Computer Solutions
Open in Telegram
Computer solutions is a tech informative channel which covers ✅latest gadgets, ✅software updates, ✅emerging tech trends, ✅cybersecurity, and ✅ Buy ads: https://telega.io/c/Computers_Solution
Show more3 606
Subscribers
No data24 hours
-107 days
-5730 days
Posts Archive
3 606
Kaayil Woolkar miidhaa irra gahe irraa dandamachuun tapha Maanchistar Siitiin Arsenaal waliin taphatu irratti akka hirmaatu himameera.
Jaak Giriiliish erga miidhaan irra gahee booda garee dubartootaa waliin shaakala godheera.
@oduu_isportii
3 606
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐚𝐣𝐚𝐚𝐲𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐮𝐮 𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚?
𝙲𝚑𝚊𝚊𝚗𝚊𝚊𝚕𝚒𝚒 𝚈𝚎𝚛𝚘𝚘 𝚐𝚊𝚋𝚊𝚊𝚋𝚊𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚓𝚊𝚊𝚕𝚕𝚊𝚝𝚊𝚖𝚞𝚖𝚖𝚊𝚊 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚊𝚊 𝚊𝚐𝚛𝚐𝚊𝚝𝚎
𝑶𝒅𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒏𝒏𝒐𝒐 𝑾𝒂𝒂'𝒆𝒆 𝒌𝒊𝒍𝒂𝒃𝒂 𝒌𝒂𝒎𝒊𝒊 𝒅𝒉𝒂𝒈𝒂'𝒖𝒖 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒅𝒖?
3 606
Leenjisaan Arsenaal Mikel Arteta guyyaa dhaloota isaa waggaa 42ffaa guyyaa har'aa kabajaa jira.🎉
Baga dhalatte boss 🎉🎉
@oduu_isportii
3 606
Taphotaa michoomaa kalessaa taphataman
Sweden 1-0 Albania
Cape Verde 1-0 Equatorial Guinea
Guinea 5-1 Bermuda
Gabon 1-1 Congo
@OROMOOFSPORT
@OROMOOFSPORT
3 606
Kevin Debruyne fi Jack Grealish Gara Shakalatti deebi'ani jiru
Tapha Dilbataa Manchester City Arsenal waliin qabufis qoophidha jedhame Eegama
@oduu_isportii
@oduu_isportii
3 606
Manchester Yuunitid Kilaboota Top 5 jedhamuun Bekkaman irraatti
The Reddevils 💪
3 606
BAGA GAMMADDAN 🔥🔥
Chaanaaliin sa'a 24 guutuu odeeffannoo waa'ee PREMIER LEAGUE ENGLAND hunda osoo hin dadhabin isin biraan gahu Banameera!!!!
Isinis chaanaalii keessan kana LIKE, SHARE, COMMENT gochuun hamilee nuuf ta'aa 🙏🙏
GALATOOMAA 🙏🙏🙏🙏
3 606
BAGA GAMMADDAN 🔥🔥
Chaanaaliin sa'a 24 guutuu odeeffannoo waa'ee PREMIER LEAGUE ENGLAND hunda osoo hin dadhabin isin biraan gahu Banameera!!!!
Isinis chaanaalii keessan kana LIKE, SHARE, COMMENT gochuun hamilee nuuf ta'aa 🙏🙏
GALATOOMAA 🙏🙏🙏🙏
3 606
🚨 Maanchistar Yunaayitid taphataa Fiyoorentinaa liqiidhaan fudhatte Soofiyaa Amrabat mallatteessisuuf fedhii kan hin qabne yoo ta'u, taphataa sarara gidduu kun garuu AC Miilaanii fi Juuveentus birattii xiyyeeffanna gudda argatera.
@OROMOOFSPORT
@OROMOOFSPORT
3 606
🇪🇹 Tapha Michoomaa
⏰ xumurame
Ethiopia Fi Lessetoo
2-1
⚽️Cherinet Gugsa
⚽️Kene'an Markene
@oduu_isportii
3 606
🇪🇹 Tapha Michoomaa
⏰ 80'
Ethiopia Fi Lessetoo
2-1
⚽️Cherinet Gugsa
⚽️Kene'an Markene
@oduu_isportii
3 606
✅Taphoota michummaa kaleessa taphataman.
Ayerlaand 0-0 Beeljeem
Ingliiz 0-1 Biraazil
Kirooshiyaa 0-0 Tuniziyaa (4-5) P
Faransaay 0-2 Jarmaan
Deenmaark 0-0 Siwzerland
