
Finland2 415The language is not specifiedEducation77 594
Advertising posts
240
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Qormaata filannoo dachaa qabu Qormaata filannoo dachaa keessatti barattoonni tokkoon tokkoon gaaffiidhaaf deebii filannoo hedduu (yeroo baay’ee 4-5) keessaa deebii filatu. Gosoonni qormaataa kunniin irra caalaa beekumsa bal’aa irratti kan xiyyeeffatan yoo ta’u, hubannoo, xiinxala, walnyaatinsaa fi hojiirra oolmaa beekumsaaf barumsa safaruu fi kakaasuu irratti baay’ee bu’a qabeessa miti. Qormaatni murteessuu fi sadarkaa kennuudhaaf salphaadha, garuu gaaffilee filannoo dachaa gaarii filannoo qabatamaa ta’een ijaaruun rakkisaa fi yeroo kan fudhatudha. Qormaatni filannoo dachaa garee barattootaa baay’ee guddaa ta’e keessatti qormaataaf, ykn madaallii walitti fufiinsa qabu keessatti akka gaaffii qajeelfamaatti faayidaa kan qabu ta’ee argamuu danda’a. Isaanis mala qormaataa biroo wajjin walitti makamuu qabu. Qormaatni filannoo dachaa jalqaba koorsii tokko keessatti fayyadamuun kan danda’amu yoo fakkeenyaaf, barattoonni kutaalee dhuunfaa keessa osoo hin seenin dura ilaalcha waliigalaa naannoo gosa barnootaa argachuuf barreeffamoota salphaa tokko tokko akka dubbisan yoo gaafataman. Qormaanni akka jiru beekuun isaanii dubbisuuf isaan kakaasuu dandaʼa, akkasumas barsiisaan sun dafee deebii isaanii ilaaluu dandaʼa.
Show all...
⭐️Simbirtuu⁉️ Bartaan Maqaan Isaa Akka Hin Dubbannee Barbaadu Tokko Qormaata Kutaa 12ffaa Fudhachuuf Jirru Kanaaf Meeshaa Dijitaalawaa Deeggarsa Biyya Alaa Irraa Argameen kana Suuraa Kaasuu Danda'u tokko...... Akka Gara #Yuunivarsitii Galfate Nuttii Himeera...Seemore⁉️
Show all...
👀Seemore👀
🤗Guutuu Dubbisuuf😱
🫡Waliin Walbaruuf🫡
🤫Iddoo kamitti🤫
🙄Meeshaa ilaaluuf🔭
‼️All News ⁉️
Eenyu akka taate dhugaa ta'i. Namoota biroo gammachiisuuf ykn nama biraa ta'uuf yaaluu dhiisi. Nama biraa sirriitti duplicate ta’uurra ofii keetii original version ta’uu wayya.
Show all...
Guyyaa hunda jalqaba haaraa haaraatiin jiraadhu. Waan kaleessa, guyyaa duraa, torban duraa, waggaa duraa, ykn waggoota kurnan dura illee ta’een duubatti hin deebi’in. Jireenyi gabaabaa waan ta'eef yeroo ammaa keessa jiraadhu.
Show all...
Yeroo Baayyee Barattoonni  Kutaa 5_12 #Telegram Irraa #Kitaaboota  Daree Isaanii Barbaadu! Maarree, Filannoon Keessan @Shaashaa_Miidiyaa Yoo Ta'e Ni argattu. ✍Join Goochuun Kan Barbaadde Nutti Himi.
Show all...
📚Kitaaba 5-6
📚Kitaaba 7-8
📚Kitaaba 9-10
📚Kitaaba 11-12
Hunda bakka tokkotti📚
Barattoota kutaa 8ffaa Qoraman Keessaa Kaanneen Qabxii Ol'aanaa Galmeessaan Gara M/B Bultii Addaa Karaaleen ittin...Seemore
Show all...
👀Seemore📚
Ulaagaa isaa✅
Odeeffannoo♻️
Galmaa'uuf✍
Bultii Addaaf🔍
Oduu Ammee‼️ Ibsa Biiroo Barnootaa❓ Qabxiin Darbiinsaa Barattoota kutaa 8ffaa Kan Bara kana Ulfaataa ta'uu... . . . . #Seemore⁉️
Show all...
👀Seemore❓
Qabxii Darbiinsaa✔️
Barattoota kufe❌
Kan darbe✅
Guutuu isaaf♨️
BBO🔆
Miniteera Barnoota⚜
Repost from Shasha Media
Deeggarsa keessaniin sadarakaa qabachaa jirra Namoonni like gootan galatoomaa!🙏🙏 Dorgommiin Harrasa Itti Fuufee jira⏰ Eega rabbiitii Isinuma Abdannee Akka injifannu abdii isinirra qabana! Maatiiwwaan keenya Dorgommii Kana akka injifannuuf Liinkii kanaan like👍 nuuf godhaa👇👇 https://t.me/Walaloon_Jaalala/4384 https://t.me/Walaloon_Jaalala/4384 ☝️☝️☝️☝️☝️ Galatoomaa.🙏🙏🙏
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.