cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Shasha Media

Kaayyoon Chaanaalii Kanaa ●Barnootaafi Bohaartii adda addaa ●Asoosama ●Walaloowwan Jaalalaa Fi kkf Ni Argattu.

Show more
Finland658The language is not specifiedEducation15 610
Advertising posts
8 760
Subscribers
+124 hours
-267 days
-14330 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

#Kana_Bektuu ~Namoonni hedduun osoo eenyummaa kee hin hubatin jireenya kee karaa heddutti hiikkatu. ~Namni biraa akka si jaallatuuf of hin jijirin;Namni dhugaa akka si jaallatuuf of tahi. ~Gatii osoo hin baasin kaayyoon ati galmaan geessu hin jiraatu. ~iImi namaa gaafa gad jettuuf si tuffata. Garuu, Waaqni gaafa jinbilfattuuf ol si qaba. ~Kan baatu ni ulfaata yoo jedhu.Kan baachiisu salphaadha jedha ~Namoota nu cunqursanif dhiifama gochuun mooyamuu osoo hin taane,Jaalala barsiisudha Tarii adunyaa kanatu cubbuu tahe taha malee Gaarii yaaduu fi hamaa jibbuun gowwaa fi wallaalaa nama hin taasisu. ~Nama huccuu xuraaye uffatu maraataa jettee hamma baqattu.Nama uffanni isaa qulqulluu tahee sammuun isaa xuraawee baqadhu. ~Namoonni tokko tokko akka hurreetti,Yeroo sirraa deeman guyyaan siif ifa. ~Imalli kee tirataa tahullee,Garuu Gonkuma of duuba hin deebi'in ~Manni kitaaba hin qabne akka foon lubbuu hin qabneeti. ~Namni hanguma gammachuuf of qopheesse gammada. ~Nama gaarii tahuuf yeroo fi sababa barbaadachuun hin barbaachisu.Nama gaarii tahuuf hojiin jalqabaa ilma namaatif yaada gaarii qabaachuudha. ~Yeroo argatte humnaa ol hin utaalin, Yoo dhabdes hamileen sin cabin dachii kanaratti wanti hundi ni dabarti. ~Nan beeka jattee namoota irratti sobdu keessaa gonkumaawuu namni ati hin beeyne akka jiru hin dagatin. ~Yoo ati hayyamteef malee wanti sammuu kee dhiphisuu dandahu hin jiru. ~Dadhabinni jireenya kee keessatti si qunnamu waan beekuu qabdu beekuu dhabuudha. ~Eenyummaafillee taatus jaalala akka malee hin qabaatin, Sababni,Namoonni yeroo fedhan jijjiiramuu malu waan ta'eef. ~Namoota biroo too'achuuf, Jalqabarratti mataa kee too'achuu qabda. ~Yoo namni tokko si shakke hin gaddin. ilmi namaa hundi warqii fi Daayimandii akka shakku yaadadhu. ~Wanti na gaddisiise isa ati na sobde osoo hin taane, Isa ani kana booda sin amanneedha ~Hiriyyaan guyyaa rakkoo nama yaadate yoomiyyuu burqaa jireenya keetii ta'uu danda'a. ~Kufaatiin ka'uumsa milkaayinaaf sababa. ~Gufuu fi qoruumsi riqicha ce'uumsaa ta'anii nu tajaajilu. ~Jabaa namaati jechuun nama yeroo aareaarii isaa liqimsuudha. ~Namni kaayyoo qabuufi mukti firii qabu gadi jedha. 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓 🛜J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪❇️ ❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa ❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
Show all...
👍 3🥰 2 1👌 1
Repost from N/a
#Oduu_Gammachiisaa Namoonni tapswap irratti galmooftan irra seenaa coin keessan baayyifadhaa Namoonni hin galmoofne ammuma galma'aa Carraan kun xumuramuuf guyyaa 22 qofatu  hafe, galmaa'uudhaaf linkii armaan gadiitin seenii Start godhii egali ↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓ 𝐒𝐭𝐚𝐫 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢 𝐃𝐚𝐟𝐢 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5285886302 ↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑ Hojii kana waan salphaatti hin ilaalinaa yoo coin miliyoona 10 geessan qarshii itoophiyaa kuma 12 olitti gurgurattu Coin miliyoona kudhan gahuuf guyyaa 10 caala isinitti hin fudhatu Hojiin kun carraa guddaadha waan ta'eef ariifadhaa hojjechuu jalqabaa. play godhi tap tap godhi.
Show all...
👍 1

2
Repost from N/a
#Oduu_Gammachiisaa Namoonni tapswap irratti galmooftan irra seenaa coin keessan baayyifadhaa Namoonni hin galmoofne ammuma galma'aa Carraan kun xumuramuuf guyyaa 22 qofatu  hafe, galmaa'uudhaaf linkii armaan gadiitin seenii Start godhii egali ↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓ 𝐒𝐭𝐚𝐫 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢 𝐃𝐚𝐟𝐢 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5285886302 ↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑ Hojii kana waan salphaatti hin ilaalinaa yoo coin miliyoona 10 geessan qarshii itoophiyaa kuma 12 olitti gurgurattu Coin miliyoona kudhan gahuuf guyyaa 10 caala isinitti hin fudhatu Akkaataa Tapswap irratti coin hojjetan viidiyoo kana ilaalaa Hojiin kun carraa guddaadha waan ta'eef ariifadhaa hojjechuu jalqabaa. play godhi tap tap godhi.

3👍 1
Repost from N/a
#Oduu_Gurraaf_tolu! Namoonni hojii online baay'ee salphaa ta'e hojjechuu barbaaddan, hojii kanan hojjedhaa. #TARTIIBA_HOJII * linkii ykn hidhaa armaan gadii #start gochuu https://t.me/Viraloftbot?start=r03945976734 * channel inni isiniif fidu join gootanii #join gochuu keessan mirkaneeffachuu * invite friends kan jedhu tuqtanii linki inni isiniif laatu namaaf share gochuu qofaan qarshii argadhaa!

👍 2 1

🧠Kana Beektuu!🧠 #Funyaan namaa fooliiwwan gara garaa Tiriliyoona tokkoo ol adda baasuu danda'a jedhu Saayintistoonni. Rabbiin akka dinqiitti nu uume🙏. 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓 🛜J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪❇️ ❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa ❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
Show all...
4👍 1