Computer Solutions
Open in Telegram
Computer solutions is a tech informative channel which covers ✅latest gadgets, ✅software updates, ✅emerging tech trends, ✅cybersecurity, and ✅ Buy ads: https://telega.io/c/Computers_Solution
Show more3 606
Subscribers
No data24 hours
-107 days
-5730 days
Posts Archive
3 606
Taphataan Arsenal Wilaim Saliba Har'aa Umurii isaa wagga 23 ffaa Kabajata jiraa
Baga Dhalatte Willo❤️
@Oduu_Isportii
@Oduu_Isportii
3 606
✅Taphoota michummaa kaleessa taphataman.
Ayerlaand 0-0 Beeljeem
Ingliiz 0-1 Biraazil
Kirooshiyaa 0-0 Tuniziyaa (4-5) P
Faransaay 0-2 Jarmaan
Deenmaark 0-0 Siwzerland
Share
@Gadaaisport
@Gadaaisport
3 606
Chanle kana keessatti waa'ee thecnology haaraa fi ogummaan wal qabatu yeroo yerootti ni argattu.
👉akkasumas akkamitii website irraa maallaqnii argamuu akka danda'u ni argattu.
Ogummaa keessaan ittiin gabbifattanii irraa fayyadamuu yoo barbaadaan liinkii kana tuquudhaan Chanel kana seenaa join godha!!
👉👉👉https://t.me/oromotechnlogy
👇👇👇
https://abdii.simbirtuu.com/2024/01/16/earn/
https://abdii.simbirtuu.com/2024/01/16/earn/
3 606
🔥🔥 CHAANAALII DEEGGARTOOTA KILABOOTA HUNDAAF BANAME🔥🔥
Chaanaalii @ORO_SPORT1 Kun yeroo dhiyooti banamuun miseensoota 9000 ol Kan qabuu fi ammalee jaallatamumma guddaa horachaa Kan jiru Yoo ta'uu:
👉 Taphoota primer liigii Awurrooppaa
👉 taphoota primer liigii ingilaand
👉 Taphoota laaliga ispeen hundaa kallattiin dabarsaa Kan jiruudha.kanamalees
👉Seenaa taphattoota durii fi Ammaa hundaa Kan tamsaasudha.
👉Maarree isiniis chaanaalii kanaf ammumaa maatii keenya ta'aa
@oro_sport1
@oro_sport1
🙏 GALATOOMAA 🙏
3 606
🚨Gareen Biyyaalessaa Biraazil Tapha Michoomaa Ingilaand waliin taasisaniif Shaakala Isaanii Giddu Gala Shaakalaa Arsenal Taasifatanii jiru!!
Akkuma beekamu Daayirekterri Ispoortii Arsenal Edu Gasper Lammii Biraaziliiti Akkasumas garee biyyaalessaa Biraaziliif taphachaa Ture!!
@oduu_isportii
@oduu_isportii
3 606
🚨 Official:
Leesteer Siitiin bara kana sababa Pirimerliigii Ingilaand keessaa Gara Shaampyoon Shiippiitti gadi bu'uu isaatiin qoqqobbii jalaa miliqanis, seera baasii Faayinaansii cabsuu isaaniitiin gara Piriimiyerliigii Ingiliiz yeroo ol guddatan qabxii guddaatu isaan irraa hir'ifama.
🎖[TeleFootball].
@Oduu_isportii
@oduu_isportii
3 606
🚨 Bakka bu'oonni Maanchistar Yunaayitid torbeewwan dhufan keessa gara Xaaliyaanii deemuun taphataa sarara ittisaa Atalantaa Joorjiyoo Iskaalooviini Ni Daawwatu.
Maddi: Maatiyoo Mureetoo
@oduu_isportii
@oduu_isportii
3 606
🚨 Liivarpuul, Baayermuunik fi PSG taphataa sarara gidduu Benefica Joo Neves hordofaa jiru.
Cheelsii fi Maanchistar Yunaayitidis taphataa kanaaf fedhii qabu.
@oduu_isportii
@oduu_isportii
3 606
🚨 OFFICIAL
Taphataan lammii Biraazil kan ta'e Akkasuma kilaba Maanchistar Siitii Fi Ac Miilaniif Taphachuu kan dabarse Roobinhoon poolisii Federaalaa Saa'oo Paawulootiin qabamee hidhaa waggaa 9 itti murtaa'e.
Sababni Isaa balleessa Dirqisiisee gudeeduudhaani!
@oduu_isportii
@oduu_isportii
3 606
🚨Jorjiiniwoon Ga'umsa as dhiyeenya kana Arsenal keessatti agarsiisaa jiru Irraan kan ka'e Kontiraata Isaa dheeressuuf jedhameera!!
@oduu_isportii
@oduu_isportii
3 606
🎆Riyaal Maadriid haala Trent Aleeksaandar-Arnold hordofaa jiru. Hanga ammaatti quunnamtiin tokkollee jiraachuu baatus, garuu Riyaal Maadriid taphataa kanaaf fedhii agarsiisaniiru.
- 🎖Matheo Muretto
@oduu_isportii
@oduu_isportii
3 606
✅Taphoota michummaa har'a taphatamu.
02:00 🔰 Gaanaa Naayjeeriyaa waliin
03:00 🔰 Noorwey Cheek Ripaabliik waliin
04:45 🔰 Neezerlaand Skootlaand waliin
04:45 🔰 Haangaarii Tuurk waliin
05:00 🔰 Gibxii Niwizlaand waliin
05:30 🔰 Ispeen Kolombiyaa waliin
09:30 🔰 Arjeentinaa El Salvaador (Halkan )
3 606
▪️|| Bukaayoo Saakaan of eeggannoof jechaa garee biyyaalessaa Ingilaandii gadhiisee bahee jira.
[Kon Hariisan]
@Liveisporti
@Liveisporti
3 606
GAAFFII CHAANAALIIN KEENYA AMMA GAAFACHUUF JEDHU HIRMAACHUU YOO BARBAADDAN "START" KAN JEDHU TUQAA.
⚠gaaffileen Amma isin gaafannu kan ispoortii waliin qofa Wal qabataniidha.
3 606
✅️Koobii Maayinoon shaakala isaa jalqabaa taasiseera.🥰
Kobbie Mainoo's first session with the Three Lions 💪🏴
@Liveisporti
@Liveisporti
3 606
MAN UNITED 1-0 LIVERPOOL
Tapha cimaa FA CUP Amma Maan yuunaayitid Fi Liivarpuul taphachaa jiran kallattiin ilaaluuf "LIVE" kan jedhu tuquun daawwachuu dandeessu.
3 606
MAN UNITED 1-0 LIVERPOOL
Tapha cimaa FA CUP Amma Maan yuunaayitid Fi Liivarpuul taphachaa jiran kallattiin ilaaluuf "LIVE" kan jedhu tuquun daawwachuu dandeessu.
ማን ዩናይትድ 1-0 ሊቨርፑል
በማንቸስተር ዩናይትድ እና ሊቨርፑል መካከል የሚደረገውን የኤፍኤ ካፕ ጨዋታ በቀጥታ ለመመልከት "LIVE" የሚለውን ይጫኑ።
